WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA @ansaarulhudaa01 Channel on Telegram

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

@ansaarulhudaa01


Ansaarul-hudaa
Haqaaf tumsina!

kaayyoo waldicha

1.Harka qalleeyyii deeggaruu
2.Da'awaaf haala mijeessuu
3.Tokkummaa muslimootaa cimsuufi dhimmoota islaamaa kanneen birooti

Waldaan kun G/arsii A/sirkaatti Dargagoota aanichaatiin kan hundeeffameedha!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA (Afan Oromo)

Waldaan Tola Ooltummaa Ansaarul-hudaa namaa dhuunfaa itti fufanii. Ansaarul-hudaa kan ittiin dhiheessuun immoo, waldaan kun ooltuun tumsina. Waldaa ooltuun kun haala amma mijeessuu kana keessaa keessatti gargaarsa qalleeysa deeggarsaa. Waldaan kun miidiyaa islaamaa qaba, da'awaafi haalaa mijeessuu kanneen birooti tokkummaa muslimootaa cimsufi dhimmoota islaamaa hunda keessa seenan ni argachaa jira. Ansaarul-hudaa gorsaafi afaan Oromaafi afaan Ingiliziffata gaafate. Waldaan kun, G/arsii A/sirkaatti Dargagoota aanichaatiin kan hundeeffameedha. Ansaarul-hudaa kan ittiin dhiheessuun waldaan kun haala amma mijeessuu cimsuf dhugaa Oromiyaa keessaa miidhaa jiranii.

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

12 Jan, 14:26


Waltajjii Da'awaa Dubartootaan dubartootaa qofaan Geggeeffame.

-------------04/05/2017---------

Sagantaa da'awaa waldaan Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa muhaadaraa dubartootaan dubartootaa qofaaf marsaan 2 ffaaan mata duree "guddina ilmaanii" jedhuun guyyaa har'aa magaalaa gobessaatti   geggeeffamee oolee jira.
Saganticha irratti daa'ileen gara garaa mataduree adda addaa irraa ergaa dabarsani jiru.
Waltajjichi sagantaale Waldaan Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa qophessuu keessaa isaa tokko fi marsaa marsaan kan itti fufuudha.

Ansaarul Hudaa
Haqaaf Tumsinaa!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

05 Jan, 16:35


Guyya 27/4/2017
Sagantaa marii idile miseensoota waldaa tola ooltumma ansarul hundaatin gaggeffame

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

03 Jan, 13:34


As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan                             walgahiin keenya idilee guyyaa 27/4/2017 sa'aati 3:30 irratti eegala qabiyyeedhan saganticha
1,Sagantaa barumsaa
2,Ajandaa marii
3,Sagantaa gaafi fi deebi fi k.k.f
qopheessine jira. hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu.

Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu
                                     Haqaaf Tumsina!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

30 Dec, 14:58


ODUU GAMMACHIISA
markaz xiibul akyaaritti barattoota barataa Turan keessaa dub.40 fi dhi.20 eebbifamaniiru...................

As wr wb Guyyaa 20 /04/2017
Arsii bahaa sirkaan magaalaa gaadoottii barattoonnii manneen barnootaa magaalattii keessa jirutti baratan,barnootaa idileetin cinatti barnootaa qur'aanaa barachuun barattoonni 60 qur'aana xumuranii irra deebi'anii bakka hooggantoonni
m/m/ dh/I/A/sirkaa, akkasumas ulamaa'ii fi imaamman argamanitti eebbifamaniiru.manni marichaatis barattoota eebbifamaniif badhaasa kitaabban garagaraa kennee jira.
Waldaan told ooltummaa ansaarul hudaatis sagantichi irratti argamuun qooda irraa fudhateera. barsiisota barattoota kana barsiisaa turaniif badhaasa kitaaba mulakhasul mufiid fii ilmittajwiid jedhamu kenneera
Akkasumas markazicha irraa kennaan galateeffannaa fi kabajaa waldaa tola ooltummaa ansaarul hudaatif kennameera.

