Mammaksa oromo @mammaksa Channel on Telegram

Mammaksa oromo

@mammaksa


Page kana kan ummata mammaksa jalatuuti

Mammaksa Oromo (Oromo)

Mammaksa Oromo kan akka Mammaksa jedhu fi kan akka Afaan Oromoo jedhu dha. Kan akka namoota afaan Oromoo barreessatti argatanii kan hubatameefi barruu dhiibbaan kan jalqabame jiru. Mammaksa kan ummata Oromoo jalati uumami dhiifame qe'eetti oromoon yakka ture malee beektotaa fi barruunis akkasumas gargaarsa qalbiin jedhu qaba. Mammaksa fi afaan Oromoo ittiin barreeffama. Kana du'utti ummata Oromoo irratti walitti deebi'anii cunqursa qunnamee kana akkuma kanuma lammaffaa kan ummataa kessaatti beekamiitii. Mammaksa Oromoo keessaa qubee oromoo, barruu gaari pooraa fi dhuma jedhu qofa keessaa tokko. Kana qullannoo karaa, daldaltan, biyyoota fi barreessi nageenyaa oromoo ilaalchiisanii ykn keessatti barreeffame yeroo qabame fakkeessaa akka ittiin deebii nu qabatee itti fayyadamuuf tattafataanii.

Mammaksa oromo

05 Dec, 13:19


https://www.facebook.com/108877818225962/posts/108879484892462/?substory_index=0

Mammaksa oromo

29 Nov, 07:52


https://youtu.be/FgaFUYwtaUo

Mammaksa oromo

25 Nov, 12:09


https://www.facebook.com/100018681070526/posts/922019358430758/?app=fbl

Mammaksa oromo

25 Nov, 12:07


#HacaaluuHundeessaaBoonsaa
~~~~~~~~~~~~~~~~
Lolaa Akka Qeerransaa
Tolaa Weedduuf Geerrarsaa
Sabaatu si gaafataa Si dhabee
Sobatu siin Naafataa caccabee
Yaa #Hacee Abbaa fardaa
Maandisa Seenaa dabee
Oromoo qee'een gaddaa
Erga Gaafa si dhabee๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/_05k67z3ARI
๐Ÿ™

Mammaksa oromo

25 Nov, 12:04


#HacaaluuHundeessaaBoonsaa
~~~~~~~~~~~~
Lolaa Akka Qeerransaa
Tolaa Weedduuf Geerrarsaa
Sabaatu si gaafataa Si dhabee
Sobatu siin Naafataa caccabee
Yaa #Hacee Abbaa fardaa
Maandisa Seenaa dabee
Oromoo qee'een gaddaa
Erga Gaafa si dhabee๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/_05k67z3ARI
๐Ÿ™

Mammaksa oromo

30 Sep, 15:06


https://m.youtube.com/watch?v=_05k67z3ARI

Mammaksa oromo

11 Sep, 14:07


https://t.me/DammaDaamuu

Mammaksa oromo

12 Aug, 16:52


https://youtu.be/3qS4CVOrTuM

Mammaksa oromo

02 Aug, 16:59


#Dhugaa_dhiigaa

Sirna Yaadannoo Wereegama Artist #Hacaaluu_Hundessaa Woggaa 1ffaa

https://youtu.be/_05k67z3ARI

dhugaan Dhiigaa hin dukkanuu
Aduun dhiyee hin hafuu
hin muguu hin limsatuu
Waandhi dhugaa hin rafuu
Hacee Goota qeerransaa
Hacee Mootii Geerrarsaa
Womaa hin dadhabduu dacheen
lafti waan hundaa danda'aa
Dhugaan Dhiigaa keetii
Bilisummaa Sabaatiif
Buuftuu ta'ee Nuuf hanga'aa!
...
..
...
yaa Saba Koo..
gaafa kaayyoon Hacaaluu
Harka kee Irraa looyee bu'e
gaafas Hacaaluu mitii
Oromoo situ du'e!

#Share like #subscribe godhaa
๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/_05k67z3ARI

Mammaksa oromo

01 Aug, 17:22


#Dhugaa_dhiigaa!

