Beekumsaa walii Galaa @abdiisabaakoo Channel on Telegram

Beekumsaa walii Galaa

@abdiisabaakoo


Kayyoon chanaalii kenyaa ijaf gurra ummataa ta'uudha.

For advertiser @kingnatm

Nu qunnamuuf
@mariikenyaa nuu argachuu dandessuu

ABDII SABAA (Somali)

ABDII SABAA waa kanal lagu daabicay Telegraam oo ah mid ka mid ah kanalada ugu caansan ee ku saabsan cilmiga, aqoonta, iyo macluumaadka Soomaalida. Kanalkan waxaa loo isticmaalaa si loo fududeeyo waxbarashada, khibrada, iyo wacyigalinta bulshada Soomaaliyeed. Abdiisabaakoo waa goob lagu dhaqmo dad badan oo ka faa'iideysanaya cilmiga caddaanka ah. Waxaa lagu siineyaa warar muhiim ah oo ku saabsan cilmiga, waxbarashada, iyo siyaasadda Soomaaliya. Taageerayaasha kanalkan waxay ka hawlgalaan cilmiga iyo wacyigalka Soomaalida, dhab ahaan dadka Soomaaliyeed ee ku nool gudaha iyo dibadda. Mar walba waxay leeyihiin qoraal waxbarasho, tixraacyo, iyo wararka caalamiga ah oo lagu baahiyey. Sidaa darteed, haddii aad rabto inaad heli karto macluumaad cilmiga iyo waxbarashada Soomaalida, Abdiisabaakoo waa kanalka loo dhan yahay.

Beekumsaa walii Galaa

29 Dec, 08:37


Paws task jiruu hundaa xumuraa snaphshot guyyaa borii ykn dec 30 dha. https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=r6GEhc86

Beekumsaa walii Galaa

29 Dec, 08:27


Seed xumaramuf guyyaa torbaan Sadii qofatuu hafee Kanaaf jabessaa, warri hin egallee ammaa dafaa egallaa t.me/seed_coin_bot/app?startapp=1224507058

Beekumsaa walii Galaa

21 Dec, 10:32


Daballiin mindaa ji'oota Onkololeessaa fi Sadaasaa harkifate mindaa ji'a Muddee irratti dabalamee hojjattootaaf akka kaffalamus ibsameera.

Mootummaan bajata dabalataa  birrii biiliyoona 90 mindaa bara kana hojjattootaaf kaffalamuuf ramaduun isaa ni yaadatama.

Mootummaan mindaa hojjettoota mindaa xiqqaa Onkoloolessa bara 2017 irraa eegalee ni sirreessa jedhee kan ture ta’us, daballiin mindaa ji’oota lamaan darban keessa hojiirra ooluu dhabuun hojjettoonni mootummaa hedduun komii dhiyeessaniiru.

Naannoo Oromiyaa Godinaalee hunda keessatti, ganama har’aa irraa eegalee, adeemsa qoodinsa mindaa hojjettootaa irratti qaamolee dhimmi ilaallatuuf ibsi kennamaa akka ture dhaga’ameera.

Beekumsaa walii Galaa

18 Dec, 14:59


★[በ 0 አመት እና በልምድ] Vision Academy አዲስ የስራ ማስታወቂያ  

Deadline: December 24, 2024

Vision Academy Vacancy for Fresh Graduates.

Position 1 : KG Assistant Teacher
Position 2: Main Teachers
Position 3: Spoken Teacher

🔻Experience : 0 year and above

🔻 Location : Addis Ababa

🌀 How to Apply ??
  👇👇👇👇👇👇👇
https://dailyjobsethiopia.com/2024/12/18/vision-academy-for-fresh-graduates-2/

Share to your friends

Beekumsaa walii Galaa

18 Dec, 14:59


★[በ0 አመት] BCaD Consulting Management PLC Vacancy

Deadline: January 17, 2025

BCaD Consulting Management was established in 1998 as a sole Proprietorship business organization.

Position: Interpreters

❇️ EDUCATION: University diploma or above.

🔻 Required languages:

• Between Amharic and English ( 7 positions)

• Between Tigrigna and English ( 7 positions)

🌀How to Apply Online??
👇👇👇👇
https://dailyjobsethiopia.com/2024/12/18/bcad-consulting-management-plc-vacancy/

Share to your friends

Beekumsaa walii Galaa

18 Dec, 14:58


BDO Consulting PLC is Hiring!

Assistant IT Administrator is needed!

Requirements:
- Bachelor's degree in Computer Science, Information Technology, Software Engineering, or a related field
- Strong professional written and verbal communication skills in English.
- 1-2 years of experience in a similar IT role.
- Proficiency in Windows operating systems and Microsoft SharePoint.
- Familiarity with networking and system administration concepts.
- Ability to quickly learn new software and adapt to changing technologies.
- Strong problem-solving and troubleshooting skills.
- Attention to detail and the ability to work independently.


Deadline: Dec 17, 2024

Click here to apply: https://www.dereja.com/jobs/assistant_i_adminstratorbd_consulting_plc2024-12-12_07:12:22

Beekumsaa walii Galaa

18 Dec, 14:57


WODA Vehicle Manufacturing Company is Hiring!
Junior Accountant is Needed!

Requirements:
Female Candidates only needed.
Bachelor's Degree in Accounting and Finance
Minimum GPA of 3.2
Proficiency in accounting software (e.g., Microsoft Office Suite, Peachtree, ERP, Excel)
Strong command of the English language (both written and spoken)

Deadline: Dec 22,2024
Click here to apply: https://forms.gle/sA6yvWTfJttY9o7XA

Beekumsaa walii Galaa

13 Dec, 17:30


BBO marsaa 6ffaa ammaa bahee

Beekumsaa walii Galaa

12 Dec, 08:30


Waliif Qooduun nama 1f Karaa haataanu💟
Baayyina:1000 ol Barbaada
Qaxarriin: Dhaabbii
# Ethiopian Immigration and Citizenship Service
Galmeen:Qidaamee(Sanbata Xiqqaa) dabalatee 9-25/4/2017
Yaadachiisa
•Ragaalee barnootaa fi muuxannoo hojii barbaachisoo ta’an footokoppii orijinaala fi hin deebine qabatanii deemuudhaan.
👉 Waajjira dhaabbata, Finfinnee,Piazza, Gamoo Inat biratti argamutti akkasuma
👉 Waajjira Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Direedaawaatti,
👉Akkasumas naannoo hunda keessatti waajjira Pirezidaantii keessatti qaamaan galmaa'uu akka dandeessan isin beeksifna jedhu.
👉 Gitoota hojii muuxannoo hojii barbaadaniif muuxannoo hojii barbaachisaa ta’e kennuu qabu.
👉 Gitoota hojii digirii waggaa zeeroo barbaadaniif ragaa Qormaata Yuunivarsiitii Bahuu fi qabxiin eebba yunivarsiitii dhiirotaaf 2.5, dubartootaaf 2.00 ta’uu qaba.
👉 Warreen Diploma ykn barnootaa Level Dorgomaniif ragaa COC dhiyeessu qabu.
👉 Dorgomtoonni gitoota hojii waggaa zeeroo barbaadu irratti Dorgoman bara 2015 irraa kaasee kan eebbifaman Ta'u qabu.
👉 Dorgomtoonni ulaagaa guutanii fi filataman leenjii dhaabbatichi kennu fudhachuuf fedhii qabaachuu qabu.
👉 Warri umuriin isaanii waggaa 35 fi isaa gadi ta’e ragaa barnoota kutaa 8ffaa dhiyeeffachuu qabu.
👉Hojii dhaabbatichi itti ramade kamiyyuu irratti hojjechuuf fedhii kan qabu/du .
👉Dorgomtoonni dandeettii afaan biyya keessaa fi alaa adda addaa qaban ni jajjabeeffamu;
👉 dubartoonni ni jajjabeeffamu;
👉 Dorgomtoonni dandeettii kompiitaraa bu’uuraa qaban ni jajjabeeffamu jedhu.