Ansaarul hudaa

                                           Haqaaf tusina

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

23 Dec, 16:11


Guyyaa 13/4/2017
Marii Idile miseensota Waladaan tolaa oltumma ansarul hudaa

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

20 Dec, 05:18


«Rasuularratti ﷺ salawaata buusuun mallattoo addaa wayii kan halkanumaa fii guyyaa jumuaa qofa raawwatamtuu miti. Isiin zikrii, aadeeyfannaa ibaadaatii fii hojii umrii guutuu kan ittiin qomni kee si tasgabbooytu,diliin tee siif dhiifamtuu fii isiidhaan yaaddoon kee sirraa kaafamtuudha. Rasuulli ﷺ Nama salawaata isarratti buusuu heddummeeysuun akkana jedhan" yaaddoo fii cinqiin tee siif of gahamti,badiin kee siif dhiifamti".»


《اللَّهُمَّ صَلِّ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما صَلَّيْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ، إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، اللَّهُمَّ بَارِكْ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما بَارَكْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ.》

Jumadal-Sani 17,1446H

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

20 Dec, 05:17


«Rasuularratti ﷺ salawaata buusuun abbaa ofiititti tola ooluurraa lakkaa'amti. Kuniis malaa'ikichi salawaata namootaa nabiyyiidhaan ﷺ gahu sun " Yaa Muhammad! Abaluu ilmi abaluu salawaata sirratti buusee jira' jedhaan. Namichi salawaata buuse kun bakka Rasuulli ﷺ jirutti maqaan abbaa isaa akka dubbatamuuf sababa guddaa ta'e. Kunimmoo dhimmoota gurguddoo abbaa ofiitti ittiin tola oolan keessaa isa tokkoodha.»

Sheikh Al-Shinqiixii Rahimahullah
Jumadal-Sani 17,1446H

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

20 Dec, 05:15


‏﷽
۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد وعلى اله وصحبه

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

17 Dec, 15:10


Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa MM Dhi/ Islaamummaa Aanaa Sirkaa Waliin marii Geeggeessee.
-----------‐-08/04/2017----‐-------

Waldaan Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa guyyaa har'aa majlisaa Aanaa Sirkaa waliin marii bal'aa dhimoota gara garaa irraati bakka hoggantooni majlisaa fi waldichaa argamaniiti biroo Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa geeggeesaan jiru.

Mariicha irraatti gama lamaniyuu yaadoleen hedduu irraati waliin hojaachuuf walii galani jiru.

Ansaarul Hudaa
  Haqaaf Tumsinaa!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

14 Dec, 03:35


ትላንትና የሞቱት ሰዎች ለዛሬ ጠዋት እቅድ ነበራቸው፤ ዛሬ ጠዋት የሞቱት ሰዎች ለዛሬ ምሽት እቅድ ነበራቸው።

ህይወትን እንደ ተራ ነገር አትውሰድ። በሰከንዶች ውስጥ ሁሉም ነገር ሊለወጥ ይችላል።
ስለዚህ ምንጊዜም ይቅር በል! በሙሉ ልብህ ለሌሎች ፍቅርን ስጥ፡፡

ይህን እድል እንደገና ላታገኘው
ትችላለህና!!!

አልሀምዱሊላህ እንበል🙏🤌

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

14 Dec, 03:35


በኡስማኒያ አገዛዝ ስር እድሜው ለትዳር ደርሶና ማግባት እየቻለ ያላገባ ወጣት ከገቢው ላይ 25% ግብር ይከፍል ነበር ። በዚህ መልኩ ትዳርን ከፈሩ ወጣቶች የተሰበሰበው ግብርም የማግባት ፍላጎት እያላቸው ገንዘብ ላጠራቸው ወጣቶች ይሰጥና እንዲያገቡ ይደረግ ነበር ።

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

11 Dec, 16:06


Yaa'ii Idilee 6ffaa Bara Hojii 7ffaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Sirkaa

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

05 Dec, 13:29


Bareedinna dubbii ummata Arabaa laalaa mee…!
👇🏻

Bareedinni sammuu yoo ittiin yaadde…!
جمال العقل بالفكر
Bareedinni arrabaa yoo caldhiinsa baay’ifte
…!
وجمال اللسان بالصمت
Bareedinni fuulaa yoo
Ibaadaa jabeessite…!
وجمال الوجه بالعبادة
Bareedinni qalbii, yoo waanyoo   Fi jibbaa namaa dhiiste..!
وجمال الفؤاد بترك الحسد
Bareedinni haalaa fi amalaa yoo karaa sirrii irra gadi dhaabbatte..!
وجمال الحال بالاستقامة
Bareedinni dubbii, yoo dhugaa irratti hundoofte
…!!
وجمال الكلام بالصدق.