Wolaloo Ajaa'ibaa Kan Sirna Yaadannoo Wereegama Artist #Hacaaluu_Hundessaa Woggaa 1ffaa

dhugaan Dhiigaa hin dukkanuu
Aduun dhiyee hin hafuu
hin muguu hin limsatuu
Waandhi dhugaa hin rafuu
Hacee Goota qeerransaa
Hacee Mootii Geerrarsaa
Womaa hin dadhabduu dacheen
lafti waan hundaa danda'aa
Dhugaan Dhiigaa keetii
Bilisummaa Sabaatiif
Buuftuu ta'ee Nuuf hanga'aa!
...
..
...
yaa Saba Koo..
gaafa kaayyoon Hacaaluu
Harka kee Irraa looyee bu'e
gaafas Hacaaluu mitii
Oromoo situ du'e!

#Share like #subscribe godhaa
๐Ÿ‘‡
https://m.youtube.com/watch?v=JNH-9wlBw18&feature=youtu.be

Mammaksa oromo

29 Jul, 15:18


Dhugaan Dhiigaa Funyaan si Uree
Adunyaa irraa addaan si muree
Rabbiin qofa Kan hin shaaramne
Akka kee Namni hin Abaaramne
Robnii dhugaa Nuuf gigissaaraa
Tulluu dharaa kee jijjiksaaraa
Cabbii gubbaa Sitti harcaasuuf
Lolaan isaa si mancaasuuf
Sabaaf immo ni biqilchaa
Sabnis mooyee ni ilichaa๐Ÿ™
https://www.facebook.com/100018681070526/posts/848104222488939/?app=fbl

Mammaksa oromo

22 May, 15:28


https://www.facebook.com/100018681070526/posts/808274776471884/

Mammaksa oromo

08 Nov, 15:54


"warri akkam taana waliin jedhe akka ta'u hin dhabu."

Mammaksa oromo

08 Nov, 15:40


Channel Oro electric installation jedhuu kana channel kesan wan tahef @Electriciki join gochun akkaa nuttii dabalamtan jalalafi kabajan isiin gafanaa ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ

Mammaksa oromo

15 Sep, 16:06


Wajjiin bullaa yoo jette qensaa qaradhuu addan banaa yoo jette comaa qaladhuu jette cittoon

Mammaksa oromo

14 Sep, 14:22


Gurrachumman wan tiyyaa lamaa nan darbataan jedhe haraqessii

Mammaksa oromo

09 Sep, 18:12


Jazbaa, jallaa dhiistee
Jabaa Sabaa dhiibdee
Gorsaaf haqa diddee
Goolii Du'aa fiddee
Jawaariin Hidhatti darbitee
Geetachoof maaskii ergitee
Nafxanyaaf baankii ramaddee
Oromoo taankiin Cagaddee
Harree Xaanaa Yaabbattaa
Qilee gubbaan dhaabbataa

Riqichi Kee dhidhimeeraโ€ผ๏ธ
Harka kenni Sitti himeeraa

@DammaDaamuu

Mammaksa oromo

25 Jun, 16:08


Rakkinni keenya dhibba
kan rakkoo Uume jibba
Gaaf woyyanee lafa dhabne
Gaafa EPP Lafee cabne

Furmaanni isaa Tokkummaa
Diinni nun mooyu gonkumaa
Tokkummaa keenna qofaan
Mancaafna sanyii #bofaa

Damma Daamuu tuqii join godhi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu

Mammaksa oromo

31 May, 15:11


Rakkinni Saba Keenya dhibba
Ormi Gaaf caba keenya sirba
Gaguura Dammaa dhiifnee mooyye ulla
Warra Gadaati osoo jennu gadoon bulla
Siyaasni keenna cittoo ta'e nurratti
Fanxoo #Corona dabalame irratti
maal woyya ree Yaa fira gaafa Rakkoo
Tokko ta'i rakkinni keetis tokkoo

Join us
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu

Mammaksa oromo

02 May, 17:50


Rakkinni keenya dhibba
kan rakkoo Uume jibba
Gaaf woyyanee lafa dhabne
Gaafa EPP Lafee cabne

Furmaanni isaa Tokkummaa
Diinni nun mooyu gonkumaa
Tokkummaa keenna qofaan
Mancaafna sanyii #bofaa

Damma Daamuu tuqii join godhi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu
@DammaDaamuu