Beekumsaa walii Galaa

11 Dec, 17:09


Oduu Gammachiisaa!!

Hayyuun Gaanfa Afrikaa Kab Jawar Mohammed Kitaaba mata dureen isaa "HIN GAABBUU" jadhu xumuree eebbisuuf guyyaa December 19/2024 Keeniyaa Naayroobiitti eebbisuuf deema. Oromoonni Keeniyaa jirtan kitaabicha bifa seena qabeessa ta'een akka eebbiftan abdii qabna. Kitaaba kana irratti keessummoonni biyyoota gara garaa irraa dhufanii akka eebbisaniis ni eeggsma. Kitaaba kana bitanii dubbisuun dandeetti beekkumsa keessan siyaasaa Itoophiyaa fi Oromiyaa irratti qabnu guddisuu danda'a. Kanaaf asumaan Kitaaba hayyicha kana bituun dubbisuuf of qopheessaa!!

Kab. Jawar Mohammed Kitaaba barreessuun bu'aaf ba'ii guddaa qaba. Baga irra aante xumurtee siin jachuun barbaada.

mee warri akka kiyyaatti bittanii dubbisuuf qophooftan Oromoo hundi kan biyya keessaaf alaas yaada keessan kommentii irratti nuuf barreessaa!!

Kab. Jawar Mohammed baga Gammaddan Congratulations 🎊 👏

Beekumsaa walii Galaa

11 Dec, 14:06


Gatiin gosa bunaa Itoophiyaan omishtuu


Gatiin gosa bunaa Itoophiyaan omishtu Koofii-Arabiikaa akka addunyaatti daballii 80% agarsiisuun gabaafame.

Gabaa guyyaa kaleessaa Sadaasa 01, 2017 ALI ooleen gatiin gosa bunaa barbaadamaa Koofii-Arabiikaa gatiin buna kiiloo tokkoo hanga 80% dabaluu himameera. Akkasumas, gatiin gosa bunaa Roobuustaa jedhamuus garmalee dabaleera.

Biyyoonni gosa bunaa Koofii-Arabiikaa hedduminaan omishan Itoophiyaa, Biraaziiliifi Kolombiyaadha.

Daballiin gatii bunaa kuni kan uumame sababa jijjiirama qilleensaatiin hubamuu hordofee omishni bunaa Biraaziliifi Veetnaam gadi bu’a sodaa jedhuun kan walqabatu ta’uu eerameera.

Kana malees, bara haaraa Awurooppaanotaa kanatti dhaabbileen omisha bunaarratti bobba’an daballii gatii taasisuuf akka yaadan BBCn gabaaseera.

Omishni bunaa Itoophiyaa waggoota darban shan dura toonii 500,000 ture dachaan guddisuun danda’amuu MM Abiy Ahmad dubbataniiru.

Beekumsaa walii Galaa

10 Dec, 18:36


Waamicha Qaxarrii
Biiroo Barnoota Oromiyaa
Marsaa 5ffaa

Beekumsaa walii Galaa

10 Dec, 18:32


Abbaan qabeenya Addunyaa kan ta'e Eleen Maaksi Mobaayilli haaraa maqaan isaa Tesla Pi jadhamu kan Addunyaan ijaan hin argin Addunyaaf dhiyeessuuf qophii xumuruun isaa himeera. Mobaayillin kun kan amma jiran irraa adda.
~ Chaarjii hin barbaachisu aduu irraa guuttata. Yoo kiisha keessa si taa'ees ni guuttata. Chaarjii irraan godha jachuu hin barbaachisu. Ofiin guuttaata

~ Internetiin WiFi fi daataan guutaan hin barbaachisu. Kallattiin saatalaayitii Starlink Tesla Intarneetii waliin akka wal qunnamutti hojjatame. Mobaayilli kun bakka barbaadde yoo jiraattees interneetiin saatalaayitii Starlink Tesla Intarneetii waliin qunnamee waan hojjata ni hojjata.

~ Mobaayilli kun adda wantoota haaraa baay'ee of keessaa qabuun gatiin isaa baay'ee qaalii miti Dooraalii 299$ qofa!!

Addunyaa IPhone nagatti jachuuf deemti. Nagaha qofaa miti ganaa warri IPhone bite gurguree Tesla Pi mituuf taa'a yoo namni IPhone irraa bitu jiraate...😎 Mobaayilli addaa kun bara 2025- 2026tti gaba'aa Addunyaaf dhiyaachuu danda'a .

Beekumsaa walii Galaa

08 Dec, 19:24


Suuraa murasaa fincilaa sooriyaa ammaa.

Beekumsaa walii Galaa

05 Dec, 05:00


Gabatee pirimerligii ingiland yeroo ammaa

Beekumsaa walii Galaa

05 Dec, 04:56


Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand by
⚽️Yaang 10'
⚽️Mangaala 33'
⚽️Daawsen 49' 72' (Og)

Maan Siitii 3-0 Nootinghaam
⚽️B. Silvaa 8'
⚽️K. Debruynee 31'
⚽️J. Dookuu 57'

Niwkastil 3-3 Livarpuul
⚽️Isaak 35'      ⚽️Joons 50'
⚽️Gordaan 62' ⚽️Saalaa 68' 83'
⚽️Shaar 90'

Saawuzhampiten 1-5 Cheelsii
⚽️Ariboo 11'                ⚽️A. Disaasi 7'
                                       ⚽️Nikukuu 17'
                                       ⚽️Maadukee 34'
                                       ⚽️Paalmeer 77'
                                        ⚽️Saanchoo

Arsenaal 2-0 Maan Yunaayitid
⚽️Timbeer 54'
⚽️Saalibaa 73'

Astonvilaa 3-1 Bireentfoord
⚽️Rojeers 21'   ⚽️Damisgaard 54'
⚽️Waatkins 28' P
⚽️Maaty Kash 34'

Beekumsaa walii Galaa

05 Dec, 04:54


Oduu Ammee

Barattoonni Oromoo maaliif hiriira baatan jechuun barnoota isaanii irraa ari'amaa jiru. 

Yuunivarsiitiin Jigjigaa hiriira barattoonni balaaleeffannaa ajjeechaa Oromoo Salaalee irratti ba’an sababeeffachuun barattoota 6 ari’uu fi barattoota 11 adabuu murteessuu isaa beeksise. 

Barattoonni ari’aman:
- Boortee Sokooraa (Governance, waggaa 4ffaa, Gujii, Bulee Hora) 
- Daani'eel Admaasuu (EDPM, waggaa 4ffaa, Wallagga Lixaa) 
- Munaa Kadiir (Gaazexeessummaa, waggaa 4ffaa, Mattuu) 
- Marqoos Indaaluu (EDPM, waggaa 4ffaa, Mandii) 
- Zarihuun Tolasaa (Governance, waggaa 4ffaa, Salaale) 
- Abdallaa Kadiir (EDPM, waggaa 4ffaa, Jiimma) 

Barattoonni 11 kaan guyyaa 3f kaaffee qulqulleessuu adabni itti murtaa’eera. 

Barattoonni Yuunivarsiitichaa gochi kun fudhatama hin qabu jechuun murtii kana deebisanii akka ilaalan gaafatanii jiru.

