Mammaaksaa Afaan Oromoo

@mammaaksaa


Mammaaksota fi jechamoota

Mammaaksaa Afaan Oromoo

23 Oct, 05:39


https://t.me/fadewalletbot/app?startapp=1827ed75752b4648b7d473196208d4d7
Forget the limits! FadeWallet is your ticket to the boundless crypto universe!

Join me at FadeWallet and let's earn rewards together.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

06 Sep, 20:14


Mindaa hojjetoota mootummaa kan bara 2017

Mammaaksaa Afaan Oromoo

26 Aug, 10:20


彡• Fiigee fiigee kormi sangaa ta'a.

彡• Fooliin gaariin kannisa harkisa.

彡• Abbaanuu hin gallee, fardaaf booyyanni.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

26 Aug, 10:19


彡• Adda baane jedhe namtichi furrii fudhatee.

彡• Lagaatu walitti yaa'a malee garaan walittii hin yaa'u.

彡• Niitiin gadheen, dhiirsa hamatti.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

17 Jul, 02:45


https://t.me/major/start?startapp=861293718

👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
75⭐️ invite bonus for you
200⭐️ if you are Premium Major

Mammaaksaa Afaan Oromoo

16 Jul, 16:46


https://t.me/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId861293718
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium

Mammaaksaa Afaan Oromoo

22 Jul, 11:54


彡• Jarjaraan horii gata.

彡• Namni akkaataa fardaa beeku ulee fardaa hin bobessu.

彡• Abbaa dhokseetu akaakayyuu himata

Mammaaksaa Afaan Oromoo

21 Nov, 12:00


彡• Eelan, Eelee dhaabatan.

彡• Sossobbiin madaa hin foyyessu.

彡• Yoo hundas dubbatan, garaan duwwatti hafa.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

21 Nov, 12:00


彡• Afaan gaarin, afaa gaari caala.

彡• Kan ilkaan hin qabne, akaawwii hawwiti.

彡• Firri dhufe jadhanii, dhabaa hin dhalanii.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

19 Nov, 11:39


彡• Nama horii hin beekneef, lukkuun luka lamaas horiidha.

彡• Harkaan kennanii, miilaan barbaacha deemu.

彡• Keessummaan keessa namaa hin beekne, gaaffii namatti dheeressiti.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

06 Nov, 18:10


Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raajiu'un
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Dr. kabaja artist Ali Birraan gara fuula Rabbitti  imaleera. Rabbin tawbaa isaa irraa qeebalee jannatal firadawsin habadhaasuuni.  Maati fi jaalaltoota isaatif Rabbin obsa hakeennufi.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

02 Nov, 13:51


#Mana waraaabessaa, foon liqiif hin dhaqan.

#Ukkaamamee raafamnaan, Aannanu Qabee/Sabaree cabsa.

#Tuulamanii taa’anii, waaqa ofii hin komatan.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

02 Nov, 13:51


#Ofii jettu mi'aayi yookaan dhagaa jadhanii, sigatu, jedhe soogiddaan.

"Iyyan malee hin dhalchanii?" Jedhe kormaan hoolaa korbessa re’en.

#Alagaa fi dukkanatti ija hin babaasan.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

29 Oct, 11:01


#Shinbirroon laga lagaa, Afaan Afaan dubbattii. 

#Anuma xuuxxa malee, xuuxxee waa nan xuruursituu. 

#Qooda qocaa kaa'e, Allaattiin hin fuutu

Mammaaksaa Afaan Oromoo

29 Oct, 11:01


#Addaatef ilkaan alanfachuu hin dhiisu.

#Ablee qara lamaa, beekaatu itti fayyadama.

#Bakkuma dhaqqabani kan hoqqatan.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

21 Sep, 13:14


#Waan namaa kaballaa malee hin quufani.

#Waan warri waarii hasa’aan, Ijjoolen waaree odeesiti.

#Waan samii bu’e dacheen baachuu hin dadhabu.

Mammaaksaa Afaan Oromoo

21 Sep, 13:14


#Namni qotiyyoo hin qabne qacceen qalqala guutuudha.

#Namni kokkolfaa nama miidhuu fi bokkaan aduu baasaa roobu tokko.

#Niitiin marii malee fuudhan marii malee baati

Mammaaksaa Afaan Oromoo

17 Jun, 00:39


#Qoraasuma_sammuu_kitabarraa.
 ┏━━━💞━━━━━━━━┓

Milkaa‟inni jireenya kufaatii hin qabne keessa jiraachuu miti.

• Kufaatiin namoota hedduuf madda jireenya gadadoo akkuma ta‟e namoota muraasaaf immoo ka‟umsa milkaa‟inaati.

• Kufaatiif warri harka laatan akka iddoo kufanitti akkuma hafan, gariin immoo iddoo
kufanii jabaatanii ka‟u.

●Inumaayyuu warri isa duraa caala, jabaa ta‟anii
ka‟an muraasni jireenya bareedaafi ajaa‟ibsiisaa jiraatu. Namni iddoo kufee abdiidhaan ka‟e ni milkaa‟a.

● Maarree milkaa‟uun jireenya kufaatii hin qabne keessa gulufuu osoo hin taane, iddoo kufanii ka‟anii galma gahuudha.