Heilig school KG @heiligschool Channel on Telegram

Heilig school KG

@heiligschool


Heilig school KG (English)

Welcome to Heilig school KG, a Telegram channel designed for students, parents, and educators alike. Our channel provides valuable resources, updates, and support for the Heilig School community. Whether you're a current student looking for homework help, a parent seeking information on upcoming events, or a teacher wanting to connect with colleagues, Heilig school KG is the place to be. Stay informed about school news, academic achievements, extracurricular activities, and more. Join our channel today and be part of the Heilig School family!

Heilig school KG

13 Jan, 17:09


የልጅዎን የተሻለ እና አጥጋቢ ውጤትን ለማስመዝገብ ከእኛ ጋር በጋራ ስለሚሰሩ ምስጋናችን የላቀ ነው።
ጥራት ላለው ትምህርትና ለመልካም ስነ ምግባር እንተጋለን።
ከሰላምታ ጋር የሃይሊግ ትምህርት ቤት አስተዳደር


Dear Heilig School Parents/Guardians,

We invite you to an open house conference forum between parents and the school from Wednesday, January 15,2025 to Wednesday, January 22,2025.
This program is designed to help your child achieve better academic results. We believe your involvement is crucial in understanding your child's educational status and collaborating with their teachers to ensure their success.

The schedule for the upcoming open discussions is as follows:


Wednesday, January 15, 2025
Location: Secondary Library, Heilig School, Peacock

👉 Pre-KG parents: 3:00 - 4:00 AM
👉 KG parents: 4:00 - 5:00 AM
👉 Prep parents: 5:00 - 6:00 AM

Thursday, January 16, 2025
Location: New Building, Peacock Campus, 2-8

👉 Parents of grades 1-4: 3:00 - 4:00 AM
👉 Parents of grades 5 and 7: 4:00 - 5:00 AM
👉Parents of grades 6 and 8: 5:00 - 6:00 AM

Friday, January 17, 2025
Location: Bole Campus

👉 Pre-KG to Prep parents: 3:00 - 4:00 AM
👉 Parents of grades 1-4: 4:00 - 5:00 AM
👉Parents of grades 5-8: 5:00 - 6:00 AM

Tuesday, January 21, 2025
Location: MigIra Campus

👉 Pre-KG to Prep parents: 3:00 - 4:00 AM
👉 Parents of grades 1-4: 4:00 - 5:00 AM
👉Parents of grades 5-8: 5:00 - 6:00 AM


Wednesday, January 22, 2025
Location: Secondary Library, Heilig School, Peacock

👉 Parents of grades 9-11: 3:00 - 5:00 AM

We appreciate your commitment to working with us to achieve the best possible outcomes for your child.

striving for quality education and discipline.
Best regards,
Heilig School Management

Heilig school KG

13 Jan, 17:08


Jaalatamtoota Maatii/Guddistoota m/b Haayliig

Roobii Amajii 07/2017 irraa jalqabee -- Roobii Amajii 14/2017 sagantaa marii banaa maatii fi mana baruumsaa waliin godhamu irratii yemuu issin afeeru gamachuu waliini.
sagantaan kun daa'imni keessan/teesan barnoota isaatin/ishiitin qabxii gaarii akka galmeesistu gochuudhaf sagantaa marii banaa qophaa'eedha.waa'ee kennisa barnootaa barattoota keessanif godhamu issin beeksisuu fi barsiisota issaani waliin milkaa'ina issani mirkaneesuf gargaarsi keessan barbaachisaadha jenee amana. issinis kana hubbachuun guyyaa guyyaan argamuun yaada ijaarsaa keessan akka nuuf laatanii fi sagantaa qophaa'e irrati yeroon akka nuuf argamtan issin hubbachiisna.
Torban kana sagantaan raawwii marii banaa maatii/guddistoota fi mana baruumsaa waliin godhamu haala armaan gadiitin ibsamee jira.

Roobii Amajii 07/2017 sagantaan marii banaa maatii/guddistootaa fi mana baruumsaa waliin gaggeefamu kaampaasii Piikook mana baruumsa saddarkaa 2ffaa mana Kitaaba sad.2ffaa keessati ni gaggeefama.
👉 Maatiin barattoota(pre kg)ganama 3:00--4:00
👉 Maatiin barattoota (kg )ganamaraa 4:00 --5:00
👉 Maatiin barattoota(Prep)ganama5:00--6:00

Guyyaa Kamisaa Amajii 08/2017 Kampaasii Piikook kutaa 2--8
👉 gamoo haaraa kutaa 1--4 Maatii jiraniif ganama 3 :00 -- 4 :00
👉 Maatii wara kutaa 5ffaa --- 7ffaa jiranif ganama 4 :00 --- 5 :00
👉 Maatii wara 6ffaa fi 8ffaa 5:00--6:00

Sagantaan Mariin banaa Jimata Amajii 09/2017 Kaampaasii Boolee barattoota
👉 Maatiin barattoota (pre -kg)- --(Prep ) ganamaraa 3:00 --4:00
👉 Maatii wara kutaa 1--4 4:00--5:00
👉 Maatii wara kutaa 5--8 5:00--6:00

Sagantaan Mariin banaa Kibxata Amajii 14/2017 Kaampaasii Migiraa irrati
👉 pre kg--Prep ganamaraa 3:00 --4:00
👉 Maatii wara kutaa 1--4 4:00--5:00
👉 Maatii wara kutaa 5--8 5:00--6:00

Roobii Amajii 15/2017 sagantaan marii banaa maatii/guddistootaa fi mana baruumsaa waliin gaggeefamu kaampaasii Piikook mana baruumsa saddarkaa 2ffaa mana Kitaaba sad. 2ffaa keessati ni gaggeefama.
👉 Kutaa 9 -- 11 Maatii jiranif ganama 3:00--4:00

Ijoolee keessanif qabxii fooyee fi quubsaa galmeesisuuf waan nu waliin hojeetanif galani keenya ol'aanadha. Barnoota qulqullina qabuu fi naamusa gaarif ni hojjena.
Nagaa Wajiin !
Bulchiinsa m/baruumsa Haayliig.


ውድ የሃይሊግ ትምህርት ቤት ወላጆች/አሳዳጊዎች

ከረቡዕ ጥር 07 ቀን 2017 ዓ.ም- ከረቡዕ ጥር 14 ቀን 2017 ዓ.ም በወላጆችና በትምህርት ቤቱ መካከል የሚደረግ ግልፅ የውይይት መድረክ ስንጋብዝዎ በደስታ ነው።
ይህ ፕሮግራም ልጅዎ በትምህርት ክህሎቱ የተሻለ ዉጤትን እንዲያስመዘግብ ለመወያየት የተዘጋጀ ግልፅ የውይይት መድረክ ነው። ስለልጅዎ የትምህርት አሰጣጥ ሁኔታን ለእርስዎ ማሳወቅ እና ከመምህራኖቻቸው ጋር ስኬታማነታቸውን ለማረጋገጥ አብረው እንዲሰሩ የእርሶ እገዛ አስፈላጊ ነው ብለን እናምናለን።እርሶም ይህንን በመገንዘብ በእለቱ በመገኘት ገንቢ አስተያየትዎን እንዲለግሱንና በፕሮግራሙ በሰዓቱ እንዲገኙ እናሳስባለን።
በዚህ ሳምንት በወላጆችና በትምህርት ቤቱ ጋር የሚደረገው ግልፅ ውይይት መርሃግብር እንደሚከተለው ተገልጧል፡፡

