✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

@seyfal_islaam


Kaayyoon Channel kanaa
Kaleessa Wal Yaadachisaa
Boruuf wal Qopheessuudha.


https://t.me/seyfal_islaam

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

20 Oct, 13:45


ይዘገየል
ያንተ እንዳልሆነ እስክታስብ ድረሰ ከዛም
አላህ እንዴት አርጎ እንደሚያሳካዉ በአስደማሚ ሁኔታ ያሳይሀል!❤️

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

19 Oct, 20:09


"Ummati kun du'a goota isheetiin kan duutu osoo hin taane, du'a goota isheetiin kan jiraattu dha!!"

"هذه الأمة لا تموت بموت الرجال، بل إنها تحيا بموت الرجال!!"

Dubbii oonnachiiftuu kan diinota abdii kutachiiftu.

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

19 Oct, 06:41


Goota lolee osoo lolchiisuu wareegame, Goota hawwii isaa Shahiidummaa milkeesse, dhaloota dhufuuf fakkeenya tahe!! Kaayyoon Falasxiinotaa tasumaa sharafamuu akka hin dandeenye dhiigaa fi lubbuu isaaniitiin walabummaa Falasxiin milkeessuu irraa akka duubatti hin jenne addunyaaf agarsiise!!

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

19 Oct, 06:38


Jaalala, wal mararfannaa jaallan qabsoo!! Jaalalli Mujaahidummaa xumurri isaa Firdawusi keessatti goolabama!!

Rabbiin Firdawus keessatti walitti isin haa qabu.

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

19 Oct, 06:31


Yahyaa Sinwaar mallattoo gootummaa dha! Inni urjii qabsaa'ota bilisummaa, falmaa mirga namoomaa, waardiyyaa Qudsii dha!! Goota diina jalaa hin sarmine urjii warraaqtota bilisummaa dha!!

Obsa, amanamummaa, cichoomina, bilchina, tasgabbii, sansakkaa fi callisaan kan faayame leenca diina dheessee hin beekne dha!!

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

19 Oct, 06:28


Goota hanga jedhe gahu, imala qabsoo ijibbaachisaa cichoominaan finiinsee waadaa ummata isaaf gale milkeesse!! Maali gootummaan hanga kana gahu? Kaayyoo koodewwan qabsoo isaa irraa osoo hin maqiin tarree faarfamtuu hiriira Shuhadaa'otaa keessatti dabalamuun carraa Muslimoonni marti hawwani dha!!

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

17 Oct, 18:15


Boqonnaafii gammachuu dhugaa yoo barbaadde nama si amanee sirratti if dhiiseef amanami. Keessattuu bakka isaan hin jirretti.
#Ni_Boqatta♡

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

16 Oct, 12:29


Raajii Fuggisoo Jireenya Keenyaa!

➨Inni beeku hin dubbatu; Inni dubbatu hin beeku!
➨Inni waa'ee Zakaa qara'e waan zakaa baasu hin qabu; inni waan baasu qabu ammoo waa'ee zakaa hin beeku.
➨inni dhimmoota #Haydii/laguudhaan wal qabatanu beeku dhiira; dubartiin jarri haydiin jaratti dhufu dhimmicha quba hin qabanu.
➨inni bulchuu beeku carraa bulchuu hin qabu; inni carraa bulchuu qabu bulchuu hin beeku.

... mee itti fufaa isinis....

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

15 Oct, 20:24


Y o o m i ?

Kan yaadni wal tumsee,
Qalbii naaf dagalu,
Miirrikoo gamtoomee,
Alaa anaaf galu?

Y o o m i ?

Kan faanni boqotu,
Barbaachi dhaabbatu,
Argatee gammadee,
Naftikoo gabbatu

Moo wantichi,

Dachee kana irratti,
Argachuu fi dhabuun
Dabaree naqattee,
Dhokachoo taphatti?

                         😒

✍️...
@A4mulaa_jireenyaa 🌷

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

12 Oct, 19:36


.❤️

ምላሽ ሳይፈለግበት የሚሰጥ ስጦታ
ሁል ጊዜ ውብ ነው።


JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

02 Sep, 09:51


An fakkeessuun beeku
Dhugaan sitti hima
Si godhachuuf ture
Michuu kiyya cimaa

Kabajaan siif qabu
Ija biroon laaltee
Gaarii An siif godhe
Gowwummaa koo seete

Gaafan An siif yaadu
Ati natti qooste
Gaafan sitti siqu
Ati narraa fagaatte

Wanta dhugaan taane
Soba fafakkaattee
Irra keessa Kolfaa
Miira kootiin xabatte

Ati addaan hin beektu
Kabajaa fi sodaa
Nattin siqin gonkumaa
Ati Arra booda

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

02 Sep, 09:27


Dubarri tokko onnee ishee
irraa yoo si jaallatte
Waan hundumaatti hinaafti
Hirriba keettìllee
.

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

02 Sep, 09:13


ገና ልጆችሽ ይመለሳሉ
ለደም ለአጥንትሽ ይበቀላሉ
ዋጋውን ያገኛል ጠላትም እያንዳንዱ
አነ ኣዒዱን አነ ኣዒዱን አቀሰምቱ አኒ ኣዒዱን...


#FreePalestine

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

30 Aug, 11:30


Pp 15
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

30 Aug, 11:29


Pp 14
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

30 Aug, 11:28


Pp 13
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

30 Aug, 11:28


Pp 12
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

30 Aug, 11:28


Pp 10
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