Lammileen 🇵🇸 har'a Gaz💔zatti deebi'aa jiran rakkoo heddu qabu ta'a, qe'een isaan itti deebi'an Magaalaan isaanii jiguu ta'uu danda'a.
Garuu isaan wantoota hundaa oliyyuu barbaachisaa ta'an lamaan qabamaniiru. Kan jalqabaa hariiroo isaan Rabbii isaaniitii waliin qaban yoo ta'u Wallaahii kun lalisaadha, takbiraadhaan Ga✌️zaa saaqatan, shukrii isaatiin miila mirgaa dursanii gad ejjatan, jireenyaa eegalanis Bismillaahirraah duursanii inshaa Allaah dhaan egeree ofii hari'arraa milkeeffachuu eegalan.
Kan lammataa hidda misoomaafi dagaagina isaanii, ilmaan isaaniiti. Daa'imman egeree dacheettii ittiin murtaa'u karoora irra dabaree hojii misooma har'a Gaz🇵🇸zaatti dhangala'aa jiru kanadha. Alhamdulillaah lamaan isaan qaban kunneen kanneen isaan dhaban kitila caalu.
© #Amartemam
https://t.me/amartemam1133