Kabajamtoota maatiiwwanii nagaan keenya isin haaqaqqabu jechaa kitaabilee barnootaa Waldaa Manneen Barnootaa Oromiyaa irraa bittaadhaan torbee dhufu Finfinneedhaa akka fudhannu sagantaan waan nuuf ergameef isinis obsaan akka nu eeggattanu jechaa akkuma harka keenya gaheen kan isin beeksifnu ta'uu kabajaan isin beeksifna. Mana Barumsicha! ክብራን ወላጆች በያላችሁበት ሠላምታችንን እያቀረብንላችሁ የተማሪዎች የመማርያ ሠጽሐፍት ከአዲስ አበባ የኦሮሚያ የግል ትምህርትቤቶች ማህበር በግዥ ለመረከብ ለሚቀጥለው ሳምንት ፕሮግራም ስለወጣልን መጽሐፍቶቹ እጃችን ላይ እንደደረሱ ለናንተም የምናሳውቃችሁ መሆኑን በአክብሮት እንገልጻለን። ት/ቤቱ