Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

@biroobarnotaaoromiya


πŸ“™Teacher Guide
πŸ“™Student Books
πŸ“’Reference books
πŸ“‚Model exams
πŸ—žMetrics sheet
❓Study Tips πŸ€— .....
πŸ‘€ Cross and Promotion @GDPromotionBot
βœ…οΈOur Official BBO Channel
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO) (English)

Are you looking for a comprehensive educational resource for Oromo language and culture? Look no further than Biroo Barnootaa Oromiya (BBO) Telegram channel! BBO offers a wide range of resources including teacher guides, student books, reference books, model exams, metrics sheets, study tips, and much more. Whether you are a student, teacher, or anyone interested in Oromo language and culture, BBO has something for everyone.nnBiroo Barnootaa Oromiya (BBO) is dedicated to promoting Oromo language and culture through education. With a variety of resources available on the channel, users can enhance their knowledge and understanding of the rich heritage of the Oromo people. From student books to study tips, BBO provides a holistic approach to learning and teaching the Oromo language.nnWhether you are looking to improve your language skills, prepare for exams, or simply learn more about Oromo culture, Biroo Barnootaa Oromiya (BBO) is the perfect channel for you. Join the community today and start your journey towards a deeper appreciation of the Oromo language and culture.nnFor more information and updates, make sure to follow the official BBO channel at https://t.me/BirooBarnotaaOromiya. Don't miss out on this valuable educational resource! #BirooBarnootaaOromiya #OromoLanguage #OromoCulture

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

21 Oct, 13:53


Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Korporeetii Biroodkaastingii Faanaa Ijaarsa Istuudiyoo Ammayyaaf Waliigaltee Mallatteessan
############
BBO, Onkoloolessa 11/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Korpooreetii Biroodkaastingii Faanaa istuudiyoo poodkast ammayyaa ijaaruuf bakka Hog.BBO Dr. #Tolaa_Bariisoofi Hojii Gaggeessaa Korpooreetii Biroodkaastingii Faanaa Obbo #Admaasuu_Daamxoofi ogeeyyiin manneen hojii lamaanii argamanitti walii galtee mallatteessaniiru.
Hoogganaan BBO Dr.Tolaa Bariisoo kaayyoo waliigaltee ijaarsaa kana yeroo ibsan; miidiyaan dhageettii guddaa qabuufi qaqqabamaa waan ta’eef, hojii Barnootaa milkeessuufi hawaasa ittiin barsiissufi kakaasuuf humni miidiyaan qabu guddaa waan ta’eef; barnoota keenya miidiyaadhaan deeggaruun murteessaa akka ta’e ibsaniiru.
Akkasumas jedhan Dr.Tolaan istuudiyoo haaraa ijaaruuf qophoofnu kun dhalootaaf barnoota karaa miidiyaa ammayyaa ta’een qaqqabamaa gochuuf bu’aa guddaa qaba waan ta’eef; Korpooreetii Biroodkaastingii Faanaa waliin yeroo dhiyoo keessatti ijaarsi isaa raawwatee gara hojiitti akka galamuuf waliigalamuu ibsaniiru.
Hojii Gaggeessaan Korpooreetii Biroodkaastingii Faanaa Obbo Admaasuu Daamxoo dhaabbanni isaanii dhaloota karaa miidiyaan ijaaruu keessatti gahee mataa isaa bahataa jira waan ta’eef; akkasumas istuudiyoolee ammayyaa garaa garaa ijaaruu keessattis muuxannoo gahaa waan qabuuf, Istuudiyoo Poodkastii ammayyaa yeroo waliin deemu ijaaruun gara hojiitti akka seenamu ibsaniiru.

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

16 Oct, 13:23


#Ministeerri_Barnootaa_Muuxannoo Gurmaa'insa Hojii #Supparvizyiniifi #Inispeekshinii Barnootaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Irraa Fudhate
==========
Onkoloolessa 6/2017, Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojii misooma barnootaa daran milkeessuuf gurmaa'insa Supparvizyiniifi Inispeekshinii barnoota waliigalaa akka haaraatti irra deebiin gurmeessee jira.
Gurmaa'insa haaraa gaggeeffameenis supparvaayizaroota gahumsaafi dandeettii qaban irra deebiin dorgomsiisee filachuun hojiin barnootaa itti siqeenyaan akka hordofamuuf taasisee ramaddii haaraa raawwatee jira.

