Wangeelli Hundumaaf @wangeellihundumaaf Channel on Telegram

Wangeelli Hundumaaf

@wangeellihundumaaf

Wangeelli Hundumaaf!
Bible For All!

Wangeelli Hundumaaf (Amharic)

በዚህ ጽሁፎች መሰረት በመጀመሪያ ግንባታ ዳግም ላይ የእንቅስቃሴ ቅናሾችን ይጠቀሙ፡፡ ኮኔክሽን መንፈሳዊ መልኩን በመናገሩ ተጨማሪ፡፡ ይህን ጽሁፉ ለኛ የእርስዎ በዓለም ክፍልና ድንጋግዎ ምርጥ ነገርም የሚያግዙ ሠንጠረዥና ስማርት የሆነው፡፡ ጥያቄዎችን ፍላጎችን እንዴት መልእክተኛው ስለሆነው እናተጨማሪ እንደሆነ ከኛ ጋር እንላክላለን፡፡ የሚሞክሩ የሆኑትን ከሆነም የታሪክታችንን መረጃዎችን ፕሮቬክት እጅግ ረጅም ኣየህዾን አህዛብ ስነስርዓት በመዝገቡ ላይ መንገድም ለመቀነስና ለመንገድ ማድረግ አለበት። የእናት መሪ መዜጎቹን እና ዕድሜዮችን እንዲያግዙ ክፍል እንዲያግዙ እንዲሞክሩልም የነጻ ቅናሾችን ውስጥ ሊመፋገር እንደሆነ ነው።

Wangeelli Hundumaaf

22 Oct, 03:46

App Macaafa Qulqulluu Kanaan Dura maxxanfamanii Bilbila keenya Keessa Qabnu Dogongora barreeffama Muraasa akka Qabu Beektu jedheen Yaada. fknf kan Suuraa Irra argitan kana Dabalatee kanneen Biroos sirreessuun Kan maxxanfame App Haaraa Link Kanaan Seenaa buufadhaa.
✝️👇👇👇
https://kn2.kbibleverse.com/oromo-bible-app-read-scripture-in-afaan-oromo/

Wangeelli Hundumaaf

16 Oct, 03:14

22 Jul, 06:03

“Waan nu irra ga'e hundumaatti garuu, karaa isa nu jaallatee mo'icha guddaa arganna.”
— Rom. 8:37

Wangeelli Hundumaaf

22 Jul, 06:00

#Ergaa_guyyaa
📖" Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa! "(Efesoon 5: 16)📖
#Yeroo akkamituu nuf kennamee?
✏️Eyye yeroon nuf kennamera! Erga nuf kennameraa ta'ee, yeroon nuf kennamee yeroo isa kam akka ta'ee beekutu nurra jirataa!
✏️Yeroon anafi sif latamee yeroo isaa 'amma' jedhamudha!
✏️Waaqayyo akka itti hojennuf amma nuf lateraa, tarii boddee fi bor itti nuf dabaluu danda'aa ta'a, sbs immoo namni kan inni jiratuu yeroo waaqayyo isaaf kennu keessa dha.
Namni of isaa itti dabaluus ta'ee irraa hir'isuu hin danda'uu..
📖" Isin keessaa tokko hammam yaadda'u illee, bara jireenya isaatiitti yeroo gabaabaa kan dabalachuu danda'u jiraa ree? " (Luqaas 12: 25)📖
✏️Kanaaf boddee fi boriin hin bekuu garuu ammi naf latamteetti wan ta'eef amma;
☑️ Nan hojjedha
☑️ Nan baraadha
☑️ Nan kadhadha
. . .
#Amma mal gochaa jirataa ati? ? ?
✏️Hubadhuu waaqayyo yeroo 'amma' jedhamuu nuf lateraa! !
✏️Yoo 'bor' nuf latamee, yeroo ishee 'amma' jedhamtuu kanattia hin hojjenne tanaan 'bor' immoo debiftee nu gafatatti!😴😴😴 #Kanaaf akka wan waggaa kumaa jirannutti amma kanatti hojjechuu ykn fayadamuu qabna.
#Wantaa amma hojjechuu dandesuu boddetti hin beelamin borittis hin dabarsin.
📖'. . .utuu hin dabarsin. . .'📖efeson5:16
✏️yeroon nuf latamee kun ni darbaa.
✏️Guyyaa kalleessa miti silaa iyyu debistee arguu akka hin dandenyee beektaa? ?
#Eegaa yeroo darbuu kanatti mal hojjennu?
✏️Wan Har'aa argachuu, boriif hojjechuu, namaf irraa hafuun nurra ni jirataa. wantaa hin dabarrees hojjechuu qabna.
Wantaa garii dhalotaaf ta'u tokko ka'uutu nurra jiraata.
#Garuu yeroo darbuu kanatti wantaa darbuu qofaaf dhamahuu hin qabnu. #Yeroo_darbuu_kanatti_jireenya_hin_darbineef_dhamahuu_ykn_hojjechuu_qabna.
#Akka oggesotatti jiraachuu qabna!
👨‍⚕👨‍💻👨‍✈️ Oggessonni yeroo akkamii fi essaatti mal akka dubbatanifi hojjeetan beeku!
✏️Wantii nutii har'aa facasnuu akkumaa bor biqiluu,🌱🌱 wantaa dubbannuu fi hojjennu booda bu'aan argamuu ni jiraata!
#Kanaaf 'opportunity'(caarra) arganne hundumaa wantaa garii tahee dubbachuudha fi hojjechuudhan dabarsuutuu nurra jiraata!
👨‍👩‍👦‍👦Baraataan amma utuu dubisuu egaalee bor milka'inni kan isaa dha. 👨‍🚒👨‍🍳Hojjetaan amma hojjechuu utuu egalee bor milka'inni kan isaa dha.
#Amma keenya ballesuun nurra hin jiruu,amma keenyatti sirritti haa fayadamnuun ergaa kenyaa galatooma! ! !🤝🤝🤝