Beekumsaa walii Galaa

05 Dec, 04:54


Waamicha Barattootaa
#Yuunivarsiitii MizanTepi

Barattoonni bara 2017 sagantaa sirreeffama Yuunivarsiitii Mizan-Tepiitti ramadamanii fi sababa adda addaatiin yeroo waamicha kanaan duraa galmaa’uu hin dandeenye, yunivarsiitichi Sadaasa 30 fi Mudde 1, 2017 qaamaan galmaa’uu akka danda’an ibseera.

Bakka Galmee:
- Madaallii barattoota saayinsii hawaasaa mooraa guddicha magaalaa Ammaan,
- Barattoota damee saayinsii uumamaa mooraa Tepi magaalaa Teepiitti.

Wantoota galmeedhaaf of biraa fiduu qabdan:
- Bu'aa Qormaata Barnootaa 12ffaa, 2019.
- Orijinaala fi kooppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa;
- Suuraalee sagal dhiheenya kana 3x4 gurdii, .
- Uffata halkanii fi uffata ispoortii fi kkf qabatanii argamuun dirqamaa.

Beekumsaa walii Galaa

01 Dec, 17:57


Liverpool 2 city 0 dhan xumurameraa

Beekumsaa walii Galaa

01 Dec, 12:04


Ethiopian Airlines ragaa barnotaafi hojja check gochuun guyyaa borii ykn dec 2 /2024 waan egaluuf namoota kuma 32 oliidha innis akkataa tartibaa maqaa kessanin yoo ta'uu waan sin barbachisuu hundaa qabatanii akkataa sagantaa kessanin argamaa

Ethiopian Airlines
Waamicha  Sakatta'iinsa ragaa Orijinaala fii Qaamaa Duraa

▪️Position 1 - ET-SPONSORED TRAINEE CABIN CREW

▪️Position 2 - ET-SPONSORED TRAINEE CABIN CREW
👉Maqaa keessan ilaallachuu dandeessu??👇👇
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-call-for-original-document-preliminary-physical-screening-nov-29-24/


Hub _ namoonni maqaa kessaan ilaalachun sin rakkisee @kingnatm irrattii nu dubbisaa.

Beekumsaa walii Galaa

01 Dec, 11:50


▪️For Fresh Graduates🎴Oxfam Ethiopia🎴

▪️Job Position - Internship, Supply Chain
▪️Education: A bachelor's degree in logistics or supply chain management, or any other field that can add value to the position.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/oxfam-ethiopia-nov-27-24/

Deadline: December 03/24

Beekumsaa walii Galaa

01 Dec, 11:48


hawwuu dhiisii ​​hojjechuu jalqabi 🦾

Beekumsaa walii Galaa

01 Dec, 11:45


#Ani kanan jedhu!

#Ati hanga yoomitti warra milkaa'aniif harka reebaa fi hidhii xuuxaa jiraatta?
#Ati maaf hin milkooftu?

#siif yoomi kan harki Reebamu moo milkiitu siif hin malle moo jireenyatu carraadha jettee amante fudhattee rafaa jirta?
Anaan natti hin fakkaatu carraa hojii keessa jira jedheen amana.
#lotoriyyuu yoo ati guyyaasaa eegdee kutte malee waan carraa ta'e qofaaf manatti siif hin dhufu. Kan kette sanas hanga guyyaansaa gahutti obsaan eeguu qabda. Kana jechuun carraan kun hojii ofkeessaa qaba jechuudha maallaqa baastee kutta malee tola miti akkasumas waan kutte kana qulqullinaan hanga guyyaansaa gahutti olkeessee ilaallachuu qabda.
#Ani Barnoota sadarkaa olaanaa ykn yuunivarsiitii irraa akkan bajeen hangan waanan ittiin baradhee hojii aradhutti hojii guyyaa hojjechaa ture. Ati kaayyoof jecha Digirii baattee hojii guyyaa hojjetteettaa ykn ni hojjettaa? Har'a garuu achi hin jiru, borummoo as hin jiru. Dhiifama yeroo kanatti seenaa koo odeessuuf miti gaaftokko garuu bifa barruutinuu qopheessuun koo hin oolu waanti irraa baratamu baay'een waan jiruuf ammaaf waa'ee kutannoofan kaase.
#ciminni kee maali naan jettee yoo na gafatte "#Ani kutannoo olaanaan qaba waan namni biraan natti fe'uuf deemu hunda hin sodaadhu keessaa calaleen fudhadha.
Hiriyoota koonis akkasuma jedha
Waanuma isinittii fe'ame hin fudhatinaan jedhaan. Ajaja gaggeessitoota ykn hooggantoota kooyyuu hunda hin fudhadhu, nan morma maaliif akkan mormu garuu nan beeka".
#walumaagalatti namoonni milkaa'oon addunyaa kana irraa jiran hundi #milkaa'ina gadameessa haadha isaanii keessaa fudhatan miti kan dhalatan. Yaalanii, kufanii ka'anii osoo abdii hin kutatin kutannoon halkaniif guyyaa hojjetanii milkaa'an. Haala kanaan hojjennaan #Atis milkaa'uu dandeessa!
#milkaa'i

Namoota milkaa'inna isaani hawwiitu hundaaf qodduu ykn share gochuu hin dagatiin

Beekumsaa walii Galaa

01 Dec, 11:43


Wanti Jireenya Keetti Tulluu Ta'e Maaliidha?????


Tulluun jireenya Lee dura dhaabbatu wantoota lama agarsiisa. Isaanis:
1) si dhoksuudhaf
2) si mul'isuudhaf
Filannoon mul'achuus akkasumas dhokachuu kanuma keeti

Yoo tulluu jala dhaabate hafta ta'e, tulluun sun si dhoksuun isaa hin oolu. osoodhuma jirtuu akka nama hin jirree taatee hafta.

Yoo toofta injifannoo fayyadamtee tulluu sana mataa isaa irra dhaabbate immoo addunyaatti si mul'isaa.

Dubbii kana keessatti tulluu jechuun rakkina har'a karaa garagaraan si qunnamaa jiru jechuudha

Rakkina si qunnamaa jiru tooftaa sammuu injifannoo of keessa qabu fayyadamuun rakkina dhoksee si hambisuuf yaala mataa isaa irra ba'uun addunyaatti mul'achuu qabda.

( #Miratuu_Shaanqoo)

Share fore friends....

Beekumsaa walii Galaa

28 Nov, 13:32


Ammee

“Marii qondaaltootaa fi miseensoota WBO daandii nagaa filatamaadha jedhanii amanan waliin taasisaa turreen dhimmoota bu’uuraa mariin irratti taasifame irratti walhubannaan uumamuun mariachi haala gaariin deemaa kan jiru yommuu ta’u, injifannoodhaan akka goolabamu amantaa guddaa qabna” mootummaan naannoo Oromiyaa

Beekumsaa walii Galaa

27 Nov, 18:18


Godinaalee Oromiyaa Fi Aanolee ishee waliin wal baraa
Yoo xiqqaate nama tokkoof #share godhi

1). #SHAWAA_KIBBA_LIXAA

1. Sooddoo Daaccii
2. Qarsaa Maallimaa
3. Daawoo
4. Iluu
5. Gooroo
6. Bachoo
7. Sadan Sooddoo
8. Amayya
9. Tolee
10. B/m Walisoo
11. Walisoo
12. Wancii

