Faana Artii @sonakitaba Channel on Telegram

Faana Artii

@sonakitaba


Kitaabota Afaan Oromoo Pdf argachuu

Seenaa barreessitoota Oromoo baruu

Jechoota hayyootaa dubbisuu

Walaloowwan adda addaaf

Beekisa kitaaba haaraaf

Viidiyoo Ajaa'ibsiisoo

Chaanaalii kana hordofaa

Faana Artii (Afan Oromo)

Faana Artii is a fascinating Telegram channel created for all the book lovers out there. The channel, managed by the username @sonakitaba, is dedicated to providing a wide range of Oromo language books in PDF format. Whether you are looking to explore the rich cultural heritage and literature of the Oromo people or simply enjoy reading books in Afan Oromo, Faana Artii is the perfect destination for you. From educational materials to literary works, the channel offers a diverse collection of books to cater to all interests.

In addition to PDF books, Faana Artii also features insightful discussions on Oromo history, traditions, and contemporary issues. The channel serves as a platform for Oromo speakers and enthusiasts to come together, share knowledge, and engage in meaningful conversations. Whether you are a native Oromo speaker or someone interested in learning more about the language and culture, Faana Artii has something for everyone.

Moreover, Faana Artii goes beyond traditional books and offers captivating video content that will leave you amazed. From documentaries to short films, the channel showcases the beauty and diversity of the Oromo culture in a visually engaging way. You can immerse yourself in the world of Oromo art, music, and storytelling through the videos shared on Faana Artii.

Join Faana Artii today and explore the world of Oromo literature, art, and culture. Discover new books, engage in enlightening discussions, and immerse yourself in the fascinating world of the Oromo people. With a vibrant community of book lovers and cultural enthusiasts, Faana Artii is the ultimate destination for anyone interested in the rich heritage of the Oromo people. Don't miss out on this exciting opportunity to connect with like-minded individuals and expand your knowledge of Afan Oromo language and culture. Subscribe to Faana Artii now and embark on a journey of discovery and learning unlike any other!

Faana Artii

25 Jul, 07:04


Hedduun keessan, Barreessaa fi barsiisaa, gargaaraa pirofeesaraa Fedhasaa Taaddasee ni beektu. Yeroo darbe haati ijoollee isaanii hedduu dhukkubsataa akka turan, karaa FB maxxansaa turan, Qaroon ija isaanii guutummaatti arguu akka dhaabee fi isaan yaalchisuuf qarshii qaban mara fixanii, rakkina keessa akka jiran ‘TV Mo'aa dubbataniiru. Kana malees barnoota digirii 3ffaa isaa hordofaa ture addaan dhaabee jira. Haguma humna keessanii cina dhaabadhaa adaraa. Gatii isaan Ogbarruu keenyaaf baasan jechaan ibsuun hedduu nama rakkisa. Isaan, gatii isaan baasan hagas hin jedhamu.

Isaan nama dhuunfaa tokko qofa miti nama guddaa keenya, Jabaa keenya, hayyuu keenya, abbaa dhaloota baay'eeti.

Fedhasaa Taaddase Guutaa
CBE: 1000282203298
OB: 1124962800001
Awash Bank: 01320173994800
CBO: 1000038382849
Lakk. Bilbilaa 0946677313

Faana Artii

17 Jul, 08:12


Tooftaalee namoonni hunduu akka nu jaallatan ittiin gochuu dandeenyu. Link kana
https://vm.tiktok.com/ZM2XoKsj4/ irraa dhaggeeffadhaa.

Faana Artii

14 Jul, 07:47


Warri kolfaa waan guddaa tokkomoo baruu feetan link https://vm.tiktok.com/ZM2CgaW8e/ kana cuqaasaa dhaga'aa!

Faana Artii

10 Jul, 13:08


https://www.tiktok.com/@iyyaasuutarrafaa

Faana Artii

10 Jul, 06:36


Qajeelfama Jireenyaa Sirrii.

- Guddachuuf jettee nama hin xiqqeessiin akkasumaanuu guddachuu dandeessa.

- Ati buufachuuf nama biraa hin kasaarsiin, akkasumaanuu bu'aa argachuu dandeessa.

- Sooromuuf jettee nama hin hiyyoomsiin akkasumaanuu sooromuu dandeesa.

- Beekamuuf jettee namni biroo akka dhokatu, (wallaalamu hin godhiin) isa beeksisuunuu beekamuu dandeessa.

- Ol ba'uuf jettee kaan gad hin buusiin, isa kaan ol baasuunuu ol ba'uun waan dandeessuuf.

- Ofii quufuuf jettee kaan hin beelessiin, nama beela baasuunuu ofii quufuu dandeessa.

- Of bareeduuf jettee kan hin fookkisiisiin, isa kaan bareechuunuu ofii bareeduu dandeessa.

