MuNaJiYa @munajiya Channel on Telegram

MuNaJiYa

@munajiya


MuNaJiYa

MuNaJiYa (English)

MuNaJiYa is a vibrant and engaging Telegram channel that focuses on promoting self-care, positivity, and personal growth. With a unique blend of motivational quotes, inspiring stories, and practical tips, MuNaJiYa strives to empower individuals to lead fulfilling and successful lives. Whether you're seeking daily inspiration, motivation to overcome challenges, or simply looking to connect with like-minded individuals, MuNaJiYa is the go-to channel for all your self-improvement needs. The channel is managed by a team of dedicated content creators who are passionate about making a positive impact on their audience. Join MuNaJiYa today and start your journey towards a happier and more fulfilling life!

MuNaJiYa

02 Dec, 18:32


๐Ÿ”ปAkkuma itti fufetti jira
--------------------
Duula har'aa irrattis taankiin hedduun faayidaa ala taatee jirti.


Maddi Odeyfannoo ๐Ÿ‘‡

https://fb.watch/oHcmvmkGT-/?mibextid=Nif5oz

MuNaJiYa

02 Dec, 18:21


Ministeerri Raayyaa Saamtotaa akka ja'e dhageysanii ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Booji'amtoota 110 deebifachuu dandahuun hojii boonsaa waraanni tokkolleen as dura hojjetee hin beekne ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Namni dubbii quban qabne waanuma qabsaawanii deeffatan itti fakkaata ๐Ÿ˜Š

Jaarsana Addarratti si farramnee khadhattee hidhamtoota kheenyaan baafanne malee ati hin deeffannee bar ๐Ÿ˜

MuNaJiYa

02 Dec, 18:05


ALHAMDULILLAAH
------- --------
Jijjiirraa booji'amtootaa wajjin wal qabatee injifannooleen galmoyte hedduu dha in shaa allaah fuldura takka takkaan waliif ibsina.

MuNaJiYa

02 Dec, 17:57


ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู…

Assalaamu3aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu arrarraa jalqabee asiin yaadaa fi odeeffannaa injifannoo wal dabarfanna ๐Ÿ˜Š

MuNaJiYa

22 Jul, 03:18


1. Majlisa dhaabbata heyyamaan socho'uufi kan yeroo mara waggaatti heeyyamicha haaromfaturraa gama qaama muree murteysuutti ol guddisanii mana maree bakka bu'oota ummataatiin mirkaneessuun.

2. Finfinnee fi naannawa isiis tahee naannoolee garagaraatti hawaasni muslimaa tuffii fi maqaa baqattummaa bara dheeraa(Mualimoota ityoophiyaa kheysa jiraatan) je'amuu jalaa bahee(Mualimoota Ityoophiyaa) ja'amuudhaan Ramadaana keessa jabeenyaafi baay'ina ofii mul'isuufi abbaa biyyummaan akka itti dhagahamuuf sagantaalee ifxaaraa fi Iida guddaa qopheessuun(kanafaatu jibbitoota Islaamaa baay'ee duchisiisaa jira).

3. Sagantaa qur'aanaa kan idil addunyaatti nu beeksiseefi nu gammachiise sana otuma adeemsi qopheessitootaa dogongora tahee jiruu dogongora san irra dabranii guyyaa boqonnaatiin heyyama laatanii sagantichaan nu gammachiisanii biyyattiin akka jarri jettu(แ‹จ แŠญแˆญแˆตแ‰ตแ‹ซแŠ• แ‹ฐแˆดแ‰ต) osoon taane biyya NAJAASHII akka tahe mirkaneessuun, Kunis qabxii jibbitoota amantaa islaamaa kan firaafi alagaas garmale duchisiise ture.

4. Magaalaa finfinnee walakkaa iddoo garmale mul'ataa tahe(waajjira dhaabbata tokkummaa AFRIKAA) birratti lafa masjida ijaaruuf tahu bareedaa kennuun isaanii akka hawaasni biyya biraa Gaafa Ethiopia dhufe biyya teenya tan kiristaanaa qofa osoo hin taane kan maraa akka taate ibsuuf nu fayyada.

5. Baankii Islaamaaf karaa saaquudhaan akka hawaasni muslimaa hirmaannaa dinagdee cimsee itti fufuufi kuufannaa qabeenyaa dhalarraa bilosa taheefi akkasumas liqii dhalarraa bilisaatiin akka dinagdee ufii cimfatu muslimaaf karaa saaquun akka muslimni dinagdee keessaa gargaarsa liqii dhabaaf harka maratee hin hafne karaa saaqe(kunis nama guddina muslimaa hin barbaanneef dhukkubbii mataati(bowwuu dha).