2). #GODINA_ADDAA_NAANNAWAA_FINFINNEE

1. Aqaaqii
2. Boorehi
3. B/M Buraayyuu
4.
5. Wal maraa
6. Sabbataa Hawaas
7.Muloo
8. B/M Sabbataa
9. B/M Sandaafaa
10. Laga Xaafoo Laga Daadhii
11.B/M Dukam
12. B/M Sulultaa
13. B/M Aqaaqii
14. Sulultaa
15. Galaan
16. B/M Sandaafaa

3). #SHAWAA_LIXAA

1. Abuunaa Gindabarat
2. Ada'aa Bargaa
3. B/M Amboo
4. Amboo
5. Baakkoo Tibbee
6. Calliyaa
7. Daannoo
8. Dandii
9. Ejeree
10. Ilfataa
11. Ginda Barat kaachisii
12. Jalduu
13. Jibaat
14. Meettaa Roobii
15. Miidaa Qanyii
16. Noonnoo
17. Dirree Incinnii
18. Tokkee Kuttaayee
19. Meettaa
20. Ejersa Lafoo
21. Liiban Jaawwii
22. Cobii

4). #Qeellam_Wallaggaa

1. Anfilloo
2. Daallee Sadii
3. Daallee Waabaraa
4. B/M Dambi Dolloo
5. Gaawoo Qeebbee
6. Gidaamii
7. Hawaa Galaan
8. Jimmaa Hoorroo
9. Laaloo Qilee
10. Sayyoo
11. Yemaalogii Walal

5). #WALLAGGA_LIXAA

1. Aayira
2. Baabboo Gambeel
3. Begii
4. Boojjii Coqorsaa
5. Ganjii
6. B/M Gimbii
7. Gullisoo
8. Boojii Dirmajjii
9. Haaruu
1o. Hoomaa
11. Jaarsoo
12. Qondaalaa
13. Qilxu Kaarraa
14. Laaloo Assaabii
15. Mana Sibuu
16.Najjoo
17. Noolee Kaabbaa
18. Sayyoo Noolee
19. Yuubdoo
20. Lataa Sibuu
21. Mandii

6). #WALLAGGA_BAHAA

1. Boonayyaa Boshee
2. Diiggaa
3. Jiddaa Ayyaanaa
4. Kiiramuu
5. Gobbuu Sayyoo
6. Gudayyaa Biilaa
7. Guutoo Giddaa
8. Haroo Limmuu
9. Leeqaa Dullachaa
10. Ibaantuu
11. Jimmaa Arjoo
12. Limmuu
13. B/M Naqamtee
14. Nuunnuu Qumbaa
15. Saasiggaa
16. Sibuu siree
17. Waamaa Hagaloo
18. Waayyuu Tuqaa
19. Gudayyaa Jaree
20. Guutoo Wayyuu
21. B/M Angar Guutee

7). #SHAWAA_KAABAA

1.Abbichuu fi Nya'aa
2. Alaltuu
3. Dabire Libaanos
4. Dagam
5. Darraa
6. B/M Fiichee
7. Giraar Jaarsoo
8. Hidhabuu Abootee
9. Jiddoo jiddaa
10. Qinbibiit
11. Kuyyuu Garba Gurraachaa
12. Warra Jaarsoo
13. Wucaalee Muka Xurii
14. Yaayyaa Gullallee

8). #SHAWAA_BAHAA

1. Ada'aa
2. Adaamaa
3. Adaamii Tulluuf Jiddoo Kombolchaa
4. B/M Bishooftuu
5. Booraa
6. Dugdaa
7. Boosat
8. Fantaallee
9. Gimbichuu
10. Liiban
11. Lumee
12. B/M Baatuu

9). #ARSII

1. Aminyaa
2. Asakoo
3. Asallaa
4. Balee Gasgaar
5. Collee
6. Digaluuf Xiijjoo
7. Diksiis
8. Dodota
9. Inqolloo Waabee
10. Gololchaa
11. Guunnaa
12. Heexosaa
13. Jajuu
14. Limmuuf Bilbiloo
15. Loodee Heexosaa
16. Martii
17. Muunessaa
18. Roobee
19. Seeruu
20. Siree
21. Shirkaa
22. Suudee
23. Xannaa
24. Xiyyoo
25. Ziwaay Dugdaa
26. Shanan Kooluu

10). #ARSII_LIXAA

1. Adaabbaa
2. Arsii Nageellee
3. Dodolaa
4. Gadab Asaasaa
5. Kofalee
6. Kokosaa
7. Qoree
8. Nansaboo
9. Siraaroo
10. Shaallaa
11. B/M Shaashamannee
12. Shaashamannee
13. Heeban
14.B/M Dodolaa
15. B/M Nageellee
16. Wandoo Gannat
17. Bishaan Gurracha

11). #BOORANA

1. Yaa'a Bal'oo
2. Areeroo
3. Eelwayyee
4. Dirree
5. Waacillee
6. Guchii
7. Mi'oo
8. Moyyaalee
9. Taltallee
10. Dhaas
11. Diilloo
12. Guumolee
13. Dubulluq

12). #GUJII_BAHAA

1. Adoolaa Reeddee
2. Annaa Sorraa
3. Booree
4. Daamaa
5. Girjaa
6. B/M Adoolaa Woyyuu
7. Haroo Walaabuu
8. B/M Shaakkisoo
9. Shaakkisoo
10. Liiban
11. B/M Nageellee
12. Uraagaa
13. Waadaraa
14. Sabbaa Boruu
15. Gooroo Doolaa
16. Aagaa Wayyuu
17. Gumii Eldaaloo

13). #BAALEE

1. Agaarfaa
2. Barbaree
3. Daawwee Qacin
4. Diinshoo
5. Gaasaraa
6. Gin'iir
7. Goobbaa
8. B/M Goobbaa
9. Gololchaa
10. Gooroo
11. Guurraa dhaamolee
12. Harrannaa Bulluq
13. Dalloo Maannaa
14. Laga Hidhaa
15. Madda Walaabuu
16. B/M Roobee
17. Sawweenaa
18. Sinaanaa
19. Raayyituu
20. Daawwee

14). #HARARGEE_BAHAA

1. Baabbilee
2. Baddannoo
3. Cinaaksan
4. Dadar
5. Fadis
6. Guraawa
7. Gola Odaa
8. Gooroo Guutuu
9. Gursum
10. Haromaayaa
11. Jaarsoo
12. Qarsaa
13. Kombolchaa
14. Kurfaa Callee
15. Malkaa Bal'oo
16. Meettaa
17. Mayyuu Mulluqqee
18. Miidhagaa Tolee
19. B/M Dadar
20. B/M Haramaayaa
21. Gooroo Muxii
22. B/M Awadaay
23. Qumbii

15. #HARARGEE_LIXAA

Beekumsaa walii Galaa

27 Nov, 18:18


1. Ancaar
2. Baddeessaa
3. Bookee
4. B/M Ciroo
5. Ciroo
6. Gammachiis
7. Daaroo Labuu
8. Doobbaa
9. Gubbaa Qorichaa
10. Habiroo
11. Gumbii Bordoddee
12. Masalaa
13. Xuulloo
14. Mi'eessoo
15. Hawwii Guddinaa
16. Burqaa Diimtuu
17. Odaa Bultum

16. #JIMMA

1. Aggaaroo
2. Cooraa Botor
3. Dedoo
4. Geeraa
5. Gommaa
6. Qarsaa
7. Limmuu Kossaa
8. Limmuu Saqqaa
9. Mannaa
10. Oomoo Naaddaa
11. Saqqaa Coqorsaa
12. Saxxammaa
13. Shabee Somboo
14. Siigimoo
15. Sokorruu
16. Xiroo Afataa
17. Gumaa
18. Limmuu Gannat
19. Noonnoo Beenjaa
20. Aggaaroo

17). #ILUU_ABBAA_BOORA

1. B/M Mattuu
2. Goree
3. Hurrumuu
4. Yaayyoo
5. Sal'ee Noonnoo
6. Makkoo
7. Daarimuu
8. Buree
9. Diiduu Laaloo
10. Dooraannii
11. Algee
12. Noophaa
13. Bachoo
14. Haluu

18). #BUUNNOO_BEDDELLEE

1. B/M Beddellee
2. Gachii
3. Cooraa
4. Deggee
5. Daaphoo Haannaa
6. Iluu Harar
7. Dhidheessa
8. Boorachaa
9. Cawwaaqaa
10. Makkoo

19). #GUJII_LIXAA

1. B/M Bulee Horaa
2. Bulee Horaa
3. Dugdaa Daawwaa
4. Galaanaa
5. Abbayyaa
6. Qarcaa
7. Hamballaa Waamannaa
8. Malkaa Sooddaa
9. Surroo Barguddaa
10. Birbirsa Kojowaa

Yoo dogorri jiraate nuf himaa ni sirreessina

Horaa Bulaa.....

