Dhaamsa Jaalalaa 💝

@orolovechats


"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada".
👆
Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!.

Dhaamsa Jaalalaa 💝

21 Oct, 14:10


🇺🇸🇺🇸🇺🇸DV-2026 Guuttattanii jirtuu??
🛑HUBACHIISA
  GUYYAN MURASSA QOFATU HAFEE GUYYAN HAFEE KAN ITTI FAYYADAMI    
Yoo kan hin  guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!!
Odeeffannoo guutuu DV-2026

DV'n Maali?
➥ DV(Diversity Visa) jechuun  carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha. 
DV-2026 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan:

2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko
3. Gatii galmee qarshii 200
Akkamiin galmaa'u?
1. Karaa keessaa(inbox)  irratti suuraa nuuf ergitu
2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu
3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu
4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii  (confirmation number) keessan fudhattu
5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu.

Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii
1. Passport ni barbaachisaa?
➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti.
3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu?
➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u
4. Carraan yoom ilaalama?
➥ Ji'a 7 booda (September , 2025

Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a?
1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a.
2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani
3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama.

Galmaahuudhaaf 👉 @ruhiiko

Odeeffannoo dabalataaf:
Inbox: nu qunnamaa 👉 @ruhiiko
DABALATAAF LAKK BILBILA KOOTIN NA ARGACHU DANDESSU 0929423494

Dhaamsa Jaalalaa 💝

16 Oct, 10:38


https://t.me/fadewalletbot/app?startapp=33b33e71e88a466483b499ca299a64e8

Dhaamsa Jaalalaa 💝

13 Oct, 17:16


⭐️ Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 750⭐️⭐️ argattu
Guyyaan inni dhumu ji'a dhufu ji'a November keessadha.
Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇
https://t.me/major/start?startapp=6865794652

Dhaamsa Jaalalaa 💝

13 Oct, 13:38


Gurbaan haadha warraa fuudhuu gara biyyaa galee, haadha manaa bultii gaarii wajji ijaaradhu barbaada jedhe,eeruu hedduu booda intala takka argatee,sirna barbaadamu hunda erga xumurate booda,namootni gariin dhufanii,gurratti waa hasaasuu jalqaban.

ila
Intala amala hin qabne,ta seeraan hin guddatin,ta barnoota hin qabne,ta abbaa feete waliin ooltu,ta maatii ufiitiif kabaja hin qabne,ta safuufi aadaa hawaasaa cabsite tahuu isii itti hasaasanii biraa kutan.

Yoooo!
Gurbaan gammachuudhaan manaa bahe,osoo hidhii ciniinnataa gaddaan gara manaa deebi’aa jiru,jaarsi maanguddoo tokko,gurbaa mataa ufii raasaa deemu argee,maal abbaa kiyya,maal taatee? kophaa kee quba facaasaa,mataa raasaa deemta jedheen.

Gurbaan kuni osoo hin dhooksin,waan tahe hunda, maanguddichatti hime,maanguddichi erga dubbii dhaggeeffate booda,ila! ani intala gaarii, tan harka kiyyaan guddise,ta bareedinni amalaafi bifaa wal-simate qabaa,koottu natu intala siif kennaa,isiin suni, siin maltii jedheen.

Gurbaan,gammachuudhaan,kallacha maanguddichaa dhungatee,gara qe’ee deebi’ee,maatiifi hawaasatti lallabee hime,guyyaa muraasa booda,gareen biraa dhufee,intalti maanguddichaa suni,fokkuudha,bifa hin qabdu,abbaan maanguddoodha,waan isiin keessa ooltu hin beeku,nutu beeka,cittorraan fanxoo itti dabalatte jedhanii,ammas laphee cabsanii gadi dhiisan.

Gurbaan guyyaa beellamaa ganamaan ka’ee,karaa irra osoo deemaa jiru,maanguddicha abbaa intalaa arge,maanguddichi ufitti waamee,maal taate immoo jedheen,ammas osoo waa tokko hin dhooksin,waan dhagahe hunda,maanguddichatti hime.

