Diiniin saa'udii isaan jibbisiisu biyyoota tokko tokko maaf jibbisiisuu dhiise?
Ikwaanoonii biyya bulchaa jiran keessatti shari'aa dhaan bulchaa jirumoo uzrii wayii qabu laata? Uzriin sun isaaniif qofa dha moo saa'udiis nii ilaallata?
Suruuriyyoota biyya keenya ahbaash waliin wal dandeessisee kan saa'udiifii salafoyyoota waliin wal dadhabsiisu maali?
🎥Ustaaz Abu suleyman
Maaliif saa'udii jibbu?
Kutaa 1ffaa