Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ Telegram 帖子

👉Kun Chaanaalii barumsi afuurawaa Ortodoksaawaan irratti darbudha! Waaqayyoo tajaajilicha haa bal'isu🤲
Br/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH)
ይህ ቻናል ኦርቶዶክሳዊ መንፈሳዊ ትምህርት የሚተላለፍበት ነው። እግዚአብሔር አገልግሎቱን ያስፋ🤲
መ/ር ዲ/ን ባጫ ነጋሳ (BTH)
Br/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH)
ይህ ቻናል ኦርቶዶክሳዊ መንፈሳዊ ትምህርት የሚተላለፍበት ነው። እግዚአብሔር አገልግሎቱን ያስፋ🤲
መ/ር ዲ/ን ባጫ ነጋሳ (BTH)
3,214 订阅者
244 张照片
7 个视频
最后更新于 06.03.2025 11:08
Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ 在 Telegram 上分享的最新内容
Maatii Waaqayyoo! Dhiifama guddaa isin gaafachaa gaaffii torbanii baasuuf xiqqoo waan nutti hin tolleef hafe, yoo eyyema Sillaasee ta'e torbee ni baafna nuuf obsaa maaloo😥🥰
Kan baranaa nagaan xumurreerra!
Galanni Sillaaseef haa ta'u🙏
Kan bara dhufuutiinis nagaan ittiin nu haa ga'u! Ameen!!!🙏
Galanni Sillaaseef haa ta'u🙏
Kan bara dhufuutiinis nagaan ittiin nu haa ga'u! Ameen!!!🙏
Kataraa!
Baga jala bultii yaadannoo ayyaana ifa cuuphaa Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosiin isin ga'e🙏
Baga jala bultii yaadannoo ayyaana ifa cuuphaa Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosiin isin ga'e🙏
Haareffamee xumuramee, eebbifamee guyyaa har'aa saanduqni kakuu Waaqayyoo bakka isaatti deebi'eera!
Mana Kiristiyaanaa qulqulleettii Sillaasee 4kilo(Daalattii)
Sillaaseen inni gamoo Sanaa'or diige, gamoo isa kansaa immoo haala miidhagaan akka xumuramu eyyemeera. Galanni isaaf haa ta'u!
Gamoo Sanaa'or kan diige Sillaaseen gamoo jibbaa, gamoo sanyummaa nu gidduudhaa diigee, gamoo jaalalaa, gamoo tokkummaa nu gidduutti haa ijaaru🙏
Baga geessan!

Deebii gaaffii marsaa 11ffaa
https://telegra.ph/Deebii-gaaffii-marsaa-11ffaa-12-29
https://telegra.ph/Deebii-gaaffii-marsaa-11ffaa-12-29
“Gabri'eel inni nama fakkaatee ani duraan mul'atatti arge, yeroo aarsaa galgalaatti dadhabee utuun jiruu balali'ee na bira ga'e.” Dan. 9:21
Baga geessan!
Eegumsi isaa nu waliin haa ta'u🙏
Baga geessan!
Eegumsi isaa nu waliin haa ta'u🙏
Gaaffii Marsaa 11ffaa
https://telegra.ph/Gaaffii-Marsaa-11ffaa-12-27
https://telegra.ph/Gaaffii-Marsaa-11ffaa-12-27
"Aduu barbaacha"
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun dubbisaa👇👇👇
https://telegra.ph/Aduu-barbaacha-12-26
"INSTANT VIEW" kan jettu tuquun dubbisaa👇👇👇
https://telegra.ph/Aduu-barbaacha-12-26