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

04 Dec, 16:22


اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيد ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آل مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيد🤍

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

29 Nov, 11:57


.


وَإِذَا مَرِضْتُ فَهُوَ يَشْفِينِ
በታመምኩም ጊዜ እርሱ ያሽረኛል፡፡🤍


.

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

27 Nov, 16:23


✍️ Sahaabaa Rasuulaa keessaa (Sallallaahu aleyhi wasallam)
warra masjida malee mana jireenyaayyuu hin qabnetu jira…
‏" كان بعض الصحابة لا بيوت لهم إلا المسجد "

Sharhii Sahiiha Bukhaarii kana osoo dubbisu argee…keessa koo na tuqe wlh…😢
فتح الباري لابن حجر٤٧٨/١

Radiyallaahu anhum Wa’ardaah…!!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

22 Nov, 12:53


As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan                             walgahiin keenya idilee guyyaa 15/3 /2017 sa'aati 3:30 irratti eegala qabiyyeedhan saganticha
1,Sagantaa barumsaa
2,Ajandaa marii
3,Sagantaa gaafi fi deebi fi k.k.f
qopheessine jira. hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu.

Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu
                                     Haqaaf Tumsina!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

16 Nov, 08:15


✍️ Rakkoon dhaloota ammaa…akkamitti akka babbareedee muldhatu barate malee, akkamitti akka bilchaatee dhiira tahu hin baranne…!
.
.
.
Kanaafuu yeroo hedduu dhiironni babbareedduun nu mudataa oolan….😁

Nuti dhaloota kana keessatti dhiira qofa osoo hin taane…dhiirummaa barbaanna guys…!!

Dhiifama gaa….!👇🏻

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

11 Nov, 11:41


https://youtu.be/Tv-tZmzlov8?si=RZfTlz4k6M_JS-qh

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

10 Nov, 13:41


Oolmaa kenya har’aa

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

09 Nov, 16:48


አስተማሪ ቂሳ
   
       በጠዋት አንድ ሰአት ላይ አንድ ጓደኛዬ ደውሎ እርዳታ ከምንሰጣቸው ሰዎች አንድ ደካማ አሮጊት በጣም ታመዋል፤ ከጎናቸው ማንም የለምና እባክህ አጅሩን ከአላህ እናገኛልን ሀኪም ቤት እናድርሳቸው አለኝ።

       ልምዴ ሆኖ በረመዳን ከፈጅር ሰላት በኋላ እንቅልፍ የምተኛበት ወቅት ነው ፤ ሆኖም አንድ ኡዝታዜ ተጨማሪ (ናፊላ) የሆኑ ኢባዳዎችን ከመስራት የሰዎችን ጉዳይ (ሀጃ) መፈፀም ይቀድማል ሲል የተናገረውን አስታወስኩና እያመነታሁ እንድ እግሬን ወደ ፊት ሌላኛውን ወደ ኋላ  እየጎተትኩ ከቤቴ ወጣሁ።

      ወደ አዛውንቷ ሴትዮ ቤትም ሄደን ሀኪም ቤት ወስደናቸውና በአላህ ፍቃድ አስፈላጊውን ህክምና ካደረግንላቻው በኋላ ፤ ጤንነታቸው መለስ አለ። እናም ወደ ቤታቸው ይዘናቸው ተመለስን። አዛውንቷ ምላሳቸው ዱዓእ ከማድረግ አልቦዘነም ነበር።

