Shashemene Poly Technic College @shashe_poly_technic_college Channel on Telegram

Shashemene Poly Technic College

@shashe_poly_technic_college


KPT Shaashamannee

KPT Shaashamannee (English)

Welcome to KPT Shaashamannee - the official Telegram channel for Shashemene Poly Technic College! Are you a student, staff member, or simply interested in the world of polytechnic education? This channel is your go-to destination for all things related to Shashemene Poly Technic College. Who is KPT Shaashamannee? KPT Shaashamannee is a dedicated platform for the students and staff of Shashemene Poly Technic College to stay updated on the latest news, events, and announcements. Whether you're looking for information on upcoming exams, campus events, or important notices, this channel has got you covered. What is KPT Shaashamanee? KPT Shaashamannee serves as a hub for the Shashemene Poly Technic College community to connect, communicate, and engage with each other. From sharing educational resources to fostering a sense of community spirit, this channel plays a vital role in enhancing the overall college experience for everyone involved. Join us on KPT Shaashamannee to be part of a vibrant online community that is passionate about polytechnic education and dedicated to helping each other succeed. Stay informed, stay connected, and stay inspired with KPT Shaashamannee - the heart of Shashemene Poly Technic College. We look forward to having you on board!

Shashemene Poly Technic College

18 Nov, 14:48


Leenjii TOT Intarpiranarshiipii Leenjistootaaf Keennuuf qindoomina Biiroo CHUOO fi EDI waliin ta’uun Qophaa’e Sadaasa 9 – 17/2017 Magaala Shaashamannee qophaa’e irraattii Kabajamoo Obboo Naasraddiin Qaadii I/A Hoggana Biiroo CHUOO haasawa bagaa nagaan dhuftaan taasisaan leenjiichaa guyyaa har'aa haala bareedadhaan jalqabsiisaan jiruu.

Shashemene Poly Technic College

16 Nov, 13:58


📌 ODUU GAMMACHIISAA BARTTOOTA KUTAA 12FFAAF.
Yeroo ammaa kana biyya keenya keessatti hojii oromiyaa ogummeessuu akka Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaattii kolleejjiileen BLTO ogummalee hardha keenya qarani, boruu keenya sirreessu danda'an kan qorannoo haalli biyya keenyaa gara fuula duraa itti adeemtu fi itti guddattu irratti bu'ureefate yeroo gabaaba keessatti leenjiisun dhaloota hardha kanaf furmaata yeroon barbaadu qabaate dhiyaatera.Garuu kun barattoota keenya baayyeef hin gallef ,kan huubate garuu kan kaleessa darbeef of miidhu dhiisee daandii milka'inaa gubba irra burraaqa jira .Daandii sirriin har'a barattoonni keenya kutaa 12 ffaa muldhata isaanifi abjuu ittin dhugoomsifatan ogummaa horachuun barbaachisa dha.Kun immoo dhugaa qabatamaa biyyoota guddatan keessatti akka filmiitti ilaallu dha.kanaaf yeroon taa'ee nuu hin eegu ammuma garaa Kolleejji Poolii Teeknikaa Shaashamanneettii dhufnee ogummaa haa gonfaannu hardhummaa haa galmoofnu dhaamsa keenya Koota galmaa'aa ogummaa dhaloota dhalootaattii darbuu horaadha boriin keenya murtoo nuti hardha murteesinu dha.
KOLLEEJJI POOLII TEEKNIKAA SHAASHAMANNEE BAKKA OGUMMAA ITTI DHALOOTU FI GUDDATTU OROMIYAA HAA OGUMMEESSUU BADHAADHINA BIYYA KEENYAAF!!!