ከረቡዕ ጥር 07 ቀን 2017 ዓ.ም ወላጆች ከት/ቤቱ ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በፒኮክ በሃይሊግ ት/ቤት በሁለተኛ ደረጃ ቤተ-መፅሀፍት ውስጥ ይካሄዳል፡፡

👉የፕሪ ኬጂ ወላጆች ከጠዋቱ 3፡00 -4፡00
👉የኬጂ ወላጆች ከጠዋቱ 4፡00 -5፡00
👉የፕሪፕ ወላጆች ከጠዋቱ 5፡00 -6፡00

ሃሙስ ጥር 08 ቀን 2017 ዓ.ም ወላጆች ከት/ቤቱ ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በፒኮክ ካምፓስ ከ2-8 ኛ በሚገኛ አዲሱ ህንፃ
👉ከ1-4ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች ከጠዋቱ 3፡00 -4፡00
👉ከ5ኛ እና 7ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች ከጠዋቱ 4፡00 -5፡00
👉ከ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች ከጠዋቱ 5፡00 -6፡00

አርብ ጥር 09 ቀን 2017 ዓ.ም ወላጆች ከት/ቤቱ ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በቦሌ ካምፓስ
👉ከፕሪኬጂ -ፕሪፕ ላሉ ወላጆች ከጠዋቱ 3፡00-4፡00
👉ከ1-4ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች 4፡00-5፡00
👉ከ5-8ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች 5፡00-6፡00

ማክሰኞ ጥር 14 ቀን 2017 ዓ.ም ወላጆች ከት/ቤቱ ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በሚግራ ካምፓስ
👉ከፕሪኬጂ -ፕሪፕ ላሉ ወላጆች ከጠዋቱ 3፡00-4፡00
👉ከ1-4ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች 4፡00-5፡00
👉ከ5-8ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች 5፡00-6፡00

ረቡዕ ጥር 15 ቀን 2017 ዓ.ም ወላጆች ከት/ቤቱ ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በፒኮክ ውይይት በፒኮክ በሃይሊግ ት/ቤት በሁለተኛ ደረጃ ቤተ-መፅሀፍት ውስጥ ይካሄዳል፡፡
👉ከ9-11 ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች ከጠዋቱ 3፡00-5፡00

Heilig school KG

09 Jan, 13:42


Kabajamoo Maatii

Har'a battallee simisteera 1ffaa hundaa waan ergineef ,ilaaltanii yoo xummurtan iddoo sirrii ta'etti mallattoo keessan kaa'aa!

Hubachiisa:Qormaata hundaa Jimaata Amajjii 02/2017 deebisaa nuuf ergaa!
Nagaa wajjin


ዉድ የተከበራችሁ ወላጆች

ዛሬ ሁሉንም የ1ኛ መንፈቅ ዓመት ሁለተኛ ቴስት ፈተና ልከናል።ተመልክተው ሲያበቁ በትክክለኛ ቦታ ፊርማዎን ያኑሩ።

ማሳሰብያ፡ሁሉንም ፈተናዎች አርብ , ጥር 02 ,2017፣መልሰዉ ላኩልን።

ከሰላምታ ጋር


Dear Respected Parents

This is to inform you that today we have sent all First semester second exam .look at and sign in the appropriate place.

NB :Send back all tests on Friday , January 09, 2025.

With regard

Heilig school KG

02 Jan, 17:43


We celebrated last year’s event in vibrant ways, and this coming Monday in 2017, we will celebrate in even more attractive and beautiful ways.

Heilig school KG

30 Dec, 16:49


Kabajamtoota Maatii/Guddistoota Mana Barumsaa Haayliig
Torban kana Mana Barumsaa Haayliig keessatti mariin banaa Maatii barattootaa , barsiisotaa fi mana barumsichaa waliin taasifamuuf ture sababa sagantaaleen wal irra dhufaniif yeroo birooti darbu isaa dhiifama waliin issin beeksifna.sagantaalee marii banaa yeroo itti anuu gaggesuf qabane gara Telegraamaa fi xalayaadhan akka issin beeksisnu hubbachiisaa Maatii fi guddistoonni hundi jijjiiramuu sagantaa kana hubbanoo keessa galchitani yeroo sagantichi irra deebiin beellamamu akka argaman issin jajjabeessina.

Hubbachiisa
Barattoota kutaa 7ffaa fi 8ffaa boru guyyaa keessa deebii waan ta'eef barnooni guyyaa guutuf ta'u mani baruumsichaa gamanumaa issin beeksisa.

kabaja waliin
Mana Baruumsichaa

የተከበሩ የሃይሊግ ት/ቤት ወላጆች /አሳዳገጊዎች
በሃይሊግ ት/ቤት በዚህ ሳምንት ወላጆች- ከት/ቤቱ እና ከአሰተማሪዎች ጋር የሚኖረው ግልፅ ውይይት በተለያዩ ፕሮግራሞች መደራረብ ምክንያት መተላለፉን ከይቅርታ ጋር እንገልፃለን፡፡ በቀጣይ የሚኖረውን ግልፅ ውይይት በቴሌግራሞቻችን ላይ እና በደብዳቤ የምናሳውቅ መሆኑን እየገለፅን ሁሉም ወላጆች እና አሳዳጊዎች ይህንን ለውጥ እንዲረዱ እና ዝግጅቱ እንደገና ሲቀጠር እንዲገኙ እናበረታታለን።
ማሳሰቢያ
የ7ተኛ እና የ8ኛ ክፍል ተማሪዎች ነገ ማክሰኞ 22/2017 ዓ.ም የክለሳ እና የፈተና ቀን ስለሆነ ት/ት ሙሉ ቀን እንደሆነ እንገልፃለን፡፡

ከሰላምታ ጋር
ሃይሊግ ት/ቤት


Dear Parents and Guardians of Heilig School,

We apologize to inform you that the open house conference scheduled for this week at Heilig School has been canceled due to scheduling conflicts with other programs. We will provide updates regarding the rescheduling of this discussion through our telegrams and letters. We encourage all parents and guardians to understand this change and to attend when the event is rescheduled.

Notice: for our 7th and 8th grade students, tomorrow, Tuesday, December 31/2024, will be a full school day dedicated to revision and exams.

Sincerely,
Heilig School

Heilig school KG

25 Dec, 11:43


Hojiilee Garafuuladuraa hojetaman

👉Wiixata, Muddee 14, bara 2017 hanga Roobii Muddee 16 bara 2017 Jechoota tarreessuu marsaa sadaffaa barattootaaf ni kennama.

👉 Roobii Muddee 16, 2017 cheekliistiin dubbisaa kitaaba qunnamtii irratti ni maxxanfama.

👉Kamisa Mudde 17,2017 barattoonni dorgommii fi agarsiisa kalaqaa ni jalqabu.

👉 Wiixata , Muddee 21,2017 guyyaa keessa deebii ta'a.

👉Wiixata Muddee 21,2017 marii maatii fi barsiisotaa .Damee piikook tti
Kg. sa'aatii 2:00 hanga 4:00 tti

👉 Akkasumas guyyaa kana mariin kutaa 1ffaa-8ffaa mana kitaabaa mana barumsaa sadarkaa lammaffaatti ganama sa'aatii 4:00 hanga sa'aatii 6:00tti ni gaggeeffama.

