Neueste Beiträge von Gadaa Bank (@officialgadaabank) auf Telegram

Gadaa Bank Telegram-Beiträge

Gadaa Bank
Gadaa Bank! New Generation's Bank.
Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/
instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/
twitter:https://twitter.com/gadaabanksc
27,807 Abonnenten
1,571 Fotos
58 Videos
Zuletzt aktualisiert 01.03.2025 05:10

Der neueste Inhalt, der von Gadaa Bank auf Telegram geteilt wurde.


Chaanaalii Teelegiraamii keenya hordoofun Wiixata sa'a 12:00 - 3:00 irratti nu eegaa. Chaanaalii Teelegiraamii keenya hoordofun, badhaafamaa.

Seera taphichaa:
1. Chaanaalii Teelegiraamii Baankii Gadaa Subscribe gochuu,
2. Gaaffii ergamuu sa'aatii 12:00-3:00 LT gidduutti deebisuun hirmaachuu,
3. Tapha guyyoota 15nif godhamu kana guyya guyyaan waliitti aansuun hirmaachuu
4. Namootni tapha kana mo'atan, kanneen qabxii dimshaashaa olaanaa argatan yoo ta'u,badhaasbi isaas:-Ismaarti TV, bilbila Ismaartii fi Birrii kuma 10 ni badhaafamuu.
Hubachiisa: Taphni badhaasaa kun kan gaggeeffamu karaa chaanaalii teelegiraami kenyasn qofa ta'a.

Carraa gaarii!!

ሰኞ ምሽት 12 00 ሰአት ላይ በቴሌግራም ቻናላችን ይጠብቁን። የቴሌግራም ቻናላችንን ፈጥነው በመቀላቀል እየተዝናኑ ይሸለሙ ።

የጨዋታው ህጎች
1. የገዳ ባንክ የቴሌግራም ቻናልን ሰብስክራይብ ማድረግ
2. የጥያቄውን መልሶች ከ ምሽት 12:00-3፡00 ባለው ሰአት ውስጥ በመመለስ መሳተፍ
3. ጨዋታውን ለተከታታይ 15 ቀን ተሳታፊ መሆን
4. የጨዋታው አሸናፊዎች በጨዋታው ከፍተኛ ነጥብ ያገኙ ሲሆን ስማርት TV፣ ስማርት ስልክ እና 10ሺ ብር ተሸላሚ ይሆናሉ።
ልብ ይበሉ :ጨዋታው የሚሆነው በቴሌግራም ቻናላችን ብቻ ነው።
መልካም ዕድል!!

#GadaaBank #NewGenerationsBank
Follow Gadaa Bank on:
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram: https://t.me/OfficialGadaaBank
twitter: https://twitter.com/g

Beeksisa Jijjiirraa iddoo

Dameen Baankii Gadaa Shubbuu Ejersaa sababa misooma kooridariitiin bakka kanaan dura ture irraa ibsaa Tiraafikaa Atilaas cehee Hoteela Atilaas cina karaa Dhooqa Booraa geessu irratti kan argamu Gamoo Riil Isteetii Manooritti kan jijjiirame ta’uu isin beeksifna.

የአድራሻ ለውጥ ማስታወቂያ

በአትላስ አደባባይ የነበረው የገዳ ባንክ ሹቡ ኤጀርሣ ቅርንጫፍ በኮሪደር ልማት ምክንያት በመነሳት የአትላስ መብራት ተሻግሮ ወደ 22 (ሀያ ሁለት) በሚወስደው መንገድ ላይ የሚገኘው መኖር ሪል እስቴት ህንጻ የተዛወረ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 8/6/2017

የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 8/6/2017

Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 15/2/2025

Amantii keessanii fi dudhaa isaa tikfachaa, firii dadhabbii keessanii herrega qusannaa wadihaa tajaajila baankii dhala irraa bilisaa baankii Gadaa,Gadaa Al rayyan tti qusadhaa.

እምነት እና እሴቶን ሳይለቁ የልፋቶን ውጤት ለነገ መቆጠብ ሲሹ የገዳ አልረያን ዋዲያ የቁጠባ ሂሳብ ይጠቀሙ፡፡

Use Gadaa Al Rayyan Wadia Saving Account to save the fruits of your hard work for tomorrow without losing your values or beliefs.

#GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 7/6/2017

የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 7/6/2017

Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 14/2/2025

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 6/6/2017

የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 6/6/2017

Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 13/2/2025

Baankiin Gadaa sagantaa badhaasa addaa kennaa gaggaarii waliin isiniif qabatee  dhufaa jira! Chaanaalii Telegram baankii keenyaa  hordofaa  . Badhaasa addaa argachuufis  dammaqinaan nu eegadhaa !

ገዳ ባንክ  አጓጊ ሽልማቶች  የሚያስገኝ መረሃ ግብር ይዞ እየመጣ ነው! የባንካችን የቴሌግራም ቻነል ይቀላቀሉ፡፡ ልዩ ሽልማቱን  ለማግኘት  በዝግጁነት  ይጠብቁን !

#GadaaBank #NewGenerationsBank
Follow Gadaa Bank on:
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial
twitter: https://twitter.com/g

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 5/6/2017

የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 5/6/2017

Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 12/2/2025

Ibsa Gaddaa

Baankiin Gadaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Gudayyaa Biilaatti balaa konkolaataa mudateen Lubbuu namoota darbeef gadda itti dhagaa'ame Ibsaa, Maatii,Firoottanii fi guutummaa biyyattiif jajjabina hawwa.

የሐዘን መግለጫ

ገዳ ባንክ በምስራቅ ወለጋ በጉደያ ቢላ ወረዳ በደረሰው የመኪና አደጋ ሕይወታቸው ላጡ ወገኖቻችን የተሰማውን ጥልቅ ሀዘን እየገለፀ ለሟቾች ቤተሰቦች፣ዘመዶች እና ለመላው ኢትዮጵያ ህዝብ መጽናናትን ይመኛል፡፡

Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa maallaqa biyya alaa guyyaa har'aa Dameelee Baankii Gadaa Hundatti: 4/6/2017

የዛሬ ቀን በሁሉም የገዳ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ: 4/6/2017

Today's Exchange Rate in all Gadaa Bank Branches: 11/2/2025