Mubarak Muhammad @mubarakmhmd1414 Channel on Telegram

Mubarak Muhammad

@mubarakmhmd1414


From the river to the sea, Palestine will be free' 🇵🇸✌️

From the River to the Sea (English)

From the River to the Sea is a Telegram channel created by Mubarak Muhammad, with the username @mubarakmhmd1414. The channel is dedicated to discussing and promoting the freedom and rights of Palestine. With the slogan 'From the river to the sea, Palestine will be free', the channel aims to raise awareness about the ongoing struggles and injustices faced by the Palestinian people. From sharing news updates to organizing events and campaigns, From the River to the Sea provides a platform for like-minded individuals to come together and support the Palestinian cause. Join us in solidarity and help spread the message of peace and justice for Palestine. Together, we can make a difference. 🇵🇸✌️

Mubarak Muhammad

21 Nov, 18:07


Halkan Juma'aati🌃 Ergamaa Rabbii NABI MOHAMMED ﷺ‎ (Sallallaahu Aleyhii Wossallam) irratti Salawaata haa buufnu!

Mubarak Muhammad

20 Nov, 20:08


ቲክቶክ የለየለት ሌላኛው አፋኝ ፕላትፎርም ሆኗል።
በአሜሪካ እንዲዘጋ ከቀረበበት ክስ አንዱ "ለፍልስጤማውያን ድምፅ ትሆናለህ" የሚል የነበረ ቢሆንም ቲክቶክ የአሜሪካ ገበያውን ላለማጣት ከነ ፌስቡክም እየባሰ ይገኛል።

እናም የትኛውንም እነ አሜሪካ የማይፈቅዷቸውን ኮንቴንቶች እያጠፋና አካውንቶችን እያገደ ይገኛል።

ብቻ ሀይልና አቅም ይኑርህ እንጅ ሁሉም ወዶ ሳይሆን ተገዶ አገልጋይህ ይሆናል!
የአሜሪካ አገልጋዮች የበዙትም ለዚያ ነው!

👇👇👇
https://www.facebook.com/100073463468716/posts/216046237520824/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

Mubarak Muhammad

20 Nov, 19:59


Furmaanni rakkoo nageenya Salaalee obbo Tijjaanii Naasir Bulchaa Bulchiinsa Godina Salaalee godhanii muuduudha. ISIN hoo maal jettu !

Mubarak Muhammad

20 Nov, 19:58


Hin Sarmuu Dhiisaa!

Salaale deemuu fi faarsuun waanuma dansaa dha. Bakka jiidhaa akka carraa qamadiin qotame ilaalanii suuraa ka'uunis mishuma. Garuu akkuma ummata Oromiyaa bakka biraa waa mara caalaa dheebuun Salaalee nagaa dha. Kan Salaale jaalatu ummata bara sadiif afur guutuu nagaa fi jiruu dhabee ergaramu daawwata malee akka tuuristii lafa nagaa dhaabatee hin seequ. Quuqamaan Warra waan qabu dhabee fi bahee-galuu dadhabe waliin dubbata. Jaalalli sirriin ummata Kuyyuu, Aboote, Jaarso, Dagam, Darra, Giraar, Gullallee fi kkf keessatti bitaa-mirgaan dararamu yaadatuu gaafata. Yookin ammoo waayee daandii Gandashanoo-Gundomasqalii fi Garbagurraachaa-Biriitii dubbata. Hiyyeessa hardha rakkatuu fi boruufilleen abdiin hanqatuuf jecha nagaa dubbata. Ummata Salaaleef Ajandaan tanaa achii fakkeessaa fi gowwomsaa dha. Gootummaa Salaalee amanuun waan tokko ta'ee "Ati goota" jedhanii sobuun garuu hardha hin taatu. Salaale qoosaa akkanaa hin sarmuu dhiisaa! Qoosaaf hin qabsoofnee beekaa!

Nagaa, nagaa, ammas nagaa! Amma ajandaan ummata Oromiyaa nagaa dha!