Maanguddichi,gurbaa kana,harka qabatee,mana ufiitittiin qajeele,yeroo mana ol seenu,maanguddittii lafaa ka’uu hin dandeenne,ta fuulli isii bashaashaa,ta anaa dhufu jettu qofatu mana keessa jira.

Maanguddichi gurbaa gadi teessisee,ilma kiyya,si gorfachuu siin galadhee,amma sirritti na dhagahi jedheen.

Maarree!
ani wanti siin galadheef,ani ilmaafi intalas hin qabu, Rabbi naa hin kennine,haati warra kiyyaa hin deettu, anaafi haadha manaa maanguddittii tana malee homaa mana kana keessa hi jiran,intalti ani qabu, gorsa amma sitti himu kana qofa,ilmi namaa, waanuma arrabarratti dhufe haasawa,so’oba laallabaa oola,kana waan taheef,isa kana ija keetiin haa argituufi hubattuuf siin galee beeki.

Ilma kiyya!
Hujiin kuni,dubbii jalqabaatiif galaa gorsaa siif haa tahu,amma deemii galii,intala dubbii namaa guurtee dhiifte sanatti deebi’ii fuudhii,bultii kee horadhu malee,ilmi namaa,erga fuutee galteyyuu dubbii hin dhiisuu,uf eegi,jedheen jedhama.

Eeeee
Osoo addaan hin baafatin,adda bahuu,gaabbitu itti aanaa hubadhu.

@sammuukeef
@orolovechats

Dhaamsa Jaalalaa 💝

12 Oct, 17:34


Hanga...
Achii achi teenyee
Walii keenya beeloynu
Yaadaan tima jaalalaatti
Hanga wal-shukkuumnu

Koottutii...
Tulluu laphee koorratti
Ijaarradhu mana
Sa'aaf jabbii haadha
Hootu waliif taana!🥹😌

Nagaan oolaa🥲🙌 maannew bulaa🙄.

