JECHOOTA GAMNAA Telegram Posts

Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA

27,296 Subscribers
11 Photos
2 Videos
Last Updated 24.03.2025 22:43
Similar Channels

25,344 Subscribers

21,983 Subscribers

14,193 Subscribers
The latest content shared by JECHOOTA GAMNAA on Telegram
【1】. Namni utuu kitaaba dubbisuu danda'uu kitaaba hin dubbifne, nama dubbisuu hin dandeenyerra hin caalu.
【2】. Namoonni hedduun hamma maqaa isaanii hin ga'an. Maqaa isaaniitu isaan caala.
【3】. Milkaa'inni wanta namoonni hin argin arguu danda'uudha.
【4】. Dandeettii / ga'uumsa keessa kee jiru qofaan dorgomi!
【5】. Beekumsa qaban irratti hundaa'ee namoota gosa 4 tu jira. Isaaniis:
1. Nama hin beekne , akka hin beekne, kan hin beekne.
2. Nama hin beekne, akka hin beekne, kan beeku.
3. Nama beeku, akka beeku kan hin beekne.
4. Nama beeku, akka beeku kan beeku.
【6】. Yeroo hubachuu ilaalchisee namoota gosa 3 tu jira.
➊. Har'a keessa ta'anii kaleessaaf warra jiraatan.
➋. Har'a keessa ta'anii boriif warra jiraatan.
➌. Har'a warra jiraatan.
【7】. Kaleessi dabreera, bor hin dhalanne, yeroon qabnu har'a qofa.
【8】. Eessa akka jirtu beekuu caalaa eenyu akka taate beekuutu si fayyada.
【9】. Diinni milkaa'inaa inni guddaan milkaa'ina mataa isaati.
【10】. Rakkinni namoota baay'ee humna dhabuu utuu hin ta'in akka humna qaban wallaaluudha.
【11】. Eenyuyyuu qofaa isaa jiraatee kan fiixaan baafate hin jiru.
【12】. Namni baay'ees si miidha baay'ees si fayyada.
【13】. Bilchinaaf karaan qaxxaamuraa hin jiru.
【14】. Milkaa'inni 99% kufaatiidha.
【15】. Yaalii dadhabi malee yaaluu hin dadhabin!
【16】. Carraatti utuu hin ta'in hojiitti amani!
@JechootaGamnaa

Wanti ati qabdu qabaa barbaada!!!
📌 Ilaalchi gaariin dhalootaaf riqicha ta'u, namoota gaarii qabaa qabeenya isaanii eeggatan keessa jira.
📌 Qabeenyi guddaan kan mootummaan hin beekne ati duwwaan beekuu qabdu si keessa jira.
📌 Bara namni jireenya dhiisee bara lakkaa'aa jiru kanaatti amala qabeenya keef eegdu ta'u kudhaammattee kaayyoo
uumamteef jiraachuun gatii jabeessa guddaadha.
📌 Amalli ati qabdu qabeenya keef orma ta'uu danda'a. Amala qabeenya keef orma ta'e keessaa ba'i!
📌 Bara namni waan qabu miti ofiisaa of qabu dadhabe kanatti atimmoo of qabii waan gaarii si keessa dhokatee jiru achi baafadhu!
📌 Yoo qabaa isaa beekteef albuudni guddaan karaa kee duwwaa gara addunyaatti bahuuf qophaa'e tokko sii keessa jira; innis eeyyaama kee malee gara dhalootaatti achi bahuu hin danda'u.
📌 Beekumsa si keessa jiru gara hojiitti fiduuf bilchinni ati eenyummaa qabeenya kee baachuu danda'uuf aarsaa ta'uuf qabdu murtessaadha.
📌 Qabeenya guddaa si keessa jiru qabachuu dadhabuu keetiin ajjeessuu keerraa ofii kee lubbuun darbuu wayya.
📌 Jiraa du'aa baatee deemu hin ta'iin! Akka awwaalcha keessa isaatti du'aa baatu, alaan bifa qabu hin ta'in. waan qabdu sirriitti qabaachuu dadhabuun salphina.
📌 Karaa namni hunduu deemu irra nan deema yoo jette waan gaarii si keessa jiru ajjeessuu dandeessa.
📌 Jireenyaa fi adeemsa albuuda si keessa jiruuf karaa ta'u qabaadhu!
📌 Namoonni baay'een jireenya namaa akkeessuuf jedhanii harka duwwaatti hafan, baay'een immoo utuu hin bilchaatiin eenyummaa isaanii agarsiisuuf jedhanii namummaa isaanii gatan.
📌 Namni miira isaaf garbicha ta'e qabeenya keessa isaa jiru eeggachuu hin danda'u.
📌 Egaa ati qabeenya guddaa duuka uumamte. Qabeenya guddaa kana qabattee immoo maasii qabeenya kee balleessuu keessa hin taa'in.
📌 Addunyaa kana irratti namni qofaa isaa bakka guddaa gahe hin jiru. kanaafuu nama duukaa jiraachuu bari! Kunis ati mataan kee qabeenya dha.
📌 Amala waan qabdu siif qabu qabaadhu!!