👉Guyyaa Kibxata Muddee 22, 2017 battallee kutaa7ffaa fi qormaanni moodeela lammaffaa kan semisteera tokkoffaa kutaa 6ffaa, fi 8ffaa ni eegala.

👉 Kibxata, Mudde 22, 2017 ganama sa'aatii 2:00 hanga 4:00 tti, mariin mana barumsaa fi barsiisota waliin Mooraa Migraatti ni adeemsifama.

👉 Roobii Muddee,23 ,2017sa'aatii 2:00 hanga 4:00 tti, marii mana barumsaa fi barsiisota waliin Mooraa Booleetti ni taasifama.

👉 Roobii, Muddee 23,2017 qormaata lammaffaa semisteera tokkoffaa preKG hanga kutaa 5ffaa ni jalqaba.

👉Kamisa,Muddee 23,, 2017 sa'aatii 2:00 hanga 4:00 tti, marii mana barumsaa fi barsiisota waliin mana barumsaa sadarkaa lammaffaa keessatti ni taasifama.

👉 Wiixata,Muddee28, 2017kabaja barahaaraa warra adii fi guyyaa hundeeffama mana barumsaa Haayliig keessatti uffata halluu diimaa uffachuun ni kabajama.

👉 Jimaata, Amajjii 2,2017guyyaa dorgommii dubbisa Afaan Ingiliizii ta'a.

👉 Wiixata,, Amajjii 5, 2017, hanga Jimaata, Amajjii9, 2017 torbee hojii manaa fi hojii daree ta'a.

👉 Wiixata,Amajjii 12, 2017, hanga Jimaata, Amajjii16,2017 torbee keessa deebii.

👉 Wiixata,Amajjii 19 2017, hanga Roobii Amajjii 21,2017 Qormaatni xumuraa semisteera tokkoffaa ni kennama.

👉 Wiixata Amajjii 19, 2017 hanga Jimaata Amajjii 23, 2017 qormaanni moodeela kutaa 6, 8, fi 12 ni Kennama.

👉Wiixata Amajjii26, 2017 hanga Kamisa Amajjii 29,2017 Boqonnaan semisteera tokkoffaa ta'a.

👉 Jimaata Amajjii 30, 2017 waraqaan qormaata xumuraa semestera tokkoffaa barattootaaf ni deebi'a
M/B

መጪው ክንውኖች

👉ከሰኞ ታህሳስ 14/2017 ዓ.ም -ረቡዕ ታህሳስ 16/2017 ዓ.ም የሶስተኛ ዙር የቃላት ድርደራ ለተማሪዎች ይሰጣል፡፡

👉ረቡዕ ታህሳስ 16/2017ዓ.ምየንባብ ማረጋገጫ በመገናኛ ደብተር ላይ ይለጠፋል፡፡

👉ሀሙስ ታህሳስ 17/2017 ዓ.ም የተማሪዎች የፈጠራ ስራ ውድድር በተማሪዎች መዘጋጀት እና መወዳደር ይጀምራሉ፡፡

👉ሰኞ ታህሳስ 21/2017 ዓ.ም የክለሳ ቀን ይሆናል፡፡

👉ሰኞ ታህሳስ 21/2017 ዓ.ም ወላጆች ከት/ቤቱ እና ከአስተማሪዎች ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት
ፒኮክ ኬጂ ከጠዋቱ 2፡00 -4፡00 ሲሆን፡
የፒኮክ ከ1-8ኛ ክፍል ላሉ ወላጆች ከ4፡00-6፡00 በሁለተኛ ደረጃ ቤተ-መፅሀፍት ውስጥ ይካሄዳል፡፡

👉ማክሰኞ ታህሳስ 22/2017 ዓ.ም የ1ኛ ሴሚስተር ሁለተኛ ቴስት2 እና ሞዴል ፈተና 6ኛ ፡7ኛ እና 8ኛ ክፍል የሚጀምሩበት ቀን ይሆናል ፡፡

👉ማክሰኞ ታህሳስ 22/2017 ዓ.ም ከጠዋቱ 2፡00 -4፡00 ሰዓት ወላጆች ከት/ቤቱ እና ከአስተማሪዎች ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በሚግራ ካምፓስ ይካሄዳል፡፡

👉ረበዕ ታህሳስ 23/2017 ዓ.ም ከጠዋቱ 2፡00 -4፡00 ሰዓት ወላጆች ከት/ቤቱ እና ከአስተማሪዎች ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በቦሌ ካምፓስ ይካሄዳል፡፡

👉ረበዕ ታህሳስ 23/2017 ዓ.ም የ1ኛ ሴሚስተር ሁለተኛ ቴስት2 እና ሞዴል ፈተና ከኬጂ እሰከ 5ኛ ክፍል የሚጀምሩበት ቀን ይሆናል ፡፡

👉ሀሙስ ታህሳስ 23/2017 ዓ.ም ከጠዋቱ 2፡00 -4፡00 ሰዓትወላጆች ከት/ቤቱ እና ከአስተማሪዎች ጋር የሚደረግ ግልፅ ውይይት በፒኮክ ካምፓስ ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ይካሄዳል፡፡

👉ሰኞ ታህሳስ 28/2017 ዓ.ም የፈረንጆች አዲስ ዓመት እና የሃይሊግ ምስረታ በዓል በሁሉም የሃይሊግ ካምፓስ ቀይ በመልበስ የምናከብርበት ቀን ይሁናል

👉አርብ ጥር 02/2017 ዓ.ም የእንግሊዘኛ የንባብ ውድድር የሚካሄድበት ቀን ይሆናል፡፡

👉ከሰኞ ጥር 05/2017 ዓ.ም -አርብ ጥር 09/2017 ዓ.ም የቤት ስራ እና የክፍል ሥራ የሚሰጥበት ሳምንት ይሆናል፡፡

👉ከሰኞ ጥር 12/2017 ዓ.ም --አርብ ጥር 16/2017 ዓ.ም የክለሳ ሳምንት ይሆናል፡፡

👉ከሰኞ ጥር 19/2017 ዓ.ም --ረበዕ ጥር 21 /2017 ዓ.ም የ1ኛ ሴሚስተር ማጠቀለያ ፈተና የሚሰጥበት ቀናት ይሆናል፡፡

👉ከሰኞ ጥር 19/2017 ዓ.ም -- አርብ ጥር 23 /2017 ዓ.ም ለ6፡8 እና 12 የሞዴል ፈተና የሚሰጥበት ሳምንት ይሆናል፡፡

👉ከሰኞ ጥር 26/2017 ዓ.ም -ሀሙስ ጥር 29/2017 ዓ.ም የ1ኛ ሴሚስተር የእርፍት ቀናቶች ይሆናል፡፡

👉አርብ ጥር 30/2017 ዓ.ም የተማሪዎች ፈተና ወረቀት የሚመለስበት ቀን ይሆናል፡፡
ት/ቤቱ



Upcoming Activities

👉From Monday, December 23, 2024, to Wednesday, December 25, 2024- The third round of spelling bee words will be given to students.

👉 On Wednesday, December 25, 2024- the reading checklist will be attached to the communication book.

👉On Thursday, December 26, 2024, students will begin preparing for and competing in the science fair competition.

Heilig school KG

25 Dec, 11:43


👉 Monday, December 30, 2024, will be a revision day.

👉On Monday, December 30, 2024, there will be an open house discussion for parents with the school and teachers at Peacock KG division from 2:00 AM to 4:00 AM.

