Deebii Diagnostic Center _ Adama @drgurmessa Channel on Telegram

Deebii Diagnostic Center _ Adama

@drgurmessa


Trusted partner for accurate diagnosis!
The center where advanced technologies meets with diagnosing hands!

Deebii Diagnostic Center _ Adama (English)

Welcome to Deebii Diagnostic Center in Adama, your trusted partner for accurate diagnosis! With the username @drgurmessa, our center is where advanced technologies meet the skilled hands of experienced diagnosticians. Who is Deebii Diagnostic Center _ Adama? Deebii Diagnostic Center in Adama is a leading medical facility dedicated to providing accurate and reliable diagnostic services to the community. Led by Dr. Gurmessa, our team of experienced professionals is committed to delivering top-notch healthcare services in a comfortable and welcoming environment. What is Deebii Diagnostic Center _ Adama? Deebii Diagnostic Center _ Adama is a state-of-the-art facility equipped with the latest technologies and equipment to ensure precise and efficient diagnostic testing. From routine blood tests to advanced imaging procedures, our center offers a wide range of services to meet the needs of our patients. Whether you're in need of a simple check-up or a comprehensive diagnostic evaluation, our team is here to help. Experience the difference at Deebii Diagnostic Center _ Adama When you choose Deebii Diagnostic Center _ Adama, you can rest assured that you are in good hands. Our team of skilled diagnosticians and healthcare professionals are dedicated to providing personalized care and attention to each and every patient. We understand that accurate and timely diagnosis is crucial to effective treatment, and we strive to deliver results you can trust. Visit Deebii Diagnostic Center _ Adama today If you are in need of reliable diagnostic services in Adama, look no further than Deebii Diagnostic Center. With the expertise of Dr. Gurmessa and our dedicated team, you can count on us to provide you with the accurate results and compassionate care you deserve. Contact us today to schedule an appointment and experience the difference for yourself.

Deebii Diagnostic Center _ Adama

18 Jan, 17:16


https://t.me/DDCADAMA

Deebii Diagnostic Center _ Adama

18 Jan, 16:03


Channel photo updated

Deebii Diagnostic Center _ Adama

18 Jan, 14:53


Haala miidhagaa ta'een hojiin eegalamee jira!

Deebii Diagnostic Center _ Adama

14 Jun, 16:09


https://youtu.be/Imcsc1pu6oE

Deebii Diagnostic Center _ Adama

13 Jun, 21:11


HAPPY WORLD BLOOD DONOR DAY!
June 14, 2022

What is World Blood Donor Day? It's a global event that is celebrated every year on 14th June:
~ To raise awareness regarding the
Importance of blood donations.
~ To thank voluntary blood donors

Why WBDD is important?
~ It save lives
~ There's always a need for more
Blood donation
~ It's a global issue

What is the THEME of this year World Blood Donor Day? WBDD 2022 Theme:
''Donating blood is an act of solidarity.
Join the effort and save lives!''

Key Facts:
~ 118.5 millon blood donations
collected every year globally.
~ 40% of blood are collected in HIC,
home to only 16% world's population.
~ Africa collects only 4%, despite being
home for 17% of world's population.
~ Most African countries collects less
than 50% of blood needed.
~ Ethiopia collects only about 23%
(230,000 unit/year) of blood needed.
~ 26% of mother with severe bleeding
die due to blood shortage in SSA.
~ 52% of children with severe anemia
die due to lack blood transfusion SSA

What can you do on WBDD?
~ Give Blood!
~ Spread the importance of
Donating Blood.

GIVE BLOOD and GIVE LIFE TO
AFRICAN'S MOTHERS & CHILDREN!!!

Deebii Diagnostic Center _ Adama

31 May, 03:33


World No Tobacco Day
''Tobacco: Threat to our Environment.''

The campaign is aimed to raise aawareness among the public on the environment impact of tobacco-from cultivation, production, distribution and waste.

It will give tobacco users one extra reason to quit!!!

QUIT KNOW!