Mubarak Muhammad
@highlight
👇👇
https://www.facebook.com/100073463468716/posts/pfbid0AKj5PFA7Pfme6G9EqbL3sxKqoEQyuVtbkWBw16d9CY2
RYoYieAYaGd9M8UDN8aKgl/
👇👇👇
Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

20 Nov, 19:19


Barruu gabaabduu Taye Dendea Aredo bara 2023 barreesse kana dubbiisaa mee !!

Hin Sarmuu Dhiisaa!

Salaale deemuu fi faarsuun waanuma dansaa dha. Bakka jiidhaa akka carraa qamadiin qotame ilaalanii suuraa ka'uunis mishuma. Garuu akkuma ummata Oromiyaa bakka biraa waa mara caalaa dheebuun Salaalee nagaa dha. Kan Salaale jaalatu ummata bara sadiif afur guutuu nagaa fi jiruu dhabee ergaramu daawwata malee akka tuuristii lafa nagaa dhaabatee hin seequ. Quuqamaan Warra waan qabu dhabee fi bahee-galuu dadhabe waliin dubbata. Jaalalli sirriin ummata Kuyyuu, Aboote, Jaarso, Dagam, Darra, Giraar, Gullallee fi kkf keessatti bitaa-mirgaan dararamu yaadatuu gaafata. Yookin ammoo waayee daandii Gandashanoo-Gundomasqalii fi Garbagurraachaa-Biriitii dubbata. Hiyyeessa hardha rakkatuu fi boruufilleen abdiin hanqatuuf jecha nagaa dubbata. Ummata Salaaleef Ajandaan tanaa achii fakkeessaa fi gowwomsaa dha. Gootummaa Salaalee amanuun waan tokko ta'ee "Ati goota" jedhanii sobuun garuu hardha hin taatu. Salaale qoosaa akkanaa hin sarmuu dhiisaa! Qoosaaf hin qabsoofnee beekaa!

Nagaa, nagaa, ammas nagaa! Amma ajandaan ummata Oromiyaa nagaa dha!

Mubarak Muhammad
@highlight
👇👇
https://www.facebook.com/100073463468716/posts/pfbid0AKj5PFA7Pfme6G9EqbL3sxKqoEQyuVtbkWBw16d9CY2
RYoYieAYaGd9M8UDN8aKgl/
👇👇👇
Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

20 Nov, 18:58


https://www.facebook.com/100073463468716/posts/216046237520824/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

Mubarak Muhammad

20 Nov, 18:55


Platformiin titookii uggura raawwachuun dorgamaa dhabee jira.

Dhimma 🇵🇸 walqabatu video dheeraas ta'ee gabaabaa maxxansuun hin danda'amu' dhorkaadha! Yoo maxxansite sijalaa haqama! Darbee akkawuntii kee sijalaa uggursiisa ! Kun kan ta'e erga Ameerikaan akeekkachifte booda. Gabaa ameerikaa dhaburra jechuuf tark'aa'nfii kana fudhachuu jalqabe !

Ati Humna cimaa, qabeenyaa guddaa, dhaggeettii fi dhiibbaa uumuu dandeenyaan Abbaa fedhetu sijalaa deemee sitajaajila !🔨

Kaanaafuu tajaajiltoonni Ameerikaa addunyaarra baay'atan.
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100073463468716/posts/216046237520824/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

Mubarak Muhammad

19 Nov, 16:24


Hoggantoonni Haamaas Qaxariin gadi dhiisanii bahaniiru.

Doreewwan qabsoo Haamaas olaanoon Qaxar Doohaa gadi dhiisanii biyya Xayyib Erdogaan Turkiyyee qubsuma isaanii taasisaniiru 🇵🇸!

Hoggantoonni Haamaas Qaxariin gadi dhiisanii bahuu Mootummaa Qaxaris mirkaneessee jira.

Ameerikaa Qaxar hoggantoota Haamaas of'keessaa aritee akka baaftu akeekkachiisuu hordofeeti Qaxar hoggantoota Haamaas irratti tark'aa'nfii kana kan fudhatte!

Qaxarii fi Israael Marii dhukaasa dhaabuu Ga'a'z'a'a addaan kutaniiru!

