Obsaa Abdiisaa @obsaabdiisaa Channel on Telegram

Obsaa Abdiisaa

@obsaabdiisaa


Seerri FB waan Hammaateef asitti mana ijaarranne! Seenaa🙏

Obsaa Abdiisaa (Oromo)

Obsaa Abdiisaa is a Telegram channel dedicated to sharing inspirational quotes and content in the Oromo language. The channel, with the username @obsaabdiisaa, aims to uplift and motivate its followers through positive messages and reflections. Seerri FB waan Hammaateef asitti mana ijaarranne! Seenaa 🙏 Obsaa Abdiisaa provides a space for Oromo-speaking individuals to connect, engage, and find encouragement in their daily lives. Whether you are looking for words of wisdom, encouragement, or simply a sense of community, Obsaa Abdiisaa is the perfect channel for you. Join us today and be inspired by the power of positivity and unity in the Oromo language.

Obsaa Abdiisaa

30 Dec, 21:06


https://x.com/obsaa_abdiisaa/status/1873837616266891268?s=46&t=F5B3UJq5rajjNydh9bt2cA

Obsaa Abdiisaa

04 Dec, 17:56


Torbee kana imala daawwii Oromiyaa Dhaabbata Kerchanshe Group’n Visit Oromia waliin ta’uun qopheesse imaluun gaarreen Baalee fi maasii Bunaa bifa ammayyaawaan Kerchanshen kunuunfamee bu’aa amanuun namatti ulfaatu daawwataa fi ajaa’ibsiifataa jirra.

Israel Degefa fi Girmee Debisa yoo jabaatanii hojjatanii fi ogummaan geggeessan hammam milkaa’uun akka dandaa’amu argisiifuuf isin fakkeenya gaariidha. Rabbi kana daran isin haa milkeessu🖤❤️ https://www.facebook.com/share/p/FCWqfDwXJXJ3jRWb/?

Obsaa Abdiisaa

04 Oct, 05:16


https://www.facebook.com/share/v/N2m2yT7HU7dqotXj/?mibextid=WC7FNe

Obsaa Abdiisaa

29 Sep, 21:04


https://www.instagram.com/reel/DAgoyPlIFtL/?igsh=bnE3c3c5dW9xZjh0

Obsaa Abdiisaa

28 Sep, 18:00


Hachalu Hundessa was more than just a singer—he was the voice of a movement. His legacy lives on.

https://vm.tiktok.com/ZMhMFuoqD

Obsaa Abdiisaa

17 Sep, 04:43


https://www.facebook.com/share/opKpjFUpM82D9d7q/?mibextid=WC7FNe

Obsaa Abdiisaa

08 Aug, 18:46


Qaroowwan sabaa Artiisti Kemer Yousuf fi Dureessi sabni mararsiifatu Dinku Deyasa Biru,

“Waan waliin qabnu fi waan waliin dhabne malee, waan irratti waldhabne homaatuu hin qabnu; Waanti ta’e waan ta’uuf hin malle taatus, waldhabdeef waan wal nama dhaqqabsiiftu miti!” jechuun, guyyaa har’aa walarganii mudannoowwan isaanii wal-yaadachiisuun hogguu onnee irraa kolfanii taphatan arguun baay’ee na gammachiise.

Silaas kan darbe hin darbatanii; baguma hariiroo obbolummaa fi maatummaa keessan bakka itti dhaabdan irraa akka haaraatti eegalachiifattan🖤❤️🤍

https://vm.tiktok.com/ZMrqrQ4p4/

Obsaa Abdiisaa

14 Jul, 18:59


https://vm.tiktok.com/ZMrPkEGv4

Obsaa Abdiisaa

07 Jul, 13:59


https://www.facebook.com/share/MEHSz8yiATFzu93S/?mibextid=WC7FNe

Obsaa Abdiisaa

14 Jun, 18:24


https://youtu.be/4z2H-klePgc?feature=shared

Obsaa Abdiisaa

07 Jun, 18:36


https://youtu.be/rYCwEt6HfJk?si=ThsLc-Adc5Er3nAk

Obsaa Abdiisaa

31 May, 19:10


Challenge badhaasa package ji’aa ykn qarshii 1000

Ulaagaan isaa Ispoortii: Shuree Kutaa 10ffaa
https://youtu.be/kLnqZF9H3mM youtube keenya kana erga subscribe gootaniin screenshot gochuun, nuuf ergitanii, nutis carraa baafnee kan inijifateef kennina. Hiriyoota keessanis gara garee kanaatti nuuf affeeraa🙏

Obsaa Abdiisaa

31 May, 18:01


Ispoortii: Shuree Kutaa 10ffaa
https://youtu.be/kLnqZF9H3mM

Obsaa Abdiisaa

31 May, 18:01


Itti nuuf dhiyaadhaa🙏

Obsaa Abdiisaa

24 May, 19:15


https://youtu.be/vSr8jDDH-qc?si=XxPfFaxQ_1OKPd_6

Obsaa Abdiisaa

19 May, 19:51


http://bit.ly/44QvKOa

Obsaa Abdiisaa

19 May, 18:36


Qubee electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isinif
dhiyeessa. Biroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee
elektirooniksii armaan olitti cagafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa.
Teessoon; Finfinnee, Boole Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bi; +251911539551 by

https://www.facebook.com/share/p/q9otho9McxJEVDoQ/?

Obsaa Abdiisaa

17 May, 18:12


https://youtube.com/watch?v=xMG4Di4IifY&si=taLopOEiKDbJSIbu

Obsaa Abdiisaa

16 May, 19:22


https://youtube.com/@sgentertainmentmedia?si=ne45mQvXx19bUb05

Obsaa Abdiisaa

11 May, 03:44


https://youtu.be/chP_l99rIiE?si=qOflRL46dR3k2QhK

Obsaa Abdiisaa

03 May, 18:33


Sitcom Shuree kutaa 6ffaa
https://youtu.be/RS0ndNsUFUg

Obsaa Abdiisaa

23 Apr, 08:26


Kana beektuu laata? Qonni Bunaa Kerchanshe Trading PLC waggaatti buna al lama oomishuu[walitti qabachuu] isaa beektuu laata?

Cimanaa, kutannoo fi hojiirra oolmaa teeknooloojii ammayyaatiin oomishni bunaa Kercaanshee haala kunuunsa naannoodhaaf mijataa ta’een, utuu wal irraa hin cinne buna filatamaa gaarii ta’ee oomishuu irratti argamu.

Kun abbaa koo dabalatee, qonnaan bultoota bunaa biyya keenyaaf fakkeenyummaa gaariidha amantaa jedhun qaba. Waggaatti al tokko funaannataa iyyuu yeroo hunda amansiisaa miti. Kana irratti waajjiraaleen bunaaf shaayee akkasumas qonnaa muuxannoo Kerchanshe kanaa ka’umsa godhachuun, oomishtummaa qonnaan bultoota keenyaa dabaluu irratti hojjachuudha qabdu.

https://www.facebook.com/share/p/MkejGAe4yyNAswjt/?p

Obsaa Abdiisaa

19 Apr, 18:35


https://youtu.be/4mewNCOD_YA?si=QrAbRnow0kznOpUD

Obsaa Abdiisaa

12 Apr, 18:05


Balbala Galaanaa Shuree Kutaa 3ffaa
https://youtu.be/AC52EShD_sY

Obsaa Abdiisaa

05 Apr, 18:33


https://youtu.be/cLl0niyEseY?si=N210CZJ4nx0XgRh4