- Ofii kabajamuuf jettee nama hin salphisiin, nama kabajuunuu kabajamuu dandeessa waan ta'eef.

- Jaallatamuuf jettee nama hin jibbiin, nama jaallachuunuu jaallatamuu dandeessa waan ta'eef.

- Ofii nagaatti jiraachuuf isa kaan hin gidirsiin, nagaatti nama jiraachisuunuu nagaan jiraachuu dandeessa waan ta'eef.

Nagaan oolaa

Faana Artii

09 Jul, 16:27


Har'a Kitaaba tokko siniif qabadhee dhufeera. Link https://vm.tiktok.com/ZM2xB2Jy6/ kunoooti

Faana Artii

08 Jul, 13:04


Kitaabota Jajjaboo dubbistanii waan guddaa irraa hubattan kana ilaalaa dubbisaa link https://www.tiktok.com/@iyyaasuutarrafaa

Faana Artii

06 Jul, 12:45


Kitaabota Jajjaboo namni hunduu dubbisuu qabu!

https://vm.tiktok.com/ZM2HkwBvE/

Faana Artii

29 Jun, 16:48


Kitaabota jajjaboo jireenya namaa jijjiiran walitti funaane akaakuu isaanii https://vm.tiktok.com/ZM252WjMQ/ kanarra siniif kaa'eedha. Hubadhaa barbaadaa dubbisaa.

Faana Artii

27 Jun, 14:51


Part 7
https://vm.tiktok.com/ZM2P2AFAK/

Faana Artii

26 Jun, 16:36


Hiriyyootako jaallatamoo, irra deddeebiin Kitaabake 'Sagalicha' jedhu kana eessaa arganna jettanii warra na gaafattan hundumaaf Kitaabni kun ammatti gabaa irraa dhumateera. Haalli isaa yoo naaf mijate maxxansa lammaffa maxxansee gabaarratti nan deebisa. Tokkoo tokko keessaniif deebisuu yaalee namoonni na gaafattan waan heddummaattaniif bifa kanaan siif deebisuu filadhe. Kabaja fi jaalala ani siniif qabu amman jedhuu oli! Naaf jiraadhaa Jaallatamoo fi kabajamoo kiyya.

Faana Artii

26 Jun, 14:01


Seerawwan Milkaa'inaa Kudha Lama. Kutaa 6ffaa

https://vm.tiktok.com/ZM2fXd37X/

Faana Artii

21 Jun, 09:15


Part 5 Kunooti link kana cuqaasaa dhaggeeffadhaa.
Barumsi kun baay'ee akka sin fayyadu shakkii hin qabu.
https://vm.tiktok.com/ZM2U18LEr/

Faana Artii

20 Jun, 13:30


TWELVE LAWS OF SUCCESS PART 4
Seerawwan milkaa'inaa kudha lama(12) Kutaa 4ffaa link https://vm.tiktok.com/ZM2DfDepq/ kana cuqaasaa dhaggeeffadhaa. Barumsi kun akka sin gargaaru hin shakku. Kanan qopheesse, dhimma kana irratti, kitaaba garaa garaa, barruulee adda addaa Website garaa garaa, dubbisee namoota garaa garaa gaafadheen qopheesse waan ta'eef akka sin gargaaru hin shakku .

Faana Artii

20 Jun, 10:04


Twelve Laws of Success
Part 4
Seerawwan Milkaa'inaa Kudha lama.
Kutaa 4ffaa.
https://vm.tiktok.com/ZM2DD9BED/

Faana Artii

19 Jun, 16:08


Part 3

https://vm.tiktok.com/ZM2Ao6ocW/

Faana Artii

07 Jun, 18:19


Haasaan gaafa eebba Project Horaa Inspire Youth Association haasa'e kunooti dhaggeeffadhaa link https://vm.tiktok.com/ZM2rYpRvG/ kana cuqaasuun.

Faana Artii

31 May, 19:43


Dhugaadha baay'eema nama dinqa guddaa nama ajaa'iba!

https://www.tiktok.com/t/ZM22vrGKP/?t=1

Faana Artii

30 Mar, 16:57


Dubbii Jabaa Jabaa! https://vm.tiktok.com/ZMYVMxSd6/

Faana Artii

21 Mar, 18:50


Qophii Kabaja Ayyaana Waggaa 15ffaa Hundaaffama Focus Yunivarsiitii Samaraa. Mana hin qabani waggaa 15 guutuu lafa duwwaarratti waaqayyoon waaqeffatu ammallee. Video isaanii link https://vm.tiktok.com/ZMYx3JN81/ kana cuqaasaa dhaggeeffadhaa!

Waaqayyo waan haaraa hin godha! Guyyaa tokko mana bitatanii keessatti ni waaqeffatu!