Hawwii Islamic tube @hawwiiislaamictube Channel on Telegram

Hawwii Islamic tube

@hawwiiislaamictube


♥️♥️🕋Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
👉 Seenaalee
Hadiisa rasuulaa ﷺ
👉 Gaaffii fi deebi'i
👉Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf
CEO: @Iklaaas

Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot

HAWWII CRYPTO ❤️ (English)

Welcome to HAWWII CRYPTO ❤️, the ultimate destination for all things related to cryptocurrency! Whether you are a seasoned investor or just starting out in the world of digital currencies, this Telegram channel is the place for you. Stay up-to-date with the latest news, trends, and insights in the cryptocurrency market. Get access to expert analysis, tips, and recommendations to help you make informed decisions and maximize your investment potential. Join our community of like-minded individuals who share a passion for all things crypto. Don't miss out on this opportunity to be part of a dynamic and engaging platform that will help you navigate the exciting world of cryptocurrency. Join us today at @hawwiiislamictube and start your journey towards financial success! Kun Chanel islaamaati join godhaa Galatooma.

Hawwii Islamic tube

30 Nov, 06:17


༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too

༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!

Aamiin....
        .....

👇
   ༆Share&Join༆
✰> @Hawwiiislaamictube
✰> @Hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

28 Nov, 17:24


{إن الله وملائكته يصلون على النبي يا أيها الذين آمنوا صلوا عليه وتسلموا تسليما]


- Salawaata ergamaa rabbii ﷺ irratti buusuun guyyoota biroo irraa guyyaan juma'aa jaallatamaadha, halkan isaallee irra caalaa halkaniiti. Akkuma ergamaan rabbii ﷺ jedhan:

(" إن أفضل أيا مكم يوم الجمعة فأكثروا  علي من الصلاة فيه")

《 Irra caalaan guyyoota keessanii guyyaa juma'aati. Guyyaa juma'aa keessa salawaata narratti buusuu heddummeessaa jedhan ergamaan rabbii ﷺ



Qaama dhiqachuu
Qeensa qorachuu
Shittoo dibachuu (dhiira qofaaf)
Ilkaan suwaakkachuu
Irra caalaa uffataa qabdu uffachuu
Suuraa kahf qara'uu
Ganamaan masjiida deemuu
Ergamaa rabbii irratti salawaata heddummeessuu ﷺ


《اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد وعلى آله وصحبه وسلم تسليما كثيرا 》.

https://t.me/hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

28 Nov, 13:12


📌 As wr wb obbolaa jaalalaa❤️ Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii @hawwiiislaamictube Hundaaf...

🔔 Akka imaammata (policy) telegram haaraa kanaan miseensonni chaanaalii kana MUTE gootan akka waan chaanaalii kanarra hin jirreetti ilaalama.  So, UNMUTE gochuun chaanaalii VIEW odeeffannoo maxxanfame ni hir'isa.

🔔 Waan nuti maxxansinu ilaalaa jirtanillee yoo chaanaalii MUTE gootan hin lakkaa'amu. 

Akkuma suuraa irratti mul'atuutti..
🔔 MUTE yoo jedhe hin tuqin

⚠️ UNMUTE irratti yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa

🎙 dabalataan maxxansa maxxansinu irratti reaction gochuun deebii tumsa keessan nuuf agarsiisaa.

Channal keesssan @hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

25 Nov, 18:44


Ibnu al-Qayyim - Rabbiin olta’aan rahmata haa godhuf - akkana jedhe:

“Gabrichi tokkichummaa rabbii dhugoomse kan karaa fi Sunnaa Ergamaa isaa hordofu, dilii yoo hojjete: warra Arshii baatanii fi namoota naannoo isaa jiran irraa araarama isaaf kadhatama.”

Share 🫶 @hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

20 Nov, 20:14


Gochi gara jabummaa salaaleen keessatti raawwatamaa jiru kun qalbii nama cabsa. Cal'isaanii ilaalun fafa seenaati. Godaannisa, madaa yoomiyyuu hin qoorreedha. Ayiiiiiiii 🇪🇹

Rabbi jaraaf haa tumsu. Aamiin 🤲

@hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

19 Nov, 06:24


Assalaamu Aleeykum

warahmatullaah

wabarakaatu

Ahbaabii fillaah🤝

@hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

18 Nov, 23:09


🌿 Boqonnaa ni barbaaddanii? Salaata keessa malee bakka biraa irraa hin argattanii!