Kanuma bu'uura godhachuun gareen Ministeera barnootaa Obbo #Nasiibuu #Haayileenn durfamu gurmaa'insaafi ramaddii akka Oromiyaatti gaggeeffamee jijjiirama mul'achaa jiru akka muuxannootti itti fayyadamuuf fudhataniiru. #Gumii_Tiraansformeeshinii_Barnootaa Naannoo irraa kaasee hanga sadarkaa gadiitti hundeessuun hojiin barnootaa guyya guyyaan hordofamaa jira.
#Ministeerri barnootaa hojii gurmaa'insa #Supparviziniifi_Inispeekshinii barnootaa ilaaluun muuxannoon isaa gaarii ta'uufi babal'achuu akka qabu ibsanii jiru.
BBOtti #Daayirektarri_Supparvizyiniifi Inispeekshinii Barnoota waliigalaa Obbo #Dastaa_Haayiluu garee muuxannoo hojii fudhachuu dhufaniif gurmaa'insaafi ramaddii supparvaayizarootaa akka haaraatti gaggeeffameen walqabatee hojii abdachiisaafi bu'aa qabatamaan mul'achaa jiraachuu himaniiru.
Hojiin supparvizyiniifi Inispeekshinii barnoota waliigalaa erga irra deebiin gurmaa'ee supparvaayizaroonni hojiitti galuufi deeggarsaafi hordoffii taasisaniinis bu'aan galmaa'aa jiraachuufi Gulantaan(level)'n manneen barnootaa kan duraarraa dachaa lamaa oliin dabaluun bu'aa gurmaa'insa kanaa ta'uullee obbo Dastaan ibsaniiru.
#Ministeerri barnootaas gurmaa'insa taasifameefi bu'aa argame dinqisiifachuun gareen muuxannicha fudhachuuf gara BBO dhufe kun hojiin gama kanaan hojjetamu muuxannoon isaallee babal'achuu akka qabu ibsee jira.

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

16 Oct, 13:22


05/02/2017
#Beeksisa!

Barattoota #Gurraan_hin_dhageenyeef Qabxii Barnoota Sagantaa #Remedial' isaan galchuu danda'u murtaa'eera.
------
Barattoota Bara Barnootaa 2016 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhatan keessaa barattoota #Gurraan_Hin_Dhageenye Qabxiin Sagantaa fooyya'insa dandeettii(Remedial) isaan galchuufi #baasii_barnootaa_guutuu_irraa_bilisa_taasisee (bilisaan) barsiisuuf Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa murteesseera
1- Barattoota Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiif 600 keessaa:
#Dhiiraaf - 192
#Dubartiif -186
2- Barattoota Sagantaa Qophaa'ina (Preparatory) tiif 700 keessaa;
#Dhiiraaf  - 224
#Dubartiif - 217 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa fuula FB isaanii irratti har'a beeksiseera.

πŸ’™@BirooBarnotaaOromiya

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

16 Oct, 13:15


πŸ’° XP Akkamittii akka argachuu dandessanii video gababdu dha.

πŸ’Ž Chance kun akka isiin jellaa darbuu hin barbaduu Video asii olii irraa akkamittii akka Xp halaa salphanii argattanii ilalu dandessu.

πŸ”” 1XP = 10 U$DT(Dollar) = 1400 Birr

πŸ’°Bonus Guddadhanii Jalqabufii link asii gaddi tuqaa.
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=3c964287fcaca3ff1b3a
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

15 Oct, 11:34


πŸ’ŽπŸ’Ž XP 1 = 10 U$DT πŸ’ŽπŸ’Ž

πŸ’°πŸ’°1U$DT =140 Birr πŸ’°πŸ’°

πŸ’΅πŸ’΅10U$DT = 1400 BirrπŸ’΅πŸ’΅


πŸ’΅ Avacoin akka channel isanii irattii beksisanii bot isanirattii game avafight jedhamuu taphachuun XP kennaa Jiruu Akkaa asii oliittii laluu dandessan Gattin Xp tokko Dolaar Yookan Usdt 10 Jedhaniruu.

