Latest Posts from Ajaaibsiisoo Telegram Channel (@ajaaibsiisoo_telegram_channel) on Telegram

Ajaaibsiisoo Telegram Channel Telegram Posts

Ajaaibsiisoo Telegram Channel
Guyyaa guyyaan dhugaawwan hawwataa, barreeffamoota hubannoo namaaf kennan, fi wantoota xixxiqqoo sammuu namaa Gabbisanii fi bohaarsan argachuuf Miseensa Channelii keenyaa ta'aa!🔥

@Ajaaibsiisoo_Telegram_Channel
14,474 Subscribers
317 Photos
2 Videos
Last Updated 06.03.2025 20:43

Similar Channels

Ethio Crypot
7,101 Subscribers
Dr Nafyad Getu
3,891 Subscribers

The latest content shared by Ajaaibsiisoo Telegram Channel on Telegram

Ajaaibsiisoo Telegram Channel

08 Feb, 12:27

1,258

Haqa fi Ajaa'iboota qaama namaa saddeet (8)
              ***

1. Namni gaafa hooqqisuuf/balaqamuuf/ ka'u dursa gororatu yookaan hancufatu afaan guuta. Kunis qaamni namaa asiidni garaachaa hoqqisa/balaqqamaa wajjin dhufu akka ilkaan hin miineef dursee hancufa kana erga.

2. Cidhaanni dhiiraa gaafa qaamni namichaa ho'u gadi qaama irraa gadi siqa yookiin ni rarra'a. Kan kana godhu sanyiin kormaa (sperm) akka ho'iinsa qaamaatiin hin ajjeefamneefi.

3. Qaama namaa keessaa kan ujummoo dhiigaa fi dhiiga hin qabne koorniyaa (fuuldura ijaa) qofa. Koorniyaan oksijiinii kallattiin qilleensa irraa fudhata.

4. Fiixeen harma nama hundaa, akkuma ashaaraa quba isaa adda adda jedhama.

5. Arrabni nama tokkoo maashaalee (muscles) adda addaa saddeet (8) irraati kan ijaarame.

6. Axxiffuu ofii funyaan ofii qabuun ukkaamsuun dhageettii namaa irratti dhiibbaa fiduu danda'a.

7. Hormooniin guddinaa fi dagaagina qaama namaa kan hormoonii guddinaa jedhamu kan maddu galgala gaafa namni rafu dha.

8. Asiidiin garaacha namaa keessatti argamu jabina isaa irraa sibiila salphaa akka zinkii (zinc) illee gubuu danda'a. Yoo gogaa namaa irratti cophee immoo gubee keessa darba.

🔊 @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel🎩
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