🌿 tasgabbii barbaaddanii? Zikriin malee waan biraatiin hin argattan!

🌿 Gammachuu ni feetu? Waan allaahiin isinii jaallatee jaalachuudhaan malee essarrayyu hin argattani!

🌿 Jiruu dhugaa ni feetu? Allahaaf jiraachudhaan malee karaa biraatin hin argattani!


🌿🌿🌿🌿⤵️
    SHARE SHARE
@hawwiiislaamictube
@hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

16 Nov, 17:23


------------------------------------------
ኢማሙ ሻፊዒይ እንዲህ ይላሉ ፡

"ወደ አላህ መንገድ በመጓዝ ላይ ከሆንክ ሩጥ (ፍጠን) ባንተ ላይ ከባድ ሲሆንብክ በሶምሶማ ለመሄድ ሞክር ከደከምክ በዝግታ ተራመድ ይሄንንም ካልቻልክ እየዳህክም ቢሆን ተጓዝ አደራህን ጉዞህን ትተህ ከመመለስ ተጠንቀቅ"

---------------------------------------------------
Karaa Rabbii Irraa Deemaa Yoo Jirate Safisaan deemii (Fiigi) Inni Yoo Sitti oolfatee Suuta suuta Deemuuf Yaalii Yoo Dadhabde suuta tarkaanfadhu Kanaas Yoo hin dandeenye Dadhabii kee waliin deemii Adaraa Karaa Hin deebiin .

(Imam Ash-Shafi)
-------------------------------------------------
“If you are on the path towards ALLAH, then run. If it is hard for you, then jog. If you get tired, then walk. And if you can’t, then crawl, but never go back or stop.”—
( Imam ash-Shafi ﺭﺣﻤۃ ﺍﻟﻠﮧ ﻋﻠﯿﮧ )
---------------------------------------------

Join and share Te..➣ @hawwiiislaamictube
@Hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

14 Nov, 05:58


Guyyaa keessan Qur'aana Qara'uu keessa buufachuun bareeffadhaa 🥰

Share 🫶 @hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

14 Nov, 05:57


صفحة┆٤٧٢ .

Hawwii Islamic tube

11 Nov, 15:53


🕋jecha Ulamaa irraa📚
‏قال العلامة ابن القيم رحمه الله

الفرق بين أهل السنة وأهل البدع ، أهل السنة يتركون أقوال الناس ﻷجل السنة ، وأهل البدع يتركون السنة ﻷجل أقوال الناس

📓 الصواعق المرسلة (4/1603)📚
ibnul qayyim akkana jedhan
"garaagarummaan warra sunnaatii fii warra bid'aa jidduu jiru:warri sunnaa , sunna jala deemuuf jecha dubbii haasa namaa lakkisan,warri bid'aa immoo haasaa namootaa jala deemuuf jecha , sunnaa lakkisan"
Kitaaba isa kan Sawaaiqul Mursalaat 📚(4/1603)📚
Waan haaraa diin keessatti dhufu kamuu irra fagaachuutu gaariidha.
Sunnaa qabatanii deemuuti duniyaa fii aakhiratti nama baasa.

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

👇👇 join my channel👇👇
@Hawwiiislaamictube
@Hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

08 Nov, 11:35


Haala salafotaa "Asrii"guyyaa juma'aa
🌿 حال السلف عصر يوم الجمعة :