Beekumsaa walii Galaa

23 Nov, 06:20


Guys waan guddaadha yeroo ammaa asbeks irrattii task guddaan waan argamuuf dafaa VPN fayyadamaa senaa fudhadhaa limited waan ta'ee sin jalaa dhumuu danda'aa.

Beekumsaa walii Galaa

20 Nov, 19:44


Carra baredaadha guyyaa lama qofatuu hafaa

★[በ0 አመት] የኢትዮጵያ አየር መንገድ አዲስ ሰልጠኝ ክፍት የስራ ቦታዎች ማስታወቂያ

Closing Date: NOVEMBER 22, 2024

ETHIOPIAN AIRLINES GROUP WOULD LIKE TO ANNOUNCE A NEW TRAINEE VACANT POSITIONS.

POSITION: TRAINEE CABIN CREW

❇️ REQUIRED EDUCATIONAL QUALIFICATION: A MINIMUM OF ETHIOPIAN UNIVERSITY ENTRANCE EXAM CERTIFICATE (EUEEC) WITH A MINIMUM 200 RESULT.

🌀How to Apply Online??
👇👇👇👇👇👇👇
https://dailyjobsethiopia.com/2024/11/18/ethiopian-airlines-vacancy-fresh-graduates-2024-2/

Beekumsaa walii Galaa

20 Nov, 19:42


Oduu Ammee

Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti hiriirri balaaleffannaa dhohe!

Ajjeechaa tibba kana ummata nagaa salaalee irratti garee Fiinxaaleyyiin raawwatame balaaleffachuun barattoonni Yuunivarsitii Dirree Dhawaa hiriira balaaleffanna geggeessaa jiru.

Beekumsaa walii Galaa

20 Nov, 17:28


Qaamonni bulchiinsa aanichaa Faannoo deeggaruu kan jedhu jiraataan kun, Gaafatamaan waajjira bulchiinsaa fi nageenyaa aanaa Dharraa obbo Allabaachaw Haylamaariyaam isaan keessaa tokko ta'uu eera.

Yaada kana irratti deebii kan kennan obbo Hayluu Addunyaa “ qorannoo akkasii hin qabnu, qaamni faannoo deeggaru hin jiru” jechuun komicha haalani.

Humni Finxaaleessi Faannoo mootummaa Federaalaatiin hidhachiifame, “Aanaan Dharraa bulchiinsa mootumma Naannoo Amaaraati” jechuun waggoota 3 oliif waraana ummata aanichaa irratti baneen yakkoota gurguddaa raawwatee jira.

Ragaaleen viidiyoo Aanichaa OMN argate ummanni nagayaa dararamaa fi ibiddaa waraanaa jiddutti haala hamtuu keessa jiraachuu isaa mul'isa.

Namoonni hedduun aanichatti humna Finxaaleessaa Faannoo kanaan ajjeechaan akka ciibsanii qaluu, rasaasaan ajjeessuun, jumlaan awwaaluu raawwatamuu isaa maddeen himani jiru.

Suuraawwanii fi Viidiyoowwan OMN dhaqqaban ummanni Aanaa Dharraa hammeenyaa daangaa namoomaa darbe keessa jira.

Gandoota Aanichaa gara caaluu keessatti ajjeechaan suukaneessaan raawwatuun qe'een hedduun onee jiraachuu agarsiisa.

Ummanni qe'ee isaa irraa buqqa'ee gammoojji laga Jamaa dabalatee holqaa fi bosona keessa dayeeffatee jiraachuu isaa maddeen himani jiru.

Ummanni Aanaa Dharraa waraana gosa sadii keessa jira kan jedhan maddeen, haleellaa humnoota finxaaleyyii Faannoo akkasumas walwaraansa waraanaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo jiddutti dhumaa jira jedhan.

Dhimma kana irratti Gaafatamaa Biiroo Komunikeeshiinii Oromiyaa obbo Hayluu Addunyaa dubbifnee, haleellaan kan raawwatamaa jiruun Finxaaleeyyii Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa dubbataniin ta'uu himani, mootummaan nageenya ummatichaa bakkatti deebisuuf humna nageenyaa bobbaasuu himani jiru.

Beekumsaa walii Galaa

20 Nov, 17:28


Ajjeechaan Suukaneessaa fi Miidhaan ijibbaachisaan Godina Salaalee Aanaa Dharraatti humna Finxaaleessa Faannootiin ummata nagayaa irratti raawwatamaa jiru yakka waraanaa ta'uu ragaaleen viidiyoo OMN dhaqqaban mul'isan.

Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Hayluu Addunyaa gama isaaniitiin yaada bilbilaan OMNf kennaniin, “haleellaan raawwatamaa jiru finxaaleyyii Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa dubbatanini raawwatamaa” jedhan.

Jiraatonni aanichaa yaada OMNf kennan ammoo “Faannoo hidhachiisuun ummata aanaa Dharra ficisiisaa kan jiru caasaa bulchiinsa mootummaa aanicha hoogganaa jiruudha” jedhan.

Siyaasni weerara lafaa fi qubannaatiin deemoogiraafii ummataa jijjiiruu fi lafa bal'aa gara bulchiinsa naannoo Amaaraatti daangeessuu waggootaaf Oromiyaa irratti adeemsifamaa turus waggoota shanan darbaniif bifa addaatiin duulli bal'aan adeemsifamaa jira.

Humni Finxaaleessi faannoo Amaaraa godinaalee Oromiyaa naannoo Amaaraatiin wal daangeessan irratti haleellaa banuun gandootaa fi aanota hedduu bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa jalaa kan baase to'ate yoo ta'u, gandoota qabate irratti namoota naannoo Amaaraatii fidee qabsiisaa jira jedhan jiraattonni OMN dubbise.

Humnoonni Finxaaleyyii faannoo akkuma godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallagga Bahaa, Shawaa Bahaa, Shawaa Lixaa fi Wallo keessatti yakkoota waraanaa gurguddaa raawwatan Godina Shawaa Kaabaa Salaale aanaa Dharraa keessattis gochoota sukaneessoo raawwataa jiraachuu isaanii jiraattonni himaniiru.

Aanaan Dharraa Aanaa haleellaan humna Finxaaleessa Faannoo itti hammate yoo ta'u, gandoonni humnoota kanaan weeraraman gandoota akka Deenyuu Wabeensoo, Tuutii, Iluu Goodaa Caffee, Baabbuu Dirree, Sarar-qullaa, Saalaash, Maakaftaa Mannayyoo, Warree Mannayyoo, Baayitii, Mana Lagoo, Gabroo, Barreessaa, Hoomaa Bonnayyaa fa'a ta'u jiraattonni dubbataniiru.