Qaxar turkiyyeen hoggantoota Haamaas akka kununsituufi nageenya isaanii akka eegsiftu amaanaa jetteetti.

Turkiyyeen biyya kamuu caalaa Hoggantoota Haamaasiif qubsuma gaarii nitaati.

Mubarak Muhammad

18 Nov, 21:02


ODUU-AMMAA

Gareen biyyaalessa kubbaa miilaa Suudaanii seenaa hojjataniiru. Yeroo biyyi isaanii rakkoo hammaataa keessa jirtu kanatti seenaa hundumaa keessaa yaadannoo kulla yoomiif ta'e hojjataniiru.

Taphattoonnii suudaanii miira jaalala biyyummaatiin taphatu.

Sababa biyyi isaanii wal'w'ar**nsa waliinii keessa jiranuuf tapha shan dirree isaaniitin ala taphatanii.

Tapha shan keessaa 4 yoo moo'an tokkoon qixa bahaniiru.

Qabxii walitti qabataniin wol-dorgommii waancaa Afrikaa bara 2025'nii morokoon qopheessaa jirtuuf darbuu isaanii mirkaneeffataniiru.

Ollaa keenyaarraa haabarannu !

https://www.facebook.com/100073463468716/posts/655059043619539/?app=fbl

Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

18 Nov, 19:51


ODUU-AMMAA

Gareen biyyaalessa kubbaa miilaa Suudaanii seenaa hunduma keessaa yaadannoo kulla yoomiif ta'u hojjataniiru. Taphattoonni suudaanii miira jaalala biyyummsatiin tapha hunda ditreen ala taphataniiru.

Sababa biyyi isaanii wal'w'ar**nsa waliinii keessa jiranuuf tapha shan dirree isaaniitin ala taphatanii.

Tapha shan keessaa 4 yoo moo'an tokkoon qixa bahaniiru.

Qabxii walitti qabataniin wol-dorgommii waancaa Afrikaa bara 2025'nii morokoon qopheessiteef darbuu isaanii mirkaneeffataniiru.

Itiyoophiyaan Suudaaniirraa haabarattu!

Mubarak Muhammad

18 Nov, 19:51


Gareen biyyaalessa kubbaa miilaa Suudaanii seenaa hunduma keessaa yaadannoo kulla yoomii ta'u hojjataniiru.

Sababa biyyi isaanii wal'w'ar**nsa waliinii keessa jiranuuf tapha shan dirree isaaniitin ala taphatanii.

Tapha shan keessaa 4 yoo moo'an tokkoon qixa bahan.

Mubarak Muhammad

18 Nov, 18:39


Mana jireenya keessanii yookan bakka hojii keessanii hawwataafi bashannansiisaa taasisuu yeroo barbaaddan Filannoon keessan @Mubarak Ogeessa Finishiingii haa ta'u !

Diizaaynii miira keessan hawwatuun haalluu isin filattaniin keessoo fi ala mana keessanii haala ajaaibaatiin ni bareechina,

Muuxannoo ogummaa bara dheeraa qabnuun Gymsum Boordii irraa diizaaynii babbaareedaan koorniisii mana keessanii isiniif miidhagsina. Yeroo nu hojjachiisuu barbaaddan
Nuu Bilbilaa 0917546866
0917338662

Odeeffannoo hojii kheenyaa gadi fageenyaan argachuu yoo feetan Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

18 Nov, 18:29


Please Du'aaii naaf godhaa namni Rabbiifii Guyyaa Qiyaamaatitti Amantan Yaada hedduun sammuun Koo jeeqamaa jirtii😭

Mubarak Muhammad

18 Nov, 17:49


Hanga olaantummaa sanyii warra kanaa qofaan biyyattiin durfamteetti, amma jarri Abbootii Irree kun Irree Ummata 🇸🇦 irra jiranutti sa'lphinni biyyattii waan itti fufu natti fakkaata ! Rabbiin male humna jara kana achii gadi buusu hin jiru.