Wangeelli Hundumaaf

05 Jul, 22:37

Namni gadi fageenyaan barumsa amantii cimsannaa hin hubanne tarii hundee amantiisaa gadi fageenya dhabuu danda'a. Barumsa Amantii Cimsannaa bifa aappii fi pdf tiin argattu! Liinkii kanaan Seenaa Buufadha
✝️👇👇👇👇
https://ad1.kbibleverse.com/reinforcement-faith-lessons-app-grow-your-belief-2/

Wangeelli Hundumaaf

27 Apr, 08:26

“Waan Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse,iji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageenye, yaadni namaas bira hin geenye.”
— 1Qor. 2:9

Wangeelli Hundumaaf

18 Apr, 06:41

“Waan nu irra ga'e hundumaatti garuu, karaa isa nu jaallatee mo'icha guddaa arganna.”
— Rom. 8:37

Wangeelli Hundumaaf

18 Apr, 06:41

https://t.me/galaanafaarfannaa/3868

Wangeelli Hundumaaf

18 Apr, 06:41

🖌️“Wanti ol ka'ee jiru, wanti gad fagaatee jirus, uumama keessaa wanti biraas, jaalala Waaqayyoo isa karaa gooftaa keenyaa Kristos Yesus nuuf dhufettii, danda'ee gargar nu hin baasu.”
✍️ Rom. 8:39

Wangeelli Hundumaaf

04 Apr, 13:45

Abdii qabdanitti gammadaa; rakkina obsaa; Waaqayyoon kadhachuuttis cimaa!”
Rom 12:12

Wangeelli Hundumaaf

04 Apr, 13:45

Qol. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹² Isin warra fo'aman, warra Waaqayyoof qulqullaa'an, warra jaallatamanis erga taatanii, araara garaa keessaa dhufu, gaarummaa, gad of deebisuu, garraamummaa, obsas akka uffataatti uffadhaatii keessa jiraadhaa!
¹³ Waliif danda'aa, namni tokko isa kaan yoo komate waliif dhiisaa; gooftaan akkuma isiniif dhiise, isinis immoo waliif dhiisaa!

👉 @wangeellihundumaaf

Wangeelli Hundumaaf

02 Apr, 14:58

📍Wanti Hundumtuu irra darba. Wanti irra hin darbine Waaqayyoo wajjiin jiraachuudha.