@orolovechats

Dhaamsa Jaalalaa 💝

11 Oct, 16:46


Maaloo Maaloo
🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Yoomuu nan dagatin
Aniis sin dagadhuu
Qaama ko yaa lafee
Tokko nadhungadhu
~
Kaleesaa siif jadheen
Carqii darbee fiigee
Har'a si argannaan
Ija kootu dhiigee
~~~~
Nan jajin mee Aaddee
Jaalala kootu kanaa
Birriis kiisaan qabuu
Na danda,i laaqana
~
Warri koo yoo ta,es
Hiyyeessa hadhawa
Waaniin si hordofuuf
Anaan jadhan gowwa
~~
Yaada biraan qabu
Garaan siyaadataa
Galgalaaf ganamaas
Gaafii na gaafataa
Koo onneen si baree
Sumaafi dheebotaa
Makaddaaf tiraasiin
Halkuu si gaafataa
Naaf rifadhuu koottu
Qaamni kiyya guutuun
Si arguuf kakataa...
@Qaroojaalala ❤️

Dhaamsa Jaalalaa 💝

11 Oct, 04:40


💕💕Jaalaltti uumama nama jaalaltii hin qabne hin jiru. Kan wal jallateef gammachuudha. Kan hinaafuuf dhukkubbiidha. Kan ta'ee isaan dawwatuuf Ykn walittii isaan laaluu Destv dha. Jechoota jaalala, gorsa fi barumsaa jaalala argachuuf channel Telegram kenyaa #join godhaa. 💕💕💕💕

Dhaamsa Jaalalaa 💝

10 Oct, 19:34


Jaalalleewwan hedduu wal jaalatantu qarqara galaanaa jiraachaa turan.

abbaan manaa ishee kun galagala galgala ala turuu amaleeffateera!
bakka turu turee, gafa manatti galuuf jedhee balbala rukutu haadha manaan isaa akkana jettiin:

#ishee:" deem bakkuma ooltee dhuftetti deebi'i sa'atii kanaan an balbala siif hin banu jetteen.

#isa : Balbala naaf bani ykn galaana kana keessattiin of darbadha malee." Jedheen ishee sodaachisuuf.

#ishee:"maal na rakkiseree dhimma keetii," jetteen!

Inniis dhagaa guddaa ol fuudheetuma Galaana ykn bishaan mana isaa bira jiru kana keessati 'dip' godhe!😳

yeroo kana rifattee jaarsi koo na jalaa bishaanitti of-gate jetteetu, qullaa ishee sireerraa kaatee paantii qofaan alatti gadi fiigdee bishaan keessa laaluu jalqabde.

Inni ammoo mana jalatti dhokatee waan jiruuf manatti ol lixee balbala manaa dabaree isaa isheetti cufe!

Isheeniis qoosaa kee sirratti beekeera amma balbala na jalaa bani jetteen.
Inniis hin banu jennaaniin "nan iyya malee bani" jetten isheeniis!

innis akkas jedheen "Maal na rakkiseree inumaayyuu iyyi, yoo iyyite malee si jalaa hin banu jedheen inniis"!

Maaliif? yeroo isheen jettuun inniis ?

Halkan kanaan qullaa paantii qofaan eessaa akka dhufte ollaan naaf haa baru jedhe jedhama😅🏌️

@orolovechats

Dhaamsa Jaalalaa 💝

09 Oct, 10:04


🇺🇸🇺🇸🇺🇸DV-2026 Guuttattanii jirtuu??
🛑HUBACHIISA
  GUYYAN MURASSA QOFATU HAFEE  GUYYAAN QOFA KAN HAFEE GUYYAN HAFEE KAN ITTI FAYYADAMI    
Yoo kan hin  guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!!
Odeeffannoo guutuu DV-2026

DV'n Maali?
➥ DV(Diversity Visa) jechuun  carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha. 
DV-2026 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan:

2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko
3. Gatii galmee qarshii 200
Akkamiin galmaa'u?
1. Karaa keessaa(inbox)  irratti suuraa nuuf ergitu
2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu
3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu
4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii  (confirmation number) keessan fudhattu
5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu.

Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii
1. Passport ni barbaachisaa?
➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti.
3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu?
➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u
4. Carraan yoom ilaalama?
➥ Ji'a 7 booda (September , 2025

Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a?
1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a.
2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani
3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama.

Galmaahuudhaaf 👉 @ruhiiko

Odeeffannoo dabalataaf:
Inbox: nu qunnamaa 👉 @ruhiiko
DABALATAAF LAKK BILBILA KOOTIN NA ARGACHU DANDESSU 0929423494

Dhaamsa Jaalalaa 💝

07 Oct, 20:22


