来自 Rayyaa Abba maccaa official (@rayyaabbamaccaa40k) 的最新 Telegram 贴文

Rayyaa Abba maccaa official Telegram 帖子

Rayyaa Abba maccaa official
13,074 订阅者
30 张照片
2 个视频
最后更新于 06.03.2025 17:08

Rayyaa Abba maccaa official 在 Telegram 上分享的最新内容

Rayyaa Abba maccaa official

15 Nov, 08:35

104,207

Dhiraa waan dhufuufii waan. Biyya miidhuu Dursee beekuu rabbiin si ha baasuu 🤲
Dawaa biyyaa kanaati atii !!
Rayyaa Abba maccaa official

15 Nov, 08:29

98,167

Marti keessanuu Baga Rabbi nagaan isin baase akkuma kana hidhamtoota hunda isaanii Rabbi nuuf habaasu. AMIIIN.
Rayyaa Abba maccaa official

13 Nov, 15:32

92,486

YAA RABBI FURMAANNI HARKAKEE JIRAA NUFURI.
Rayyaa Abba maccaa official

11 Nov, 06:08

91,818

kunis Raajiidha yeroo hamtuu kana keessa Majliisni Federaalaa hojii isaa dur sana itti fufee jira.
guyyaa Har'aa Boordii Majliisa federaalaa kan koree fala barbaadduu 9 beekamtii mootummaatiin hundaa'een muudaman Obbo Kamaal Haarun hoogganaan Majliisa federaalaa xalayaadhaan akka Aangoorraa ugguran beeksisanii jiru. dhimma kana yeroo hamtuu kana keessa maaliif akka kaasuu barbaadan hin beekamne. koreewwan akkas jechaa jiru....
Eenyuyyu eenyuun ugguruuf Aangoo hin qabu waan ta'eef hindanda’u. Manni maree Ulamaas tahee boordiinis koreewwan saglaniin filamanii muudaman waan ta'eef itti gaafatamummaan jarri fudhatan amaanaa tiksuu keessatti wal qixa.
amaanaan jaratti kenname hanga ummanni nama isaaf tahu filatutti ceesisuu qofa.
hangasittuu marti isaaniituu itti gaafatamummaa isaanii bahuu qabu. kanaafu Uggurri kun dharaafi shiratu keessa jira.
yookaan yeroon jarri Amaanaa fuudhan waan dhumateef marti isaaniituu ugguramanii Ummanni Muslimaa Nama isaaf ta'u bakka buufachuu qaba.

የፈደራል መጅሊስ በዝች መጥፎ ስዓት እንደ ልማዳቸው እኩይ ተግባራቸውን ቀጥለዉበታል።
የፌደራል መጅሊሱ በ9 ኮሚተዎች የተመረጠ የቦርድ ፀሀፊ አቶ ከማል ሐሩንን በዛሬው እለት ከዑለማው ምክርቤት በተፃፈ ደብዳቤ አግደዋል።
ነገር ግን ማንም ማንን ማገድ አይችልም ::ሁለቱም (የኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም) እኩል በዘጠኙ ኮሚቴ በጊዜያዊነት ተመርጦ የመጣ ነው:: ሁለቱም በተሰጣቸው የኃላፊነት ቦታ ከህዝብ ለተመረጠ አካል እስኪያስረክቡ ድረስ ኃላፊነታቸውን ተናቦ መወጣት ነው ያለባቸው:: ይህ እገዳ ህገወጥና ሸፍጥ ነው:: ተቀባይነት የለውም:: ያለበለዚያ ሁላቸውም ኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም ጊዜያቸውን ስለ ጨረሱ መታገድ ያለባቸው ናቸው:: የጉዳዩ ባለቤት ሕዝበ ሙስልሙ ነውና።
Rayyaa Abba maccaa official

05 Nov, 14:01

77,525

Karaan kijibaan dabran deebiin isaa nama dhiba. Jedhama
Mucaan wallaggaa dhihaa Gullisootti Haadhaaf Abbaan isaa Ajjeefaman jedhamee ololli hafarfamaa ture yeroo Argu sana Akka male nagaddisiisee ture. Garuu
Har'ammo Magaalaa Dasee Aayyoo Isaatii waliin Nagaadhaan jiraachuusa yoon Argu natti tole.
Rayyaa Abba maccaa official

02 Nov, 14:39

74,887

Tarkaanfiin Ummata nagaa irratti fudharamu kallattii kamiinu balfamuu qaba.
baayyee Nama Gaddisiisa.
Rayyaa Abba maccaa official

30 Oct, 16:56

73,659

Biyya Turkiitti dachiin sadarkaa 6,6 Raafamee hanga yoona nama 4 Ajjeesse 120 madeesse. jum'aa asrii jirraa Du'aa'ii godhaafi jzk
Rayyaa Abba maccaa official

28 Oct, 08:41

73,216

https://fb.watch/1oW325JIrT/
Rayyaa Abba maccaa official

27 Oct, 21:14

70,042

Ayiiii TURKI Mataa ol nuqabachiifte Rabbi Ammallee Mataa Ol Sihaa qabu. AMIIIIIIIIN
Rayyaa Abba maccaa official

25 Oct, 15:43

73,078

Muslimni Omisha Faransayitti yeroo Ammaa fayyadamu Mooticha faransaayi waliin Ergamaa Rabbiitti duuluudhaan garaagarummaa hinqabu.