▪️وكان المفضل بن فضالة إذا صلى عصر يوم الجمعة، خلا في ناحية المسجد وحده، فلا يزال يدعو حتى تغرب الشمس.
(أخبار القضاة).
1-mufaddil ibnu fudaalaa:guyyaa juma'aa salaata asrii boda masjiida kheysa moggaa takka qabate kophaa isaa  taa'e rabbii kadhata hanga magriibaattii
▪️وكان طاووس بن كيسان إذا صلى العصر يوم الجمعة، استقبل القبلة، ولم يكلم أحدًا حتى تغرب الشمس.
(تاريخ واسط).
2-xaaeus ibnu keysaniis salaata asrii boda qiblaattii gara galetii taa'e rabbii kadhata hanga magriibaattii oso nam tokko hiin dubbiisne
▪️وذكر ابن عساكر :
《أصاب العمى الصلت بن بسطام، فجلس إخوانه يدعون له عصر الجمعة، وقبل الغروب عطس عطسة، فرجع بصره》.
(تاريخ دمشق).
3-silti ibnu basxaam ija dhabe ture akkasittii obboleyyan isaa asrii boda taa'anii rabbii kadhataniifii ijjii isaa debiitef
▪️وقال ابن القيم :
《وهذه الساعة هي آخر ساعة بعد العصر، يُعَظِّمُها جميع أهل الملل》.
(زاد المعاد ١ / ٣٨٤).
4 -ibnul qayyiim wa'e sa'aa takkiittii juma'aa keysa jirtu ta du'aaiin keysa qebalamtu san akkana ja'e isiin sa'aa asrii bodaatii
▪️وكان سعيد بن جبير إذا صلى العصر، لم يكلم أحدًا حتى تغرب الشمس - يعني أنه كان ينشغل بالدعاء -.
(زاد المعاد ١ / ٣٨٢).
5-saiid bin jubeyrii guyyaa jum'aa salaalata asrii boda hanga aduun dhiitu nama tokko hiin dubbiisu ta'etuma rabbii khadhata ja'an
Kanaafu obboleyyan ko nutiis guyyaa juma'aa keysaahu asrii boda rabbii kadhaa haa baayyisnu
Rabbiin nurraa haa qebalu

♥️❣️ Join 😋♥️
@Hawwiiislaamictube
@Hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

06 Nov, 18:20


As wr wb

🗓🇺🇸 Galmeen DV-2026 boru galgala(Kamisa, Nov 7) sa'atii 2:00pm irratti xumurama

🇺🇸 Kan hanga ammaa hin galmoofne yoo jiraattan inbox nu qunnamuun dafaa galmaa'aa:

✉️Inbox: 👉 @iklaaas

⚠️Nu biratti guuttanii gatii galmee kan hin kaffalin jirtanimmoo kaffaltii xumuruudhaan ragaa DV keessanii dafaa fudhadhaa!

👍Warri Guuttan hundii keessan carraa gaarii.

Hawwii Islamic tube

03 Nov, 22:41


Nama jaalattu Yeroo argitu Seeqii akka si jaalatuuf si gargaara.

Diina kee yeroo argitus Seeqi cimina kee itti Mul'isa.

Nama sii dhiisee deeme gaafa argitus seeqi Sheena ykn gaabbiitu itti dhagahama.

Nama hin beekne yeroo argitus Seeqi Nagiyaatu siif bu'aa 😁 Seequun sunnaadha

Fuula bareedaan nama simachuun ajrii qaba.

Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan:- "Dalagaa gaggaarii dalaguu hin tuffatin; Obboleeysa khee fuula bareedaan qunnamuullee maaf hin taane."

وعن أبي ذر رضي الله عنه قال‏:‏ قال لي رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏:‏ ‏ "‏لا تحقرن من المعروف شيئاً، ولو أن تلقى أخاك بوجه طلق‏"‏ ‏(‌‏(‏رواه مسلم‏)‌‏)‌‏.‏
https://t.me/hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

03 Nov, 10:40


As wr wb
Hanga Ammaa Dv Hin guunnee?

Guyyaa 1 qofatu hafe

Haala bareedaa dhaan namoota hedduu dhaaf guunnee jirra!

Ammas namoonni hin guutin yoo jiraattan

@iklaaas
@iklaaas

irratti hi nuun jechuun form nuti isiniif erginu guuttanii nuuf deebisuu dandeessu!

Hawwii Islamic tube

02 Nov, 03:35


As wr wb
Zikriiwwan Ganamaa Jechuun guyyaa keessa bareechaa

الْحَمْدُ لِلَّهِ وَحْدَهُ، وَالصَّلاَةُ وَالسَّلاَمُ عَلَى مَنْ لاَ نَبِيَّ بَعْدَهُ
Faaruun kan Rabbii tokkichaati. Rahmanniifi nageenyi, Nabiyyii xumuraa irra haa jiraatu.

اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ
Shayxaana rahmata Rabbii irraa fageeffamaa ta’e irraa Rabbittin maganfadha: Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru. Inni jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha. Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru hundi kan Isaati. Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka. Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanu. Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateera. Isaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu. Inni ol ta’aa guddaadha.

{قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ (1) اللَّهُ الصَّمَدُ (2) لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَدْ (3) وَلَمْ يَكُن لَّهُ كُفُوًا أَحَدٌ (4)
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin. Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha. Allaahn hirkoo waa hundaati. Hin dhalle hin dhalannes. Wanti tokkollee fakkaataa Isaaf hin taane.

{قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ (1) مِن شَرِّ مَا خَلَقَ (2) وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ (3) وَمِن شَرِّ النَّفَّاثَاتِ فِي الْعُقَدِ (4) وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ (4)
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin. Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha. Hamtuu waan Inni uumee irraa, Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas, Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas, Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha jedhi.

قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ (1) مَلِكِ النَّاسِ (2) إِلَٰهِ النَّاسِ (3) مِن شَرِّ  الْوَسْوَاسِ الْخَنَّاسِ (4) الَّذِي يُوَسْوِسُ فِي صُدُورِ النَّاسِ (5) مِنَ الْجِنَّةِ وَالنَّاسِ (6)
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin. Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha. Mootii namaatti, Gabbaramaa namaatti, Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa, Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa, Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).” (Hundaawuu si’a sadii qara’a)

اللَّهُمَّ بِكَ أَصْبَحْنَا، وَبِكَ أَمْسَيْنَا، وَبِكَ نَحْيَا، وَبِكَ نَمُوتُ وَإِلَيْكَ النُّشُورُ
Yaa Rabbi siin bariisifannee siin dhiisifanne. Siin jiraannee siin duuna. Deebiinis garuma keeti.

اللَّهُمَّ أَنْتَ رَبِّي لاَ إِلَهَ إِلاَّ أَنْتَ، خَلَقْتَنِي وَأَنَا عَبْدُكَ، وَأَنَا عَلَى عَهْدِكَ وَوَعْدِكَ مَا اسْتَطَعْتُ، أَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا صَنَعْتُ، أَبُوءُ لَكَ بِنِعْمَتِكَ عَلَيَّ، وَأَبُوءُ بِذَنْبِي فَاغْفِرْ لِي فَإِنَّهُ لاَ يَغْفِرُ الذُّنوبَ إِلاَّ أَنْتَ
Yaa Rabbi ati gooftaa kiyya. Situ na uumee ani gabricha keeti. Ani hangan danda’een baallamaafi waadaa keerran jira. Hamtun hojjadhe irraa Rabbittin maganfadha. Qananii ati natti oolte nan mirkaneessa. Yakka kiyyas nan amana. Kan yakka araaramu si qofa waan ta’eef naa araarami.

بِسْمِ اللَّهِ الَّذِي لاَ يَضُرُّ مَعَ اسْمِهِ شَيْءٌ فِي الْأَرْضِ وَلاَ فِي السّمَاءِ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ (ثلاثَ مرَّاتٍ)
Maqaa Rabbii isa wanti tokkollee samiifi dachii keessatti maqaa Isaa waliin hin miineetiin. Inni argaa beekaadha. (si’a sadii jedha)

رَضِيتُ بِاللَّهِ رَبَّاً، وَبِالْإِسْلاَمِ دِيناً، وَبِمُحَمَّدٍ ﷺ نَبِيّاً (ثلاثَ مرَّاتٍ)
Rabbiin gabbaramaa ta’uu, Islaamni amantii kiyya ta’uufi Muhammad (saw) Nabiyyii naaf ta’uu jaaladheera. (si’a sadii jedha)


Join and share🥰👇

@hawwiiislaamictube
@hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

30 Oct, 06:10


فإنَّ الحياء من الإيمان | Qaanfii (yeelloon) Imaana irraayi

{ ۞ يَسْتَخْفُونَ مِنَ النَّاسِ وَلَا يَسْتَخْفُونَ مِنَ اللَّهِ وَهُوَ مَعَهُمْ إِذْ يُبَيِّتُونَ مَا لَا يَرْضَىٰ مِنَ الْقَوْلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطًا }

👉 "Namarra ni dhokhatan ,Rabbirraa hin dhokatan haala inni isaanii wajjiin jiruun, yerooniifi isaan Bulfatan waan rabbiin jecharraa hin jaalanne Rabbiin waan isaan dalaganiin marsaadha beekkumsa isaatiin."

🔴 Kanaafuu yoo Namoota nu hin argine irraa kan Qaanfannu taate Rabbii keenya kan yeroo kam iyyuu nu argu irraa qaanfachuu maaltu nu dhorke?

Share 🫶 @hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

27 Oct, 11:06


Kana beektuu 👀

Namni yeroo duraatiif barri islaamaa akka hijiraa irraa lakkaawamu yaada fide Umar bin Khaxxaab ،،RA،، akka ta’e beektuu laata?