Hammeenya humnoonni Faannoo naannichatti raawwatan kan ibsan jiraattonni kun, nama osoo lubbuun jiru mana keessatti balbala itti cufanii gubuu, ijoollee waggaa xixinnoo irraa jalqabdee daandii irratti yoo argan morma kutanii bira darbuu, namoota ukkaamsuun maallaqa maatii kafalchiifachuun ajjeesanii reeffa bineensa nyaachisuu fa'aati jechuun himan.

Kanneen keessaa Magaalaa Guddattuu Sararkullaa, Maammoo Buqinii, Maakkafta Mannayyoo, Maakkafta Jirruu, Abbuu Godoo, Bahiit, Gabroo, Barreessaa, Karaaba, Magaalaa Guddattuu Tuutii, Hoomaa Bonayyaa, Hoomaa Barrisoo fi kanneen biroo to’annaa humnoota finxaaleyyii Amaaraa kanaa jala jiraachuu maddeen himani jiru.

Gandoota too'anna isaanii jala oolchan kana keessatti bakka leenjii fi buufata waraanaa banachuun leenjii taasisuu isaanii maddeen himanii jiru.

Humnoonni finxaaleyyii Amaaraa kun garee “Ye Dera Maninet Asmellaash Komite” jedhu hundeessuun ummanni akka naannoo Amaaraa jalatti buluuf hojjataa jiru jedhan.

Itti Gaafatamaan Kominikeeshiinii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Hayluu Addunyaa immoo rakkoo ummanni Dharraa keessa jiru irratti yaada OMNf kennaniin, “Haleellaa kana kan raawwataa jiru Finxaaleeyyii Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa dubbataniidha” jedhan.

Humni Finxaalessaa Faannoo kun daangaa Oromiyaa sarbuun gandoota hedduu aanaa Dharraa jala jiran too'achuu fi Aanaa Dharraa bulchiinsa mootummaa naannoo Amaaraa jala galchuuf hojjataa jiraachuu irratti mootummaan naannoo Oromiyaa maal hojjataa akka jiruu fi Aanaa Dharraa keessaa gandoonni meeqa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa jala akka jiran obbo Hayluu Addunyaa gaafanne, gandoonni hunduu bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa jala jiru jedhan.

Caasaan mootummaa Faannoof deeggarsa taasisaa jiraachuu kan himan jiraattonni OMN dubbise, humnoonni nageenyaa mootummaa Faannoo ummata fixaa jiru callisaani ilaaluu jedha .

Akka jiraataan OMN dubbise jedhutti mootummaan Faannoof dhiyeessii meeshaa waraanaa dhiyeessuun ummata ficisiisaa jira.

Haleellaa Faannoon raawwatuun cinatti meeshaalee waraanaa gurguddaan mootummaan dhukaasu baqachuun ummanni qe'ee fi qabeenya isaa irraa buqqa'ee bosonaa fi gammoojji keessatti bittaannaa'ee rakkataa jira jedhan.

Beekumsaa walii Galaa

18 Nov, 20:06


⬆️🔠🔠🔠🔠🔠

🏆Total supply 100,000,000

8️⃣0️⃣  % ➡️ for community

2️⃣0️⃣ % ➡️for marketing and Development



🐶Dogs'is percent 80 % kan tahu community dhaf kenne ture kunis gaari fakkaata 📆November 28 booddee wan tahu waluman ilaalla✍️ 💵💸💰💰🥰

Beekumsaa walii Galaa

11 Nov, 15:00


Invite nama kudhaniin
10 ustd ykn birr 1000 argachuu dandessu garuu seera sin eguu qabdaan chanaalii 4 jalqaba tokko tokkoon join gochuu qabduu deebitanis erga isa xumurtanii email kessaan kessaa tokkoo kennufin seentuu  linkn

🔥 APE Coin Airdrop Is  Live!

🎁 Join bonus: 1.5 APE ~ ($1.5)

👪 Per Refer: 1 APE ~ ($1)

🔗 Your Refer Link =
https://t.me/APEAIRDROP_R2BOT?start=1224507058

Beekumsaa walii Galaa

11 Nov, 14:57


Namoota ton dhabdanii rakkachaa jirtanii hundaa oduu Agaadha invite gochuufi bonus fudhachuun ton argachuu dandessu 
https://t.me/PeaAIBot/App?startapp=sid-67321b2174fb780031ccc684 I've found a quest event and I'm inviting you to join us in winning great prizes! 📋 Invite New User 📋 +20 $PEAI 🔗 Click the link to join the Quest.

Beekumsaa walii Galaa

10 Nov, 16:04


Wa'aee Adduunyaa crypto xiqqoo dubbachun barbadaa guys dhugaa dubbachuuf kessumatii namotni bilbilaa Android fi isa olittii fayyadamtaan please ittii fayyadamaa yoo ilaaltanituu ta'ee filannoo America erga trump deggaran crypto injifatee dabalii jiruu kan nama dhibuudha gaafa hojjetaan immoo hundaa hin hojjetinaa kan sa'aa kessaan waste godhaan waan jiranif ,mee fknf kan sin tasumaa dhisuun isin irraa hin jirre ,
✓ Blum
✓ paws
warri kun Akka fakeenyaatti fudhanee malee kan biras murasnii jiruu garuu warra kan yoo dandeessaan tokko tokkoo isanii account sadiif isa oliin hojjedhaa b/c warri kun akka warra kaanii Game ,daily combo hin qabaani kanaf bodaa gabbuu irra ammumaa egalaa .
Hedduu isanii ergaa ofii kenyaa check gonee waan isinif gad lakkisnuuf homaa hin shakkinaa erga xumurtanii yoo haalii ittin fudhataan isini galuu didee inbox nu gaafachuu dandessu darbes baa'yeen isaniis YouTube irra video waan qabanif achii irra ilaaluu dandessu kanan alatti Al tokkoo dogoggoraan carraa sin jalaa Badu isa baayyeedha waan ta'eef of egannoon fayyadamaa.

Beekumsaa walii Galaa

09 Nov, 16:59


Waamicha Barattootaa
#Yuunivarsiitii Booranaa

👉Barattoonni bara 2016 Yunivarsiitii Booranaatti sagantaa sirreeffamaa fudhatanii darban
👉Barattoota bara 2016 barnoota eegalanii fi sababa adda addaatiin qabxii fi bakka duwwaa guutuun barnoota addaan kutan, akkasumas barattoonni bara 2016 qormaata kutaa 12ffaa darban fi Yuunivarsiitii Booranaatti ramadaman  Yuunivarsiitichi Sadaasa 12 fi 13/2017 ta'uu beeksiseera.

Barnoonni Sadaasa 17/2017 akka eegalu ibsameera.

Wantoota yeroo galmaa'uuf deemtan of biraa fudhachuu qabdan:

- Ragaa kutaa 8ffaa orijinaala fi kooppii, .
- Orijinaala fi kooppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa;
- Orijinaala fi kooppii bu'aa qormaata kutaa 12ffaa, .
- Suuraalee Gurdii 3×4 saddeet, .
- Uffata halkanii fi uffata ispoortii.
===

Beekumsaa walii Galaa

09 Nov, 16:59


Public Employees  Social Security Adminstration
Baayyina:90+
Bakki Galmee:Finfinnee, karaa Kiiloo 4 gara qabana geessu.ወኪም Fuulduratti argama. Akkasuma Dameelee isaatti galmaa'uu dandeessu. Galmeen hanga:9/3/2017

Beekumsaa walii Galaa

09 Nov, 16:59


Tapha egama hardhaa tin
Liivapuul vs Astoon viilaa halkan sa'aa 5:00

Beekumsaa walii Galaa

09 Nov, 16:59


★[በ 0 አመት NGO Job] GIZ አዲስ የስራ ማስታወቂያ

Deadline: November 11, 2024

Deutsche Gesellschaft für Internationale Zusammenarbeit (GIZ) GmbH invites Fresh applicants for the following job position.