#Leenca fi #Kuruphee
Kurupheen Ganama Yeroo kaatu leenca ishee Nyaachuuf Adamsu Caalaa Fiigdee Lubbuu ishee Oolfachuuf of Qopheessiti Ta'uu Baannaan Akka nyaatamtu beekti...
Leencis Ganama yeroo Ka'u Kuruphee Caalaa Fiiguu Akka Qabuu fi qabee hin Nyaatu Taanaan Akka beelaan du'u beeka. Ati Kuruphees Taatu Leenca Ganama Yeroo Kaatuu Jiruu kee jijjiiruuf Fiiguu Akka Qabdu Hin dagatiin....
Haala Rakkisaa Kam iyyuu keessa yoo Jiraatte Abdii hin kutiin Nagaa sammuu kee qofa eeggadhuu Boriif of qopheessi rabbii abdadhuu hojjachuun dirqama.

🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩
Milkaa'inni
1. Humna Yaadaa: Montes milkaa’inni yaada sirrii irraa akka jalqabu cimsee ibsa. Garaagarummaa yaada dhaabbataa fi yaada guddinaa gidduu jiru ibsiti, kan lammaffaa dandamachuu, madaqsuu fi kufaatii irraa barachuuf fedhii waan guddisuuf leellisti.
2. Galma Ifa Ta’e Kaa’uu: Barreessaan kun galma addaa, safaramuu danda’u, galma ga’uu danda’u, barbaachisaa fi yeroon murtaa’e (SMART) kaa’uun barbaachisaa ta’uu cimsee ibsa. Kaayyoolee ifa ta’an kanneen gatiiwwanii fi hawwii dhuunfaa wajjin walsimu akkamitti akka ibsan qajeelfama kenniti, kunis tattaaffii xiyyeeffannoo qabuuf karaa saaqa.
3. Tooftaalee Mul’achuu: Montes mul’achuu akka meeshaa cimaa milkaa’inaaf ta’etti ni seensisa. Dubbistoonni kaayyoo isaanii fi bu’aa barbaadan ilaalchisee fakkii sammuu ifa ta’e akka uumuun jajjabeessiti, kunis kaka’umsa, ofitti amanamummaa fi ifa ta’uu hawwii isaanii hordofuu keessatti guddisuu danda’a.
4. Amala Gaarii Ijaaruu: Kitaabni kun amala gaarii milkaa’ina deeggaru horachuun barbaachisaa ta’uu isaa ibsa. Montes akkaataa amala gadhee adda baasuu fi kan ijaarsa qabuun bakka buusuuf gorsa qabatamaa kenna, walsimannaa fi jijjiiramaaf of kennuu cimsee.
5. Amantii Daangeffame Irra Aanuu: Montes amantiin daangeffame akkamitti guddina gufachiisuu akka danda’u ibsa. Dubbistoonni amantaa kana adda baasuun akka morman jajjabeessiti, mirkaneessa humneessuu kan of ilaalcha gaarii fi dandeettii ofii irratti amantaa guddisan bakka buusti.