πŸ’° Game Tokko qafaa taphatanii yoo injifattanii XP 2 Argattuu kan jechun Dolaaraa 20 Jechudhaa yokkanii Qarshii 2800 .

πŸ”” Carraa akkanaa akkaa isiinii jalaa hin darbinee hojjiilee online bayee akka hojattan gadii dhisaa jiraa garuu nama murasaa qofattuu fayyadamaa jiraa hundii kessanuu jalqabaa akkaa carran kun isiin jalaa hin darbinee.

🏹 Akkatamittii akka hojjatamuu yoo barbadani post kanaf like 10 qoftii gahaa dha.

🎁 AvaFight Bonus Guddanii Jalqabuf Link asii gaddii tuqattii start jedha.
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=3c964287fcaca3ff1b3a
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

13 Oct, 11:13


πŸ“ƒ Practice Questions
πŸ“‘ Exam Sheets
πŸ“‹ Try Outs
πŸ“– Study Tips

πŸ—ž To Get Wide Range Of Education Resources Join Et Exam Store❗️
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/EtExamStore
https://t.me/EtExamStore

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

13 Oct, 02:49


Guyyaan Alaabaa Yeroo 17ffaaf Onkololeessa 04/2017 Waajjiraalee Barnootaa, Manneen Barnootaafi Kolleejjota Barnootaa keessatti ni kabajama.
------------
BBO-02/02/2017 Guyyaan Alaabaa yeroo 17ffaaf Onkololeessa 04/2017 akka biyyaatti kabajamu bu'uura gochuun waajjiraaleen barnootaa godinaa, bulchiinsa magaalaafi aanaa, Manneen Barnootaa, Kolleejjotni Barnootaa hunduu wixata 04/02/2017 ganama keessaa sa'aatii 4:30 irratti Alaabaa baasuun/fannisuun/ kabajuuf qophii xumuruun beekameera.

Haaluma kanaan kabaja ayyaanichaa irratti kaayyoo kabaja ayyaanichaa, maalummaafi hiikkaa Alaabaa hirmaattota/barattoota/ sirna kabaja ayyaanichaa irratti argamaniif ibsuun barbaachisaadha.

Alaabaan birmadummaa, bilisummaa, kabajaa biyya tokkootiif barbaachisummaan inni qabu olaanaa akkuma ta'e, waliigaltee biyyaalessaafi obbolummaa sabdaneessaa cimsuun tokkummaa biyyaalessaa dhugoomsuu keessatti gahee guddaa qaba.

Alaabaan keenya, ibsituu tokkummaa waloo biyyaalessaa, mallattoo birmadummaafi bilisummaa biyya keenyaa, agariiftuu heddumminaafi waliin jireenyaa, wabii itti fufiinsa bilisummaafi birmadummaa biyya keenyaati.
Alaabaan keenyaa lamnii biyya keenyaa sadarkaa addunyaatti mallattoo ta'ee kan mul'isuudha.

Kanaafuu, Lammiin jaalala biyyaa qabu alaabaa biyya isaatiif hanga wareegama lubbuutti dhaabbataaf. Kanaafis fakkeenya kan ta'u #Raayyaa_Ittisa_Biyyaafi_Atileetota byya keenyaa fudhachuun ni danda'ama.

Walumaa galatti, Manneen Barnootaa keessatti dhaloota saayinsiifi teeknooloojiin gahoome, jaalalaafi kabajaa biyyaafi ummataa qabu, aadaa waliin jireenyaa amanu, birmadummaafi bilisummaa biyyaalessaa kabajuufi kabajsiisu, kan haqaaf dhaabbatu, kan naamusa qabu, sirna dimokiraatawaa dagaagsuu keessatti gahee kan fudhatu, alaabaaf kabajaafi jaalala qabu horachuuf sirni kabaja alaabaa waggaa waggaan gaggeeffamu kun faayidaa olaanaa waan qabuuf Onkololeessa wixata 04/2017 sa'aatii 4:30 irratti dhaabbilee barnootaa naannoo keenyaa keessatti haala ho'aan guyyaan Alaabaa ni kabajama.