08 Feb, 12:26

1,082

QUBA QABDUU LAATA?
~~~~
1. Hangi ija keenyaa erga dhalannee kaasee sirumaa hin dabalu.
2. Qeensi quba keenyaa inni gidduu warra kaan dursee guddata.
3. Namni harka isaatiin of hudhee of ajjeesuu gonkumaa hin danda'u.
4. Sammuun namaa guyyaarra halkan si'aaya.
5. Miilli namaa xannacha dafqaa 500,000 qaba.
6. Namni kamuu ija cimaa tokkoo fi ija dadhabaa tokko qaba.
7. Gaafa garmalee nyaatan gurri badaa hindhagahu.
8. Daa'imni gaafa dhalattu halluu gurraachaa fi adii qofa agarti.
9. Tishuu cimaan qaama namaa arrabadha.
10. Hojjaan keenya inni ganamaa isa
galgalaarra
centimetira tokkoo(1cm)n caala.
11. Dhahannaan onnee shamarranii kan dhiiraa ni caala.
12. Garaachi dhiiraa kan shamarranii caalaa cooma bulleessa.
13. Arrabni keessan yoo goge dhamdhama kamuu adda
hin baafatu.(ammuma yaalaa)
14. Dhiirri giddu galeessaan dhiiga liitira 6.8 qaba.shamarri
immoo liitira 5 qabdi.
15. Seeliin guddaan qaama namaa hanqaaquu shamarranii
yoo ta'u seeliin xinnoon immoo isparmii dhiiraa dha.
16. Umuriin rifeensa namaa waggaa 3-7 hin caalu.
17. Qeensi harkaa kan miilaa caalaa dafee guddata.
18. Waggaa 60tti namni dandee waa
dhamdhamuu isaa
harka walakkaatiin dhaba.
19. Lafeen namaa waggaa kudhan kudhaniin of haaressa.
20. Daqiiqaa 1tti seelota miiliyona 3tu du'a.

🔊 @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel🎩
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

08 Feb, 12:26

933

WAAN HIN FAKKAANNE GARUU DHUGAA TA'E!!!

1. Sinbirroon hin fincooftu.

2. Goondɑɑn tɑsumɑɑ hin rɑfu; sombɑs hin qɑbdu hojjetɑɑn wɑggɑɑ 7, Giiftiin Goondɑɑ wɑggɑɑɑ 15 jirɑɑtu.

3. Shɑɑrki ɑbɑdon hin dhukkubsɑtu.

4. Fɑrdi dhɑɑbbɑtee mɑlee ciisee hin rɑfu.

5. Kɑnniisni gɑrɑɑ lɑmɑ qɑbdi kɑn Dɑmmɑɑ fi kɑn nyɑɑtɑɑ.

6. Shɑɑrkiin ɑdii inni guddɑɑn osoo hin nyɑɑtin ji’ootɑ 3f turɑ.

7. Goondɑɑn ɑddunyɑɑ kɑnɑrrɑɑ hundi nɑmɑ ɑddunyɑɑ kɑnɑ hundɑɑf utuu hirɑmee Goondɑɑ miliyoonɑ 1 nɑmɑ tokko qɑqqɑbɑ.

8. Bɑrɑriin mɑtɑɑn ishee irrɑɑ cite lubbuun torbɑn tokkoof keessɑɑ hin bɑhu.

9, Hɑrreen ɑl tokkotti Miillɑ ishee ɑrfɑn ɑrguu dɑndeessi.

10. Doolfiiniin Bishɑɑn keessɑtti fɑgeenyɑ KM 24 irrɑtti sɑgɑlee dhɑgɑhuu dɑndɑ’ɑ.

11. Bookeen busɑɑ ilkɑɑn 47 qɑbdi.

12. Sɑrɑrri hɑrree didoo kɑmuu wɑl hin fɑkkɑɑtu.

13. Billɑɑchi miillɑ duubɑɑn dhɑndhɑmti.

14. Qɑɑmni sɑɑlɑɑ sɑrɑriitii dhiirɑɑ miilɑ isɑɑ irrɑtti ɑrgɑmɑ.

15. Kɑnniisni ijɑ shɑn qɑbdi!

16. Booyyeen ol jettee wɑɑ ɑrguu hin dɑndeessu!

17. Hɑntuutni yoo beellofte eegee ishee nyɑɑtti.

18. Hɑɑdhɑ mɑnɑɑ isɑɑf bineensi ɑmɑnɑmɑɑ jeedɑlɑ qofɑ.

19. Weeliin cuquliisɑɑ ɑddunyɑɑ kɑnɑ irrɑɑ guddinɑɑn hundɑ cɑɑlɑ.

20. Hoosiftootɑ keessɑɑ kɑn bɑlɑli’u simbirɑ hɑlkɑnii qofɑ yoo tɑhu Miilli ishee qɑqɑlloo wɑɑn tɑ'eefis deemuu hin dɑndeessu.

21. Simbirri hɑlkɑnii yeroo hundɑ holqɑ keessɑɑ yoo bɑhɑn gɑrɑ bitɑɑtti bɑlɑli’u.

22. Bofti dunuunfɑtus qolɑ ijɑɑn ni ɑrgɑ.

23. Bookeen busɑɑ inni dhiirɑɑ hin ciniinu.

24. Hɑntuunni lɑgɑɑ ji’ootɑ 18 keessɑtti hɑntuutni 2 qofti firɑ miiliyoonɑ 1 ni horɑtti.

25. Kɑnniifni tokko dɑmmɑ fɑllɑɑnɑ tokko qopheessuuf yoo xiqqɑɑte dɑrɑɑrɑɑ 4000 dhɑndhɑmti.

26. Cilɑlluun wɑggootɑ 3f wɑlitti ɑɑnsee rɑfuu dɑndɑ’ɑ.

27. Hɑɑdi sɑrɑriitii lɑmɑ osoo wɑlirrɑ bu'ee ɑkkɑ sibiilɑɑ ni jɑbɑɑtɑ.

28. Arbi fɑgeenyɑ Mɑɑyilii 3 irrɑtti bishɑɑn jirɑɑchuu isɑɑ ɑddɑ bɑɑsuu ni dɑndɑ’ɑ.

29. Qurxummiin Oyistiir jedhɑmu gɑɑfɑ wɑlqunnɑmtii gochuu bɑrbɑɑdu sɑɑlɑ isɑɑ gɑrɑ fedhetti ni jijjiirrɑtɑ.

30. Addunyɑɑ irrɑɑ wɑggɑɑ wɑggɑɑn oomishni 1/3 n ilbiisotɑɑn ni mɑncɑ’ɑ.

