SEENAA_GOOTOOTAA (@seenaa_gootootaa) Kanalının Son Gönderileri

SEENAA_GOOTOOTAA Telegram Gönderileri

SEENAA_GOOTOOTAA
Seenaa gootoota Oromoo asirraa ni argattu join godhi

@BUHAARUUFIITUQILINKI
6,354 Abone
13 Fotoğraf
Son Güncelleme 01.03.2025 10:50

SEENAA_GOOTOOTAA tarafından Telegram'da paylaşılan en son içerikler


😁😁😁 KOOTTAA KOLFAA😁😁😁

Bashannanuu ni barbaadduu? Sammuu Keessan bohaarsuu barbaaddanii jirtu? Maal eegdure Chaanaaliin keenya qophiilee bashannansiisoo fi bohaarsuu isinif qabatee dhihaatee jira. 😂😁😁 KOTTAA KOLFAA😁

😢😢😢😢

Chaanaaloota Afaan Oromoo bebbeekamoo kan

Seenaa dhugaa
Afoolota Oromoo
Jechoota hayyootaa
Walaloo ajaa'ibsiisoo
Fi
Jechootaa fi ergaawwan jaalala irraa argattan kunooti

#Jaal_Marroo 👍

Nama si sobe Maaliif akka si sobe hin gaafatin Sababni isaas Gaaffii kee deebisuuf soba biraa si soba waan ta'eef.

@BUHAARUUFIITUQILINKI

"Bishaantu Afaan na jiraaf malee silaa wanaan dubbadhu" bayyeen qabaa jettee mitiiree Qurxummiin utuma beeknuu dubbachuu dhiisuu filanne malee wanti dubbatanu baay'eedha'

@BUHAARUUFIITUQILINKI
@Seenaa_Gootootaa
Join us 👆👆👆👆👆👆

My heart is breaking! 😢

Guyyaa tokko keessatti Barsiisoota 20 ol dhabne 😭
Fuulli Rabbii isinitti haa tolu.
@Seenaa_Gootootaa

😁😁😁 KOOTTAA KOLFAA😁😁😁

Bashannanuu ni barbaadduu? Sammuu Keessan bohaarsuu barbaaddanii jirtu? Maal eegdure Chaanaaliin keenya qophiilee bashannansiisoo fi bohaarsuu isinif qabatee dhihaatee jira. 😂😁😁 KOTTAA KOLFAA😁

Goonni Oromoo kan xaaliyaan hiitee mana hidhaa xaaliyaan keessaa toftaa xaaliyaanootatti baasuun kan malaan mana hidhaatii ba'e eenyu ?
Deebi'ii coment irratti barreessaa 👇

@Seenaa_Gootootaa
Join godhaa 👆👆👆👆👆

BAGA DHALATTE!
HAPPY BIRTHDAY BULLO❤️