For those who quit today follow the following steps to curb your cravings:

1. Delay: Delay as long as you can before in to your urge.

2. Deep breathing: Take 10 deep breaths to relax yourself from within until the urge passes.

3. Drink water: Drinking water is healthy alternative to sticking a cigarette in your mouth.

4. Do something else to distract yourself: Take a shower, read, go for a walk, listen to music, etc

Deebii Diagnostic Center _ Adama

22 May, 14:52


https://youtu.be/KSBiP_cdjI8

Deebii Diagnostic Center _ Adama

18 May, 20:40


https://www.youtube.com/watch?v=iy3NwQUHfYE

Deebii Diagnostic Center _ Adama

07 Apr, 05:14


WORLD HEALTH DAY 2022

''Eat Healthy, Be Active Physically, Get Regular HEALTH CHECKUP, Die Gracefully.''
HAPPY WORLD HEALTH DAY!!!

What is World Health Day?
It's a global health awareness day celebrated on 7th April every year since 1950, under the sponsorship of WHO. The World Health Day commemorates the very first World Health Assembly organized by organization in 1948.

What is the significance of World Healthy Day?
It raise awareness about over all health and well-being of people across the world.

What is the THEME of this year World Health Day? World Health Day 2022 Theme: Our Planet, Our Health.
It focuses global attention on urgent actions needed to keep humans and the planet health and foster a movement to create societies focused on well-being.

Key Facts:
-Air pollution kills 13people/minute
-9/10 people breath polluted air
-3.6 billion people lack safe toilet
-2 billion pple lack safe drinking water
-830,000 people die from DD/year
-Tobacco cause 8 million death/year

What can you do to protect the Planet?
-Walk or bike to work at least once a week
-Buy your groceries from local producers
-Avoid highly processed food
-Buy less plastic; Use recyclable grocery bugs
-Quit smoking

''Keep your vitality. A life without Health is lile a river without WATER.'' Maxime Lagace

Life without Health is like a Hell!

CLEAN OUR AIR, WATER & FOOD!!!

Deebii Diagnostic Center _ Adama

04 Mar, 16:19


LUBBUU

Ergamni Keenya:
Uummata keenyaa tajaajila yaalaa ''TURJUMAANA'' irraa bilisoomsuu dha!!!

Odeeffannoo dabalataatiif
Bil: 0906-000-111
0906-000-222

Deebii Diagnostic Center _ Adama

22 Jan, 21:52


Manni Yaalaa Ispeeshaalayizdii Lubbuu, Qorannoo Waligaala Fayyaa (Annual Basic Health Checkup) ja'a tokkoof gatii idilee irraa parsantaa 50 (50%) hir'isuu keenyaa isin beeksisaa, koottaa waayee fayyaa keessanii bara jenna!!! Fayyaan faayaaa, Mana Yaalaa Ispeeshaalaayizdii LUBBUU

Deebii Diagnostic Center _ Adama

12 Dec, 15:17


Dear Family/Friends/Colleagues :

We are excited to announce the opening of our new hospital ''LUBBU Specialized Internal Medicine, Maternity & Child Health (MCH) Center'' in Finfinnee/Addis Abeba, Located @ Saris-Adey Abeba.

Join and follow us onhttp://www.lubuspecializedcenter.com

Deebii Diagnostic Center _ Adama

29 Jul, 16:37


Bututtii sammuu (burnout) maaltu fidaa??
*******
¶Hojii ofii irraa bu'aa gar-malee guddaa eeguu ykn karoora ifa ta'e dhabuu.
¶Jireenya ykn hojii ofii irratti to'annaa dhabuu fi Jireenya ofiitiif madaala dhabuu..... hojii, bashanna, hariiroo maatii fi namootaa fi kkf walmadaalsisuu dhabuu.
¶Haala hojii namaaf hin mijanne, burjaajii ta'e keessaa hojjechuu.
¶Deggarsa maatii, hiriyaa fi kkf dhabuu.
¶Hojii walfakkaataa, kan jijjiirama/dorgommii hin qabne hojjechuu.
¶Nama mara gammachiisuuf yaaluu.
¶Hojiin namatti baayyachuu, Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu.
¶Waan hin dandeenye, garmalee nama muddutti waadaa galuu
******
Dr. Dawit
(Speeshalistii dhibee sammuu).

Deebii Diagnostic Center _ Adama

28 Jul, 17:05


Bubuqqa'uu rifeensa mataa (Alopecia) maaltu fiduu danda'aa?
*********
1. Fangasii buqqee mataa hubu (Tinea capitis).