Mubarak Muhammad

18 Nov, 15:55


Ustaz  Fuad Mohammed kutaa mana kitaaba keessanii dizaaynii kanafakkaatuun Interior design ajaaibaatiin isinii bareechuuf karoorfadheen jira!
Kan isinirraa eegamuu du'aa'ii keessan keessatti na yaadachuu qofa!

Namoonni maallaqaan na deeggaruu barbaaddan lakkoofsa armaan gadii kanaan naa bilbilaa
👇
0917546866

Mubarak Muhammad

18 Nov, 15:35


Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

18 Nov, 15:35


Duniyaattii gabaabduu kanarra yeroo jiraattu jaallee keetiifii diina kee addaan baafattee beekuu caala ciminni cimina caale hin jiru !

Muhaa'mmad Mu'r'sii sagalee ummataatiin filannoo Democratic ta'een haqaan filatamee yeroo Prezdaantii masrii ta'u namni inni akka Abdulfattaa amanu hin jiru jedhama, baay'ee walitti dhihaatu michuu wal jaallatan turan echuun dhagahaaa turre.

Akka nama dhuunfaatti cimina inni ibaadaarratti qabu ilaalee namni kun sirna bara Bulchiinsa kootii keessatti yoo caarraa argata na wajjiin biyya isaa misoomsuuf humna gahaafi gahumsa gahaa qaba jedhee waan itti amaneef Jenaraala waraa'naa walii galaa gochuun xalayaa muudamaa ergeefi.

Garuu Al-Siisiin akka Mursiin yaade osoon taane nama irra keessi biifa diimaa keessoon isaa ammoo bifa gurraachaa , gan-tuu arrab-lamee, garaa-xannee waan tureef caarraa sanatti fayyadamee Obboleessa isa jaallatu ga'nee angoorraa fonqolchee mana hidhaatti darbate. angoo ummataa humnaan qabate

Yeroo kun hundi ta'utti biyyi saudii arabiyaa fi emireetota gamtoomanii doolaara miliyoona heddu ramadanii duubarra taa'aanii deeggarsa taasisaa akka turantu himama.

Biyyoonni kun basaa-stoota Ameerikaa fi Iz'raa'el wajjiin ta'anii Mursii erga fonqol'chiisanii mana hidhaatti ukkams'aanii booda amma inni du'ee gama aakiraa godaanutti dabaree dabareen egaa turaniiru. Dhukkubsanaan hikiminnaa dhorkaniiru

Eegaa Abdulfattaa Al-siisii angoo bifa kanaan qabatee Abbaa hunda-murteessaa ta'ee ana qofatu mootii keessani ejjannoo jedhu qabatee gur'm'uu Ummata misiraarra ol'bahee taa'aara!

Kanaafuu Siyaasni namoota qulqulluu akka Muhaammad Mur'siitiif hin taane, fulduratti ni ta'a jedhanii eeguun go'wwaa nama hintaasisuu ?


Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

18 Nov, 09:41


Duuniyaatti gabaabduu kanarra yeroo jiraattu jaallee(michuu) kee isa dhugumaa, fi diina kee isa dhugumaa addaan baafattee beekuu caalaa safartuun cimina kee madaaluu hin jiru.

Mubarak Muhammad

21 Oct, 21:18


Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

21 Oct, 21:18


Balaa Ibiddaa galgala kana Finfinnee, Matkaatootti mudate hanga ammaatti too'achuun hin danda'amne. Balaa ibiddaa kana dhaamsuuf Helicopter 🚁 fayyadamuun yaaliin godhame milkaa'uu baatullee, Yeroo ammaa kana ibiddi kun Miidhaa hamaa akka hin geessifne to'achuuf hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa magaalichaa beeksisee jira.

Ka’umsi balaa kanaa maal akka ta'e hanga yoonatti wanti qulqullaa’ee hin jiru. Balaa kanaan qabeenyi heddu barbadaa'ee lubbuun namaas akka ba'e namoonni achitti argaman ni dubbatu.

