==============
ባንካችን ተማሪዎችን ተጠቃሚ የሚያደርግ ልዩ የተማሪዎች የቁጠባ ሂሳብ ያዘጋጀ ሲሆን በየትኛዉም የትምህርት ተቋም እና የትምህርት ደረጃ ላይ የሚገኙ ተማሪዎችን የቁጠባ ባህላቸዉን የሚያዳብር የቁጠባ ሂሳብ አይነት ነዉ፡፡
አዋሽ ባንክ!
Baankiin keenya barattoota fayyadamoo kan taasisu herrega addaa qusannaa barattootaa kan qopheessee yoo ta’u, gosa qusannaa kanaan barattoonni sadarkaa barnootaa garaagaraa irra jiran sirna qusannaa isaanii kan ittiin gabbifatani dha.
Odeeffannoo dabalataaf
Baankii Awaash!
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #StudentSavingAccount #SpecialSavingAccount #Ethiopia