👉 And also on this day an open house discussion for parents of grades 1-8 will take place at the high school library from 4:00 AM to 6:00 PM.

👉On Tuesday, December 31, 2024, the second test and model exam for the first semester will begin for 6th, 7th, and 8th grades.

👉 On Tuesday, December 31, 2024, from 2:00 PM to 4:00 PM, parents will have an open house discussion with the school and teachers at Migra Campus.

👉 On Wednesday, January 01, 2025, from 2:00 AM to 4:00 AM, parents will have an open house discussion with the school and teachers at Bole Campus.

👉 Wednesday, January 01, 2025, will start the second test and model exam for the first semester for preKG to 5th grade .

👉On Thursday, January 02, 2025, from 2:00 AM to 4:00 AM, parents will have an open discussion with the school and teachers at Peacock Campus High School.

👉 Monday, January 06, 2025, will be the day we celebrate the New Year and the foundation of Heilig by wearing red throughout the Heilig campus.

👉 Friday, January 10, 2025- reading and free speech competition day.

👉 From Monday, January 13, 2025, to Friday, January 17, 2025- homework and classwork week.

👉 From Monday, January 20, 2025, to Friday, January 24, 2025- there will be a revision week.

👉 From Monday, January 27, 2025, to Wednesday, January 29, 2025- The first- semester final exam.

👉 From Monday, January 27, 2025, to Friday, February 31, 2025- model exam for grades 6, 8, and 12 will take place.

👉From Monday, February 03, 2025, to Thursday, January 06, 2025- There will be a first-semester break

👉 on Friday, February 07, 2025, Student first semester final exam papers will be return
The school

Heilig school KG

20 Nov, 12:06


Kabajamoo Maatii

Torbeen kun waraqaan shaakalaa kan bahu ta’uu isaa isin yaadachiifna. Kanaafu  ijjoollee keessan  barnoota isaaniitiin deeggarsa godhaafi .

HUB ,  kabajamoo maatii kaffaltii kurmaana 2ffaa  akka kaffaltan .

ውድ ወላጆች

ይህ ሳምንት የመለማመጃ ወረቀት የሚላክበት ሳምንት መሆኑን ልናሳውቅዎ እንወዳለን ስለዚህ እባክዎን ልጆችዎን በትምህርታቸው ይርዷቸው ፡፡

ማሳሰቢያ:
እባክዎ የ2ተኛ  ሩብ አመት የት/ቤት ክፍያ ይክፈሉ ።

ት/ት ቤቱ


Dear Parents,

We would like to let you know that this week is worksheet week so please help your children in their studies.

N.B Please pay the 2nd  quarter school fee.

The School.

Heilig school KG

18 Nov, 17:01


Heilig School provides a dynamic physical education program on its well-maintained sports field, designed to promote health and wellness among students. The entire school community, including students, teachers, staff, and parents, collaborates to foster an engaging and supportive environment for physical activity. They encourage each other to embrace a lifestyle that values fitness and well-being by working together. This cooperative effort boosts physical health and instills important qualities such as hard work and teamwork, helping students develop into active and fit individuals prepared for a balanced and energetic life.

The photos provided serve as evidence of our work.

Heilig school KG

16 Nov, 15:02


Taatewwan dhufan

👉Wiixata Sadaasa 02/2017-Jimaata Sadaasa 06/2017 torbee hojiin manaa fi hojiin daree itti kennamuudha.

👉Wiixata Sadaasa 09/2017 tartiibessuun qubee marsaa 2ffaa dhaaf barattootaaf ni kennama.

👉Roobii Sadaasa 11/2017 waraqaan yaalii 1ffaa kurmaana 2ffaa barattootaaf ni kennama.

👉Jimaata Sadaasa 13/2017 dorgommiin barnootaa damee Mana barumsa Haayliig hundatti ni taasifama.

👉Wiixata Sadaasa 16/2017-Jimaata Sadaasa 20/2017 Guyyaa abbaltiin Ispoortii,aartii fi kompiwutaraa akkasumas pirojektiin itti kennamuu dha.

👉Sanbata duraa Sadaasa 21/2017 Guyyaa maatii kurmaana tokkoffaa ta'a.

👉Wiixata Sadaasa 23/2017-Kiibxata Sadaasa 24/2017qormaanni jalqabaa kurmaana 2ffaa ni kennama.

👉Kamisa Sadaasa 26/2017 guyyaan aadaa ni kabajama.

👉Sanbata duraa 28/2017 Guyyaan Og-barruu fi dubbisaa haala gaaridhaan ni kabajama.


Yaadachiisa
kafaltii kurmaana 1ffaa Mana barumsaa (hanga sadaasaa)jiru akka xummurtan kabajaan isin gaafanna




መጪዉ ክንውኖች
👉ሰኞ ህዳር 02/2017 ዓ.ም -አርብ ህዳር 06 /2017 ዓ.ም የቤት ስራ እና የክፍል ስራ የሚሰጥበት ሳምንት ነው፡፡

👉ሰኞ ህዳር 09/2017 ዓ.ም የሁለተኛ ዙር የቃላት ድርደራ ለተማሪዎች ይሰጣል፡፡

👉ረቡዕ ህዳር11/2017 ዓ.ም ሁለተኛ ሩብ ዓመት የመጀመሪያ የመለማመጃ ወረቀት ለተማሪዎች ይሰጣል፡፡

👉አርብ ህዳር 13/2017 ዓ.ም የቀለም ት/ት ውድድር በሁሉም የሃይሊግ ት/ቤት ቅርንጫፎች ይካሄዳል፡፡

👉ሰኞ ህዳር 16/2017 ዓ.ም -አርብ ህዳር 20 /2017 ዓ.ም የስነ-ጥበብ ፡የስፖርት፡የስነ-ምግባር እና የኮምፒዩተር አሳይመንት እና ፕሮጀክት ለተማሪዎች ይሰጣል፡፡

👉አርብ ህዳር 20 /2017 ዓ.ም የቃላት ድርደራ ውድድር በሁሉም ቅርንጫፍ ይጀምራል፡፡

👉ቅዳሜ ህዳር 21/2017 ዓ.ም እና የአንደኛ ሩብ ዓመት የወላጆች ቀን ይሆናል፡፡

👉ሰኞ ህዳር 23/2017 ዓ.ም -ማክሰኞ ህዳር 24 /2017 ዓ.ም የሁለተኛ ሩብ ዓመት የመጀመሪያ ፈተና ለተማሪዎች የሚሰጥበት ቀናት ይሆናል፡፡

👉ሀሙስ ህዳር 26/2017 ዓ.ም : ባህልን የማክበር ቀን ይከራል፡፡

👉ቅዳሜ ህዳር 28/2017 ዓ.ም የስነ-ፅሁፍ እና የንባብ ቀን በደማቅ ሁኔታ ይከበራል፡፡

ማሳሰቢያ
እባክዎን የአንደኛ ሩብ ዓመት (እስከ ህዳር ወር ያለዉን )የትምህርት ቤት ክፍያ ከወዲሁ ከፍለው እንዲያጠናቅቁ እናሳስባለን ፡፡


Upcoming Events

👉Monday, November 11, 2024 - Friday, November 15, 2024: homework and classwork week.


👉Monday, November 18, 2024: The second round of Spelling Bee words will be distributed.
👉Wednesday, November 20, 2024- Friday November 22, 2024 : Students will receive their first worksheet for the second quarter.

👉Friday, November 22, 2024: An academic competition will be held across all branches of Heilig School.