6. Kufaatii akka Carraa Barnootaatti Hammachuu: Barreessaan kun daandii milkaa’ina irratti kufaatiin hin oolle ta’uu isaa irratti mari’ata. Kufaatii akka duubatti deebi’iinsaatti osoo hin taane, akka muuxannoo barumsaa gatii guddaa qabuu fi hubannoo fi guddina kennutti ilaaluuf jijjiirama yaada jajjabeessiti.
7. Barbaachisummaa Dandeettii: Montes milkaa’ina yeroo dheeraa argachuuf barbaachisummaa dandamachuu cimsee ibsa. Ilaalcha gaarii qabaachuu, namoota biroo irraa deeggarsa barbaaduu fi yeroo rakkisaa keessatti of kunuunsuu shaakaluu dabalatee tooftaalee dandamachuu guddisuuf gargaaran ni kenniti.
8. Gaariidhaan Of Marsuu: Kitaabni kun dhiibbaa naannoo fi hariiroon ofii milkaa’ina irratti qabu ibsa. Montes namoota dhuunfaa gaarii, deggersa qaban kanneen guddina kakaasan fi galma hordofuu jajjabeessaniin of marsuun ni leellisa.
9. Tarkaanfii Fudhachuu: Montes milkaa’inni tarkaanfii akka barbaadu cimsee dubbata. Dubbistoonni galma isaanii tarkaanfiiwwan xixiqqoo, bulfamuu danda’anitti akka caccabsan fi tarkaanfii wal irraa hin cinne gara galmaan ga’uuf akka fudhatan jajjabeessiti, kunis yaada guddinni carraaqqiidhaan argama jedhu cimsiti.
10. Galateeffannaa fi Sammuu horachuu: Dhumarratti barreessaan yaada gaarii qabaachuu keessatti barbaachisummaa galateeffannaa fi sammuu qabaachuu irratti mari’ata. Montes shaakala guyyaa guyyaa dinqisiifannaa guddinaa fi yeroo ammaa guddisan, kunis fayyaa waliigalaa fi kaka’umsa guddisuu danda’u ni leellisa.
"Sammuu Kee Milkaa'uuf Leenjisi" keessatti Sayra Montes tooftaa fi hubannoo qabatamaatiin yaada milkaa'inaarratti xiyyeeffate guddisuuf qajeelfama bal'aa kenniti. Barnoota ijoo kurnan kanaan dubbistoonni dandeettii dandamachuu horachuu, galma hiika qabu kaa’uu fi humna yaada gaarii fayyadamuun hawwii isaanii galmaan ga’uu barachuu danda’u. Kitaabni kun nama yaada isaa jijjiiruu fi dandeettii milkaa’ina isaa banuuf barbaadu kamiifuu akka qabeenya humneessaa ta’ee tajaajila.

