Postagens do Canal GAADDISA SABAA

QABIYYEE CHANALA KANAA!
══════════════════
➮ Odeeffannoo Barnootaa 👩🏫
➮ Waliin Dubbii Barattootaa🗣
➮ Kitaaboota kutaa 1-12 📚
➮ Sagalee Barattoo keenyaa💪
➮ Work sheet Barattoota 📝
➮ Kitaaboota dabalataa📕
Yaadaaf @Abseeje
══════════════════
➮ Odeeffannoo Barnootaa 👩🏫
➮ Waliin Dubbii Barattootaa🗣
➮ Kitaaboota kutaa 1-12 📚
➮ Sagalee Barattoo keenyaa💪
➮ Work sheet Barattoota 📝
➮ Kitaaboota dabalataa📕
Yaadaaf @Abseeje
11,440 Inscritos
515 Fotos
7 Vídeos
Última Atualização 09.03.2025 13:36
Canais Semelhantes

14,809 Inscritos

5,768 Inscritos

1,335 Inscritos
O conteúdo mais recente compartilhado por GAADDISA SABAA no Telegram
Wonti Kun project guddaadha
Namoonni Hanga Amma hin jalqabne linkii isaanii kanaan jalqabaa. hojiin isaa baayye kan ulfaatuu miti.Xumuramuuf yeroo muraasa waan qabuuf carra kanatti fayyadamaa.
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=yr62XWfq

Chanalii Telegram kana join godhaa irraa fayyadamaa.
https://t.me/Barannoo_Telegiraamaa
https://t.me/Barannoo_Telegiraamaa
✍ Manguddoo tokkotu dulloomanii yommuu lafa kanarraa darbuuf gahan ilma isaanii ofiiti waamanii "yaa ilmakoo sa'aatii harkaa kana abbaa kootu naaf kenne, isaaf immoo Abbaa isaatu kenneefii ture. Amma sa'aatiin kun gara waggaa dhibba lamaa darbeera anis ilmin qabuufii waan gati jabeessa dhaalchisu si waan ta'eef siifan kenna, Garuu dursa deemiitii manneen daldalaarra naanna'ii hangamiin akka sirraa bitan gaafadhu" ittiin jedheen.
✍ Mucichis suuqii garaa garaa irra naanna'ee gaafachuutti ka'e,Daldaltoonnis 'sa'aatiin kun moofaadha, sanumaayyuu ammoo ligidii qaba qarshii shan caalaadhaan yoo binne nuuf hin baasu jedhaniinii baay'ee rakasiisani.
✍ Daldaltoota jijjiree biyyaa biyyatti deemee yoo gaafatus kan gatii isaa rakasiisu malee Kan gatii madalawaa kennuuf dhabe.
✍ Sana booda deebi'ee Abbaa isaatiin "Abbaakoo daldaltoota hedduu suuqii qaban gaafadhee qarshii shanii oliin hin binnu jedhaniiru jedheeni. Abbaan isaas "amma immoo gara god-hambaa yookan muuziyeemii biyyoolessaa dhaqitii gaafadhu" jedheen.
✍ Mucichis gaafa hooggantoota muuziyeemii biyyoolessaa dhaqee gaafatu qarshii miiliyoona lamaan sirraa binna jedhaniin.
✍ Mucichis gammadaa gara abbaa isaatti deebi'ee, "abbaakoo kunoo reefan bakka ta'u deeme, isaan qarshii miliyoona lamaan sirraa binnaa fidi" naan jedhan jedhee itti hime.
✍ Isaa booda taa'anii ajaa'ibsiifataniitu gorsan siif laadha jedhaniin.
✍Egaa yaa ilma ko bakka sin madaalleefi eenyummaa Kee yookiin gatii Kee hin beekne yoo oolte ati rakasa taata, bakka Oolmaa keefi gatii Kee hin madaalle hin oolin, warri sin beekne akkuma sa'aatii kanaa rakasa si taasisu, warra si beekan biratti ammoo akkuma sa'aatii kanaa qaalii taata jechuun gorsa ajaa'ibaa ..gorsan.
@Gaaddisa_Sabaa

#Sagantaa_Reemeediyaalii
#Yuunivarsiitii_Mattuu
Of Eeggannoo ⚠️⚠️⚠️
Yuunivarsiitiin Mattuu barattoota sagantaa reemeediyaalii bara 2017 tiif waamicha hin taasisne!
«Yuunivarsiitichi barattoota sagantaa reemeediyaalii bara 2017 tiif Mudde 7 fi 8 bara 2017» akka waame fakkeeffamee Miidiyaalee hawaasummaa garaa garaa irratti odeeffannoo tamsa'aa jiru soba ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.
Waamichi inni sirrii yeroo taasifamu hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a.
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!