Rabbiin balaa tasaa irraa nu haa baraaru!🤲


Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

20 Oct, 20:21


Wee'rar'tuun Israael Waraana lafootiin Hiz'boo'llaa'h sochoosuu gaafa dadhabde ! Jeettii waraanaatiin Amma galgala kana Magaalaa Bayiruut Gubaa jirti

Mubarak Muhammad

20 Oct, 20:00


Yakka Isra'a'il Gazzaa keessatti raaww'ataa jirtu ilaalaa ! Masjida cabsanii seenanii Qur'aana cicciru, daa'immanii dubartoota jumlaadhaan ajjeesu.

Mubarak Muhammad

20 Oct, 19:44


Addunyaa kana keessatti wanti ta'aa jiru baayyee nama gaddisiisa, akkasuma haleellaa Gazzaa 🇵🇸 irratti gaggee'ffamaa jiruun ciminaa fi kutannoo F*lasxiinota irraa baranna !

Peep Gaardiyoolaa
Leenjiisaa @Manchester City

Gaardiyoolaan haasaa Seena qabeessa dubbate.

Mubarak Muhammad

20 Oct, 19:12


Iccitiin baas'aasu'mmaa Ameerikaa fi Iz'raa'il harka koo seenee jira jette Iraan.

Iraaniin ha'lee'luun haala danda'amurratti qindoominni (Five Eyes 👀) jedhamuun dhoksaadhaan utuu mariyataanuu haa-karoota Isaaniitiin iccitiin marii jaraa jalaa hatamee baheera!

Five Eyes kanneen jedhamaan Ameerikaa, Ingiliiz,Kaanaadaa,Awutiraaliyaa fi Neez-laandiidha .

Biyyoonni kun adda durummaan Iz'raa'il roga hundaan deeggaruu itti cimanji hojjatu.

Iccitiin kun hatamee bahutti ameerikaa fi Michuuwwaan isii baayyee rifatanii jiru.dhimmichaa Wal qabatee  Qorannoo arifachiisaa gaggeessaa jiru.

Kanas ta'ee sana Ardiin Falas'xiin bilisoomuun,masjidni al-aqsaa harka diinaatii walaboomuun waan ooluu miti !! 🇵🇸 Kun Rabbiif waadaadha

👇👇👇
Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

20 Oct, 18:08


Koloneel Ahisaan Dooksaa jedhama ! waggaa 19 dura Gzz 🇵🇸 keessatti boo'jiamee ka'ee gadi-dhiifame

👇👇👇

Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

20 Oct, 18:04


Har'a Mujaahidoonni Haamaas lafee dugda Israael cabsan.

Koloneekichi Mujaahidoonni Haamaas giddu galeessa Gaazzaa 🇵🇸 Kutaa Bulchiinsa Khaan Yuunus keessatti eegdota fi izzoota isaa wajjiin bakka tokkotti awwalaan isa kana!
Koloneel Ahisaan Dooksaa jedhama ! waggaa 19 dura Gaazzaa keessatti boojiamee ka'ee bilisa baafame!

Koloneelicha Yaahyaa Snwaar ammaan dura ijasaatti tufee beeka.

Mubarak Muhammad

20 Oct, 17:30


ODUU AMMAA

Ajajoonni waraanaa Weerartuu Israael jarri dhiiga daa'imman Gaazzaa dhangalaasanii irra dhabatanii geeraraa turan Mujaahidoota Haamaasiin ardiin walitti makaman.


Ajajaan waraana Israael kun koloneel Ahisaan Doqsaa jedhama.
Uffannaa waraanaa sibilaa uffattee Waggaa tokkoof Fakasxiinota Gazzaa ajjeesaa tureera.

Haleellaa Mujaahidoo'nni Haamaas raawwatanii eegdota isaa wajjiin lafaan walitti makamee jira.

Koloneekichaan ala ajajoonni waraanaa sadiis galafatamaniiru. Alhamdulillah

Mubarak Muhammad

20 Oct, 17:14


Waa'ee biyyoota arabaa ilaalchisee Odeeffannoo gaddi-siisaa isiniin gahuu ?

Biyyoonni Arabaa keessummattii Imireetonni araba gamtoomanii (United Arab Emirates) karaa dhaabbata gargaarsaa namoomaa (ji'a diimaa) jedhamuutiin gara G a a✌️a a'tti🇵🇸 namoota deeggarsa qoqqoodan ergu.