Mee laali atuu;-

Niin barsiisa, hangan baradherraahin kennaaf. Hogguun kennu karamiinin hibachiisa kanin jedhun yaada waan taheef barumsa haaraan ifiifuu argadha. Barumsa ykn beekkumsa kana hoggan kennu haala kanaanin beekkumsa haarawa dabalachaa deema.

Nama hojiin humnaa irra guddatte tokkoof gargaarsa humnaatin godha. Wajjin guuree gargaaree hoggaan sa'aatiwwaniif gargaare dadhabeetin laafa. Akkasumatti yoonin itti fufe humniti tiyya dhumaati deemti.

Nama horii hin qabne ykn hiyyeessa tokko yoonin horii tiyyarraa gargaare qarshii ykn horiin qaburraa hangan isaa kenne san nan dhaba. Booda yoonin akkasumatti kennuu itti fufe irrataatuma deema.

□Amma laaligaa, beekumsa kennuuf beekumsa itti yaadda. Hogga beekkumsa kennitu kana namarratti galmeessaa deemta, inni namarratti galmaahu si keessatti ammoo karaa ittiin beekumsa biraa argattuun sii taha. Akkasitti barataa ykn beekumsa horataa deemta. Kanaafuu;

"Qabeenyi akkuma namaa kennituun siif dabalamaa deemu beekkumsa qofa

PC: Isa Husen
~~
Shamil N M

Dhaamsa Jaalalaa 💝

06 Oct, 04:51


🇺🇸🇺🇸🇺🇸DV-2026 Guuttattanii jirtuu??
🛑HUBACHIISA
  GUYYAN MURASSA QOFATU HAFEE  GUYYAAN QOFA KAN HAFEE GUYYAN HAFEE KAN ITTI FAYYADAMI    
Yoo kan hin  guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!!
Odeeffannoo guutuu DV-2026

DV'n Maali?
➥ DV(Diversity Visa) jechuun  carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha. 
DV-2026 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan:

2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko
3. Gatii galmee qarshii 200
Akkamiin galmaa'u?
1. Karaa keessaa(inbox)  irratti suuraa nuuf ergitu
2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu
3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu
4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii  (confirmation number) keessan fudhattu
5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu.

Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii
1. Passport ni barbaachisaa?
➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti.
3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu?
➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u
4. Carraan yoom ilaalama?
➥ Ji'a 7 booda (September , 2025

Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a?
1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a.
2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani
3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama.

Galmaahuudhaaf 👉 @ruhiiko

Odeeffannoo dabalataaf:
Inbox: nu qunnamaa 👉 @ruhiiko
DABALATAAF LAKK BILBILA KOOTIN NA ARGACHU DANDESSU 0929423494

Dhaamsa Jaalalaa 💝

05 Oct, 19:09


Telegram Projects - Airdrop Dates !

⭐️Not Pixel - November
⭐️Major - October
⭐️Cats - October 8
⭐️MemeFi - October 9
⭐️X Empire - October 15
⭐️Holdcoin - October
⭐️Tomarket - October End
⭐️Blum - Q4 2024
⭐️Tapswap - October
⭐️Roolz  - October 25
⭐️Ton Station - November
⭐️W Coin - Q4 2024
⭐️Vertus - Q4 2024
⭐️Seed - November
⭐️PocketFi - Q4 2024
⭐️Cex.io - December
⭐️Bump - Q1 2025
⭐️Onus - November
⭐️Fintopio - Q1 2025

Dhaamsa Jaalalaa 💝

04 Oct, 19:55


✔️ TON STATION AIRDROP UPDATE !

➡️ Farming End : November 15
➡️ No lock or vesting
➡️ No additional supply
➡️ No VCs
➡️ Majority of tokens to the community
➡️ Super-low FDV
➡️ Complete transparency
➡️ Will be listed on Ton blockchain

👉 https://t.me/tonstationgames_bot/app?startapp=ref_b1fdazfak5m6exc2zsgg8k 👈

Dhaamsa Jaalalaa 💝

04 Oct, 19:40


https://t.me/BitsTonboxBot/BitsAirdrops?startapp=49o9DaphuZpQ2g1KWTb1fz
Hey fren! Check out BITS!

Join me and participate in awesome Season 2 Airdrop!

🎁 Start now and get $BITS as a starting bonus 🎁

Dhaamsa Jaalalaa 💝

04 Oct, 15:22


🇺🇸🇺🇸🇺🇸DV-2026 Guuttattanii jirtuu??
🛑HUBACHIISA
  GUYYAN MURASSA QOFATU HAFEE  GUYYAAN 32 QOFA KAN HAFEE GUYYAN HAFEE KAN ITTI FAYYADAMI    
Yoo kan hin  guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!!