Walumaa galattuu wanti gaggaariin nuuf(ummata Muslimaatiif) oolame baay'eetu jira, kanin asii olitti kaasemmoo oolmaa abbootiin keenyaafi abbootiin abbootii keenyaas hawwanii dhaban ture mootota haga har'aa ture kheysattis gaafannee dhabne har'a argannaan galata dhabuun beekkumsaa miti wallaala.

Kanumaafuu MUUMMICHI MINISTEERAA KEENYA obbo ABIY AHMAD ALI fi qaamonni dhimma kana mirkaneessuuf yeroo fi humna ifii aarsaa gootan marti GALATOOMAA RABBIIN KARAA UFIIF JAALLATU ISLAAMUMMAA ISINIIF HAA KENNU.

MuNaJiYa

22 Jul, 03:18


GALATOOMAA
------------
Bara nama waan gaarii hojjete galatoomfachuuf "waan feetellee taatu arraaf galatoomi..." jechaa galata dhukkubsataa nama galatoomfannu kheysa jirra.

An akkasitti galata dhukkubsataa hin galatoomfadhu

- MUUMMICHI MINISTEERAA KEENYA WAAN HAWAASA MUSLIMAATIIF OOLAN MARAAF HAA GALATOOMAN !

maal muslimaaf oolan kan jedhuuf
- nama galata beekuuf oolmaan 1chi galataaf ga'aa dha nama galatan beyneef oolmaan 1000nis ba'aa dha.

MuNaJiYa

17 Apr, 19:40


https://t.me/QuraanaRamadaanaa

MuNaJiYa

04 Apr, 13:16


https://m.tiktok.com/h5/share/usr/6842492260983604229.html?_d=daih52clbg0227&language=en&sec_uid=MS4wLjABAAAAhxZLIBJDtbWWru8GhPCBmCYacG4eFhU1e-kPjZCPlSoA18qc36A0GdFDFT1TZk8D&share_author_id=6842492260983604229&u_code=dd58ijk3i33m5j&timestamp=1617542141&user_id=6842492260983604229&sec_user_id=MS4wLjABAAAAhxZLIBJDtbWWru8GhPCBmCYacG4eFhU1e-kPjZCPlSoA18qc36A0GdFDFT1TZk8D&invitation_id=6947221481143290626&ivt_cover_key=tiktok-obj%2Ff25550e99cba5a2b91f390935b3dc07d&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=6946877863623296770&share_link_id=4c5d96c1-af65-49fd-acd8-d3d4ed21cf56&share_app_id=1233

MuNaJiYa

08 Feb, 10:03


ODUU GAMMACHIISAAโœจ
AKKAADAAMII AFRIKAA

๐Ÿ“ฒBiyyoota Addunyaa iddoo kamuu irraa tayuun Leenjii Hordofaa๐Ÿค—

๐Ÿ’กAkkaadaamiin Afrikaa Sagantaa Leenjii Barnoota Diinii Afaan Oromootiin mata duree *"Tafsiira Suurawwan Qur'aanaa Gaggabaaboo" jedhuun Qopheessee yoo isinii dhiheessu Gammachuu Guddaatu itti dhagahama.๐ŸŽ‰

Murteelee Diin Islaamaa; Muslima hunda ilaallatu;
*[TAFSIIRA SUURAALEE QUR'AANAA GAGGABAABOO ]*

Kitaaba "Qur'aana Qulqulluu Tafsiira Juz'iiwwan sadan boodaa" jedhu irraa

Kabajamoo SHEEK JAMAAL SHEEK MUHAMMAD AHMAD.

*Sagantaa Leenjii kana wanti adda isa godhu;*

๐Ÿ’ธ Kafaltii malee leenjii bilisaa tayuu.

๐Ÿ“† Sagantichi kan dabru Guyyoota 6 qofaaf tayuu.

๐Ÿ“ƒ Leenjii yoo xumurtan ammoo Waraqaan Ragaa kan isiniif kennamu taya.

*Haalli Barumsichi itti dhihaatus;*

๐Ÿงญ Guyyatti barumsa sa'aa 1 qofa.

โณ Barumsa guyyarraa kennamuuf hubannoo keessan to'achuuf gaafileen yaalii ni dhihaatu.

๐Ÿ“‰๐ŸŽฅ๐ŸŽ™๏ธSaganticha yeroo barbaaddanitti bifa Viidiyootiin, akkasuma Bifa Sagaleetiifii bifa Barruutiinis ni argattu.

๐ŸŸฅ Guyyaan Leenjiin itti Eegalamu;
Ji'a Rajab 1, 1442 H
(Feb. 13, 2021) tti.