2. Sirni dhukkuba qaama keenyarraa ittisu ykn maadinummaan (Immunity) keenya nutti deebi’uun rifeensa nurraa buqqisuu danda'a (Alopecia
areata’)

3. Miidhama rifeensa mataa irra ga’uun (fkn:- ho’a guddaa, keemikaalota garagaraa dibachuu, humnaan harkifamuu/micciiramuu rifeensa mataa).

4. Mallattoolee dhukkuba biraa keessaa tokko ta'ee mul'achuu danda'a (fkn:- Dhibee xannacha, Taayirooyidii, hir’ina Pirootiinii fi Aayiranii).

5. Miidhaa qoricha fudhatamu biraan dhufu (drug side effects), kanneen akka qorichoota farra kaanserii.

6. Dhalootaan kan namaaf kenname, yeroo umuriin dabalaa adeemu (dhiiraaf) rifeensi mataa haphachaa fi dhumaa adeemuu.

***********
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa

Deebii Diagnostic Center _ Adama

23 Jul, 18:06


Eeggannoo Ilkaan keenyaaf godhamuu qaban!!
*************
1. Ilkaan keessan yeroo kamiyyuu akka meeshaatti tasumaa hin fayyadamiinaa (fkn, Waa baqaqsuuf, qaruuraa banuuf, qeensa qubaa ittiin kutuuf fi kkf).

2. Rigaa (brush) ilkaanii jajjabaataa hin fayyadamiinaa. Rigaan ilkaanii jajjabaataan ilkaan sirritti qulqulleessa jedhanii yaaduun fayyadamuun dogoggora. Kanaaf rigaa ilkaan lallaafaa fayyadamaa.

3. Ilkaan ofii sirnaan miicachuun dirqama, waanta ilkaan keessatti hafan akka foonii fi kan biroo dafanii keessaa baasuun dirqama.

4. Waantoota akka karameellaa, Loomii hedduu nyaachuu, buna sukkaaraan, alkoolii fi waan sukkaarri itti baay'ate hedduu nyaachuu/dhuguu dhiisuu.

(American Dental Associations).
Dr Gurmessa Enkossa

Deebii Diagnostic Center _ Adama

21 Jul, 16:25


MALLATTOOLEE KAANSARII HARMAA (Warning signs of breast cancer) !
**************
-Waanti akka dhiitaa jajjabaataa harma keessaa bakka takkatti yokaan guutummaa harmaa keessaatti umamuu

-Bakka dhiitaan sun itti ba'een gogaan harmaa gara keessaatti gadi dhooquu

-Fiixeen harmaa (nipple) gara keessaatti deebi'uu (Kun dubartoota uumamumaan fiixeen harma isaanii gara keessatti liqimfamaa ta'e osoo hin taane duraan normal warra tureef)

-Gogaan harmaa, bakka takkan diimatee, furdatee yoo qaban harkatti jajjjabaatee, qola burtukaanaa fakkaachuu.

-Dhangala'aan aannan irraa adda ta'e harma keessaa gadi yaa'uu.

-Xannachi liimfii bobaa jalaa, kan gama dhiitaan harmaa jiru sanatti argamu jajjabaatee guddatee ba'uu

Hub: Mallattoon kun marti sababa salphaa ta'e kan biraa, kanneen akka infekshinii, dhiitaa kaanserii hin taane, cyst (dhiita bishaan qofa ofkeessaa qabu) fi kanneen biroon ni dhufa. Kanaaf mana yaalaa deemanii qorannoon adda baafachuudha.

©️Dr. Gurmeessaa
Fayyaan faaya

Deebii Diagnostic Center _ Adama

20 Jul, 18:13


Ispoortiin fayyaa dha!
************
Ispoortiin:
1. Ulfaatina qaamaa hir'isa.
2. Dhukkuboota onnee hedduu ittisa.
3. Hirriba ga'aa aka rafnu taasisa.
4. Sammuun dhiphachuu hir'isa.
5. Dandeettii waa yaadachuu dabala.
6. Araada adda addaa irraa fayyuuf gargaara.
7. Ofitti amanamummaa keenya dabala.
8. Caccabuu lafee (osteoporosis) irraa nu eega.
9. Walqunnaamtii saalaa gammachuun fi ga'umsaan raawwachuuf gargaara.
*******
Fayyaan faaya
©️ Dr. Gurmeessaa