Odeeffannoo guutuu DV-2026

DV'n Maali?
➥ DV(Diversity Visa) jechuun  carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha. 
DV-2025 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan:

2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko
3. Gatii galmee qarshii 150
Akkamiin galmaa'u?
1. Karaa keessaa(inbox)  irratti suuraa nuuf ergitu
2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu
3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu
4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii  (confirmation number) keessan fudhattu
5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu.

Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii
1. Passport ni barbaachisaa?
➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti.
3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu?
➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u
4. Carraan yoom ilaalama?
➥ Ji'a 7 booda (September , 2025

Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a?
1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a.
2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani
3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama.

Galmaahuudhaaf 👉 @ruhiiko

Odeeffannoo dabalataaf:
Inbox: nu qunnamaa 👉 @ruhiiko
DABALATAAF LAKK BILBILA KOOTIN NA ARGACHU DANDESSU 0929423494

Dhaamsa Jaalalaa 💝

02 Oct, 12:53


Link tanaan app kana buufadhaa. App akka Tiktok fakkaatu. Akka Zoomittis irratti dhimma garaagaraa barachuu dandeessa. Garuu salphaatti coin fi gift akka tiktok argachuu dandeessa.

Ammaas dhiira caalaa Dubartootaaf haalaan faayidaa addaa qaba. Tiktok caalaa haala dubartootaaf tahuun kalaqame.

https://aaaonline.info/7myrwR

Dhaamsa Jaalalaa 💝

28 Sep, 20:01


Jaalalli miira walxaxaa fi roga hedduu qabuu fi miiraa fi amala nama biraa ykn garee namoota biroo irratti mul’atu bal’aa hammachuu danda’uudha. Yeroo baay’ee jaalala, kunuunsaa fi walitti hidhamiinsa wajjin kan walqabatu yoo ta’u, bifa adda addaatiin kan akka jaalala jaalalaa, jaalala pilaatoonii fi of jaallachuutiin mudachuu danda’a.

Jaalalli jaalalaa, jaalala quuqama jedhamuunis kan beekamu, walitti dhufeenya miiraa cimaa namoota dhuunfaa lama gidduutti kan wal hawwatanidha. Miira jaalalaa, walitti dhiyeenyaa fi walitti hidhamiinsa kan qabu yoo ta’u, yeroo baay’ee hawwata qaamaa, fedhii saalqunnamtii fi of kennuu wajjin kan walqabatudha. Jaalalli jaalalaa cimaa fi hunda kan nyaatu ta’uu kan danda’u yoo ta’u, yeroo baay’ee miira dhala namaa humna guddaa qabu keessaa tokko ta’ee fudhatama.

Jaalalli Pilaatoonii ammoo nama miira jaalalaa ykn saalqunnamtii tokkollee hin qabneef jaalalaa fi walitti hidhamiinsa gadi fagoodha. Maqaa falaasamaan Giriikii durii Pilaatoo jaalalli dhugaan jiraachuu kan danda’u namoota dhuunfaa waliin ta’uuf yaadaman gidduutti qofa akka ta’e kan amanu yoo ta’u, saala isaaniis ta’e fedhii saalaa isaanii osoo hin ilaalin. Jaalalli Pilaatoonii yeroo baay’ee walitti dhufeenya miiraa cimaa, fedhii waliinii fi miira walitti dhufeenya gadi fagoo qabaachuudhaan kan beekamudha.

Of jaallachuun, of fudhachuu ykn ofitti amanamummaa jedhamuunis kan beekamu, yeroo qormaanni ykn duubatti deebi’iinsi mudatullee of fudhachuu fi of kunuunsuudha. Cimina, dadhabinaa fi daangaa ofii beekuu fi iddoo guddaa kennuu, gaarummaa, gara laafinaafi hubannoodhaan of ilaaluu kan dabalatudha. Of jaallachuun fayyaa sammuu fi miiraa keessatti qaama barbaachisaa ta’ee kan ilaalamu yoo ta’u, namoonni dhuunfaa ofii isaanii fi namoota biroo wajjin hariiroo gaarii akka qabaatan gargaaruu danda’a.

Jaalalli muuxannoo dhala namaa addunyaa maraa fi jireenya keenyatti gammachuu, gammachuu fi guutummaa guddaa fiduu danda’uudha. Garaagarummaan isaanii osoo hin ilaalin daangaa darbee namoota walitti fiduu danda’a. Jaalalli humna cimaa ofii keenya isa hunda caalu ta’uu fi addunyaa kana iddoo gaarii akka taatu nu kakaasuu danda’uudha.

By Ebisa Olana
@orolovechats