πŸ’™ @BirooBarnotaaOromiya

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

12 Oct, 06:20


#Beeksisa
Barattoota Yunivarsiitii Galaniif
#Guyyaan_Filannoo_Dhaabbilee_Barnootaafi Barnoota Barachuu barbaadanii #Dheerateera.
---------
BBO- 30/01/2017 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa barattoota bara 2016 Qormaata Biyyoolessaa fudhachuun qabxii sagantaa idileefi sagantaa remedial'n .Yunivarsiitii galaniif guyyaa filannoo dhaabbata itti barataniifi barnoota barachuu barbaadan guutan hanga Fulbaana 30/2017 jechuun beeksisuun ni yaadatama.

Haata'u malee guyyaan gabaabbachuusaa ibsuun hanga #guyyaa_Roobii_06/02/2017 tti akka dheeratu fuula FB isaanii irratti beeksiseera.

Kanaafuu, Barattootni ulaagaa taa'e guuttan #hanga_Onkololeessa_06/2017 akka galmaa'uu dandeessan isin beeksifna.

#Share #And #Like

#Ad
https://t.me/blum/app?startapp=ref_6IzEsCVYSz
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

12 Oct, 06:18


πŸ‘©β€πŸŽ“πŸ‘¨β€πŸŽ“πŸ‘¨β€πŸ«πŸ‘©β€πŸ« Are You Student Or Teacher ?

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

11 Oct, 10:02


πŸ’Έ Tomarket List Tahdhafii Guyyaa 20 Qaofattuu Haffee. Namottaa Hamstern gaddanii Bonus Baredanii simachaa Jiraa.

πŸ’Ž Yeroo xiqqoo kessattii Community Guddaa Horachu Kan Danda'ee Tomarket Developer Telegram Project kan dubbaa jirachun isaa himamaraa kanafuu gattiin isaa akka guddaa ta'ee tilmamama jirraa guyyaa 20 qabduu Hanguma Dandessanii sabsabaa.

πŸ’΅ Akkamittii gurgurraa yoo jettanii hin cinqaminaa Erge list ta'ee bodaa gattii baredanii isinirraa bittaa.

⭐️ Jalqabufii link asii gaddii tuqaa.

πŸ’° start jechunuun qoftii gattii qabdii.

πŸ’° Link

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=r-0000YcIh
https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=r-0000YcIh

πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

βœ…Tuqunii start jedhaa yoo Akka hojjatamuu barufii barbananii video haa wajjatamu jedha comment irrattii nafii baressa video isinif gadhisaa .

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

10 Oct, 12:14


Manneen Barnootaa Naannoo Oromiyaa Barattoota 9.8% Sagantaa ' Remedial'f Dabarsaniiru.
----------
BBO- Fulbaana 30/2017 Manneen Barnootaa Naannoo Oromiyaa barattoota bara 2016 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qorsiise keessaa barattoota 3.5% Yunivarsiitiif yoo dabarsu, barattoota 9.8% immoo sagantaa Ramadiyaalii(Remedial)f dabarseera.
#Barattootni 8520 qabxii qormaataa 50fi ol fiduun Yunivarsiitii galanii sagantaa idileetiin kan baratan yoo ta'u, #barattootni 23817 qabxii qormaata 50% gadi fidan immoo sagantaa fooyya'insa dandeettii(Remedial Program) waggaa tokkoof akka baratan darbaniiru. Walumaa galatti $sagantaa_idileefi_sagantaa_fooyya'insa_danfeettii(remedial) n #barattootni 32337 (13.3%) yunivarsiitiif darbaniiru.

Kanuma bu'uureeffachuun qabxii qormaataa bara 2017 daran fooyyessuuf barsiisotni, barattootni, maatiin barattootaafi hawaasni barnootaa hunduu wal ta'uufi wal deeggaruun gahee keenya akka baanu Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhaamsa dabarseera.