#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Aksum
Bara 2017 tti barattoota sagantaa reemeediyaalii Yuunivarsiitii Aksumitti ramadamtaniif guyyaan seensaa Mudde 1 fi 2 bara 2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.
Yeroo galmeef deemtan wantoota qabachuu qabdan;
- Sartafikeetti kutaa 8ffaa, 10ffaa fi 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
- Tiraaniskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
- Suuraa gurdii yeroo dhiyootti kaatan afur
- Ansoolaa, uffata boraatii fi uffata qorraa
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Gaaddisa_Sabaa
@Gaaddisa_Sabaa
#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Aksum
Bara 2017 tti barattoota sagantaa reemeediyaalii Yuunivarsiitii Aksumitti ramadamtaniif guyyaan seensaa Mudde 1 fi 2 bara 2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.
Yeroo galmeef deemtan wantoota qabachuu qabdan;
- Sartafikeetti kutaa 8ffaa, 10ffaa fi 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
- Tiraaniskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
- Suuraa gurdii yeroo dhiyootti kaatan afur
- Ansoolaa, uffata boraatii fi uffata qorraa
Odeeffannoo barattoota kutaa 12ffaa, waamicha Yuunivarsiitii fi kanneen biroo argachuuf share fi join taasisaa!
@Gaaddisa_Sabaa
@Gaaddisa_Sabaa
Wonti Kun project guddaadha
Namoonni Hanga Amma hin jalqabne linkii isaanii kanaan jalqabaa. hojiin isaa baayye kan ulfaatuu miti.Xumuramuuf yeroo muraasa waan qabuuf carra kanatti fayyadamaa.
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=yr62XWfq
Namoonni Hanga Amma hin jalqabne linkii isaanii kanaan jalqabaa. hojiin isaa baayye kan ulfaatuu miti.Xumuramuuf yeroo muraasa waan qabuuf carra kanatti fayyadamaa.
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=yr62XWfq
#JAALALA
▬▬▬▬▬
➥ Mandara tokko keessa Abbaa manaa, haadha manaa fi mucaa isaanii tokkotu jiraata ture.
➥ Galgala tokko balballi maatii kana rurrukutama. Haati manaas balbalicha yeroo bantu jaarsolii mataan isaanii haarrii baay'ee babbareedan 3 balbala irra dhaabbatan argite.
Isheenis "maal isin gargaaru koottaa seenaa" jetten. Jaarsolin kunis deebisanii "lakki hin seennu. Jalqaba Ofii keenya si barsiisna" jedhani ofii isaanii barsiisuu jalqaban.
➥ Inni 1ffaan" ani Milkaa'inan jedhama ani mana kee yoon seene abjuun kee hundi galma
siif ga'a" jedhen.
➥ Inni 2ffaan "Maallaqan jedhama ani mana kee yoon seene rakkinaa fi Hiyyummaa kan jedhamu tokkallee hin argitu" jedheen.
➥ Inni 3ffaan "Ani Jaalalan jedhama jaalalaaf immoo ibsi hin barbaachisu" jedheen.
➥ Sana booda Haati manaas "altakka na eegaa abbaa manaa koon mariisisa" jetteen.
Gara manaattis olgaltee abbaa manaa isheetti waa'ee jaraa yeroo himtu baay'ee dinqisiifatee, "yaa haadha manaa koo kun carraa hin
argamnee dha maallaqa argachuf jedhee kunoo halkaniif guyyaan hojjedha garuu akkan yaade hin taane hiyyummaa keessaa ba'uu hin
dandeenye. Amma immoo Maallaqni ani dafqaafii ture balbala keenya irra dhaabbatee nu kadhachaa jira. Amma ariifadhuutii warra kaan dhiisitii Maallaqicha ol nuuf seensisi" jedhen.
➥ Haati manaas Yaadasaa kanatti walii galtee maallaqa ol galchuuf yeroo deemtu mucaan
ishee "Haadha koo Maallaqa ol seensistee abbaan koo akkuma amala isaa sireebaa
jiraachuu kee irra guyyaa hundumaa lola isaaf
jettee dhiphachaa jiraachuu kee irra JAALALA ol galchitee nagaa dhaan jiraachuu siif hin wayyuu?" Jedheen.
➥ Isheenis takka dhaabattee itti yaaddetu dhuguma jette yaa ilma koo nagaa naaf wayya
boqochuun qaba" jettee yaada mucaa isheetti gammaddee, abbaa manaa isheetin," jaalalli ol galuu qaba" jettee wal mormii baay'ee booddee
jaalalli akka olseenu murteessan.
➥ Gara Jaarsolii kanaas dhufanii" JAALALA kan jedhamtu koottuu seeni" jedhaniin. Jaalallis isaan hordofee gara manaatti olseene.