Kun hundumtuu rɑbbi tɑ'ɑɑ jennɑɑn hɑɑlɑ kɑnɑɑn Uumɑmɑn. Kɑnɑɑf mee uumɑɑ wɑɑqɑɑ kɑnɑ ilɑɑllee hɑɑ dinqisiifɑnnu!

🔊 @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel🎩
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

17 Jan, 04:47

1,921

Uumamni suuraa irratti argitan kun "Farda galaana" jedhamuun beekama. Uumama kana kan adda godhu, yeroo inni dhalaa fi isheen dhaltuu wal-quunamtii saala taasisanitti, kan ulfaa'u isa dhiiraadha!! Yeroo waliin turanitis bara jireenya isaanii guutu eege walii qabachuun jiraatu!!
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

17 Jan, 04:46

1,543

Daakkiyyeen Hanqaaquu keessa ergaa baate Daqiiqaa 10 keessatti wanta argitee hunda akkaa Maatii isheetti fudhattii.
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

11 Jan, 19:04

2,089

Osoo namichi suuraa kana irra jiru si ta'e, eenyuuf kaata?? Maaliif??

Comment down!!👇👇
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

22 Dec, 07:02

2,997

Vitamin D aduu irraa hin dhufuu; Gogaa keenya irraa dhufaa. Kunis ifni aduu kolestroolii gogaa keenya keessa jiru gara vitaamin D3tti waan jijjiiramuuf.
🌞

Like godhii darbii.👍

⚡️
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

15 Dec, 20:47

3,142

Dinqii Addunyaa

1. Biqiltoonni yommuu muuziqaa dhaggeefatan daddafanii guddatu.

2. Bara 1849tti ‘Scotland’ kessatti cabbiin meetira 6 gahu samii irraa bu’ee ture.

3. Harkisa lafaa jalaa bahuuf saffisa 11.2 km/s deemuu qabna.

4. Yeroo hancaqqee (maastikaa) nyaannu sammuun keenya dandeettii waa yaadachuu isaa ni dabala.

5. Ashaaraan harka nama hundaa akka garaagara ta’e kan arrabaas garaa gara.

6. Raashiyaa keessattii kaaffee ajaa’ibaa tokko keessatti gatii hamma nyaattee osoo hin taane sa’aatii ati hangam fayyadamte ilaallamee kaffalta. Sababa kanaan namoonni baay’een 
daddafanii nyaachuuf jecha hudhamanii argamu.

7. Ummanni ameerikaa naannoo qarqara arkitikii jiraatu sababa qorra hamaa san irraa kan ka’e 
nyaaata isaanii rifirijireetara keessa kaa’atu.
8. Liyonaardoo daavinchiin harka tokkoon barreessaa karka biraan fakkii ni kaasa. Seenaa 
namicha kanaa kutaa lammaffaa irratti ni argattu.

9. Fara’oona dhumaa ijiptii kan taatee fi baay’ee bareedduu kan jedhamtu kiiliyoopaatraan nama Ijiptii osoo hin taanee kan giriikii turte. Seenaa ishee kutaa lamaffaarratti ni argattu.

10. Mahaatama gaandiin akkuma beeknu nama beekkamaa nageenya irratti shoora guddaa taasise kun yeroo 5 badhaasa noobeeliif dhiyaatuus yeroo 1 injifachuu hin dandeenye. 🍭

🔊 @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel🎩
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

13 Dec, 22:28

2,300

#Wanta_Namni_Hundi_Beekuu Qabu

✅️ Yeroo Timaatima (🍅) Bifa Adda Qabu Argattu Hunda Nyaachuu Irraa Of Qusadhaa.

✅️🐍 Ciniinnaa Bofaa irraa kan ka'e ta'uu akka danda'u
Ogeessota fayyaa irraa Yaadonni dhiyaataniiru.

✅️ Iddoo miidhama isaa sana Irraa gateen Gara fayyaalessa Nyaataf Fayyadama Jedhaanii yaadunillee Dhiibbaa Fayyaa keenyarratti akka fidutu himama.

✅️ Bofa fi Reptiles Biroo Darbee darbee Fuduraalee 🍑🍓 Yeroo Beela'an Ciniinuu, Akkaataa Battee fiSimbirroonni 🦇 Pawpaw Bilchaate Nyaatan Wal Fakkaata.

✅️ Of Eeggannoon Keessan Wantoota Summii Qaban Bineensonni Fuduraalee Keessatti Lilmoodhaan Naqaman Akka Hin Nyaanne Si Eega.
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

07 Nov, 06:42

2,756

Dhaabbatni raadiyoo kaanaadaa keessa jiran hundumti sirba kaanaadaan ala kan lammii biyya alaa sirbisiisuun seeraan kan dhoorkamedha!! 🔇

Warri kan keenyaa sa'atii 24.........🙃
🔊@Ajaaibsiisoo_Telegram_channel🎩