━━━━━━━━━━━━
❗️ JOIN NOW ❗️
━━━━━━━━━━━━
Thanks for our support 🙏 🙌 ❤️
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
⚠️ AUTODELETED IN 48HRS ⚠️
✌️ Itti dhihaadhaa 😎 Itti Gammadaa!☝️
❗️ JOIN NOW ❗️
━━━━━━━━━━━━
Thanks for our support 🙏 🙌 ❤️
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
⚠️ AUTODELETED IN 48HRS ⚠️
✌️ Itti dhihaadhaa 😎 Itti Gammadaa!☝️
Re-posted Amaloota hiriyaa sobaa 10!
***
1 Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasawu,gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif si barbaadu malee!
2. Gaarummaa kee akka gowwummatti ilaalanii sitti fayyadamuu barbaadu,gaafa waan barbaadan sirraa dhaban, siin oodu,si cufu,amala sitti jijjiiratu!
3. Milkaa'ina keetitti hin gammadan,akka ati isaan dursitee milkooftu hin fedhan, ykn milkaa'ina isaanii sitti odeessanii akka sitti dhaga'amu godhan
4.Yeroo hunda gad si qabu, bifa keetiin,amala kee qeequ,filannoo kee akka jibbitu si godhu,walumaa galatti akka gad aantummaan sitti dhagahamtu si godhu
Isaan malee ati akka faayidaa hin qabne akka sitti fakkaatu si godha!
5.Yeroo siif hin kennan, sin dhageeffatan,rakkoo isaanii akka dhageeffattu barbaadu,yeroo hunda Negative dha! Of jaalatu, amala isaanii hin beektu,ni jijjiiramu ,yeroo hunda sababa baayyisu,gaafa ati barbaaddu!
Icitii kee sirraa baasanii tan isaanii immoo siif hin himan.
6. Si to'atuu barbaadu, waan uffachuu qabduu,nyaachuu qabduu, eenyuu waliin akka dubbachuu fi deemuu hin qabne sitti himu,yoo nama tokko jibban atis akka isaanitti nama san akka jibbitu barbaadan!
7.Akka ofiif fedhanitti si jijjiiruu barbaadu, fedhinnaa kee fi wanta jaalattu akka jibbitee kan isaan jaalatan san jalqabdu si godhan!
Karaa gaarii fi wanta si fayyadu akka hordoftu hin godhan,kararraa si maqsu!
8.Jibbaa fi oduu sobaa facaasu waa'ee nama biraa..
Kana jechuun sirrattis akkanuma duuba kee deemanii haasawuu jechuudha!
Isa ati iccitiidhaan itti himte,si duuba deebi'anii odeessu!!
Dafanii sitti mufatu, dafanii sitti hin araaraman!
9.Yeroo hunda sin dorgomu,yoo ati wanta haarawa takka goote isaaniis ni godhu, yoo sin dorgomuu hin dandeenye wanta san akka jibbitu si godhu!
10.Siif waa baayyee akka ta'an,tola akka oolan sitti himu ykn si duuba odeessu!

Umuriin lakkaa'amuun ni dhaabata.
Jireenyi lakkaa'amuun itti fufa.
Jireenyi ati jiraattee darbite seenaa kee ta'ee jiraata.
@JechootaGamnaa
Jireenyi lakkaa'amuun itti fufa.
Jireenyi ati jiraattee darbite seenaa kee ta'ee jiraata.
@JechootaGamnaa
Erga yaaduun kee hin oollee yaada gaarii yaadi! Hin ariifatin Obsa Qabaadhu!! Wanti hundumtuu yeroon irra darbee ni darba.
@JechootaGamnaa
@JechootaGamnaa
NAGAA KEEF YAADI
❶Namoonni hubatoon nagaaf jedhanii dhiifama gochuu hin sodaatan.Namoonni dadhaboon garuu hiikkaa nagaa waan hin beekneef dhiifama gochuu hin beekan.
❷Namni waan siin jedhutti hin dhiphatiin. Waan hamaa akka hin gooneef garuu of eeggadhu.
❸Enyummaa kee hubachiisuuf baay'ee hin yaalin.Namni akka si hubate osoo hin taane akka siif gale, akka si gammachiisutti jiraadhu.
❹Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti.
Eenyummaan kee si keessa qofaati argama!
❺Dafnee abdii kutachuu keenyaa irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne.
❻Qofaa ta'uu dandeessa.
Namni si biraa dhaabbatee kallattii si agarsiisu dhibuu danda'a.
➐Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii si kutachisuu danda'a ta'a. Yeroo dheeraaf karaan ati irra turte si gaddisiisuu danda'a.
❽Waan hin dabarre sitti fakkaatee dhiphachuu dandeessa.!