Dernières publications de Biiroo Barnoota Oromiyaa (@biiroobarnoota_oromiyaa) sur Telegram

Publications du canal Biiroo Barnoota Oromiyaa

Biiroo Barnoota Oromiyaa
“We shall make Oromia flood of genius students
who score high grades in national exams”...!!!
40,479 abonnés
664 photos
2 vidéos
Dernière mise à jour 01.03.2025 12:47

Le dernier contenu partagé par Biiroo Barnoota Oromiyaa sur Telegram


🔥 “We shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!! 🔥 #share 👇

Biiroo Barnoota Oromiyaa

🔥 “We shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!! 🔥 #share 👇

Biiroo Barnoota Oromiyaa

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

#WAAMICHA_BEEKSISA_QACARRII #BARSIISOTAA
##########
#Biiroon Barnootaa Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaatiif barsiisota gosa barnootaa garaa garaa qabaniifi Afaanota Biyya Alaa barsiisuu danda'an kanneen ulaagaa guutan dorgomsiisee qacaruu barbaada

#HAALUMA_KANAAN;
Gosa Barnootaa #Afaan_Ingilizii Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Dodolaa
Gosa Barnootaa #Ikoonomiksii Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa #Amboo, Dodolaa, Nageelleefi Haramaayaaf

#Afaanota_Biyya_Alaa
Afaan #Arabaa Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa #Amboof
Afaan #Faransaay Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa #Najjoofi #Nagalleef
#Afaan Chaayinaa Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa #Yaaballoofi, ##Dodolaaf
Dorgomsiisee qacaruu waan barbaaduuf, dorgomtoonni #Ulaagaa armaan gadii guuttan galmooftanii dorgomuu kan dandeessan ta'uu beeksifna.

#HUBACIISA!
#Guyyaa_Galmee; gaafa 03/06/2017 irraa eegalee guyyoota hojii 10f
#BAKKI_GALMEE;
#Biiroo Barnootaa Oromiyaafi #Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa 7n keesatti kan gaggeeffamu ta'a.

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

🔥 “We shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!! 🔥 #share 👇

Biiroo Barnoota Oromiyaa

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

🔥 “We shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!! 🔥 #share 👇

Biiroo Barnoota Oromiyaa

Galmeen Qormaata xumura kutaa 12ffaa bara 2017 boru Amajjii 6/2017 sa'aatii 11:00 irratti xumurama .Kanaafuu warri hingalmoofne galmaayaa.

የ2017 የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ምዝገባ ነገ ጥር 6/2017 11:00 ላይ ይጠናቀቃል ።በመሆኑም ያልተመዘገባችሁ ተመዝገቡ።

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

https://forms.gle/NTMzLQK6pohUpvkq6