#Yuunivarsiitii Arbaa Minci
Barattoonii Sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program ) haara bara 2017 Yuunivarsiitii Arbaa _Mincciitti ramadamtan guyyaan seensa muddee 2 /2017 ta'uu fi Guyyaan galmee muddee 3 fi 4/2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksisee jiraa.
Iddoon Galmee
Saayinsii Uumamaaf :moora Abbayyaa ( Abaya Campus)
Saayinsii Hawasaaf : barattoota qubeen maqaa jalqabaa isaani A hanga R ta'eef iddoon galmee moora Caamoo (Caamo Campus) yoo ta'u, barattoota Saayinsii Hawasaa kan qubeen maqaa isaani S hanga Z ta'eef moora Sawulaa (sawula Campus ) kan godina Goofaa magaala sawulaatti argamutti ta' uu Yuunivarsiitichi beeksisee jiraa.
Wantoota galmeef barbaachisan:-
Ragaa Xumura Kutaa 12ffaa kooppii fi orijinaala
tiraanskriiptii kutaa 9-12ffaa kooppii fi orijinaala
Suuraa roga 3×4:
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoortiiti.
@Gaaddisa_Sabaa
@Gaaddisa_Sabaa