👉Monday, November 25, 2024 - Friday, November 29, 2024: There will be assignments and projects in PVA(Handcraft) , Sports, Moral Education, and IT for students.

👉Friday, November 29, 2024: The Spelling Bee competition will begin in all branches.

👉Saturday, November 30, 2024: The first quarter of Parents' Day will be celebrated.

👉Monday, December 02, 2024 : Tuesday, December 03, 2024: The first exam of the second quarter will take place.

👉Thursday, December 05, 2024: Culture Day will be Celebrated.

👉Saturday, December 07, 2024: Literature and Reading Day will be celebrated.

Reminder
Please pay the school fees for the first quarter (up to November) as soon as possible.

Heilig school KG

15 Nov, 09:52


Jaalatamtoota maatii barattoota Haayiliig

👉kafaltii kurmaana 1ffaa Mana barumsaa (hanga sadaasaa)jiru akka xummurtan kabajaan isin gaafanna

👉Haalli kafaltii akka lakkoofsa Itiyoophiyaatti jiini seenee guyyaa 1-10 yeroo kafaltiin itti kafalamu ta'a.Kafaltiin guyyaa 10'n boodaa adabbii wajjin ta'a.

👉Kafaltiin Mana barumsaaf kafalamu hunduu karaa baankii Awaash qofaan raawwatama.



yaadachiisa
Kafaltii kitaaba wal qunnamsiistuu barataa fi maatii(communication book) akkasumas waraqaa eenyummaa hin kafalle ammumarraa kafaltii ji'aa wajjin akka kafaltan manni barumsaa kabajaan isin beeksisa


Mana barumsichaa




የተከበሩ የሃይሊግ ት/ቤት ወላጆች

👉እባክዎን የአንደኛ ሩብ ዓመት (እስከ ህዳር ወር ያለዉን )የትምህርት ቤት ክፍያ ከወዲሁ ከፍለው እንዲያጠናቅቁ እናሳስባለን ፡፡

👉የት/ቤት ክፍያ እንደ ኢትዮጲያ አቆጣጠር ወር በገባ ከ01-10 የመክፈያ ግዜ እንደሆነ እየገለፅን ከ10 ቡኋላ ለሚከፍሉ ወላጆች በቅጣት እንደሚከፍሉ ት/ቤቱ ይገልፃል፡፡

👉ሁሉም የትምህርት ቤት ክፋያ በአዋሽ ባንክ ብቻ ይፈፅሙ፡፡


ማሳሰቢያ
የመገናኛ መፅሀፍ እና መታወቂያ ክፍያ ያልከፈሉ ወላጆች ከወዲሁ ከወርሃዊ ክፍያ ጋር እንድ ላይ እንዲከፍሉ ት/ቤቱ ያሳስባል፡፡
ት/ቤቱ



Dear Heilig School Parents

👉Please pay the school fees for the first quarter (up to November) as soon as possible.

👉Please note that the payment period is from the 1st to the 10th of the Ethiopian calendar month.

👉All school fees should be paid exclusively through Awash Bank.


Reminder We urge parents who have not yet paid for the communication book and ID card to settle these payments now, along with the monthly fees.

The School

Heilig school KG

11 Nov, 08:39


Kabajamoo Maatii Har'a battallee  kurmaana  1fffaa xumuraa, waan ergineef ilaaltanii yoo xumurtan iddoo  sirrii ta'etti mallattoo keessan kaa'aa.

HUB ,  battallee hundaa Kiibxata Sadaasa 03/2017 deebisaa nuuf ergaa.
              
Nagaa wajjiin



ዉድ የተከበራችሁ ወላጆች

ዛሬ ሁሉንም የ1ኛ ሩብ አመት የማጠቃለያ ፈተና ልከናል።ተመልክተው ሲያበቁ በትክክለኛ ቦታ ፊርማዎን ያኑሩ።

ማሳሰብያ፡ሁሉንም ፈተናዎች ማክሰኞ , ህዳር 03 ,2017፣መልሰዉ ላኩልን።

ከሰላምታ ጋር



Dear Respected Parents

This is to inform you that Today we have sent all 1st Quarter Final exam .look at and sign in the appropriate place.

NB :Send back all tests on Tuesday , November 12, 2024.

With regard

Heilig school KG

09 Nov, 05:19


WINNERS OF THE FIRST QUARTER SPELLING BEE COMPETITION

Heilig school KG

09 Nov, 05:19


Winners of the Migira Campus KG Division Spelling Bee Competition for the First Quarter on November 01, 2024.
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🥇🥇🥇
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩

       KG A
1. Natan Ashenafi
1. Sebrina Mukerem
1.Yishak Ashenir
KG B
1.Yeabsira Tatek
2.Etihel Girma
3.Betiy Dereb
KG A/O
1.Asli Kalid
1.Nafnaty Hailu
1.Reyan Haji
PREP A
1.Natan Mesfin
1.Eliham Taju
1.Eyu Gululat
PREP B
1.Natnael Tsega
1.Adonay Yibraw
2.Bezawit Tesfaye
PREP A/O
1.Kena Mesfin
1.Ahmedin Kedir
1.Hanan Reshad

CONGRATULATION !!!🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆👏👏👏👏👏👏👏

Heilig school KG

09 Nov, 05:19


Winners of the KG Division at the First Quarter Spelling Bee Competition at Bole Campus on November 01, 2024. 🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🥇🥇🥇
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩

KG A
1 Madan Daniel
1 Hiwot Zerihun
KG B
1 Evana Abinet
1 Makebel Asmare
KG A/O
1 Yobsen Addisu
1 Ketoran Addisu
PREP A
1. Amar Abas
1 Lael Girma
PREP B
1 Natan Endrias
1 Amen Mekbeb
PREP A/O
1 Bikiltu Tadesse
1 Jobira Desta

CONGRATULATION !!!🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆👏👏👏👏👏👏👏

Heilig school KG

09 Nov, 05:19


Winners of the Peacock Campus KG Division Spelling Bee Competition for the First Quarter on November 01, 2024.
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🥇🥇🥇
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩

           KG
1 Naol Yared
1 Eliyana Solomon
1 Baruk Tsegaye
1 Amesay Tilahun
2 Kidus Yared
2 Yenus Feyidu
2 Absilat Yilikal

    PREP
1 Bilen Melese
1 Redeit Mekonnen
1 Riral Zakir
1 Sara Wendemagegn
1 Abiy Sisay
1 Yodahe Yonatan

CONGRATULATION !!!🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆👏👏👏👏👏👏👏

Heilig school KG

09 Nov, 05:19


Winners of the Bole Campus 1-8 Division Spelling Bee Competition for the First Quarter on November 01, 2024.
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🥇🥇🥇