Join and share👌💥
@hawwiiislaamictube
@hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

26 Oct, 09:58


🔴Of eeggannoodhaaf.... 🔴

🔗Link akkasii goonkuma akka hin tuqne of eeggadhaa!🖕

👁 Gara website isin geessa sanabooda sana booda salphaatti akkaawuntii Telegram keessan hack gochuu danda'u.

👁 Adaraa linkiin kana fakkaatanis baay'een waanjiruuf tuquu keessan dura xiyyeeffannaa irra kaayaa.

@Hawwiiislaamictube

Hawwii Islamic tube

25 Oct, 21:58


Nabi mohammed irratti salawaata buusuun sallallaahu Aleeyhi wasallam halkan kee goolabi🥰

Hawwii Islamic tube

25 Oct, 12:21


{إن الله وملائكته يصلون على النبي يا أيها الذين آمنوا صلوا عليه وتسلموا تسليما]


- Salawaata ergamaa rabbii ﷺ irratti buusuun guyyoota biroo irraa guyyaan juma'aa jaallatamaadha, halkan isaallee irra caalaa halkaniiti. Akkuma ergamaan rabbii ﷺ jedhan:

(" إن أفضل أيا مكم يوم الجمعة فأكثروا  علي من الصلاة فيه")

《 Irra caalaan guyyoota keessanii guyyaa juma'aati. Guyyaa juma'aa keessa salawaata narratti buusuu heddummeessaa jedhan ergamaan rabbii ﷺ



Qaama dhiqachuu
Qeensa qorachuu
Shittoo dibachuu (dhiira qofaaf)
Ilkaan suwaakkachuu
Irra caalaa uffataa qabdu uffachuu
Suuraa kahf qara'uu
Ganamaan masjiida deemuu
Ergamaa rabbii irratti salawaata heddummeessuu ﷺ


《اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد وعلى آله وصحبه وسلم تسليما كثيرا 》.

https://t.me/hawwiiislaamictube

HAWWII CRYPTO ❤️

25 Aug, 06:37


➡️Bot kun kaffaluu egalee jira Nama Afferudhan Ton With draw gochu dandessu
⚡️Captcha Erga itti galchitanii Ton Address kessan Ton keeper jala Copy gochuudhan Itti paste gootu
Link:gadii kan tuquun eegali

https://t.me/TonInstantautopayBot?start=Bot21358300

HAWWII CRYPTO ❤️

24 Aug, 17:48


➡️Bot Ton kaffalu Ton V5 Air drope kaffaluu egalee jira Nama Afferudhan Ton With draw gochu dandessu
⚡️Captcha Erga itti galchitanii Ton Address kessan Ton keeper jala Copy gochuudhan Itti paste gootu
Link:👇👇👇👇👇

https://t.me/Tonv5AirdropBot?start=Bot21358300

JOIN 🔥 ️JOIN
╔════════════╗
[ SHARE 》 @hawwiicrpto
[ SHARE 》 @hawwiicrypto
╚════════════╝ ⇲

HAWWII CRYPTO ❤️

23 Aug, 16:21


Link asii gadii kanarratti tuqaa channelota isani join godha isiniif kafal
👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽

https://t.me/HIXweb_bot?start=8881352290422

HAWWII CRYPTO ❤️

20 Aug, 14:39


📲Hojii kana amansiisaa dha guys link kanaan seenuun channel laman suuraa irraa jiran join gochun check gochun eegalaa.💥💥💥 Wowww

Nama tokkoo gaafa Affeertan qarshii 5 aragattuu

!  በሪፈራል ፕሮግራማችን ጓደኞችዎን ወደ ቦቱ በመጋበዝዎ ብቻ በአንድ ሰው 5 ብር ማግኘት ይችላሉ።

Jalqabuuf👇👇👇👇👇👇
https://t.me/BirrReferBot?start=r03159013440

HAWWII CRYPTO ❤️

18 Aug, 19:15


🐶 Guyyaa #DOGS list itti ta'u Aug 20 irraa gara Aug 23 tti jijjiiramee jira.

👉Gara #exchanges jiranii 🟠⚪️ fi gara Telegram wallet 👛 #claim gochuun haga Aug 21 kan itti fufu yoo ta'u

🤑Gara TON Wallet kanneen akka ##Tonkeeper fi #TonSpace Claim gochuun ammoo Aug 23 irraa kaasuun eegala.