Position: Internship

❇️ Qualification: Higher education degree (BA or MA) in Nutrition/Agriculture

🔻Experience: 0 year / not required

🔻Location : Addis Ababa

🌀 How to Apply Online??
   👇👇👇👇
https://dailyjobsethiopia.com/2024/11

share to your

Beekumsaa walii Galaa

09 Nov, 16:59


★ NGO Jobs at  Mercy Corps Ethiopia

♦️Deadline : November 13, 2024

✔️ Position 1 : WASH officer

✔️ Position 2 : Community Accountability Reporting Mechanism Officer

✔️ Position 3: Finance Assistant

❇️ Education : bsc degree in Environmental Health, Public Health, Hydraulics, Water Resource Engineering / Communications, Social Science, Development Studies, Management, Accounting, Business Administration, Finance or related fields

🌀How to App

Beekumsaa walii Galaa

09 Nov, 16:58


Daandii Qilleensa Itoophiyaa

Gareen Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa
👉 TRAINEE CABIN CREW
👉 SENIOR ACCOUNTANT I

Ulaagaa
👉Qormaata seensaa yuunivarsiitii biyyoolessaa Itiyoophiyaa irratti yoo xiqqaate (xiqqaa) qabxii 200 kan galmeesse

👉 Umriin waggaa 19 hanga 30 ta'a.

👉 Dheerinni dubartootaa yoo xiqqaate meetira 1.58 fi dheerinni harkaa seentimeetira 212 yoo xiqqaate dhiirotaaf ammoo meetira 1.70 ta’uu qaba.

👉Yeroon galmee Sadaasa 08/2017 hanga Sadaasa 12/2017tti ta’a.

👉 Bakki Galmee:
- Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaama (Adaamaa)
- Addis Ababa (akkuma application banameen online ni beeksifama)
- Yuunivarsiitii Amboo (Amboo)
- Yuunivarsiitii Arbaa Minch (Arba Minch)
- Yuunivarsiitii Asoosaa (Asoosaa)
- Yuunivarsiitii Bahr Daar (Bahr Daar)
- Yuunivarsiitii Walloo (Dassee)
- Yuunivarsiitii Dirree daawwaa (Dirree Daawwaa) .
- Yuunivarsiitii Gaambeellaa (Gaambeellaa)
- Yuunivarsiitii Gondar (Gondar)
- Yuunivarsiitii Hawaasaa (Hawaasa)
- Yuunivarsiitii Jigjigaa (Jigjiga)
- Yuunivarsiitii Jimmaa (Jimmaa)
- Yuunivarsiitii Maqalee (Maqalee)
- Yuunivarsiitii Wallaggaa(Naqamtee)
- Yuunivarsiitii Madda walaabuu (Roobee)
- Yuunivarsiitii Samaraa (Samaraa) .
- Yuunivarsiitiin Walqixxee (Walqixxee) ni gaggeeffama.

Odeeffannoo dabalataa, ulaagaalee, bal’inaafi beeksisa biroo marsariitii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kanarraa argattu
https://corporate.ethiopianairlines.com/

Beekumsaa walii Galaa

08 Nov, 11:39


▪️For Fresh Graduates
🎴#Ethiopian_Airlines_Group🎴

▪️Job Position - Trainee Cabin Crew
Education: a Minimum of Ethiopian University Entrance Exam Certificate (Eueec) With a Minimum 200 Result.


▪️🚩Registration Date: - November 18, 2024 – November 22, 2024

Beekumsaa walii Galaa

06 Nov, 08:32


BREAKING: 🇺🇸 Donald Trump officially elected President of the United States of America.

Beekumsaa walii Galaa

05 Nov, 15:21


Guys Hojiin kun Amanamaadha yeroo ammaa kana Viral hin baanee Dhuguma Withdraw gochaa Jira.
Haalli hojii isaa Channel achi kessa jiran Join Gochuudhan Email isin gaafata email kessan itti galchudhan  referal link kessan argatu.
HUB:- YEROO WITHDRAW GOOTAN TRUST WALLET FAYYADAMA
Viral oso hin bahiin dafa eegala

https://t.me/APEAIRDROP_R2BOT?start=1224507058

ABDII SABAA

31 Oct, 17:35


https://t.me/ZukiAirdropBot?start=r09416145130


Bot kana irraa namotaa 10 qofaa afferuun birr 300 /ustd argachuu dandessuu ammumaa egalaa

ABDII SABAA

31 Oct, 09:53


Botiiwwaan kun lamaan marsaa 1ffaan xumuramaniruu warii hojjechaa turtaan baga gammadaan bu'aa isa akkumaa waliin arginee gaariidha dadhabii homaa hin qabuu hirriyaa afferuufi sentanii spin gochuu qofaa marsaa 2ffaan ammaa waan egaleef ittii fayyadamaa

ABDII SABAA

31 Oct, 09:53


https://t.me/LuckyDrawMasterBot/app?startapp=Y2g9a1FqOXh2SFI3RyZnPXNwJmw9a1FqOXh2SFI3RyZzbz1TaGFyZSZ1PTgxODc3MDg1NzU=
💥 I've already won $1.05!

☝️Click the link to help me win more!

💰 100% real withdrawals, instant payout

📢 No investment required


https://t.me/lucky_gems_official_bot/app?startapp=2CmeNzSd9vVckxdAaCPx9hMDn6TNUEdzDS72i7KxSo6t3Fy
You haven't joined the channel yet! We can both earn cash rewards after you join the channel

ABDII SABAA

27 Oct, 07:15


Ramaddii Yuunivarsitii barattoota qormaata biyyaalessaa darbanii karaa
https://placement.ethernet.edu.et
https://t.me/moestudentbot
Ilaaluun akka danda’amu ministeerri barnootaa beeksiseera.

ABDII SABAA

27 Oct, 07:13


Bilisummaa Sammuu!