πŸ’™@BirooBarnotaaOromiya

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

10 Oct, 07:25


βœ…β–ŽQuestion 1:

What is the main theme of the story "The Boy Who Cried Wolf"?

A) Honesty 
B) Friendship 
C) Adventure 
D) Fear 

β–ŽQuestion 2:

Which of the following is a synonym for "happy"?

A) Sad 
B) Joyful 
C) Angry 
D) Tired 

β–ŽQuestion 3:

What does the word "environment" refer to?

A) A place where people live 
B) The natural world around us 
C) A type of food 
D) A form of entertainment 

β–ŽQuestion 4:

In a poem, what is the term for the repetition of sounds at the end of lines?

A) Rhyme 
B) Rhythm 
C) Stanza 
D) Verse 

β–ŽQuestion 5:

Which of the following sentences is correct?

A) She go to school every day. 
B) She goes to school every day. 
C) She going to school every day. 
D) She gone to school every day. 

πŸ’™@BirooBarnotaaOromiya

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

09 Oct, 09:16


▢️ Qarshii Kummaa Tokkoo Halaa Salphaa Ta'en Akkamittii akkaa Argachuu Dandegu Video Gababa Asii Olinii Isinif Hojedhare'aa Ilalaun Ammaraa Jalqabun Link Kessanii Namottaa 10ffii Ergunii Qarshii Kummaa Tokko Olii Guyyaa Guyyaadhan Hojjadha.

πŸ”₯ Bot Jalqabsisufii link asii gadii tuqaa. Dollar 10 argattuu akkamittii akka bastanii video isinifii hojedha post kan like godhaa Akkasumas Hirriyottaa kessaniffii share Godhaa.

πŸ” Bot Link
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/cherrygame_io_bot/game?startapp=r_956968061
https://t.me/cherrygame_io_bot/game?startapp=r_956968061

πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

08 Oct, 21:27


βœ”οΈ Bara barnootaa 2017tti Sagantaa Remedial irratti hirmaachuuf Qabxin Darbinsaa murtaa’eera.

βœ… Haala kanaan barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii baay’ina gosoota barnootaa qoratamaniin qabxii %31 fi isaa ol galmeessan filannoo hundaan (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) sagantaalee sirreeffamaa remedial irrattii hirmaachuu akka danda’an Ibsamerraa.

πŸ˜€ Barattootaa dhaabbilee mootummaa keessatti sagantaa Remedial irratti hirmaatan baasii isaanii mootummaan Kafalamufii akka armaan gaddittii Ibsamera.

πŸ“Œ Barattootni Dhiraa Saayinsii hawwasaa(Social Science) Fi  Barattootni Dhiraa Saayinsii Uumamaa(Natural Science)

βœ”οΈ Qabxii Waligalaa 600 Kessaa 204.


πŸ“Œ Barattootni Shamaranii Saayinsii Uumamaa(Natural Science) Fi Barattootni Shamaranii Saayinsii hawwasaa(Social Science).

βœ”οΈ Qabxii Waligalaa 600 Kessaa 192.

πŸ“ Nannolee Guddataa Jirannii Fi Horsissee Bultottaa Jiranii Barattotaa Dhirafii Saayinsii Uumamaa(Natural Science) Fi  Saayinsii hawwasaa(Social Science).

βœ”οΈQabxii Waligalaa 600 Kessaa 192.

πŸ“ Nannolee Guddataa Jirannii Fi Horsissee Bultottaa Jiranii Barattotaa Shamaraniif Saayinsii Uumamaa(Natural Science) Fi  Saayinsii hawwasaa(Social Science).

βœ”οΈ Qabxii Waligalaa 600 Kessaa 186.

βœ”οΈ Barattootni Qaroo Dhabeyii Dhiraa Saayinsii Hawwassaa(Social Science)

βœ”οΈ Qabxii Waligalaa 500 Kessaa 160.

βœ”οΈ Barattootni Qaroo Dhabeyii Shamaranii Saayinsii Hawwassaa(Social Science)

βœ”οΈQabxii Waligalaa 500 Kessaa 155.

βœ… Preparatory Program Dhirafii.

