Últimas Postagens de GAADDISA SABAA (@gaaddisa_sabaa) no Telegram

Postagens do Canal GAADDISA SABAA

GAADDISA SABAA
QABIYYEE CHANALA KANAA!
══════════════════
➮ Odeeffannoo Barnootaa 👩‍🏫
➮ Waliin Dubbii Barattootaa🗣
➮ Kitaaboota kutaa 1-12 📚
➮ Sagalee Barattoo keenyaa💪
➮ Work sheet Barattoota 📝
➮ Kitaaboota dabalataa📕
Yaadaaf @Abseeje
11,440 Inscritos
515 Fotos
7 Vídeos
Última Atualização 09.03.2025 13:36

Canais Semelhantes

ABDII SABAA
30,460 Inscritos
QEERROO_PRESS
5,735 Inscritos

O conteúdo mais recente compartilhado por GAADDISA SABAA no Telegram

GAADDISA SABAA

29 Dec, 14:10

3,104

Wonti Kun project guddaadha

Namoonni Hanga Amma hin jalqabne linkii isaanii kanaan jalqabaa. hojiin isaa baayye kan ulfaatuu miti.Xumuramuuf yeroo muraasa waan qabuuf carra kanatti fayyadamaa.

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=yr62XWfq
GAADDISA SABAA

27 Dec, 12:50

3,279

Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irra deebi’anii qoraman toora interneetii irratti galmaa’uu akka danda’an Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksise.

Barattoonni Oonlaayinii karaa https://register.eaes.et/Online galmaa’uu ni danda’u.

(Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa)

@Gaaddisa_Sabaa
GAADDISA SABAA

24 Dec, 08:24

6,377

#Beeksisa Waamicha
#Yuunivarsiitii _Addigiraat

Barattoonii Sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program ) haara bara 2017 Yuunivarsiitii Addigiraatitti ramadamtan guyyaan galmee Ammajjii 1 fi 2/2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksisee jira.

Wantoota galmeef barbaachisan:-

Ragaa Xumura Kutaa 8ffaa fi 12ffaa kooppii fi orijinaala
tiraanskriiptii kutaa 9-12ffaa kooppii fi orijinaala
Suuraa roga 3×4:
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoortiiti.

@Gaaddisa_Sabaa
GAADDISA SABAA

24 Dec, 06:33

4,843

#Sagantaa_Reemeediyaalii
#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Walloo

Barattoota sagantaa reemeediyaalii bara 2017 Yuunivarsiitii Wallootti ramadamtaniif guyyaan seensaa Amajjii 3 fi 4 bara 2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.

Iddoowwan galmee;

• Barattoota Saayinsii Uumamaatiif Kaampaasii Daseetti
• Barattoota Saayinsii Hawaasaatiif Kaampaasii Kombolchaatti

Odeeffannoo guutuu suuraa irraa ilaalaa!

Waamicha barattoota sagantaa reemeediyaalii Yuunivarsiitiiwwan biroo argachuuf channel keenya join fi share taasisaa!

@Gaaddisa_Sabaa
@Gaaddisa_Sabaa
GAADDISA SABAA

23 Dec, 12:24

5,164

Meenuu nyaata barattoota Yuunivarsitiin walqabachuun barattoonni Yuunivarsitii Maqaleetti hiriira mormii geggeessan.

Ganamaa har’aa Yuunivarsitii Maqalee mooraa guddichaa Ariiditti
“Fooyya’iinsa menu/Gosa nyaataa mootummaadhaan  godhame hojirra olchuu waan didaniifi cireerratti Isa duraarra hamma daabboo mootummaan jedherra walakkaadhaa gadi buusuu “ sababa jedhu irraa kan ka'e Barattoonni fincilan.

Yuunivarsitichatti Sagantaan nyaataa torbee keessatti shiroo qofadha kan jedhan barattoonni, darbee darbee foon akka jiru himaniiru.

Haa ta’u malee tibba kana qulqullinaafi hammi nyaataa hanqina godhachuu sababeeffachuun barattoonni hiriira kan taassisan yommuu ta’u hiriirri barattootaa kunis poolisii naannichaan bittinnaayee Jira .

Hiriira barattootaa guyyaa harraa kana irrattis Qabeenyarra midhaan gahuu odeeffannoo miidiyaan #Abdii_Sabaa mooricharraa argate ni ibsa. Haaluma kanaanis Foddaawwan kaaffeefi fuulleeewan garaa garaa barbadaa'aniruu.

Tibba kana ministeerri barnootaa fooyya’iinsa Meenuu/gosa nyaataa taasisuun “cost share” oolmaa guyyaa ,qarshii 22 irraa gara 100 tti ol guddisuu gabaasuu keenya ni yaadatama, haa ta’u malee barattoonni mooraa garaa garaa fooyya’iinsi akka hin jirreefi haalli nyaataa daran hammaachaa dhufuu waywaataa akka jiran miidiyaan #Abdii_Sabaa odeeffataa jira!