GRADE 1 A
1. Absalat Bogale
2. Selim Mekasha
3. Atika Umer
GRADE 1 B
1. Siham Nuru
2. Ablakat Solomon
3. Dagim Firew
GRADE 1 C
1. Markan Nuru
2. Yabisra Tatek
3. Yeablij Abebe
GRADE 1 A/O
1. Fitih Zenebe
2. Kelifa Yimam
3. Sena Zerihun
GRADE 2A
1. Ana Sintayehu
2. Yabsira Sishaw
3. Yerosen Yusuf
GRADE 2 B
1.Milko Biniyam
2. Pawelos Daniel
3. Nafkot Endalkachew
GRADE 3 A
1.Mikael Habtamu
2. Kidus Yared
3. Absalat Niguse
GRADE 3 B
1.Amen Tewabe
2. Akiya Sisay
3. Nalal Fikadu
GRADE 4A
1.Enaya Yusuf
2.Henok Asegid
3.Ahmed Nuredin
GRADE 4B
1. Mieraf Sishaw
2. Maramawit Solomon
3. Eliyana Asnake
GRADE 5A
1. Betselot Yinesu
2. Melat Tegegn
3. Simersen Jemal
GRADE 5B
1. Amar Ezedin
2. Nura Kedir
3. Eyuel Beshada
GRADE 6 A
1.Huda Jemal
2. Riyad Jemal
3. Eliyana Mesfin
GRADE 7
1. Fikir Abebaw
2. Sualih Awel
3. Fuad Kedir
GRADE 8
1. Merit Sishaw
2. Samson Chaka
3. Amanuel Wendimu
  
Congratulations!!!!!🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆👏👏👏👏👏👏

Heilig school KG

09 Nov, 05:19


Winners of the Migira Campus 1-8 division Spelling Bee Competition for the First Quarter on November 01, 2024.
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🥇🥇🥇
🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩🚩


    GRADE 1A
1.Suweriya Ziyad    2.Hermon Getahun   3.Maheder Girma 
   
GRADE 1B  
1.Hanif Usman  1.Kirubel Brihanu   1.Rezan Hasen 
  
GRADE  1-AO    
1. Fenet Regasa          
1. Mubarek Muktar               
1. Alan Mohammed  
 
GRADE 2 A
1. Natanium Chalew
1. Markan Efrem
1. Amar Umer

   GRADE 2 A/O
1. Keneni Getachew
2. Biftu Safi
2.Sebaif Safi

GRADE 3A       
1.Henok Dejene   
2.Kidus   Kasahun 2.Eyosiyas Befirdu 
   
GRADE 4A
1.Yonatan Mesfin    1.Esra Umer   
2.Yeabsira Yibeltal 

GRADE 5
1.Yokabde Girma  
2.Kidest Abreha
3.Tebebe Solomon 

GRADE 6
1. Kiya Tsegaye
2. Neima Mohammed
3. Arsema Mesfin

GRADE 7
1.  Abdulsemed Nurie
1. Hikniyam Lidetu
2. Bamlak Derej

GRADE 8
1.Surafel Niguse
2.Yonas Mekonin
3.Mikiyas Abebe
  
Congratulations!!!!!🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆👏👏👏👏👏👏

Heilig school KG

08 Nov, 18:48


Kabajamtoota maatii barattoota mana barumsa Haayliig

Manni barumsa Haayliig akkuma yeroo hundaa madaallii walitti fufaa barattootaaf fayyadan qopheessee xummureera.Haaluma kanaan qoqqoodinsa kurmaana fuula kitaabaa irratti hundaa’uun wantoota qormaataa fi waraqaa shaakalaa keessatti haammataman akka haala 📚gadiitiin ibsameera. Kutaa 6,8 fi 12 ffaa qormaata biyyoolessaa fi naannoof qopheessuuf
📚 Kutaa 6ffaa dhaaf qabiyyee kutaa 5 ffaa fi 6ffaa walirratti qabateera.
📚 Kutaa 8ffaa dhaaf qabiyyee kutaa 7ffaa fi 8ffaa walirratti qabateera.
📚 Kutaa 12ffaa dhaaf qabiyyee kutaa 9-12ffaa walitti qabateera.


Hubachiisa :Maatiin barataa ijoollee keessan qormaataa fi waraqaa shaakalaaf haala kanaan akka qopheessitan kabajaan isin gaafanna.

Mana Barumsa




የተከበሩ የሃይሊግ ት/ቤት ወላጆች

ሃይሊግ ት/ቤት ልክ እንደሁልጊዜ ለተማሪዎች በተከታታይ ለሚደረጉ ምዘና የሚረዱ ዝግጅቶችን አጠናቋል፡፡በዚህም መሰረት በሩብ ዓመት የተከፋፈሉ በመፅሀፉ ገፅ ላይ በመመስረት የፈተና እና የመለማመጃ ወረቀት ላይ የሚካተቱን እንደሚከተለው ተገልፅዋል፡፡

📚ለ6ኛ፡8ኛ እና 12ኛ ክፍል ለብሄራዊ እና ለሃገራዊ ፈተና እንዲረዳቸው
📚ለ6ኛ ክፍል የ5ኛ እና 6ኛ ክፍልን በአንድ ላይ ተካቶ ይገኛል፡፡
📚ለ8ኛ ክፍል የ7ኛ እና የ8ኛ ክፍልን በአንድ ላይ ተካቶ ይገኛል፡፡
📚ለ12ኛ ክፍል ከ9-12 ክፍልን በአንድ ላይ ተካቶ ይገኛል፡፡


ማሳሰቢያ
ወላጆች ልጆቻችሁን ለፈተና እና ለመለማመጃ ወረቀት በዚህ መሰረት እንድታዘግጁ በአክብሮት እናሳስባለን፡፡

ት/ቤቱ



Heilig School Parents,

Heilig School has made arrangements to support students with continuous assessment. We have prepared exams and worksheets divided into quarters based on book pages of portion division. The details are as follows:

📚 For 6th, 8th, and 12th-grade students to help them prepare for national and Regional exams.
📚 For 6th grade, the material cover content from 5th and 6th grade.
📚 For 8th grade, the materials cover content from 7th and 8th grade.
📚 For 12th grade, the materials cover content from 9th to 12th grade.


Please ensure your children are prepared for these exams and worksheets according to portion division.

The school

Heilig school KG

31 Oct, 17:31


Gochoota itti aananii dhufan

👉 Guyyaa Roobii ,onkololeessa 20/2017- Jimaata ,onkololeessa 22/2017 yeroo waraqaan shaakalaa itti kennamu ta’a.

👉 Jimaata ,onkololeessa 22/2017 wal dorgommiin jalqabaa jechootaa ni taasifama.Kanaaf barattoonni hunduu qormaataa fi wal dorgommiif akka qophaa’aan ni jajjabeeffamu.

👉 Wiixata ,onkololeessa 25/2017 guyyaa gaafileen keessa deebii kurmaana tokkoffaa itti kennamu ta’a.

👉 Wiixata,onkololeessa 25/2017-Kiibxata,onkololeessa 26/2017 guyyaa waraqaan dabtara ittiin guutamu maxxanfamu ta’a.

👉 Roobii, onkololeessa 27/2017-Jimaata onkololeessa 29/2017 guyyota qormaanni xummura kurmaana tokkoffaa itti kennamu ta’a.

👉 Wiixata, Sadaasa 02/2017 guyyaa waraqaan qormaataa itti deebi’u ta’a.

Hubaachiisa
Barataan kafaltii ji’a onkololeessaa hin kafalle qormaataaf hin dhiyaatu.