መንገዱን ሙሉ ዱዓእ ሲያደርጉልን ቆዩና ከቤታቸው አድርሰናቸው ጓደኛዬን ተሰናብቼ ወደ ቤቴ አመራሁ፤

ቤት ስገባም እናቴ የመኝታ ክፍሌን ስታፀዳ አገኘኋትና ፦ እማዬ ምን ነው!? ምን ሆነሻል!? ምን እየሰራሽ ነው? ስል ጠየቅኳት።

እሷም፦ ተኝቼ ሳለ ከክፍልህ ከባድ ድመፅ ሰማሁ ልጄ ላይ ምን ወድቆ ነው ብዬ እየጮህኩ ስሮጥ ወደ ክፍልህ መጣሁ አልሀምዱሊላህ አንተ የለህም ቁም ሳጥኑ ግን አልጋህ ላይ ተደፍቶ አገኘሁት ቆይ ግን የት ነበርክ !? ብላ ጠየቀችኝ።

ይህን ግዜ ፈገግ አልኩና እንዲህ የሚለውን የረሱልን ﷺ ቃል አስታወስኩ፦
《 (ለሰዎች) መልካምን መስራት ከመጥፎ አደጋ (አሟሟት) ይጠብቃል።》


.

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

08 Nov, 13:50


As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan                             walgahiin keenya idilee guyyaa 1/3 /2017 sa'aati 3:30 irratti eegala qabiyyeedhan saganticha
1,Sagantaa barumsaa
2,Ajandaa marii
3,Sagantaa gaafi fi deebi fi k.k.f
qopheessine jira. hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu.

Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu
                                     Haqaaf Tumsina!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

05 Nov, 12:01


Wah-daa 11
Maaltu Hir'aate?


Waltajji Guddicha da'awaa fi Nashiidaa Wah-daa Marsa 11 suraadhan

24/02/2017 M/Gobeessaa
Galtomaa!
Ansaarul Hudaa
Haqaaf Tumsina
!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

04 Nov, 02:56


The history of Damascus (Book)
تاريخ دمشق…
Seenaa Damaaskoo ykn Dimashqaa…Biyya tana maaliin beektu mee ?

✍️ Seenaa islaamaa keessatti kitaaba akkaan ijoo taheedha…, kitaabni hangana guddatus seenaa keessatti hin jiraata jedhamee hin yaadamu…
is the most important books in the history of Islam…
👉🏼 is considered the largest biographical dictionary produced in history by a medieval Muslim historian, Ibn Asakir
👉🏼 Kitaabni kun Jildii 80 olitti kan xumurameedha..waliigalatti fuullisaa 21568…
👉🏼 Kitaaba akkanaa kana barreessuun umrii guutuu nama gaafata jedhu hayyoonni….
👉🏼 Barreessaan kitaabaa #Ibnu_Asaakir jedhama….(Rahimahullaah)…

✍️ Seenaa biyya takkaa qofa barreessuuf kan hangana xaare, osoo Rabbiin laaffiseefii seenaa biyyoota islaamaa guutuu eegalee hoo ?
Garuu namni akka kiyyaaf keetii kan page 100/150 dubbisuun gaara nutti tahu…fuula 21568 dubbisuun ni yaadamaa ree 🤔

Seenaa islaamaa baradhaaa…

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

02 Nov, 15:36


Ya ilma aadam!!

Qabeenyi fayyaan bareedumni wantoonni ati har'a ofiin dhaaddu ittiin boontu martinu
wallahi wobillahi watallahi ergisa yoom akka sirraa fudhu rabbin qofatu beeka.