H🇵🇸m's lolaa irra jiraachuun wolqabatee to'annoo tokkoon ala abbaan fedhe G a a✌️a a seenee waan fedhe godha !

Namoonni United Arab Emirates Kunis Ga a 🇵🇸 a a keessa erga seeananii hojii deeggarsa namoomaa hin hojjatan.

Hojiin jaraa inni ijoon miseensonni lol-toota H a a 🇵🇸 a a s' essatti akka argamnan, H a a ✌️ a as' eessaarraa gara izr'aa'ilitti mis'aa'ela dhukaasa, ijaaramni H a a 🇵🇸 a a s G a a ✌️ a a' kee-ssatti qindoomina akkamii akka qabu! Walumaa gala hojii baas-aas-ummaa Iz'raa'ilji fi Ameerikaaf hojjatu. Odeeffannoon hunda faana dhahuun Dhaabbata bas'aa'saa Iz'raa'il (Moo-saad) fi dhaabbata basaa'saa Ameerikaa (C'I'A)dhaaf dabarsanii kennu.

Hojiin ergama baas-aas-ummaa ergamtoonni arabaa Iz'raa'ilii fi Ameerikaaf hojjatan kun qorannoodhaan yeroo baayyeetiin kan bira gahameedha, odeeffannoo kana garuu baayyee namaa amanee fudhachuuf rakkata,

Garuu kun Da'ba ifa galaafi gaan'tumm'** araboonni Emirwetota gamtoomanii Falas-xiinota G a a 🇵🇸 a a irratti raawwatiidha.

Odeeffannoon kun xinxila gadi fagoo yeroo dheeraa fudhate, hayyoonni siyaasa idila addunyaa gadi dhageenyaan xinxalanii ragaa qabatamaa wajjiin miidiyaalee idila addunyaatiif dhiheessan irraan isiniif qoode.

Kanaafuu araboonni amma muffii keessa jiru, Sababni Iz'raa'il fi Ameerikaan wor**na G a a ✌️ a a' yeroodhaan raawwachuu dadhabuusiti.

Akkasuma Dhimma kanarratti Ameerikaanis Iz'raa'ilitti mufattee jirti !

Ameerikaan ammoo Araboota wajjiin walitti bu'uu hin barbaaddu!

Yeroo ammaa kana dii'nni dii'naa Oliii biyyoota islaamaa,moot'oleee biyyoota ara'baati, dhugaa Kana amanaa fudhaa,

Mootoleen biyyoota arabaa ergam'toot* amanamoo Ameerikaa fi Iz'raa'iliiti.

Ameerikaa fi Iz'raa'iliif jedhanii haala sochii biyyoota islaamaa jala bu'anii xiyyeeffannoon baa'saasu. Sababa kana hojjatanuuf Ameerikaa fi Iz'raa'il irraa maallaqa guddaa tilmaamuuf nama rakkisu argatu.

Kanaafuu Ummata Fala'sxaa'yiniis 🇵🇸 ta'ee addunyaan islaamaa Gan-toota mootolee biyyoota arabaa hanga of-irraa hin fonqol-chanitti bilisummaa guutuu argachuu hin danda'an. Hanga kun hintaanetti gid'iraa fi roo'rroo dhu'ma hin qabne dhan'dhamaa jiraatu.

Rabbiin sirna Bulchiinsa Imireetota Ar'aba Gamtoomanii dii-g'ee,ca-bs'ee nuhaa agarsiisu🤲

Waa'ee baha giddu galeessaa odeeffannoo guyyaa guyyaa saffisa yerootin argachuuf Chaanaalii Teelegiraamii kootii #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa
👇🇵🇸🇵🇸👇
https://t.me/mubarakmhmd1414

Mubarak Muhammad

20 Oct, 17:03


Waa'ee biyyoota arabaa ilaalchisee Odeeffannoo gaddisiisaa isiniin gahuu ?

Biyyoonni Arabaa keessummattii Imireetonni araba gamtoomanii (United Arab Emirates) karaa dhaabbata gargaarsaa namoomaa ji'a diimaatiin gara Gztti namoota deeggarsa qoqqoodan ergu.

H🇵🇸msis lolaa irra jiraachuun wolqabatee to'annoo tokkoon ala abbaan fedhe G✌️ seenee waan fedhe godha !

Namoonni United Arab Emirates Kunis Gz keessa erga seeananii hojii deeggarsa namoomaa hin hojjatan.

Hojiin jaraa inni ijoon miseensonni loltoota H a a 🇵🇸 a a s' essatti akka argamnan, H a a ✌️ a as'eessaarraa gara izr'aa'ilitti mis'aaela dhokaasa, ijaaramni H a a 🇵🇸 a a s G a a ✌️ a a' kee-ssatti qindoomina akkamii akka qabu! Walumaa gala hojii baas-aas-ummaa Iz'raa'il fi Ameerikaaf hojjatu. Odeeffannoon hunda faana dhahuun Dhaabbata basaasaa Iz'raa'il (Moo-saad) Fi dhaabbata basaasaa Ameerikaa (CI'A)dhaaf dabarsanii kennu.

Hojiin ergama baas-aas-ummaa ergamtoonni arabaa Iz'raa'il fi Ameerikaaf hojjatan kun qorannoodhaan bira gahaafi odeeffannoo amanuuf nama rakkisu garuu dhugaa ta'eedha.

Odeeffannoo kana xinxila hayyoonni siyaasa idila addunyaa gadi dhageenyaan xinxaliin ragaa qabatamaan wajjiin miidiyaalee idila addunyaatiif dhiheessan irraan isiniif qoode.

Kanaafuu araboonni amma muffii keessa jiru, Sababni Iz'raa'il fi Ameerikaan woraana G a a ✌️ a a' yeroodhaan raawwachuu dadhabuusitti.

Akkasuma Dhimma kanarratti Ameerikaanis Iz'raa'ilitti mufattee jirti !

Ameerikaan ammoo Araboota wajjiin walitti bu'uu hin barbaaddu!

Yeroo ammaa kana dii'nni dii'naa Oliii biyyoota islaamaa,mootoleee biyyoota arabaati, dhugaa Kana amanaa fudhaa,

Mootoleen biyyoota arabaa ergamtoota amanamoo Ameerikaa fi Iz'raa'ili.

Ameerikaa fi Iz'raa'iliif jedhanii haala sochii biyyoota islaamaa jala buanii xiyyeeffannoon baa'saasu. Sababa kana hojjatanuuf Ameerikaa fi Iz'raa'il irraa maallaqa guddaa tilmaamuuf nama rakkisu argatu.

Kanaafuu Ummata Fala'sxaa'yiniis 🇵🇸 ta'ee addunyaan islaamaa Gan-toota mootolee biyyoota arabaa hanga of-irraa fonqol-chanitti bilisummaa guutuu argachuu hin danda'an. Hanga kun hintaanetti gidiraa fi roorroo dhan'dhamaa jiraata.

Rabbiin sirna Bulchiinsa Imireetota Ar'aba Gamtoomanii dii-g'ee,ca-bs'ee nuhaa agarsiisu🤲

Mubarak Muhammad

20 Oct, 15:19


بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ

Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiinan Jalqaba

Mubarak Muhammad

19 Oct, 20:30


Yeroo Umar ibnu Khaxxaab Biyya Shaam dhaqe mana Abaa-Ubeeydaa ziyaaru fadhe.
mana isaa keessatti Seeyfii isaati fi xiyya isaa malee hin argine.
Yaa Abaa Ubeeydaa osoo meesha mana keessatti godhattee ja’en?
Yaa Amiira mu’uminaa isinuu duniyaadha guyyaa tokko numa deemnaa mii ja’en.
Amiirri mu’uminaa booyeeti ;nu cufaahu duniyaan nu jijjirte si malee yaa Abaa ubeeydaa ja’en.
Yeroo Sinwaar ajjeefame meeshaan isarraa hafte guututti hangana.!
Yaa Rabbi Rahmata kee bal’aa isaaf godhi.!