መጪው ክንውኖች

👉ከረቡዕ ጥቅምት 20/2017 ዓ.ም -አርብ ጥቅምት 22/2017 ዓ.ም የመለማመጃ ወረቀት የሚሰጥበት ሳምንት ይሆናል፡፡

👉አርብ ጥቅምት 22/2017 ዓ.ም የመጀመሪያ ዙር የቃላት ውድድር የሚካሄድበት ቀን ይሆናል፡፡ ለዚህም ሁሉም ተማሪዎች ለፈተና እና ለውድድር እንዲዘጋጁ እናበረታታለ፡፡

👉ሰኞ ጥቅምት 25/2017 ዓ.ም የአንደኛ ሩብ ዓመት የክለሳ ጥያቄዎች የሚሰጥበት ቀን ይሆናል፡፡

👉ከሰኞ ጥቅምት 25/2017 ዓ.ም--ከማክሰኞ ጥቅምት 26/2017 ዓ.ም የአንደኛ ሩብ ዓመት የደብተር መሞያ ወረቀት የሚለጥፍበት ቀናት ይሆናል፡፡

👉ከረቡዕ ጥቅምት 27/2017 ዓ.ም -አርብ ጥቅምት 29/2017 ዓ.ም የአንደኛ ሩብ ዓመት የማጠቃለያ ፈተና የሚሰጥበት ቀናት ይሆናሉ፡፡

👉 ሰኞ ህዳር 02/2017 ዓ.ም የፈተና ወረቀት የሚመለስበት ቀን ይሆናል፡፡


ማሳሰቢያ፡ የጥቅምት ወር ክፍያን ያላጠናቀቀ ተማሪ ፈተና ላይ ፈፅሞ መቀመጥ አይችሉም፡


Upcoming Events

👉From Wednesday, October 30, 2024, to Friday, November, 01, 2024 worksheet Week.

👉 Friday, November, 01, 2024 - The first round of the spelling bee competition will take place. We encourage all students to prepare for exams and competitions.

👉On Monday, November, 04, 2024- Revision questions for the first quarter will be given.

👉 From Monday, November 04, 2024, to Tuesday, November 05, 2024- the first-quarter exercise book checklist must be attached.

👉 Wednesday, November, 06, 2024, to Friday, November, 08, 2024- The first quarter Final exams will take place.

👉 On Monday, November, 11, 2024 -exam papers will be returned.

Notice
A student who has not paid for October will not be allowed to take the exam.

Heilig school KG

21 Oct, 13:19


Har'a battallee  tokkooffaa kurmaana  1fffaa hundaa waan ergineef ,ilaaltanii yoo xumurtan iddoo  sirrii ta'etti mallattoo keessan kaa'a.

HUB ,  battallee hundaa Kiibxata Onkoloolesa  12/2017 deebisaa nuuf ergaa.
              
Nagaa wajjiin



ዉድ የተከበራችሁ ወላጆች

ዛሬ ሁሉንም የ1ኛ ሩብ አመት የመጀመሪያ ፈተና ልከናል።ተመልክተው ሲያበቁ በትክክለኛ ቦታ ፊርማዎን ያኑሩ።

ማሳሰብያ፡ሁሉንም ፈተናዎች ማክሰኞ , ጥቅምት 12 ,2017፣መልሰዉ ላኩልን።

ከሰላምታ ጋር



Dear Respected Parents

This is to inform you that Today we have sent all 1st Quarter first exam .look at and sign in the appropriate place.

NB :Send back all tests on Tuesday , October 22, 2024.

With regard

Heilig school KG

13 Oct, 09:37


Kabajamtoota Mario M.B Haayliig

Wiixata , Onkolooleesa 04 2017 - Jimaata, Onkolooleesa 08, 2017: Yeroo kaffaltii mana barumsaa. Maaloo Yeroo kenname keessatti kaffaltii mana barumsaa raawwadhaa.

Yaadachiisa.:- Maaloo, Maatin hanga ammaatti kitaaba ijoollee keessaniif hin bitne yoo jiraattan, adeemsa barnootaa milkeessuuf deggarsi keessan barbaachisaa waan ta'eef kitaaba ijoollee keessaniif bitaa.Kitaaba hunda mana barumsaa irraa ni argagatu.

M.B

ዉድ የተከበራችሁ ወላጆች

ሰኞ ከጥቅምት 04 ቀን 2017 ዓ.ም - አርብ ፣ ጥቅምት 8 ቀን 2017 ዓ.ም: የትምህርት ቤት ክፍያ የሚከፈልባቸው ጊዜያት ናቸው፡፡ አባክዎ ለትምህርት ቤት ክፍያ በተሰጠው የጊዜ ገደብ ውስጥ ይክፈሉ።


ማሳሰብያ.:-እባካችሁ እስካሁን ለልጆቻችሁ መፅሐፍት ያልገዛችሁ ወላጆች ካላችሁ የመማር ማስተማር ሂደቱን የተሳካ ለማድረግ የርሶዎ ድጋፍ አስፋላጊ ነው፡፡ሁሉም መፅሀፍ ከት/ት ቤቱ ያገኛሉ፡፡

ት/ቤቱ


Dear respected parents

Monday , October 14, 2024, to Friday, October 18, 2024: School fee payment period. Please ensure that school fees are paid within the specified time frame.

Reminder: If any parents have not purchased books for their children, your support is important for a successful learning process. You can get all the books from the school.

The
School.

Heilig school KG

07 Oct, 16:29


Kabajamoo Maatii
Torbeen kun waraqaan shaakalaa kan bahu ta’uu isaa isin yaadachiifna. Kanaafu ijjoollee keessan barnoota isaaniitiin deeggarsa godhaafi .

M/B

ውድ ወላጆች
ይህ ሳምንት የመለማመጃ ወረቀት የሚላክበት ሳምንት መሆኑን ልናሳውቅዎ እንወዳለን ስለዚህ እባክዎን ልጆችዎን በትምህርታቸው ይርዷቸው ፡፡

ት/ት ቤቱ


Dear Parents,
We would like to let you know that this week is worksheet week so please help your children in their studies.

The School.

Heilig school KG

06 Oct, 08:47


Taateewwan fuul-duraa

➔Kamisa, Fulbaana23, 2017 - Gucni hordoffii dubbisaa kurmaana tokkoffaa ergameera. Guyyaa guyyaan daqiiqaa 30f dubbisiisuun Mallatteessaa.

➔Wiixata Fulbaana 27/2017 - Roobii, Fulbaana 29/2017 torban waraqaan shaakalaa barattootaaf itti kennamu ta'a.Maaloo waraqaa shaakalaa mallatteessuu hin dagatiinaa.

➔Wiixata Fulbaana 27, 2017 sagantaan qo’annoo mana barumsaa akka eegalu isin beeksifna.

➔Kibxata, Fulbaana 28, 2017 - Walgahiin Gumiilee ni gaggeeffama.

➔Kiibxata, Fulbaana 28, 2017 - guyyaa sagantaan qo'annoo barattoota kutaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa qormaata naannoo fi biyyaalessaaf taa'anii itti eegalu ta'a.

➔Wiixata , Fulbaana 27 2017 - Roobii, Fulbaana 29, 2017: Yeroo kaffaltii mana barumsaa. Maaloo Yeroo kenname keessatti kaffaltii mana barumsaa raawwadhaa.


Yaadachiisa.:- Maaloo, Maatin hanga ammaatti kitaaba ijoollee keessaniif hin bitne yoo jiraattan, adeemsa barnootaa milkeessuuf deggarsi keessan barbaachisaa waan ta'eef kitaaba ijoollee keessaniif bitaa.Kitaaba hunda mana barumsaa irraa ni argagatu.


