Asella A.D.M NO.2 (@adm3456)の最新投稿

Asella A.D.M NO.2 のテレグラム投稿

Asella A.D.M NO.2
ይቻላል
3,633 人の購読者
2,703 枚の写真
80 本の動画
最終更新日 09.03.2025 03:01

類似チャンネル

Ethiopian university Students
21,553 人の購読者
GlobeDock Academy Grade 11
8,173 人の購読者
Toxic vibes 👅
5,807 人の購読者

Asella A.D.M NO.2 によってTelegramで共有された最新のコンテンツ

Asella A.D.M NO.2

25 Oct, 23:54

4,980

📍 Ramaddiin yuunivarsiitii bara 2017 ifoomeera.

🔖 Bara 2016tti barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darbanii fi bu’aa darbiinsaa argatan sagantaa idileetiin dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa Ministeera Barnootaaf itti gaafatamummaa qaban akka baratan ramaddii ifoomeera.

📍 Filannoowwan armaan gadii kanaan ramaddii keessan ilaaluu akka dandeessan ibsameera:

Marsariitii 👇

https://placement.ethernet.edu.et

Telegram 👇 keessatti

https://t.me/moestudentbot


https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0002yjz5

Farm TOMATO with me and secure your token allocation through Tomarket.ai!

I've prepared a warm welcome meal just for you! 🍅

Use my link to get 2,000 TOMATO! Limited time offer.
Asella A.D.M NO.2

12 Oct, 07:15

5,135

Barattoota Qabxii Seensa yunivarsitii argattaniif Reemediyaalii Hundaaf

Har'a sanbata xiqqaa sa'aati 4:30 irraa eegalee portaaliin waan banameef mana barumsaatti argamuun guutuu ni dandeessu

የዩኒቨርስቲ መግቢያ ነጥብ የመጣላቹ እና የሬሜዲያል ተማሪዎች ዛሬ ቅዳሜ ከ4:30 ጀምሮ ት/ቤት በመገኘት መሙላት የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን
Asella A.D.M NO.2

11 Oct, 16:38

5,510

https://youtu.be/hcplZyWWDVU
Asella A.D.M NO.2

11 Oct, 05:52

5,529

Barattoota Remediyaalii hundaaf

Hardha jimaata 01/02/2017 sa'atii 8:30 irratti guca placement waan guttaniif I/aanaa dura taa'aa mana barumsicha akka argattan

ለሬሜዲያል ተማሪዎች በሙሉ
ዛሬ አርብ 8:30 የምትሞሉት ፎርም ስላለ የት/ቤቱን ምክትል ር/መምህር መምህር ቀፁላ ንጉሴን እንድታገኙ
Asella A.D.M NO.2

11 Oct, 05:09

4,983

#Beeksisa
Barattoota Yunivarsiitii Galaniif
#Guyyaan_Filannoo_Dhaabbilee_Barnootaafi Barnoota Barachuu barbaadanii #Dheerateera.
---------
BBO- 30/01/2017 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa barattoota bara 2016 Qormaata Biyyoolessaa fudhachuun qabxii sagantaa idileefi sagantaa remedial'n .Yunivarsiitii galaniif guyyaa filannoo dhaabbata itti barataniifi barnoota barachuu barbaadan guutan hanga Fulbaana 30/2017 jechuun beeksisuun ni yaadatama.

Haata'u malee guyyaan gabaabbachuusaa ibsuun hanga #guyyaa_Roobii_06/02/2017 tti akka dheeratu fuula FB isaanii irratti beeksiseera.