Claim to exchanges and Telegram Wallet will remain open until 6pm UTC on 21st August
- Claim to non-custodial wallets will be available from 8am UTC on 23rd August
- TGE and listing will take place at 12pm UTC on 23rd August
JOIN $ SHARE
@Hawwiicrypto

HAWWII CRYPTO ❤️

16 Aug, 19:52


Dogs Claim gochuun jalqabameera!

HAWWII CRYPTO ❤️

16 Aug, 15:44


✅️PiggyPiggyo
●Dhugaa tahuu Mirkaneeffannee Jirra. 🥰
●Kuno Tonkepper kiyyarratti Haala kanan dabarfadheen jira Amma.

●Hojiin isaa Task hojjechu fi Nama Afeeruu qofa Nama 1 irra jalqabee sif kafala Ton dhan.

●Ammuma Jalqaba kuno.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/PiggyPiggyofficialbot/game?startapp=share_1352290422

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Hawwiicrypto
JOIN ➲@hawwiicrypto

HAWWII CRYPTO ❤️

16 Aug, 14:25


Daliy Combo card hamster kombat for a today 5m

@Hawwiicrypto
@Hawwiicrypto

HAWWII CRYPTO ❤️

16 Aug, 13:43


👜$DOGS Tilmaama Gatii

Gara sa'aatii 7 dura gareen pirojektichaa tokenomics gadhiisee ture, amma wanti beeknu kunooti: Total Supply is 550 billion $DOGS. Odeeffannoo guutuu asii ilaaluu dandeessu.

🤑Dhiyeessii waliigalaa beekuun tilmaama gatii gochuu dandeenya. Mee pirojektii yeroo ammaa kana networkii TON irratti baay'ee beekamaa ta'e NOTCOIN akka fakkeenyaatti haa fayyadamnu. Yeroo pirojektichi jalqabamu Initial Market Cap gabaan isaa doolaara biiliyoona 1 yoo ta'u, doolaara biiliyoona 3tti ol ka'eera. NOT jalqaba irratti tapha tap2earn isa jalqabaa qofa ta’ee faayidaa biroo malee akka jalqabame isin yaadachiisuu barbaada.

🥷$DOGS yeroo ammaa kana hordoftoota baayyee guddaa fi fayyadamtoota yeroo listing $NOT qaban caalaa baay'ee qaba. Dabalataan, waltajjii NFT istikaara qabu (kan Pavel Durov jalqaba bara kanaa Token2049 irratti kaase) jalqabuuf karoorfachuu isaanii duruu beekna.

⭐️Kana jechuun $DOGS mallattoo meme duwwaa qofa miti; innis token meme networkii TON irratti baay’ee jaallatamu yoo ta’u, token kun bu’uuraalee waltajjii NFT isa jalqabaa Telegram keessa jiru keessatti ni makama.

⭐️Jalqaba daldalaa irratti Initial Market Cap gabaa doolaara biiliyoona 2 nan eega, sana irratti hundaa'uun tilmaama gatii $DOGS tokkoof shallaguu dandeenya:

Doolaara biiliyoona 2 ÷ biiliyoona 550 $DOGS ≈ $0.003

⚡️Haa ta’u malee, waltajjiin NFT akka eegalamuu fi altseason guutuu eeguu jirra. Haala sana keessatti, gabaan yoo xiqqaate doolaara biiliyoona 10-15 ($0.015 - $0.022 waliin walsimu) gahuu danda'a jedheen yaada.

⚠️ Kun gorsa maallaqaa miti, dogoggora ta'uu danda'a, garuu gatiin akkasii baay'een ni danda'ama.

🌟Yoo kun hin danda'amu jettanii yaaddan, creatar pirojektii $DOGS seenaa keessatti saantima meme dogs beekamaa ta'uu akka barbaadan ibsaniiru, akkasumas gabaa saantima meme dogs baay'ee beekamaa ta'e DOGE ta'uu akka barbaadan ibsaniiru , DOGE gaafa sanitti olka'iinsa doolaara biiliyoona 75 ture 😏

Har'a August 16 irraa eegalee:
Tookiin keessan Telegram Wallet keessanii ykn CEX filannoo keessaniitti ergachu jalqabuu dandeessu.

Waa'e crypto odeeffanno arkachuuf channel haarawa keenya Mube crypto irratti nu eega.

https://t.me/Hawwiicrypto

HAWWII CRYPTO ❤️

16 Aug, 13:39


Channel name was changed to «HAWWII CRYPTO ❤️»

HAWWII CRYPTO ❤️

21 Aug, 09:16


Channel created