መጪ ክንውኖች

➔ሀሙስ መስከረም 23 /2017 ዓ.ም- የመጀመሪያው ሩብ ዓመት የንባብ ማረጋገጫ ተሰጥቶአል ፡፡በየቀኑ ለ30 ደቂቃዎች እያስነበቡ ይፈርሙ፡፡

➔ሰኞ መስከረም 27 /2017 ዓ.ም- ረቡዕ መስከረም 29 /2017 ዓ.ም የመለማመጃ ወረቀት ለተማሪዎች የሚሰጥበት ሳምንት ይሆናል፡፡እባክዎን የመለማጃ ወረቀት ላይ መፈረም እንዳይረሱ፡፡

➔ሰኞ መስከረም 27 /2017 ዓ.ም ከመደበኛ ት/ት ቡሃላ የምጀምረው የጥናት ፕሮግራም እንደሚጀምር እናሳውቃለን፡፡

➔ማክሰኞ መስከረም 28 /2017 ዓ.ም- ክበባት ስብሰባ የሚደረግበት ቀን ይሆናል፡፡

➔ማክሰኞ መስከረም 28 /2017 ዓ.ም-ክልላዊና ብሔራዊ ፈተና ላይ የሚቀመጡ የ6ኛ,8ኛ እና 12ኛ ክፍል ተማሪዎች የጥናት መርሐግብር የሚጀምርበት ቀን ይሆናል፡፡

➔ሰኞ ከመስከረም 27 ቀን 2017 ዓ.ም - ዕሮብ ፣ ጥቅምት 29 ቀን 2017 ዓ.ም: የትምህርት ቤት ክፍያ የሚከፈልባቸው ጊዜያት ናቸው፡፡ አባክዎ ለትምህርት ቤት ክፍያ በተሰጠው የጊዜ ገደብ ውስጥ ይክፈሉ።


ማሳሰብያ.:-እባካችሁ እስካሁን ለልጆቻችሁ መፅሐፍት ያልገዛችሁ ወላጆች ካላችሁ የመማር ማስተማር ሂደቱን የተሳካ ለማድረግ የርሶዎ ድጋፍ አስፋላጊ ነው፡፡ሁሉም መፅሀፍ ከት/ት ቤቱ ያገኛሉ፡፡




Upcoming Events:

➔Thursday, September 03, 2024: The first quarter reading checklist was given . Please sign it after your child reads for 30 minutes every day.

➔Monday, September 07/2024 to Wednesday, September 09, 2024: Worksheets will be given to students. Don't forget to sign the worksheet.

➔ on Monday, September 07, 2024The ASP program will Start.

➔ Tuesday, September 08, 2024: Club meeting.

➔ Tuesday, September 28, 2024: ASP schedule starts for 6th, 8th, and 12th-grade students preparing for regional and national exams.

➔ Monday , October 07, 2024, to Wednesday , October 09, 2024: School fee payment period. Please ensure that school fees are paid within the specified time frame.

Reminder: If any parents have not purchased books for their children, your support is important for a successful learning process. You can get all the books from the school.

Heilig school KG

04 Oct, 08:31


Kabajjamoo Maatii M/ b Haayliig

Maaloo daa'mni keessan/teessan daqiiqaa 30f issin waliin akka dubbistu/dubbisu gargaaraa.

📚  Faayyidaalee dubbisuu kudhan

1.Dandeettii barreesu ni gabbisa

2.Dandeettii yaadachuu fi xiyyeefanoo ni foyyeessa.

3.Yaada ni guddissa.

4. Dandeetti jechootatti fayyadamuu ni sirreesa.

5.Beekumsa ni bal'isa.

6.Sammuu ni si'eessa.

7.Currisa ni guddisa.

8. Gara laafumaa ni guddisa.

9. Boqonaa argachuuf.

10.Dhiphina ni hir'isa.



ለተከበራችሁ የሃይሊግ ት/ት ቤት ወላጆች

  እባክዎ ልጆን ከእርስዎ ጋር ቢያንስ በቀን ለ30 ደቂቃ ያክል እንዲያነብ ያግዙት/ያግዟት፡፡

📚መጽሐፍትን የማንበብ አሥር አስደናቂ ጥቅሞች

1.የአጻጻፍ ችሎታዎን ያጠናክራል

2.የማስታወስ ችሎታዎን እና ትኩረትዎን ያሻሽላል

3.ምናብዎን ያሳድጋል

4.የቃላት አጠቃቀምን ያስተካክላል

5.እውቀትን ያሰፋል።

6.አንጎልዎን ያነቃቃል

7.ስሜትዎን ያሳድጋል

8.ርህራሄን ይጨምራል

9.ዘና ለማለት ይረዳዎታል

10.ጭንቀትን ይቀንሳል


Dear Heilig School parents

Please help your child to read at least 30 minutes  a day.

📚Ten amazing benefits of reading books

1.Strengths your writing skills

2.Improve your memory and focus

3..Enhances your imagination

4..Increase your vocabulary

5. Expands your knowledge

6..Stimulates your brain

7.Boosts your mood

8.Deepens empathy

9.Helps you relax

10.Lowers stress

Heilig school KG

03 Oct, 15:04


Kabajamoo Maatii     


Boru fulbaana 23 /2017 Damee M/B Haayliig hundatti sababa walgahii barsiisotaatiin barnootni kan kennamu guyyaa walakkaaf tahuu isaa isin beeksisaa ijoollee  keessan sa'aa 6:30tti dhuftanii akka fudhatan isin beeksifna.                                                        

Naga Wajjin

M.B      
                                     


፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨


ለሃይሊግ ትምህርት ቤት ወላጆች/አሳዳጊዎች፣

ነገ አርብ ፣ መስከረም 24 ቀን 2017 ዓ.ም በሁሉም የሃይሊግ ትምህርት ቤት ቅርንጫፎች በመምህራን ስብሰባ ምክንያት ትምህርት የሚሰጠው ለግማሽ ቀን መሆኑን እየገለጽን ልጅዎን ወይም ልጆችዎን ከቀኑ 6፡30 ላይ መጥተው እንዲረከቡ በማክበር እንገልፃለን፡፡


ከአክብሮት ሰላምታ ጋር፣
ት/ቤቱ


¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤

TO: All Heilig  School parents/guardians,

This is to announce that there will be a half day school tomorrow Friday October 04, 2024 in all Heilig School branches due to staff meeting.
Therefore, you are kindly asked to pick your child/children at 12:30 p.m in the afternoon.



With Regards,
The School.

Heilig school KG

03 Oct, 11:09


Kabajamtoota Maatii M.b Haayliig

Gatii fi gosa kitaabota barnootaa bara barnootaa 2017 haaromfame argachuuf gara mooraa barataan keessan itti baratu qaaman argamuun akka mirkaneefattan kabajaan isin gaafanna.
Hubachiisa:-
Gatii kitaabotaa sirrii osoo hin mirkaneessin kaffaltiin kamiyyuu raawwatamuu akka hin qabne hubadhaa.

M/B

ዉድ ወላጅ
የ 2017 ዓ.ም የተስተካከለዉን የመማሪያ መፅሐፍ ዋጋ
እና የመጽሐፍ አይነት ተማሪዉ በሚማርበት ግቢ በአካል በመገኘት ያረጋግጡ፡፡
ማሳሰቢያ፡- የመፅሐፉን ትክክለኛ ዋጋ ሳያረጋግጡ ክፍያዉን አይፈፅሙ፡፡

ት/ቤቱ


Dear Parents,
We kindly request that you come to the campus where your student is studying to inquire about the updated price and
type of the textbooks for the 2024/25 academic year.

Please note that no payments should be made without confirming the correct price of the books.

The
School

2,560

subscribers

2,679

photos

47

videos