𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

@rayaa_jamaal


#𝗛𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮

Channel kun kabajaa fi jaalala ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa tif kan banamedhaa.
Namoonnii isaan jaallattan ittii wol Affeeraa.

Yaadaaf Qeeqa Qabdan karaa @Amaar70_bot nuun gahaa nu qunnamuuf @Abu_Amaar1

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

22 Oct, 16:28


𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮 𝐒𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭?
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚?

𝐅.𝐖: @Rafiqul_Islaam

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

22 Oct, 09:58


Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

22 Oct, 03:51


𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

21 Oct, 15:06


✍️ Jaami’aan silaamaa international kan taate akka biyya keenyaatti yeroo jalqabaaf guyyaa hardhaa Baaleen magaalaa Roobee keessatti eebbaan saaqamtee jirti Alhamdulillaah…

Wallaahi akka malee gammade…kun gumaacha guddaadha

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

20 Oct, 19:56


"Waan si biraa ta'e hunda jaaladhe Yaa Rabbi☝️ garuu lola khana nurraa dhaabi"

Wallaahi kha haadhaa fi abbaan irraa dhuman, rakkoon gurguddoon sun kan isaanirra gessu, Cichoominni isaanii, Iimaanni isaanii nama ajaa'iba.

Kuni ummata waan nuti kitaabarratti qaraane zaahiratti dhandhamaa jiru, isaan kitaaba nuti irraa qara'uu qabnuudha.

اليس الصبح بقريب

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

20 Oct, 19:10


Har'a Mujaahidoonni Haamaas lafee dugda Israael cabsan.

Koloneekichi Mujaahidoonni Haamaas giddu galeessa Gaazzaa 🇵🇸 Kutaa Bulchiinsa Khaan Yuunus keessatti eegdota fi izzoota isaa wajjiin bakka tokkotti awwalaan isa kana!
Koloneel Ahisaan Dooksaa jedhama ! waggaa 19 dura Gaazzaa keessatti boojiamee ka'ee bilisa baafame!

Koloneelicha Yaahyaa Snwaar ammaan dura ijasaatti tufee beeka.

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

20 Oct, 08:24


👉Wallaahi garaa nama nyaata Daa'imman muslimaa  filisxiin kana  mee  akkamuma  godhuuf. Yaa Rabbi Yaa Rabbi jedhaa fiigdi.  Ciree,  laaqanaafi  Irbaatni   Isaanii  dhukaasa boombiiti.🤦‍♂

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

18 Oct, 18:25


Qabsaawotaafi hoggantoota akkanaatiin haqni jiraatee waara. Hundeessaa Hamaas Sheekh Ahamd Yaasiin (Rabbi haa araaramuuf) gaafatan.

Gaafataa: Qabsaawuufi loluuf yoo humna dhabne diina (Israa’iil) waliin hariiroo tolfachuu ni dandeenyaa?

Sheekha: Lakkii! Nama fuudha hin dandeenyeef Zinaan hin hayyamamu.
Osman Abdulatif

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

18 Oct, 18:06


Rabbiin ergamaa isaa nutti erguun tola gurguddaa erga nurratti oole, akka dhamaanee hin hafneef  karaa sasalphaa Rabbiin gabbaruuf nuu mijatu  hundumaa nu  ajaje.  warri qajeelfama isaa keessaa bahan  bida'aafi shirkii  keessa bu'uun  sababa  itti ta'a. mee jecha rasuulaa kana haa xiinxallu!

إنَّهُ ليس شيءٌ يُقَرِّبُكُمْ إلى الجنةِ إلَّا قد أَمَرْتُكُمْ بهِ ، و ليس شيءٌ يُقَرِّبُكُمْ إلى النارِ إِلَّا قد نَهَيْتُكُمْ عنهُ
Nabiyyiin ﷺ akkana jedhan: "waan gara jannataatti isin dhiheessu hundaayyuu isin ajaju malee hin dhiifne; waan gara ibiddaatti isin dhiheessu kamuu irraa isin dhorgu malee hin hafnee

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

16 Oct, 11:11


Filannoo Rabbiittu caala….!

✍️ Wanti ati guyyaa tokko hiree badaa sitti fakkaatee aaraa turte wahii….guyyaa wahii wantoota hamaa hedduu keessa akka ati hin buuneef, wantee guddaa akka siif tahe siif gala….

Filannoon Rabbii kiyyaa dinqiidha….!!

Share👇🏻

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

15 Oct, 19:23


Yeroo karoorri kee hundi fashalaa'eefi balballi hundi waan cufame sitti fakkaatellee abadan abdii hin kutatin. Isa waanuma hunda beeku Allah tti iyyi, gara isaattis baqadhu. Inni karaa siif saaqa, falas siif kenna. Isa amanadhu.

Mufti Menk

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

15 Oct, 19:16


Nuti waan hundaafuu qophiidha. Ofirraa ittisuuf dandeettiifi kutannoo guddaa qabna, deebii kennuufis duubatti hin jennu, hin ariifannu, garuu waan nurratti ta'u kamiifuu deebii kenninu male hin hafnu. Haleellaa kamiyyuu yeroofi bakka barbaachisaa ta'e kamittiyyuu raawwachuuf qophiidha.
#Iran

#Baha_jiddugaleessaa
#AmarTemam

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

14 Oct, 14:57


Qalbiin keenya mootii qaamaati, qaamni keenya waraana mootummaati... mootiin bannaan waraannis ni bada, mootiin tollaan waraannis ni tola...!

Rabbiin qalbii teenya nu haa tolchu..
اللهم أحسن قلوبنا...

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

14 Oct, 14:47


Bakkaa Qabeenyikee, aaliin kee fi maatiin kee, ollaan kee,
Hiriyaan kee, fagoof dhihoo si wojjiin hin deemnee sana😭😭

{يَوْمَ لَا يَنفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ، إِلَّا مَنْ أَتَى اللَّهَ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ}

Yaa rabbii kaatima keenya tolchii🤲🤲

𝗜𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗥𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗔/𝗠𝗮𝗰𝗰𝗮𝗮

14 Oct, 10:58


✍️ Dandeettii fi kennama namni tokko qabu…iftoominnaan ol baastee ragaa bahuufiin amala Anbiyootaati….
﴿ وَأَخِي هَارُونُ هُوَ أَفْصَحُ مِنِّي ﴾

👉🏼 Dandeettii namni qabu awwaaluuf deemuun amala sheeyxaanaati….! Anatu si caalaa tanatu boolla nu naqe 🤔
﴿ قَالَ أَنَا خَيْرٌ مِّنْهُ ۖ﴾

Dandeettee jirta…abbaa feete caalta….👍👍