RVU Harar(TVET Program)

@rvu_harar_tvet


RVU Harar(TVET Program)

09 Sep, 18:54


Guyyaa arraa  Naanno Hararii Aanaa Soofiitti Aadde Hindiya Mohammediif  Mana jireenyaa Gargaarsaan Yuunivarsitii Riifti Vaalii Kaampaasii Harariin ijaaramaa ture xumurame iddoo Hoggantoonni Ejensii Barnootaa Ogummaafi Aanaa jiranitti Eebbifamuun Furtuun qeebalchiifamee jirra.

RVU Harar(TVET Program)

01 Sep, 16:18


Abbaa Ijoollee shanii( 3 Digrii Lammaffaan, 2 Digrii Jalqabaan, waliigala Ijoollee isaanii 5) iddoo tokkotti barsiisuun xumursiisanii eebbaaf waan dhiheesaniif Guyyaa har'a Badhaasa Addaa Yuunivarsitii Riifti Vaalii Kaampaasii Hararirra argatanii jiran.

RVU Harar(TVET Program)

01 Sep, 14:10


Sagantaan Eebbaa Barattootaa  Yuuniversitii Riifti Vaalii Kaampaasii Harar  bara 2016 iddoo Hooggantoonni Ol'anoofi Keessumoonni adda addaa jiranitti bifa Miidhagaa fi Hawwataa taheen xumurameeti jira.
Eebbifamtonni, Maatiin Eebbifamaafi Hawaasni Yuuniversitii
BAGA GAMMADDAN!
እንኳን ደስ አላችሁ!
CONGRATULATIONS!