Lataa Qana'ii Aagaa @latakeneiaga Channel on Telegram

Lataa Qana'ii Aagaa

@latakeneiaga


Lataa Qana'ii Aagaa (Amharic)

ለአብይ ጻዕረኛ የሚለው ወንድምህ ላይ እና በጣም አለመላው የባለቤቱን ቧሲሜንን ማንነቱን ይዞሮ እና ፍሪል ጋር ነው ለሰዎች የተገኙበት ድረ-ገጽ ላይ አስተናግዶ እና እንቀበለው ወይም ለእርስዎ አልተሰማም የለም። ስለዚህ ከቤተሰብህም አሰቡት እና ጥቅም ተገኝቶታል። ይህ የስዊዝ መረጃ ሰኞ እና አራተኛ ቅድመ ፍቃድ ገጽ ነው ለራሱ 'latakeneiaga' ላይ። እንግዲያ ወንድማማችን በሴቶች ሊሆኑ እርሱን ለማቅረብ ልዩ ስለሆኖ ነው።

Lataa Qana'ii Aagaa

12 Nov, 21:39


Erga linkii tuqxanii banatanii booda 3 fi kana package bitachuun dirqama applicsti

Lataa Qana'ii Aagaa

12 Nov, 19:07


Telebirr supar app fayyadama bu'aa qaba

Lataa Qana'ii Aagaa

12 Nov, 19:02


I am inviting you to download telebirr SuperApp, register and make a transaction to get reward. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=1317541219840005&language=en&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024

Lataa Qana'ii Aagaa

31 Oct, 12:46


Inni kuniis isa warra dog baayyee filatamoodha amuma jalqabaa walitti qabadhaa https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=zClWu6ZM

Lataa Qana'ii Aagaa

16 Oct, 13:13


https://t.me/major/start?startapp=741850565

👑 Join me in @Major game and earn $MAJOR token soon!
⭐️ 750 rating bonus for you.
⭐️ 1000 rating bonus if you are Premium.

Lataa Qana'ii Aagaa

10 Oct, 18:00


Lataa Qana'ii Aagaa pinned Deleted message

Lataa Qana'ii Aagaa

09 Jul, 06:54


#Dubbiin_kun_jabduudha telegram🔎😻🙏💃

Hubachuufillee nama rakkisa, garuu qabatama jiru walhubachiisaa adeemuu gaafata.
》Telegram yeroo jalqabaaf "tapha" akka #TikTok kennaa bifa mallaqaatiin waliif kennuuf gargaaru eegaluuf ifoomse. Innis kan #Major jedhamu eegale. Kunis, kennaa (bittaa fi gurgurtaa) ofkeessaa qabu #Star[Urjii] jedhee moggaasee beeksiseera.

Tapha Telegiraamiin haaraa fide kun kennaa 🌟  kallattiidhumaan gara TON jijjiiramuudha.
#TON tokko Doolara 7 olitti sharafama.

Hiriyyoota keessan yoo affeertan 🌟  15 ol isiniif kenna, Premium yoo tahe ammoo 🌟 50 isiniif kenna.
Hiriyyoota keenyaaf #referral linkii erguun jalqabuun, #Hojii adda addaa guyyuu raawwachuudhaan, kennaa #Urjiilee namoota biroof arjoomuu fi fudhachuun sadarkaa fi badhaasa argachuu dandeenyutu jira.🤗

Guyyaa guyyaan hojii sasalphaallee isiniif kennee 🌟  isiniif badhaasa. #sirnakafaltiihaaraa (#cryptocurrency) Telegram eegale jedhamee miidiyaaleen ajandaa godhateera.

Kanaafuu kallattiidhaan TON gara wallet keessanitti dabarfachuu (withdraw) gochuu kan isin dandeessisu yoo tahu, baayinna TON keenyaatiin bu'aan Telegram irraa argannu garaagarummaa qabaata.

Erga eegalee guyyaa shan kan hin guunne Miliyoonota 5 olitu fayyadamuu eegalee jira.

Affeeramaa, wal-affeeraa

Mee 👇👇👇👇👇👇👇 haa jalqabnu
https://t.me/major/start?startapp=741850565
👑

Itti-adeemaa jirra. . . 💃🚶🏃

Dhimma kana akka hunduu hubachuu danda'utti baldhinaan itti deebina.

Lataa Qana'ii Aagaa

08 Jun, 15:40


Channel created