Kanaafuu, Barattootni ulaagaa taa'e guuttan #hanga_Onkololeessa_06/2017 akka galmaa'uu dandeessan isin beeksifna.
Asella A.D.M NO.2

08 Oct, 18:08

3,237

ማስታወቂያ
የተቋም እና የትምህርት መስክ ምርጫን ይመለከታል
በ2016 ትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ማጠቃለያ አገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በመደበኛ እና በRemedial ፕሮግራም ለመከታተል የሚያስችል ማለፊያ ውጤት ያስመዘገባችሁ ተማሪዎች የተቋም እና የትምህርት መስክ ምርጫችሁን በየትምህርት ቤታችሁ በተወከሉ መምህራን በኩል እስከ መስከረም 30/2017 ዓ.ም ድረስ መሙላት የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን።
የኢፌዴሪ ትምህርት ሚኒስቴር
መስከረም 2017

2. ማስታወቂያ
በምደባ ወቅት አዎንታዊ ድጋፍ ለሚሹ ተማሪዎች
በ2016 ትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ማጠቃለያ አገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በመደበኛ እና በRemedial ፕሮግራም ለመከታተል የሚያስችል ማለፊያ ውጤት ያስመዘገባችሁ እና በምደባ ወቅት አዎንታዊ ድጋፍ ለምትሹ ተማሪዎች ማመልከቻችሁን በ https://student.ethernet.edu.et በኩል ብቻ እንድትልኩ እየገለጽን ምንም አይነት ማመልከቻ በአካል የማንቀበል መሆኑን እናሳውቃለን።
የኢፌዴሪ ትምህርት ሚኒስቴር
መስከረም 2017
Asella A.D.M NO.2

08 Oct, 17:52

3,754

#Qabxiin_seensa_sagantaa fooyyessa dandeettii barattoota bara barnootaa 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii ifoomeera.

Haaluma kanaan:-

1.Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Haawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 204,

2.Barattoota Shamarranii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192,

3.Barattoota dhiiraa naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192,

4.Barattoota Shamarranii naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 186,

5.Barattoota dhiiraa qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 160,

6.Barattoota Shamarranii qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 155,

7.Barattoota dhiiraa sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 238,

8.Barattoota Shamarranii sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 224 ta’uu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul’isa.
Asella A.D.M NO.2

08 Oct, 17:31

2,823

#MoE

በ2017 የትምህርት ዘመን የአቅም ማሻሻያ ፕሮግራም (Remedial Program) ለመከታተል የመቁረጫ ነጥብ ተወስኗል።

በዚህም በ2016 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ አገር አቀፍ ፈተና የወሰዱና እንደተፈተኑት የትምህርት አይነት ብዛት 31% ከመቶ እና ከዚያ በላይ ያመጡ ተማሪዎች በሁሉም አማራጮች (በግል እና በመንግስት ተቋማት) የሪሚዲያል ፕሮግራም መከታተል ይችላሉ ተብሏል።

በመንግስት ተቋማት ወጪያቸው በመንግስት ተሸፍኖ የሪሚዲያል ፕሮግራም የሚከታተሉ ተማሪዎች የመቁረጫ ነጥብ ዝርዝር ከላይ ተያይዟል።

Via @tikvahuniversity
Asella A.D.M NO.2

08 Oct, 17:31

2,883

#MoE #Placement

በ2016 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ማጠቃለያ አገር አቀፍ ፈተና ወስደው ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በመደበኛ እና በሪሚዲያል ፕሮግራም ለመከታተል የሚያስችል የማለፊያ ውጤት ያመጡ ተማሪዎች የተቋም እና የትምህርት መስክ ምርጫቸውን በየትምህርት ቤታቸው በተወከሉ መምህራን በኩል እስከ መስከረም 30/2017 ዓ.ም ድረስ መሙላት እንደሚችሉ ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል።

በምደባ ወቅት አዎንታዊ ድጋፍ የሚሹ ተማሪዎች ማመልከቻቸውን በ https://student.ethernet.edu.et በኩል ብቻ እንዲልኩ ሚኒስቴሩ አሳስቧል።

Via @tikvahuniversity
Asella A.D.M NO.2

08 Oct, 08:33

3,372

https://t.me/gb6733