Jechoota Gaggaarii️️

@jechotagaggaarii


Chaanala Telegram keenya kana irraa odeessaalee Baha Giddu-galeessaa hordofuu ni dandeessu.

Toora kana irraan taatewwan Siyaasaa, Diinagdee fi hawaasummaa dabalatee Seenaa biyyoota Baha Giddu-galeessaa (Middle east ) salphumatti afaan keessaniin hordofaa

Jechoota Gaggaarii️️

22 Oct, 14:48


https://youtu.be/ejLeaMXyVkc

Jechoota Gaggaarii️️

21 Oct, 15:26


https://youtu.be/Ah4UfpHN4AM

Jechoota Gaggaarii️️

20 Oct, 18:11


https://youtu.be/Fn_qt5UxURI

Jechoota Gaggaarii️️

20 Oct, 14:45


https://youtu.be/B43IRuCMnEg

Jechoota Gaggaarii️️

20 Oct, 10:05


أخي ستبيد جيوش الظلام!!
Obboleessa koo waraanni dukkanaa ni dhabamsiifamu!!


Gooti yeroo wareegamu haala kanaan ummata isaatiif faajjii dhaadannoo tahee leellifama! Warri Gazzaa fi deeggartoonni qabsoo bilisummaa goota kana yeroo ol kaasanii faarsan haalaan nama gammachiisa, gooti yeroo lubbuun jiru sabaaf gaachana taha yeroo wareegamu ammoo ciisee osoo hin taane osoo loluu wareegamee dhaloota oonnachiisa, dhaloonni ammoo daandii isaa hordofee qabsoo inni irraa wareegame galmaan gaha.

Koloneeffattooni warri sirna appaartaayidii hordofan qabsaa'ota bilisummaaf maqaa badii tokko qabu innis Shororkeessaa dha! Sochiin miidiyaalee warra dhihaa fi Israa'iil seenaa warraaqsa warra Afriikaa kibbaa nama yaadachiisa, Niilsen Maandeellaa mataan isaa Shororkeessaa jedhamee farrajamee ture, kun seenaa waloo koloneeffattootaa dha.

Wareegama milkii siif haa ta'u Goota keenya!!

Jechoota Gaggaarii️️

20 Oct, 07:50


Kufaatii Sawud Arabiyaa ilaalaa, dachii kabajamtuu qe'ee fasaadaa taasisan, Dhumaatiin obboleewwan isaanii homaa isaanitti hin dhaga'amu, isaan gammachuu biyya addunyaa kanaan bashaa'anii jiraachuu malee dhimma biraa hin qaban.

Dachiin qabsaa'otaa, gareen Xaa'ifatul Mansuuraa ijibbaata falmattee Qudsii bilisa ni baasti, kana ammoo Rasuula keenya Nabi Muhammad 'tu (Sallallaahu aleyhi wassallam) hadiisa isaaniitiin ragaa
bahe.

Jechoota Gaggaarii️️

19 Oct, 15:06


https://youtu.be/ovHGO6e0tiw

Jechoota Gaggaarii️️

19 Oct, 11:10


"Ummati kun du'a goota isheetiin kan duutu osoo hin taane, du'a goota isheetiin kan jiraattu dha!!"

"هذه الأمة لا تموت بموت الرجال، بل إنها تحيا بموت الرجال!!"

Dubbii oonnachiiftuu kan diinota abdii kutachiiftu.

Jechoota Gaggaarii️️

19 Oct, 08:49


🚨🚨 Haleellaa Diroonii Hizbullah naannawaa mana jireenyaa Netaaniyaahoo tti raawwatame booda dhoo'iinsa mudate yeroo Viidiyoon qoodamu.

"Inuma turra malee inuma urra..!!"

Jechoota Gaggaarii️️

19 Oct, 08:06


🚨🚨 Ammee:

Hizbullah n haleellaa Diroonii mana jireenyaa Netaaniyaahoo irratti raawwachuu miidiyaaleen Israa'iil gabaasan.

Netaaniyaahoon garuu yeroof mana jireenyaa kana keessa hin turre.

Jechoota Gaggaarii️️

19 Oct, 06:54


Gootummaan mallattoo isaanii dha!!

Jechoota Gaggaarii️️

18 Oct, 17:11


https://youtu.be/IMbfTbjJG1g

Jechoota Gaggaarii️️

18 Oct, 13:33


https://youtu.be/ts0hXl0tgps

Jechoota Gaggaarii️️

18 Oct, 07:37


Jaalala, wal mararfannaa jaallan qabsoo!! Jaalalli Mujaahidummaa xumurri isaa Firdawusi keessatti goolabama!!

Rabbiin Firdawus keessatti walitti isin haa qabu.

Jechoota Gaggaarii️️

18 Oct, 07:27


Duuti harka Rabbii jiraachuu waggoota dura dubbate, guyyaa sana darbuun akka hin danda'amne akeekee ture, karaa Rabbii keessatti wareegamuun ammoo kabajaan isaa adda dha.

Lubbuun guyyaa ishee hin dabartu!!

Jechoota Gaggaarii️️

18 Oct, 06:52


Goota lolee osoo lolchiisuu wareegame, Goota hawwii isaa Shahiidummaa milkeesse, dhaloota dhufuuf fakkeenya tahe!! Kaayyoon Falasxiinotaa tasumaa sharafamuu akka hin dandeenye dhiigaa fi lubbuu isaaniitiin walabummaa Falasxiin milkeessuu irraa akka duubatti hin jenne addunyaaf agarsiise!!

Jechoota Gaggaarii️️

18 Oct, 06:44


Channel photo updated

Jechoota Gaggaarii️️

18 Oct, 06:23


https://youtu.be/1AChbZQ7SUI?si=blFaYKcXTffqsK46

Jechoota Gaggaarii️️

17 Oct, 19:00


Yahyaa Sinwaar mallattoo gootummaa dha! Inni urjii qabsaa'ota bilisummaa, falmaa mirga namoomaa, waardiyyaa Qudsii dha!! Goota diina jalaa hin sarmine urjii warraaqtota bilisummaa dha!!

Obsa, amanamummaa, cichoomina, bilchina, tasgabbii, sansakkaa fi callisaan kan faayame leenca diina dheessee hin beekne dha!!

Jechoota Gaggaarii️️

17 Oct, 18:45


Goota hanga jedhe gahu, imala qabsoo ijibbaachisaa cichoominaan finiinsee waadaa ummata isaaf gale milkeesse!! Maali gootummaan hanga kana gahu? Kaayyoo koodewwan qabsoo isaa irraa osoo hin maqiin tarree faarfamtuu hiriira Shuhadaa'otaa keessatti dabalamuun carraa Muslimoonni marti hawwani dha!!