GORSA QAJEELTOO MILKAA'INA JIREENYAA:
1. Eessaan dhufe, Eessattin deema,
Maaliifin uumamee bari.
2. Seera uumaa (natural law) kabaji.
3. Yeroo hunda dhugaa dubbadhu, haqaan hojjedhu.
4. Amala gaarii, namooma, amanamummaa, naamusa kkf qabaadhu.
5. Jibba dhala namaa kamuu ofirraa balleessi.
6. Nama miidhuu irraa fagaadhu
7. Karaa qaxxaamuraa fi daba cubbuu irraa fagaadhu.
8. Amantii qabaadhu, Rabbi kadhachaa sodaadhu
9. Haadhaa fi abbaa, maatii keetiif tola oolii gammachiisi.
10. Hiriyaa gaarii filadhu
11. Mul'ata qabaadhu
12. Baradhu, barreessi, dubbisi, beekkumsa horadhu.
13. Hanga duututti barataa ta'i.
14. Dubbachuu fi hojjechuu dura hubachuu bari.
15. Jaarsolii fi Manguddoo irraa beekkumsa argadhu.
16. Du'a akka hin oolle yaadadhu.
17. Taa'uu hin baay'isin sochoo'i, deemii dalagi.
18. Nama qormaata irra furmaata; Boo'icha irra moo'icha irratti xiyyeeffadhu.
19. Waan dabre yaadachaa hin oolinii dhiisi fuuldura ilaali.
20. Keessummaa ykn nama hayyuu waliin haasa'i irraa baradhu
21. Seenaa namoota gaggaarii fi milkaa'anii dabranii dubbisi.
22. Gufuu si mudatu osoo hin dhiphatin akka carratti fayyadami; kufaatiif harka hin kennin obsi.
23. Oduu dhaggeeffachuu fi Miidiyaa hawaasummaa online baay'isin.
24. Namoota si caalan irraa baradhu malee itti hin hinaafin.
25. Namoota gowwaa, hamaa, jibbaa, hinaafaa, haasida, fakkeessaa, sobaa, abdi kutataa kkf irraa fagaadhu.
26. Hedduu dubbachuu hin baay'isin
27. Waan namni akka siif tahu feetu dursii namaaf tahi.
28. Qorichoota si macheessan dhaabi
29. Halkan yeroon (sa'aa 3 - 4) hirriiba rafi
30. Ganamaan dammaqi
31. Ispoortii hojjedhu
32. Nyaata gosaa (kudraa fi mudraa baay'isi; cooma, soogiddaafi sukkara hir'isi) fi hamma isaa hanga danda’ame madaalii nyaadhu.
33. Namootaaf dhiifama gochuu aadeffadhu, araaramaa fi waliigalaa ta'i.
34. Miira dorgommii fi naman caalaa ofirraa balleessi.
35. Fedhii, hawwii fi miira kee daangeffadhu.
36. Fudhataa osoo hin taane kennataa ta'uun beekkami. Nama rakkataa gargaarii arjaa ta'i.
37. Waan fedhii itti hin qabne hin hojjetin
38. Waan dhala namaa fayyaduu fi yoomuu itti yaadatamtu dalagi.
39. Yoomuu hin boonin, of hin tuulin, fiinxaalessa hin ta'in dhala namaaf jiddugaleessa ta'i.
40. Ofii gaarii ta'ii "Cubbuu fi Irbuu" irraa fagaadhu. Baŕreessaa: Anwar Ahmed Via Shamil N Mohammed

#erga koo
Bilisummaa sammuu keetii; Dabarsitee namaaf hin kenniin.Gaafa bilisummaa sammuu keetii dabarsitee namaaf kennite,  Qaama biraatiin to'atamta!

Addunyaan kun ilma namaatiif qixa kennamte.Qixaan itti gargaarami.Gatiin kee siin haa madaalamu.Bara jireenyaa kee burjaajiin hin dabarsiin.Of ta'ii jiraadhu.Ati nama guutuu taatee dhalannaan; nama guutuu ta'ii jiraadhu.
Yoo jaallattan #Share #like #Commet.godhaa

ABDII SABAA

26 Oct, 20:35


Channel name was changed to «ABDII SABAA»

ABDII SABAA

26 Oct, 11:18


💫❤️

ABDII SABAA

25 Oct, 15:58


Barnotaan alattii bartoonii kenyaa yeroo boqonnaa qabdanitii taskiiwwan salphaa hojjechuun kaardii gutachuu dandesaan sini lakkisnaa sinis senaa hojjedhaa.

ABDII SABAA

25 Oct, 15:58


https://t.me/Asbeksbot/start

ABDII SABAA

25 Oct, 07:58


https://t.me/lucky_gems_official_bot/app?startapp=2CmeNzSd9vVckxdAaCPx9hMDn6TNUEdzDS72i7KxSo6t3Fy
🎉 I've won 0.63 USDT! Click the link to help me earn more! You can also play & win money! 💰
👇 Join now and let's earn more together! 👇

ABDII SABAA

25 Oct, 07:58


Dhugaa dubbachuuf namoonni bilbilaa android fayyadamtanii online busines ,crypto, gara garaa hojjechuun salphatii mallaqaa argachuu dandessuu,
Nutis game , crypto amanamoo waan isinin genyuuf senaa hojjedhaa .

ABDII SABAA

25 Oct, 07:58


https://t.me/LuckyDrawMasterBot/app?startapp=Y2g9a1FqOXh2SFI3RyZnPXNwJmw9a1FqOXh2SFI3RyZzbz1TaGFyZSZ1PTEyMjQ1MDcwNTg=
💥 I've already won $1.13!

☝️Click the link to help me win more!

💰 100% real withdrawals, instant payout

📢 No investment required

ABDII SABAA

29 Sep, 08:46


Namni group bituu ykn gurguruu barbadaan kessaan nu qunnamaa, akkasumaas omishaaf tajajilaa kessaan warii akka sinif beeksisnuu fetanis

ABDII SABAA

29 Sep, 08:44


Coin yeroo ammaa list ta'uu gahanifi gatiin isanii qaalii jedhamaan kessaa tokkoo blum dha coin amanamaadha yoo baayatee guyyotaa 2 hanga 3 tu hafaa kanaf warrii hin egallin link asii gadiin dafaa Launch godhaahttps://t.me/blum/app?startapp=ref_oPvDGDTm4t

ABDII SABAA

23 Nov, 09:44


Chatbot baayee baredaadha wantootaa Akka assigment salphumattii isinif hojjetaa link gadii kanan senaa
https://t.me/gpt3_unlim_chatbot?start=MTIyNDUwNzA1OA

ABDII SABAA

25 Apr, 10:23


Dheebuun Nageenyaa hawaasni kun qabu akkam ta'a laata?


#Exit Exam Book
👇👇👇👇 👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/AbdiiSabaabooks

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

ABDII SABAA

25 Apr, 10:23


Reeffi artist Zarihuun Wadaajoo Finfinneetti simatame.

Ganama har'aa sa'a tokkotti Finfinnee kan qaqqabe reeffi Artist Zarihuun Wadaajoo, bakka hawaasni Oromoo, Artistoota, hooggnatootni mootummaafi namoonni bebbeekamoo argamanitti simatameera.

Buufata Xiyyaaraa Idiladdunyaa Booleetti kan simatame Reeffi artist Zarihuun Wadaajoo gara mana jireenyasaa Buraayyuu Kattaatti geggeeffameera.

Sirni awwaalcha Artist Zarihuun Wadaajoo guyyaa borii ni raawwatama jedhamee eegama.

#Exit Exam Book
👇👇👇👇 👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/AbdiiSabaabooks

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

ABDII SABAA

01 Mar, 09:41


#BREAKING_NEWS

128.6 MILLION Kan hanga ammaatti sassaabame dureessota Oromoo hedduu irraa👏

1. Baankii Awash 20 Million

2.MIDROC Group-30 Million

3. Getu Gelete-5 Million

4.Obbo Seid (Africa Water)-5 million

5. Dashen Bank-10 Million

6. Obbo Abdulhakim -10 Million

7. Ali Alfoz-5 Million

8 .Alemayehu Ketema-5 Million

9. Obbo Bulbula-1 Million

10. Obbo Hiko-1 Million

11.Obbo Hunde(JAMBO STAR Trading PLC)-1 Million

12. Abdulsemed Takele-2 Million

13. Tracon -5 Million

14. Obbo Mathias -4 Million

15. Obbo Haji Bati-1 Million

16. Obbo Diriba Defersha-2 million

17. Obbo Akalu-1 Million

19. Sabir Argaw(ALSAM PLC)-2 Million

19. Nasir Jemal(AMDEHUN General Trading PLC)-2 Million

20 .Belayneh Kinde (BKG Trading )-6.6 Million

TOTAL=128.6 Million Birr

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA