Madda Burqaa @madda_burqaa_tuqi Channel on Telegram

Madda Burqaa

@madda_burqaa_tuqi


๐‰๐ž๐œ๐ก๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐ข๐ง๐ช๐ข๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ค๐ฌ๐š,๐ฐ๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š๐š,
๐‡๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐จ๐ง๐ง๐š๐œ๐ก๐ข๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐จ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐ž๐ž ๐ ๐š๐ซ๐š ๐ ๐š๐ซ๐š๐š ๐š๐ซ๐ค๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐š๐ฅ ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐ša
๐Ÿ‘‡

Madda Burqaa (Somali)

Madda Burqaa waxaa ku taalla channelka Telegramka ee madda_burqaa_tuqi. Kan wuxuu ku taalla jeebka dinqisisiiska mammaaksan, walaalo fi jeexdinta jaalalaad ah. Haasaha aasaasa ee odoolyada gara-gara ah ayaa laga soo xiriira qorshaha tusmada ee Channelka Keeenya Hordofa

Channelkaan wuxuu si toos ah u soo bandhigin karaa macluumad gaar ah oo ku saabsan jaalalaadka, diniyadda, iyo dhaqanka Soomaalida. Waa goob u gaar ah si xeerar, taariikh, iyo waayo-aragnimo dhab ah loo soo bandhigiyo. Dhaqamooyinka aad ka heli karto channelkaan waxaa ka mid ah taariikhda, suugaanta, iyo caqliggalka Soomaalida

Madda Burqaa waa sidoo kale meel ay ka wada hadlayaan dadka Soomaaliyeed ee joogtada ah iyo kuwa dibadda jooga. Waa goob fudud oo dadweynaha Soomaaliyeed ka heli karaan aqoonyahanno, waayo-aragnimo iyo qoraalo kale oo ku saabsan dhaqanka Soomaalida

Haddii aad rabto inaad ku taageerto fikradda, aqoonta, iyo wacyigelin cusub oo ku saabsan macluumadka, Madda Burqaa waa channelka aad ugu hufan. Ka dhageysii fikirkaaga iyo afkaartaada si aad uga faa'iideysto dhabarka iyo xirfaddaada

Soo booqo Madda Burqaa marka hore si aad u hesho aqoon iyo wacyi gal ah oo ku saabsan jeerarka iyo dhaqaale. Ha ka farxo fursadaha taariikhda iyo dhaqanka Soomaalida ee ku jira channelkan. ๐Ÿ‘‡

Madda Burqaa

23 Dec, 15:47


๐Ÿ“šWeebsaayitoota kitaabota biyya alaa bilisaan itti buufachuu dandeessan!

1. booksee.org
2. bookyards.com
3. doabooks.org
4. bookboon.com
5. bookzz.org
6. golibgen.io
7. libgen.io

Madda Burqaa

31 Oct, 11:33


Kitaaba G/proofeesaraa Miratuu Shaanqootiin barreeffame. SIIF GALEERAA!

Madda Burqaa

31 Oct, 11:26


EEBBISAA BAAYISAA ABEETUU
๐Ÿ”– Koottaa Kolfaa

๐Ÿ“† Bara 2016

๐Ÿ“š แด€๊œฐแด€แด€ษด แดส€แดแดแดแด แด˜แด…๊œฐโ€‹
Fuula-155โ•‘Hanga-955KB
sสœแด€ส€แด‡๐Ÿ’ฏsสœแด€ส€แด‡๐Ÿ’ฏsสœแด€ส€แด‡
@Reading_pdf
@Reading_pdf
๐Ÿ”บแดŠแดษชษด๐Ÿ”บ

Madda Burqaa

31 Oct, 11:25


KALLATTII | @Reading_PDF
๐Ÿ‘ค Eebbisaa Baay'isaa

๐Ÿ“† FULBAANA 2014

Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo

๐Ÿ“šAfaan Oromoo PDF
Fuula-121โ•‘Hanga-859KB
share๐Ÿ’ฏshare๐Ÿ’ฏshare
@Reading_pdf
@Reading_pdf
๐Ÿ”บJOIN๐Ÿ”บ

Madda Burqaa

31 Oct, 11:25


SEENAA GOOTOTA OROMOO

๐Ÿ“š แด€๊œฐแด€แด€ษด แดส€แดแดแดแด แด˜แด…๊œฐ
Fuula-32โ•‘Hanga-733KB
share๐Ÿ’ฏshare๐Ÿ’ฏshare
@Reading_pdf
@Reading_pdf
๐Ÿ”บJOIN๐Ÿ”บ

Madda Burqaa

11 Oct, 13:34


Namoonni kitaaba bifa PDF buufachuu barbaaddan as jalaa arkattu ๐Ÿ‘‡

Madda Burqaa

11 Oct, 13:34


https://t.me/kitaabotaGaraagara

Madda Burqaa

02 Oct, 10:21


#Ergaa_ariifachiisa.
telebirr SuperApp buufachuun, galmaa'uu fi daldala raawwachuun badhaasa akka argattan isin afeereera. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=978811466854405&language=om&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024

Madda Burqaa

10 Sep, 11:00


Qormaata dhabuun jireenya dhabuu miti.

๐Ÿ“ขQormaata darbuuf dhiisuun jireenyakee borii hin murteessu.

๐Ÿ“ขQormaanni murtee jireenyaa miti, adeemsa ittiin waa argatanidha.

๐Ÿ“ขYoomiyyuu taanaan waa'ee isa darbee osoon taane waa'ee isa dhufuutti xiyyeeffadhu.

๐Ÿ“ขWarreen qormaata darbanii jireenya hadhooftuu jiraatan hedduutu jira.

๐Ÿ“ขJireenyi ilma namaa mataansaa qormaata waan ta'eef sana darbuuf dandeetti kennaakee ta'etti dhimma ba'i.

๐Ÿ“ขDandeettii amma qabdutti fayyadamnaan wanti qabee si dhaabu hin jiru.

๐Ÿ“ขWanti ati amma ilaaltee gaddite kun siif barnootadha.

๐Ÿ“ขHar'a dhabuunkee bor dhabuu miti, har'a boo'uunkee bor boo'i jechuu miti.

๐Ÿ“ขWaan amma of harkaa qabdutti dhimma ba'i malee eenyuyyuu sin dursu.

๐Ÿ“ขMo'amuuf carraan laatiin mo'uuf carraa kenni.

๐Ÿ“ขHaalakee keessatti Abdiin kutiin, obsan dhabiin, ogummaan dhabiin, dandeettiwwan keessa kee jiru hubadhu.

๐Ÿ“ขAti har'a keessaayyuu amma hojiitti jirta, hojiis eegali.

๐Ÿ‘‰ https://t.me/Madda_Burqaa_Tuqi

Madda Burqaa

22 Aug, 05:36


Namootni #visacard barbaadaa jirtan Ethio telecom oduu dansaa kana qabatee as baheera.
telebirr keessan fayyadamuudhaan #visacard banachuu dandeessu. Lakkoofsa visa card keessan fayyadamtanii mallaqa biyya alaarraa kallattiin fudhachuu dandeessu, mallaqni biyya alaatii isiniif seenus hamma sharafa guyyichaatiin jedhameera.

Tajaajila kana argachuuf:
ยปDura Telebirr Update godhaa
ยปLogin godhi, gadi bu'ii VISA Card kan jedhu jira isa seentee Create visa card jedhu seentanii Create gootu
xiqqoo turee yeroo sms siif dhufu seentee iddoo create goote jalatti My Visa card jedhu tokko seentee ilaallatta/copy gochuus dandeessa.

#Ethiotelecom jabaadhaa

Madda Burqaa

14 Aug, 16:50


34.๐Ÿ‘‰ Namni hiriyaa isaatiif gammachuu hin yaadne rakkinaaf saaxilamaadha. Namni akkasii ofiisaa qofa osoo hin taane,namoota biroos ni madeessa. Kufaatiin namaas eenyummaa akkasii irraa dhufa. (Alfred Adiler)
35.๐Ÿ‘‰ Haala si mudatu waliin jireenya kee walfudhachiisuuf yaalii godhi malee โ€˜akkan barbaadu taโ€™uu qabaโ€™ hin jedhiin.(Abraham Liinkan)
36.๐Ÿ‘‰ Otuu of hin gargaariin eenyumaaniyyuu gargaaruu hin dandeessu.(Gris Mori)
37.๐Ÿ‘‰ Galaanni yeroo hundumaa waan yaaโ€™uuf Namni tokko yeroo lama cehuu hin dandaโ€™u.(Hirik Litas)
38.๐Ÿ‘‰ Balaa namatti dhufe injifachuuf tarkaanfiin jalqabaa waanta raawwate galataan fudhachuudha. Rakkoo si mudate akkuma jirutti fudhachuuf eeyyamamaa taโ€™i.(William James) 39.๐Ÿ‘‰ Jireenyi Kenya waanta yaadni keenya uumudha.(Mark Awurias)
40.๐Ÿ‘‰ Sammuu Keenya keesaatti Jannataa fi Gaanamiin uumuu ni dandeenya.(Milten)

41.๐Ÿ‘‰ Amma rakkinni si rakkisutti ati hin rakkatiin.(Jecha Ameerikaanotaa)
42.๐Ÿ‘‰ Jireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti qabannu waanta lamatu jira. Inni jalqabaa waanta barbaannu argachuu yoo taโ€™u,Inni lammaffaan immoo waanta argannetti gammaduudha. Namoonni karoora isa lammaffaatti gammadan garuu beektota qofa.

Madda: Kitaaba saayikooloojii(ICCITII MILKAAโ€™INAA) kan Norman V. Pill barreesse. Qannoo Addisuu Afaan Oromootti hiikee Hinseenee Makuriyaa akka gulaaletti.
Fuula 224-229 tti kan jirurraa.
Namoonni kitaabicha hundasaa dubbiftan carroomtaniittu.
~


Aadaa kitaaba dubbisuu haa dagaagfannu.
Galatoomaa!!๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡ #Join  Godhaa Hordofaa.
https://t.me/Madda_Burqaa_Tuqi

Madda Burqaa

07 Aug, 17:11


Xiin-sammuu waa'ee nama idilee maal jedha?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

1. Nama kamiifuu of ibsuun si hin barbaachisu. ofii keetiif jiraachuu jalqabi, namoota biroo dinqisiifachuuf qofa goonkuma hin jiraatin.

2. Naannoo mijataan jireenya kee ni balleessa. Jireenyi dhuma naannoo mijataa irraa eegala.

3. Maatiin kee fi hiriyyoonni kee si deeggaru qofa malee ofuma keetii hojjechuu qabda.

4. Gammachuun rafuu, boqochuu fi miidiyaa hawaasaa irratti fannifamuu irraa hin argamu.

5. Gammachuun dhugaa kan dhufu yeroo jireenya keessatti waan dandeessu hunda kenniteedha.

6. Namoota xiqqaa wajjin iccitii kee geeddaruun, namoota gadhee wajjin wal'aansoo qabu ni xiqqaata.

7. Jireenyi baay'ee gabaabaa waan ta'eef aaruu fi warra sitti balleessan haaloo ba'uu barbaaduuf. Gadi dhiisi qofa.

8. Wantoota yeroo hunda hojjechuu barbaadde hojjechuun gonkumaa dafee ykn booda miti.
Bara baraan xiqqaatulle Sooressa, bareeddaa fi jaallatamaa yoo hin taane namni dhugumaan siif dhimmamu hin jiru.

10. Dubbistoonni geggeessitoota. Dubbisuu gonkumaa hin dhiisinaa.

11. Hammam yoo yaalnu haalli tokko tokko gonkumaa toโ€™annaa keenya jala hin jiru.

12. Waan dhageessanii fi argitan hunda hin amaninaa. Fedhii beekuuf qabaadhaa, isaan gaafadhaa.

13. Eenyu akka si jaallatuu fi hin jaalanne beekuun dirqama miti. Wanti guddaan akkamitti akka of ilaaltudha.

โœฅ Waan dubbiftaniif galatoomaa !
๐Ÿ‘‡ #JOIN
https://t.me/Madda_Burqaa_Tuqi

Madda Burqaa

04 Aug, 14:51


#BEEKSISA_WAAMICHA_GALMEE_BARATTOOTAA
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qormaata naannoo kutaa 8ffaa Bara 2016 fudhatanii qabxii ol'aanaa fidanii gara kutaa 9ffaatti darban qormaata seensaa keennee Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad.2ffaatti barsiisuuf beeksisa ulaagaa galmee baasee jira.
#Haaluma_Kanaan;
Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017
#Ulaagaalee_Galmee
Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin #qabxiin #giddugaleessaa (Average) #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban
#Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 75%fi isaa ol;
#Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa #Afaan _Ingilizii fi #Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas #Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.
#Naannoo_Horsiisee_Bulaaf- #Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80
#Tiraaniskiriiptii_kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 75%fi isaa ol;
#Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan #Ingiliziifi_Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas #Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban
#Qaama Miidhamtootaaf- #Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa #Dhi- %82 #Dub- %80
#Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan #dhiiraaf 85%fi isaa ol, #Shamarraniif 75%fi isaa ol;
#Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan #Ingiliziifi #Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.
Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle
#Guyyaa_Galmeefi #Bakki_Galmeen Itti Geggeeffamu:
#Guyyaa_Galmee: #Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a.
#Iddoo_Galmee: Wajjira Barnoota #Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti ta'ee qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan kennamu taโ€™ee  iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.
#Guyyaa_Qormaataa- #Hagayya 24/2016
Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun bufata qormaataatti argamuu qabu
Qabxii ittiin darbamu
80% Qabxii qormaata barreeffamaa
15% qabxii ministrii
5% qabxi Transkriiptii
#Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du taโ€™ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo taโ€™anitti galmaaโ€™uun barachuu kan dandaโ€™an taโ€™uu ni hubachiifna.

Madda Burqaa

02 Aug, 21:03


#Hubachiisa
Namoonni qabxii keessan akka isiniif illaallu barbaaddan Garee kanatti makamaa hiriyoota keessan afeeraa Miseensa ida'i Ykn Add Member kan jedhu tuqaa hanga nama 20 afeeruu qabda.

Madda Burqaa

02 Aug, 11:57


Namoonni nuuf laali jettan koodii keessanii fi maqaa keessan Comment jalatti barreessaa.

Madda Burqaa

01 Aug, 15:40


#Oduu_Ammee

๐Ÿ”ฅBu'aan qormaata kutaa 6 fi 8ffaa ifoomeera๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 ifoome-BBO
โ—Qabxiin darbiinsaa Kutaa 8ffaa
โ€ข Dhiiraafi dubartii 50%fi isaa ol yoo ta'u,
โ—Naannawa horsiisee bulaatiif
โ€ข  dhiiraaf 48%
โ€ข dubartiif 45% fi isaa ol
โ— Qaama miidhamtootaafi
โ€ข  dhiiraaf 45% ,
โ€ข dubartiif 42 % fi isaa ol ta'uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.

โ—Qabxii ilaallachuuf
:
Kutaa 6: https://oromia6.ministry.et/#result

Kutaa 8: https://oromia.ministry.et/#/result

โžก๏ธJOIN AND โžก๏ธSHARE
โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โฉJOIN:๐Ÿ‘‰ @Madda_Burqaa_Tuqi
โฉJOIN:๐Ÿ‘‰ @Madda_Burqaa_Tuqi
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•

Madda Burqaa

01 Aug, 13:03


Website Qormaata keessan irratti laalattan.
Warri isiniif hojjatu dide.

Amma nama baayyee Laalachuuf yaala jira waan tahee busy taateeti isin dide.
Hin Burjajaina Suutuma yaala gara galgala Connection Ni hojjata sirritti.

Qabxii teessan irra Rabbi isin haa gammachiisu.
โœ…๏ธโœ…๏ธโœ…๏ธโœ…๏ธโœ…๏ธโœ…๏ธ
https://t.me/Madda_Burqaa_Tuqi

Madda Burqaa

01 Aug, 10:40


Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.
--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.

Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145
dub 248,581
walitti 503,726
#kan_darban_immoo,
kutaa 6ffaa
dhi 207,141
(81.18%)
dub 201,335
(80.99%)
walitti 408,476
(81.6 %)
gara kutaa 7ffaatti darbaiiru.

Kutaa 8ffaan immoo,
#Kan_qoraman;
dhi 266,238 , dub 273,636
walitti 539,874
#Qormaata kan darban immoo,
dhi 203,520 (%76.44)
dub 191,173 (69.86%)
walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru.

Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an
-----------------
Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.

Kutaa 6ffaaf
--------- https://oromia6.ministry.et/#result

Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot

- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

Kutaa 8ffaaf
---------
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/#result
Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot

- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,

- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

#Komii_yoo_qabaattan:

Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.

Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint
yoo ta'u,

Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.

๐ŸŽฏ Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.

Qabxii darbiinsaa
-------------
Kutaa 8ffaa
#Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
#Naannawa horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.

#Qabxii_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_Galchanis_fuuldura_isin_beeksifna!

Madda Burqaa

31 Jul, 18:12


https://t.me/major/start?startapp=5381489489

๐Ÿ‘‘Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
150โญ๏ธ invite bonus for you
400โญ๏ธ if you are Premium Major

Madda Burqaa

31 Jul, 17:44


Oduu Ariifachiisaa!

24/11/2016
Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barattoota_Kutaa_6ffaafi_8ffaa #miliyoona 1.4 ta'an Qormaata Naannoo Hanga Waxabajjii 05/2016 kennaa ture #boru 25/11/2016  #sa'aatii 2:30 booda #QABXIIN/FIRIIN/ akka ibsamu BBOtti Daayirektarri Qormaataafi Madaalli Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru.

Kanaafuu, Kamisa Sa'aatii 2:30 booda toora FB fi Telegram keenyarratti nu hordofaa.

#Halkan_Gaarii!
#Hirriiba_Nagaa isiniif hawwina.
#Nagaan_Bulaa!!

#Qulqullina Barnootaa Mirkaneessuuf #Hawaasa_Keenya_Abdanna;
#Saffisaan raawwachuuf #Teeknooloojii_fayyadamna.

๐‰๐ž๐œ๐ก๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐ข๐ง๐ช๐ข๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ค๐ฌ๐š,๐ฐ๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š๐š,
๐‡๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐จ๐ง๐ง๐š๐œ๐ก๐ข๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐จ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐ž๐ž ๐ ๐š๐ซ๐š ๐ ๐š๐ซ๐š๐š ๐š๐ซ๐ค๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐š๐ฅ ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐ša
๐Ÿ‘‡
https://t.me/Madda_Burqaa_Tuqi

1,382

subscribers

43

photos

1

videos