Foormii Galmee:

https://bit.ly/39CEVGS

Erga galmooftanii booda garee Akkadaamii Afrikaa Telegramiitti seenuu hin irraanfatanii๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ
๐Ÿ“Ž
https://t.me/Africa_Academy2

โฐYeroo Qabdan irraa carraa sagantaa bareedaa kanaaf saamadhaa!
Fedha Rabbiitiin Barumsa murteessaa bifa salphaan barattanii mindaa guddaa Rabbirraa argattu!
๐Ÿ”Hiriyoota keessanii fi namoota beeytanis itti affeeraa๐ŸŒน

MuNaJiYa

02 Jan, 14:54


Beekkumsi khabajaa namni biraa hin qabne namaaf laata...

MuNaJiYa

12 Dec, 15:29


https://youtu.be/gLBgzdqrBPg

MuNaJiYa

02 Dec, 16:40


https://m.youtube.com/watch?feature=youtu.be&v=zr_e4DUoVNo

MuNaJiYa

02 Dec, 16:40


https://youtu.be/6Pp9q8B5LJ4

MuNaJiYa

25 Nov, 12:24


Mislimni bakka isaan malu dhaabbata
-------- ------ ----- ----- -----------
Rasuulli rabbii akkana je'an "islaamummaan nama tokkoo toluurraahi waan isaan hin malle lakkisuun isaa" namni muslimaa marti jecha khanarratti if madaala.

Namni rasuula hordofu Yeroo wal dhabbii arke utaalee seenuu dura faayidaan an as kheysa seenee fidu maali je'eeti madaalee tarkaanfata, yoo dogongoraan haala hin taane kheysa jarjaree seenes gaafa badii isaa arge dafee dhaabbatee if madaaluufi if hisaabuutti deebi'a.

Nama iyyu gaafa arge iyya san dabarsuu dura eenyutu iyye maaliif iyye eenyutu iyyisiise akkamitti iyyisiise ja'eeti addaan baafatee waan isaaf galerratti tarkaanfata, anaaf ati hoo? dhugaa waan amma oofaa jirru gaafiilee tana if gaafannee ni beynaa ?

Rabbiin guddaan addunyaa tanaaf ergamaa tokko qofa ergee ergaa isaa mara goolabuu osoo dandahuuti nabiyyoota hedduu wal faana ergee gama tokkichummaa isaa nu yaame, sababnis yeroon hundi namaa isii kheysa jiraatuufi akkaataa yeroo saniin maltu qabdi jechuu akka hubannuufi natti fakkaata.

Yaa hawaasa kheenya yeroo hunda hin callisan yeroo mara hin dubbatan dubbiin gariin osoo "namana nan dubbatinii na dhiisi, sirraa itti haa jiraadhu" osoo nuun jettuu dhiibnee if afaanii baafnee booda ol deebisuuf itti rakkanna.

Obboleyyan toora da3waarra jirtanis Wal haa gorfannu jechuun khoottaa isinin gorsa jechuu miti ani sin dhagayaati atis na dhagayii wal jaallannee waliin tarkaanfanna jechuu natti fakkaata, yoo yeroo wal gorfachuun barbaachise hunda namni tokko khan gorsu khaan khan gorfamu tahe gorsi sun hafeeti tuffiin bakka san dhaaluu dandaya, if haa eeggannu.

Yaa dubbiftoota barreeffama khanaa, gariin kheysan barreyfama khanarraa gammaduun ni mala, gariin garuu "dubbachuun laaftuu dha itti hojjechuudhaan rabbi si haa gayu" jechuun ooltan(aamiin walumaanuu achiin nu haa gayu).

Barreeyfama khanarra harka 10 bareedu kan dubbifamee hin quufamne namni barreessu hedduutu jira garuu...๐Ÿ˜ข

Galatoomaa jzkmlh kheyran...๐ŸŒน

MuNaJiYa

07 Nov, 11:08


https://youtu.be/4DJEES4VM-c

MuNaJiYa

03 Nov, 07:29


Yaadachiisa Gabaaba Sadarkaa nabii kenya S.A.W.
#ุฅู„ุง_ุฑุณูˆู„_ุงู„ู„ู‡
Dhageefadha share waliif godhaa jzkl.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/DxeusI_HdDs

MuNaJiYa

03 Nov, 01:24


๐Ÿคฒ Aamiin allaahumma aamiin ๐Ÿคฒ

MuNaJiYa

30 Oct, 19:01


https://youtu.be/ZG_LtY2wQhI

MuNaJiYa

30 Oct, 08:15


https://youtu.be/PkCxS4jHBiE

1,304

subscribers

123

photos

29

videos