βœ”οΈQabxii Waligalaa 700 Kessaa 238.

βœ… Preparatory Program Shamaranii.

βœ”οΈQabxii Waligalaa 700 Kessaa 224.

βœ… https://t.me/BirooBarnotaaOromiya

#Ad
https://t.me/notpixel/app?startapp=f956968061_s573809
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

08 Oct, 04:23


πŸ” β–ŽQuestion 1:
What is the primary function of the roots in a plant?
A) To produce flowers 
B) To absorb water and nutrients 
C) To perform photosynthesis 
D) To support the plant 

β€”

β–ŽQuestion 2:
Which part of the cell is responsible for controlling what enters and exits the cell?
A) Cytoplasm 
B) Nucleus 
C) Cell membrane 
D) Mitochondria 



β–ŽQuestion 3:
What type of reproduction involves two parents and produces genetically diverse offspring?
A) Asexual reproduction 
B) Sexual reproduction 
C) Budding 
D) Fragmentation 

β€”

β–ŽQuestion 4:
Which organelle is known as the "powerhouse" of the cell?
A) Ribosome 
B) Golgi apparatus 
C) Mitochondria 
D) Chloroplast 


β–ŽQuestion 5:
What is the main purpose of photosynthesis?
A) To produce oxygen 
B) To convert sunlight into chemical energy 
C) To absorb carbon dioxide 
D) To release energy from food 

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

07 Oct, 08:25


πŸ”₯ Follow And Like

https://vm.tiktok.com/ZMhS2PxHX/

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

06 Oct, 13:41


πŸ“Œ Editor Afan Oromo Kan Lala Like Akksumas Share Gochun Jajabesaa.

▢️ New Edit πŸ”₯

https://vm.tiktok.com/ZMhBpnqTN/
https://vm.tiktok.com/ZMhBpnqTN/
https://vm.tiktok.com/ZMhBpnqTN/

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

06 Oct, 12:26


β“β–ŽMultiple-Choice Quiz

1. In "The Quest for Freedom," what does the river symbolize for the protagonist? 
A) Danger 
B) Hope and renewal 
C) Isolation 
D) Wealth 

2. Which character represents the struggle against oppression in "The Silent Voices"? 
A) Mulu 
B) Abebe 
C) Selam 
D) Kedir 

3. What is the primary theme of "The Journey Home"? 
A) The importance of friendship 
B) The search for identity 
C) The impact of war on society 
D) The value of education 

4. In "The Broken Chains," what event triggers the main conflict? 
A) A betrayal among friends 
B) A natural disaster 
C) A government crackdown on dissent 
D) A family tragedy 

5. How does the author portray women’s roles in "Voices of the Past"? 
A) As passive bystanders 
B) As strong leaders and activists 
C) As traditional homemakers only 
D) As figures of ridicule 

βœ”οΈ start for 1000 Birr =- Start πŸ‘‰

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

05 Oct, 12:29


πŸͺ™ Coin Major Million 1 = Dollar 300πŸ’«

πŸ’° Task Ammarattii Jiranii Hojjachun Hangaa Kummaa 100 Argachuu Dandesuu.

⭐️ Hangaa List Ta'uttii Million Tokko Ni Gessuu Yoo Hajjattanii Seranii.

πŸ’± Jalqabufii Jalqabii Kan Jedhuu Tuqaa.

πŸ’°πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ’°

πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰JALQABIIπŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘ˆ
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰JALQABIIπŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘ˆ
πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰JALQABIIπŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘ˆ

Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)

05 Oct, 07:26


Baga Ayyaana Irreechaa Bara 2017 Nagaan Geessan/ Geenye!
---
BBO- Fulbaana 24/2017
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Ayyaanni Irreechaa kan milkii akka ta'u hawwa!

#Sirna_Gadaa keessa Aadaa, Duudhaafi Safuu jiran keessaa tokko Ayyaana Irreechaati.
#IRREECHI :- Galateeffannaadha, nageenya, Araaraafi Obbolummaadha.

#AYYAANA_GAARII !
Hora Finfinnee : 25/01/2017
Hora Arsadii : 26/01/2017