👇👇👇
Amar Temam Telegram Posts

5,699 Subscribers
11,070 Photos
125 Videos
Last Updated 01.03.2025 07:55
Similar Channels

19,164 Subscribers

10,715 Subscribers

9,626 Subscribers
The latest content shared by Amar Temam on Telegram
Haallii gaariin hiriyaa koo #SadioMane akkan Islaamummaa fudhadhu na godheera
👇👇👇
👇👇👇
Allaahu Akbar
Indooneezhiyaan 🇮🇩 Gaz💔*zaa 🇵🇸 keessatti Masjiidota 100 ijaaruuf ta'uu beeksiste.
Masjiidota kanneen keessaa ammoo hedduun isaanii Ijaarsi isaanii xumuramuun baatii kabajamaa Ramadaanaa kana akka tajaajilaaf qaqqaban cimseen hojjadha jette.
Mana Maree Masjiida Indooneezhiyaa wabeeffachuun gabaasa kana kan baase Middle East M*nitor baatiiwwan 15 war*aa*naa daraban keessaa Gaz*-za keessaa masjiidonn 1000 ol I-zr'eliin diigamaniiru.
Indooneezhiyaan Masjiidotaan dabalataatti hospitaalotaafi manneen barnootaa dabalatee hojiilee bu'uuraalee misoomaa garaa garaa akka hojjattuufi yoomillee hawaasa 🇵🇸 waliin akka dhaabbattu irra deebiin waadaa seenuu gabaasichi ni eera.
© Amar Temam
#SpiderMedia

Kan abbaan fedhe fataa jedhee ol itti seenee xiyyaara hojii idilee dhorkee abaaboo itti diree farda fakkeessee guyyaa dhaloota ofii keessatti kabajatu kanatu dambiiifi hojmaata doofaafi bututaan muslimoota ofirraa dhiibaa jiraata.
Sanuu hin qaanfatanuu?
''Suurri kabaja guyyaa dhalootaa nama dhuunfaa xiyyaara biratti ka'amee beekkamtii dhaabbatichaan ala ta’uu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise'' jedhanii miidiyaaleen mootummaa gurguddoon biyya keenyaa wal harkaa fuudhanii beeksisa salphinaa kana hafarsaa jiru.
Dhaabbilee gurguddoo jedhaman garuu muraasa biyyattiin qabdu keessaa isa awwalaa kan ta'e Daandiin Qil'eensaa, hangam birmadummaan isaa tikfamuu dhabeeti kan abbaan fedhe fataa jedhee ol itti seenee xiyyaara filatee abaaboo itti diree farda fakkeessee guyyaa dhaloota isaa keessatti kabajatu gaaffiin jedhu garuu maqaa mana hojichaas kan biyyaas akka biyyee nyaachisu hin yaadne isaan.
Hawaasni biyyattii kan maqaa sakatta'iinsaatiin bilbila harkaatii hanga laaptoop'pii, huccuu biraandii hanga faaya mormaafi harkaa, birrii hanga doolaaraa,,, saamamaa ture garuu heeyyamaafi sakatta'iinsa tokko male hanga kun hundi raawwatamu achi keessa turuun waan fedhan galmaan ga'achuun akkamiin danda'ame kan jedhu isaaf gaaffii guddaafi hojmanees ta'a.
Egaa dhaabbata kanadha, kan abbaan barbaade qu*llaa xiyyaara filatee gola dibannaa dubartootaa fakkeessee keessatti bagan dhaladhe jedhee itti marsee jala naanna'ee keessa gangalatee suuraafi video guyyaa guutuu itti waraabbatutu dambiidha jedhee muslimoota qaxalee achi keessa hijjatanii biyyaafi uummata isaanii tajaajiluuf dhaqan sammuufi beekumsaan dadhabe seera butuutaan hari'aa oola.
© #Amartemam
https://t.me/amartemam1133

Shaampiyoonaan ispoortii tapha guutuu Aanolee Godina Jimmaa 31ffaan eegalame
Spider Media : Shaabaan 11, 1446 AH
Godina Jimmaatti shaampiyoonaan ispoortii tapha guutuu aanolee godinichaa 31ffaan Magaalaa Jimmaatti eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota ispoortii 11'n ispoorteessitoota 1500 ol hirmaachisuun guyyoota 15'f itti fufee kan gaggeeffamu yemmuu ta'u Aanoleen Godina Jimmaa 21 irratti hirmaachaa akka jiran Ittigaafatamaan Waajjira Dhimma Dargaggootaafi Ispoortii Godina Jimmaa obbo Nagumaa Makonnin ibsaniiru.
Ittigaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Jimmaa obbo Masarat Hayiluu, ispoortiin fayyummaafi jabina qaamaa eeguun cinaatti, hariiroo gaarii hawaasa gidduutti keessattuu dargaggoota gidduutti ijaaruu keessatti gahee olaanaa waan qabuuf iddoo hundatti cimsuuf jabeessuun murteessaa ta'uu dubbataniiru.
Itti Aanaa Bulchaafi walitti qabaan mana maree ispoortii Godina Jimmaa obbo Yuusuf Shaaroo, dargaggoonni gahumsa qaamaafi sammuu horachuuf ispoortii cimsuun murteessaa ta'uu himanii, shaampiyoonaan ispoortii kun dorgomtoota cocollee godinicha bakka bu'uu danda'an horachuu keessattis qooda olaanaa akka qabu ibsaniiru.
Guyyaa har'aa shaampiyoonaan tapha guutuu Aanolee Godina Jimmaa 31ffaan kun bakka hoggantoonni olaanoon godinichaafi deeggartoonni argamanitti dorgommii kubbaa miilaa diiviziyoona 1ffaa Aanolee Gommaa fi Sokorruu gidduutti gaggeeffamuun eegalameera jedha odeeffannoon W/K godina Jimmaa irraa arganne.
© #Amartemam
Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia

Perezidaantiin Turkiyyee Erdogaan obboleessa isaanii Muummichi Ministeeraa Maaleeziyaa Anwaar waliin wal argan
M.M Maaleeziyaa Anwaar Ibraahim sagantaan Erdogaaniin itti wal argine kun adduunyaa islaamaa kan cismuudha jedhani.
Spider Media : Shaabaan 11, 1446 AH
Perezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayyiib Erdogaan daawwannaaf har'a #Malaysia jiru.
Giifti duree Aaminaa Erdogaan dabalatee jiilli qondaalota olaanoo mootummaa Turkiyyee Rajab Xayyiib Erdogaaniin duurfamu wayita buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Kuwaala Laampur ga'an Muummichi Ministeeraa Maaleeziyaa Anwaar Ibraahim fi haadha warraa isaanii giifti duree Aziizaa Ismaa’il dabalatee hooggantoota olaanoo biyyattiitiin simannaan ho'aan taasifameeraafi.
Erdogaaniifi Anwaar hooggantoota michuu Gaz💔zaa ta'an isaan ijoo yoo ta'an dhimma Gaz-zaa irratti marii kan taasisan ta'uu Spider Media n Anaadooluu irraa odeeffate.
Waggoottan shan booda gara Maaleeziyaa kan deebi'an Erdogaan, doktireetii kabajaa Yunivarsiitii biyyattii kan ta'e Yunivarsiitii #Malaya irraa gumaachameef fudhachuuf sagantaa Giddugala Walgahii Idil-addunyaa Putrajayaatti gaggeeffame irratti wayita argaman haasaa taasisaniin, ''waggoottan booda deebi'ee Maaleeziyaatti argamuu kootti gammachuu guddaatu natti dhaga'ama, tokkummaa fi jaalalli keenya cimaan ammas cimee nuuf haa turu" jedhan.
Muummichi Ministeeraa Maaleeziyaa Anwaar Ibraahim gama isaaniitiin hariiroon obbolummaa #Malaysia fi #Turkiye jidduu jiru biyyoota lameeniif qofa osoo hin taane aduunyaa Islaamaatiif haalaan murteessaafi bu'a qabeessa ta'uu ibsani.
Biyyoonni lameen dhimma Gaz💔-zaa 🇵🇸, dhimma hariiroo biyyoota lameeniifi aduunyaa Islaamaa irratti marii bal'aa akka gaggeessantu eegama.
Inshaa Allaah Spider Media n dhimma kana hordofee odeeffannoo dabalataa kan isin biraan ga'u itti fufu ta'a.

Ilmaan keenya Walloo
~~~
Guyyaa Har'aa Markazi Itqaanaa Godina Saba Oromoo Magaalaa Kamisee Ganda 06 tti argamu Barattoota Waggoottan darba keesaa barsiisaa ture eebbisee jira.
Markazichi tajaajila qur'aana haffaziisuu fii tajwiidaan bareechee qaraasisuun alatti kitaabban gaggabaaboos ni qaraasisa.
Mudiiri Markaz Itqaan Ustaaz Hasan Ahmad akka ifsanitti Barattoota qaa'idaa 28, Hifzii fii Nazariin kan xumuran barattoota 40 walii galatti barattoota 68 Waraqaa ragaa akka kennan ibsanii jiru .
Sagantaa eeba guyyaa har'aa kanarratti sheekholee gurguddoo fii Hoggantooni ol aanaa majiliisa godinaatii fii Magaalaa kamisee argamanii barattootaa fii maatii barattootaatiif gorsa murteessaa tahe kennanii jiran jedha odeeffannoon Duruus tv irraa arganne.

Dhugaa awwaalii jiraadhu yoo siin jedhan, dhara awwaaltee akka duutu itti himi.
Haqa yoo dubbatte si gidirsina siin jechuu danda'u, ati garuu, gidiraan kamillee haqa dubbachuu irraa akka duuba si hin deebisne jala murii itti himii haqaaf dhaabbachuu kee irra deebiin mirkaneessiif.
Obboleessi keenya kun Gaazexeessaa lammii 🇵🇸 Rashdi Abu Rama'uz jedhamuudha. Dachee biqiltoonni isii kaanuu haqaaf dhaabbachuu aadaa godhatan keessatti haqa akka hin dubbanne ugguramaa ture.
Inni nama miidiyaati. Namni miidiyaa ammoo hawaasa kaanii ol carraa gamaa gamanaa bal'isee haqa boolla isiin keessatti dhiphatte keessatti arguu bal'aa qaba. Dirqamni isarra jiru guddichi ammoo isa carraa (ittigaafatamummaa) kana boodaan jiru yoo ta'u innis waan ijji isaa arge kana hawaasa bal'aan gahuudha.
Gaheen ogeessa miidiyaa waan tokko arguu qofa osoo hin taane akka kaanis argu gochuudha. Maarree innis isaan kana akka inni hin goone isa dhiibaniifi miidhan waliin waldhaansoo qabaa ijaafi gurra hawaasaa ta'uu itti fufe.
Qabamee hidhame, laalaa mana hidhaa I-zr'el waggoottan hedduuf mudate. Haqaaf dhaabbate, obboloottan isaa ijoollee 🇵🇸 isaan haqaaf dhaabbattaniin ammoo bilisaan haqatti ba'e. Ilmaan isaas itti maramanii urgaa abbummaatiin walitti ba'an.