Dhamaatii hedduu booda; dadhabbiin koo firii godhatee kitaaba kuusaa walaloo mata dureen isaa 'BARRUU' jedhu xumurachuun eebbaaf qaqqabsiifadheera. Kanaaf gaafa guyyaa 13-4-2017 na cinatti argamtanii simboofii miidhagina sagantaakoo akka naaf taatan kabajaa guddaadhaan isin affeerradheera!
Fayyaa ta'a! _ _ _ _ _ _ _ _ _ _ _ _ _ _ _
Bakki Eebbaa - Giddu Gala Aadaa Oromoo
Sa'aatii 7:30 irratti
Amanaa Tafarii Bulchoo
0945600025🙏🥰