Wangeelli Hundumaaf

02 Apr, 14:57

#Ergaa_guyyaa
📖" Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa! "(Efesoon 5: 16)📖
#Yeroo akkamituu nuf kennamee?
✏️Eyye yeroon nuf kennamera! Erga nuf kennameraa ta'ee, yeroon nuf kennamee yeroo isa kam akka ta'ee beekutu nurra jirataa!
✏️Yeroon anafi sif latamee yeroo isaa 'amma' jedhamudha!
✏️Waaqayyo akka itti hojennuf amma nuf lateraa, tarii boddee fi bor itti nuf dabaluu danda'aa ta'a, sbs immoo namni kan inni jiratuu yeroo waaqayyo isaaf kennu keessa dha.
Namni of isaa itti dabaluus ta'ee irraa hir'isuu hin danda'uu..
📖" Isin keessaa tokko hammam yaadda'u illee, bara jireenya isaatiitti yeroo gabaabaa kan dabalachuu danda'u jiraa ree? " (Luqaas 12: 25)📖
✏️Kanaaf boddee fi boriin hin bekuu garuu ammi naf latamteetti wan ta'eef amma;
☑️ Nan hojjedha
☑️ Nan baraadha
☑️ Nan kadhadha
. . .
#Amma mal gochaa jirataa ati? ? ?
✏️Hubadhuu waaqayyo yeroo 'amma' jedhamuu nuf lateraa! !
✏️Yoo 'bor' nuf latamee, yeroo ishee 'amma' jedhamtuu kanattia hin hojjenne tanaan 'bor' immoo debiftee nu gafatatti!😴😴😴 #Kanaaf akka wan waggaa kumaa jirannutti amma kanatti hojjechuu ykn fayadamuu qabna.
#Wantaa amma hojjechuu dandesuu boddetti hin beelamin borittis hin dabarsin.
📖'. . .utuu hin dabarsin. . .'📖efeson5:16
✏️yeroon nuf latamee kun ni darbaa.
✏️Guyyaa kalleessa miti silaa iyyu debistee arguu akka hin dandenyee beektaa? ?
#Eegaa yeroo darbuu kanatti mal hojjennu?
✏️Wan Har'aa argachuu, boriif hojjechuu, namaf irraa hafuun nurra ni jirataa. wantaa hin dabarrees hojjechuu qabna.
Wantaa garii dhalotaaf ta'u tokko ka'uutu nurra jiraata.
#Garuu yeroo darbuu kanatti wantaa darbuu qofaaf dhamahuu hin qabnu. #Yeroo_darbuu_kanatti_jireenya_hin_darbineef_dhamahuu_ykn_hojjechuu_qabna.
#Akka oggesotatti jiraachuu qabna!
👨‍⚕👨‍💻👨‍✈️ Oggessonni yeroo akkamii fi essaatti mal akka dubbatanifi hojjeetan beeku!
✏️Wantii nutii har'aa facasnuu akkumaa bor biqiluu,🌱🌱 wantaa dubbannuu fi hojjennu booda bu'aan argamuu ni jiraata!
#Kanaaf 'opportunity'(caarra) arganne hundumaa wantaa garii tahee dubbachuudha fi hojjechuudhan dabarsuutuu nurra jiraata!
👨‍👩‍👦‍👦Baraataan amma utuu dubisuu egaalee bor milka'inni kan isaa dha. 👨‍🚒👨‍🍳Hojjetaan amma hojjechuu utuu egalee bor milka'inni kan isaa dha.
#Amma keenya ballesuun nurra hin jiruu,amma keenyatti sirritti haa fayadamnuun ergaa kenyaa galatooma! ! !🤝🤝🤝

Wangeelli Hundumaaf

29 Mar, 06:32

“Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu.”

— Yoh. 10:28

Wangeelli Hundumaaf

29 Mar, 06:32

#ergaa_guyyaa

📖" isin ofii keessanii loluun isin hin barbaachisu, iddoo qabadhaatii dhaabadhaa, mo'icha Waaqayyo isiniif kennu ilaalaa! Isin yaa warra Yihudaa fi warra Yerusaalem! Hin sodaatinaa, hin na'inaas! Waaqayyo isinii wajjin waan jiruuf bor isaanitti dhaqaa!' jedha" jedhe." 📖
(Macaafa Seenaa Baraa Isa Lammaffaa 20: 17)

#Nuti iddoo qabannee dhabachuufi itti ba'uu ykn itti dhaquu duwwaadha gaheen kenyaa!

#Abbaan_lolaa_fi_abbaan_mohichaa_garuu_waaqayyoodha!🤼‍♂🏆
#waaqayyo gaafa mo'iichaa nuf kennuu arguun ulfinadha.😲😱😲
#waaqayyo warra kan isaa ta'anif
ni lolaa🥊🤺🥊
Lola ofii waaqayyotti haa dabarsiinun ergaa keenya!
🤝🤝🤝Galatooma🤝🤝🤝

╰───⌊ @wangeellihundumaaf

Wangeelli Hundumaaf

29 Feb, 10:18

“Isin akka jiraattanitti wanta gaarii barbaadaa malee, wanta hamaa gochuu hin barbaadinaa! Yoos akkuma isin jettan in ta'a; Waaqayyo gooftaan maccaas dhuguma isinii wajjin in jiraata.”

— Amo. 5:14

Wangeelli Hundumaaf

14 Feb, 07:04

🕊Ayyaanni Waaqayyoo hundumaa nama dandeessisa. ☑️

Wangeelli Hundumaaf

14 Feb, 07:04

“Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu.”

— Yoh. 10:28

Wangeelli Hundumaaf

21 Dec, 10:00

“Lubbuun koo gab jettee Waaqayyoon duwwaa in eeggatti, gargaarsi koo isa biraa in dhufa.”

— Far. 62:1

Wangeelli Hundumaaf

13 Dec, 06:49

LOGOS || Sagalee Waaqayyoo

HUMNA YERICHAAF TA'U HIDHACHUU
#Kutaa_2ffaa

By: Burka Melkamu

✝️JOIN: @wangeellihundumaaf

Wangeelli Hundumaaf

13 Dec, 06:48

LOGOS || Sagalee Waaqayyoo

GUYYOOTA DHUMAA KANAAF MAAL GOCHUU QABNA
#Kutaa_1ffaa

By: Burka Melkamu

✝️JOIN: @wangeellihundumaaf