أحدث المنشورات من Gadaa Bank (@officialgadaabank) على Telegram

منشورات Gadaa Bank على Telegram

Gadaa Bank
Gadaa Bank! New Generation's Bank.
Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/
instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/
twitter:https://twitter.com/gadaabanksc
27,807 مشترك
1,571 صورة
58 فيديو
آخر تحديث 01.03.2025 05:10

قنوات مشابهة

FBC Afanoromo
64,325 مشترك
Hijra Bank
15,794 مشترك
Dr. Henok Gabisa
9,031 مشترك

أحدث المحتوى الذي تم مشاركته بواسطة Gadaa Bank على Telegram


Kaardii G-Card fi G-Alrayyan Card Baankii Gadaa fayyadamuun maashinii POS Baankii kamiittiyyu bittaa fi gurgurttaa taasisftaniif haala salphaan dhamaatii tokko malee kaffaltii rawwadhaa.

የገዳ ባንክ ጂ-ካርድ እና ጂ-አልራይያን ካርድ በማንኛውም የፖስ (POS) ማሽን ላይ በመጠቀም ለሚያከናወኑት ግብይት በቀላሉ ክፍያን ይፈጽሙ፡፡

Use G-Card and G-Arrayyan Card on any POS machine for a seamless payment .

#GadaaBank #NewGenerationsBank
Follow Gadaa Bank on:
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial
twitter: https://twitter.com/g

Waan guddaa qabannee dhufaa jirra! Chaanaalii Telegram keenya join godhaa badhaasa addaa moo'achuf qopha'aa nu eegaa!

Something big is coming! Join our Telegram channel and stay tuned for exclusive rewards!

ዝግጁ?? ትልቅ ነገር እየመጣ ነው! የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ እና ልዩ ሽልማት ለማግኘት ይጠብቁን!
#GadaaBank #NewGenerationsBank
Follow Gadaa Bank on:
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial
twitter: https://twitter.com/g

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 3/6/2017

የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 3/6/2017

Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 10/2/2025

Baankiin Gadaa  marii  hawaasaa fi duula sosochii gabaa  Godinaalee kibba lixa Oromiyaa-Godina Jimmaa, Bunoo Bedellee fi Iluu Abbaa Booraatii gaggessaa ture, guyyaa har’aa Guraandhala 01 bara 2017 Magaala Mattuutti  Abbootii aksiyoonaa fi Maamiltootaa, Daldaltootaa, qaamolee dhimmi ilaaallatuu  fi kutaalee hawaasa gara garaa  waliin marii baláa gaggessuun milkiin xumuree jira.Baankichi Taajiijla fedhii maamiltootaa giddu galeessa godhate kennuun kan beekamu yoo ta’u, yeroo garaa garaatti bifa kanaan haawaasa gidduutii gadi bu’uun qooda fudhattoota waliin marii gaggessuun isaa taajijila isaa akka babalísuu fi egeree guddina baankichaaf bu’uura ta’uun isaa himameera. 

ገዳ ባንክ በደቡብ ምዕራብ ኦሮሚያ ዞኖች በጅማ፣በቡኖ በደሌ እና በኢሉ አባቦራ ሲያካሄድ የነበረው የህብረተሰብ ውይይት እና የገበያ ንቅናቄ መረኃ ግብር በዛሬ ቀን የካቲት 01 ቀን 2017 ዓ.ም በመቱ ከተማ ከከተማው እና አከባቢው ማህበረሰብ፣ከደንበኞች፣ከባለአክሲዮኖች ፣ነጋዴዎች   እና ከባለድርሻ አካላት ጋር ሰፊ ውይይት በማድረግ በስኬት አጠናቋል፡፡ ባንኩ የደንበኞችን ፍላጎት ያማከለ አገልግሎት በመስጠት የሚታወቅ ሲሆን በተለያዩ ጊዜያት  በዚህ መልኩ ወደ ማህበረሰቡ ታች በመውረድ ከባለድርሻ አካላት ጋር ውይይት ማካሄዱ የአገልግሎት ተደራሽቱን  የሚያስፋፋ እና ለባንኩ የነጌ እድገት መሰረት የሚያረጋግጥ ተገልጾአል፡፡