Farfaannaa fi Wedduu Galataa

@farfaannaa_fi_wedduu


youtube πŸ‘‡
https://www.youtube.com/channel/UCarvhs9kH2w0bZPD6bi3_IA

Group πŸ‘‡
https://t.me/farfanaannaa_wedduu

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

25 Sep, 19:21


Dawit Girma "naa caqasaa"🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

28 Aug, 06:39


Girmaa Kusaa "Qulqulumaa..." 🎡🎡🎡πŸ₯Ή

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

26 Aug, 18:49


β€œAti deebitee araara nutti in argisiifta; yakka keenya miilla kee jalatti in gatta, cubbuu keenya hundumaas galaana gad fagoo keessa in buufta.”
β€” Mik. 7:19

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

13 Aug, 05:44


●        AARSAA MUDAA HIN QABNE. 
                    Ibr. 9:14

   Yesuus Cubbuudhaaf aarsaa mudaa hin qabne dhiyeessee. Aarsaan Yesuus dhiyeesses :-

β–‘  Akka aarsaa isa bara kakuu moofaa kan hoolaa ykn reetti miti (Ibr.10:4),  Bakka kanaa inni ofii isaa aarsaa godhee dhiyeessee, fayyinni keenya akka fiixaan ba'u godhe ( ibr. 10:14).

β–‘  Aarsaan kun akka irra hin deebi'amnetti  altokkicha yeroo hundumaaf dhiyaate ( ibr. 9:26)

β–‘  Aarsaan Kun cubbu balleessu dande'ra ( ibr. 9: 26) , cubbuttii qulleeffamus argamsiiseera ( ibr. 10: 10) fayyiina keenyas fiixaan baaseera( ibr. 10: 14).

   kanaaf Yesuus inni ofii isaa aarsaa nuuf godhe cubbuu keenyatti nu qulleessee warra waaqayyoof qulqullaa'an nu godheera.

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

24 Jul, 13:39


Dastaa Hinsarmuu "yaa isaa dumesaa..." 🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

20 Jul, 13:41


Atii Garuu yeroo Hun...🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

16 Jul, 15:30


Magarsa & Befiqadu "obsii yaa lubbuu..." 🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

15 Jul, 20:30


β€œEgaa ogeessi eenyu ree? Innoo kana in hubata! Hubataan immoo eenyu ree? Inni kana beekuu bira in ga'a! Karaan Waaqayyoo hundinuu sirrii dha, warri qajeelonni isa irra in adeemu, warri morman garuu isa irratti gufatanii in kufu.”
β€” Hos. 14:9

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

07 Jul, 12:14


β€œwanti jireenyaaf barbaachisu yaada garaa keessaa waan ba'uuf, yaada kee ba'eessa godhii eeggadhu!”
β€” Fak. 4:23

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

17 Jun, 08:56


Muluken Tadesse "wawwannakoo..." 🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

06 Jun, 16:06


Dawit Girma "shilingii" 🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

04 Jun, 02:21


Har'a ga'uun Kenya 🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

19 May, 10:24


Solomon Alemu worship "Maal koo sitti tollaan" 🎡🎡🎧🎀

Farfaannaa fi Wedduu Galataa

17 May, 21:09


Biniyam chewaka "full album 2008 edition" 🎡🎡🎧🎀