@Gaaddisa_Sabaa
GAADDISA SABAA

21 Dec, 10:45

5,440

#Beeksisa Waamicha
#Yuunivarsiitii _Wolayitaa Sooddoo

Barattoonii Sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program ) haara bara 2017 Yuunivarsiitii Wolayitaa Sooddootti ramadamtan guyyaan seensaa  muddee 20 - 21/2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksisee jira. Akkasumas galmeen muddee 21fi 22 /2017 ni gaggeefama, barnoonni muddee 24/2017akka eegalu Yuunivarsiitichi beeksisee jiraa.

Wantoota galmeef barbaachisan:-

Ragaa Xumura Kutaa 8ffaa fi 12ffaa kooppii fi orijinaala
tiraanskriiptii  kutaa 9-12ffaa kooppii fi orijinaala
Suuraa roga 3×4:
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoortiiti.

@Gaaddisa_Sabaa
@Gaaddisa_Sabaa
GAADDISA SABAA

19 Dec, 17:34

2,925

Wonti Kun project guddaadha

Namoonni Hanga Amma hin jalqabne linkii isaanii kanaan jalqabaa. hojiin isaa baayye kan ulfaatuu miti.Xumuramuuf yeroo muraasa waan qabuuf carra kanatti fayyadamaa.

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=yr62XWfq
GAADDISA SABAA

18 Dec, 19:27

3,370

#Sagantaa_Reemeediyaalii
#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Dirre_Dawaa
#DireDawaUniversity

Bara 2016tti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii seensa sagantaa reemeediyaalii barattoonni fiddanii Yuunivarsiitii Dirre Dawaatti ramadamtan guyyaan seensaa Amajjii 3 fi 4 bara 2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.

Guyyaan itti report taasistan Amajjii 5 bara 2017 dha.

Yeroo galmeef deemtan;

• Kaardii kutaa 8ffaa fi 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
• Tiraaniskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
• Suuraa gurdii Afur
• Uffata qorraa, ansoolaa, uffata boraatii fi uffata Ispoortii

Gara Yuunivarsiitii dhufuu keessaniin dura website Yuunivarsiitichaa armaan gadii irra seenuun username fi password iddoo jedhu irratti admission number kutaa 12ffaa keessan galchuun, password haaraa jijjiiruun Sartafikeetti kutaa 12ffaa ittiin xumurtan fi suuraa gurdii fe'uun Student Badge buusuun qopheessitanii akka dhuftan

Link :- https://registration.ddu.edu.et/

View fi baay'inni miseensota Channel keenya baay'ee hir'achaa waan jiruuf hanga danda'aame barattoota hundaaf share taasisuun nu deeggaraa!

@Gaaddisa_Sabaa
GAADDISA SABAA

18 Dec, 13:03

5,058

#Beeksisa Waamicha
#Yuunivarsiitii _Booranaa

Barattoonii Sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program ) haara bara 2017 Yuunivarsiitii Booranaaatti ramadamtan guyyaan galmee  muddee 22 - 23/2017  ta'uu Yuunivarsiitichi beeksisee jira.

Wantoota galmeef barbaachisan:-

Ragaa Xumura Kutaa 8ffaa fi 12ffaa kooppii fi orijinaala
tiraanskriiptii  kutaa 9-12ffaa kooppii fi orijinaala
Suuraa roga 3×4: 8
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoortiiti.

@Gaaddisa_Sabaa
@Gaaddisa_Sabaa
GAADDISA SABAA

17 Dec, 16:37

5,191

#Sagantaa_Reemeediyaalii
#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Gondar

Barattoota sagantaa reemeediyaaliin bara kana Yuunivarsiitii Gondaritti ramadamtan maraaf guyyaan galmee Amajjii 1 fi 2 bara 2017 yoo ta'u. Iddoowwan galmee;

• Barattoota Saayinsii Hawaasaatiif Kaampaasii MAARAAKII
• Barattoota Saayinsii Uumamaatiif Kaampaasii Atsee Faasil

Yeroo galmeef deemtan wantoota qabachuu qabdan;

• Kaardii kutaa 8ffaa orijinaala fi kooppii isaa
• Tiraaniskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
• Sartafikeetti kutaa 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
• Suuraa gurdii lama
• Ansoolaa, uffata boraatii fi uffata Ispoortii

Waamicha barattoota sagantaa reemeediyaalii Yuunivarsiitiiwwan biroo argachuuf channel keenya join fi share taasisaa!

@Gaaddisa_Sabaa
@Gaaddisa_Sabaa