Osoo hin dhiine gama rabbii haadebinu

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

27 Oct, 16:45


Oolmaa keenya har’aa

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

20 Oct, 15:46


ኢማም አዝ-ዘሀቢይ፦

አንድ ሰው የቁርኣንና የሱና ማስረጃ እየነገርከው..ይሄን ተውና የአእምሮ አስተያየትህን ስጠኝ ካለህ ይህ ሰው አቡ ጀህል መሆኑን እወቅ"።

ምንጭ፦ አስ-ሲየር(472-4)

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

18 Oct, 05:07


Innaalillaahi wa’innaa ileeyhi Raaji’uun
Shahiiduuf Manaa baate isuma argatte Rabbi Rahmata siif hagodhu

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

13 Oct, 12:20


Olmaa kenya har’aa

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

13 Oct, 12:20


WAH-DAA 11 MATA DUREE MAALTU HIR’ATE?
jedhun dhufaa jira

Waltajjin guddichi da’awaa fi neshida WAH-DAAn Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaan qophaaye isin bira gahaa ture marsaa 11ffaa isaa isin biraan gahuuf qophi barbachisu xumuru koreen qindessitu beksisani jiru

waltajji heddun kessan hawwin egdan wahdaan 11ffaan mata dure MAALTU HIR’ATE? jedhun bakka kessummonni garagaraa argamanitti gaafa guyya 24/2/2017 M/gobessa galma tokkuma waajira W/M/D sa’aati 3:00 irraa egale kan gaggefamu tahu beksifame jira

kanaafu saganticha irratti akka argamatan afferamtani jirtu tikketti sensa galmaa dursitani akka bitattan isin beksifna

ANSAARUL HUDAA

HAQAAF TUMSINA!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

11 Oct, 08:09


As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan                             walgahiin keenya idilee guyyaa 3/2 /2017 sa'aati 3:30 irratti eegala qabiyyeedhan saganticha
1,Sagantaa barumsaa
2,Ajandaa marii
3,Sagantaa gaafi fi deebi fi k.k.f
qopheessine jira. hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu.

Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu
                   Haqaaf Tumsina!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

30 Sep, 15:08


In World War II:
Waraana addunyaa 2ffaa keessatti:

🇩🇰 Denmark sa’aatii 6 keessatti harka kennatte…
Luxembourg 🇱🇺 guyyaa takka keessatti harka kennatte…
Netherlands 🇳🇱 guyyoota Shan booda harka kennatte..
Belgium 🇧🇪  guyyoota 18 booda harka kennatte..
Poland 🇵🇱 guyyoota 35 booda harka kennatte…
France 🇫🇷 guyyoota 46 booda harka kennatte
Norway 🇳🇴 guyyoota 62 booda harka kennatte…

Mu’umintoonni Gaza garuu guyyoota 300 walakkaa ol kunoo biyya hangana guddattu wajjiin wal lolaa harka osoon kennatin afoo dhaabattee falmachaa jirti…
كتب الله لأغلبنّ أنا ورسلي
Rabbiin isiniif haa tumsu….!!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

29 Sep, 13:05


Oolmaa keenya har’aa

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

27 Sep, 07:56


As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan                             walgahiin keenya idilee guyyaa 19/1 /2017 sa'aati 3:30 irratti eegala qabiyyeedhan saganticha
1,Sagantaa barumsaa
2,Ajandaa marii
3,Sagantaa gaafi fi deebi fi k.k.f
qopheessine jira. hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu.

Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu
                   Haqaaf Tumsina!

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

22 Sep, 16:21



Risaalaa tana gara nama guyyaa qiyaamaa shafaa'aa nabiyyiin keennaa ﷺ isa haa dhaqqabduu barbaadu qofatti naa geessaa.....!!!!
Ergamaan rabbiiﷺ akkana jedha...《 nama narratti salawaata buuse yeroo bariisifatee fi yeroo dhiisifate shafa'aan tiyya isa dhaqqabdi jedha guyyaa qiyaamaa》
👌Namni shafa'aan isaanii gaafa ani ciqame san na haa dhaqqabdu jetttu na wajji jalqabi..... 1, 2, 3.....
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك عاى نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد

WALDAA TOLA OOLTUMMAA ANSAARUL-HUDAA

20 Sep, 19:38


Olmaa Bareeda Ture

Hoggantoota fi Miseensooni Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa Waliin Guyyaa har'aa dhukkubsaatoota Hospitaala Gobeessaa kessaa jiran ziiyaare jirra.

Warii Waldaa Tola Ooltummaa Ansaarul Hudaa Guddaa Galatooma.

Haqaaf Tumsina!