Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Hoolataa (Holata City Communication Office) のテレグラム投稿

Kun 'Chaanelii Telegram' WKMHoolataati. Oduu fi odeeffannoo sochii hawaas-dinagdee magaalaa keenyaa asirraa ni argattu; kanaaf chaanalii kana 'subscribe' taasisaa hordofaa.
2,337 人の購読者
5,168 枚の写真
22 本の動画
最終更新日 09.03.2025 03:40
類似チャンネル

9,716 人の購読者

6,167 人の購読者
1,166 人の購読者
Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Hoolataa (Holata City Communication Office) によってTelegramで共有された最新のコンテンツ
'Like, share & comment' haa taasifamu.
https://www.facebook.com/share/p/155k6Nuymx/
Magaalaa Hoolataatti Walta'insa Waajjira Bulchiisaafi Nageenya Magaalichaafi Pirojektii JISRA'n mata Duree "Gara Nagaafi Walitti Hidhaminsa Hawwaasummaatti Waliin Haa Hojjennu" Jedhuun Konfiraasiin Nagaa Qaamolee Hawwaasaa Adda Addaa Hirmaachise Gaggeeffame.
Itti Gaafatamaan Waajjira Bulchiisaafi Nageenya Magaalaa Hoolataa Guddataa Dinqaa, konfaansiin ijaarsa nagaa kun nagaafi nageenya uummanni barbaadu waaressuuf gahee guddaa qaba jedhan.
Akkasumas nagaan bu'uura waa hundaati. Yoo nagaan jiraate misoomniifi guddinni jira; nagaan bahanii dalagatanii jiraachuun danda'ama waan ta'eef hojii pirojektiin JISRA nagaafi walitti dhufeenya hawwaasaa cimsuuf hojjetaa jiru fakkeenyummaa gaarii kan qabu ta'uu Obbo Guddataan dubbataniiru.
Konfiraansicharratti barreeffama kan dhiyeessan Waajjira Bulchiinsaafi Nageenya Magaalichaatti Qideessa Humnoota Nageenyaa Obbo Zarihun Admaasuu yoo ta'u, yaad-rimeefi maalummaa nagaa, duudaalee nagaa walitti bu'insa hambisaniifi qajeeltoowwan ijaarsa nagaa hubachuun nagaa waaressuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhaniiru.
Hirmaattonni marichaa dubbisne tokko tokko, nagaan qabeenya woloo keenya; akkasumas nagaafi nageenyi bu'uraa waan hundaati waan ta'eef nagaa amansiisaa mirkaneessuuf hirmaannaa qaamolee hawwaasa hundaa cimuun waloomaan hojjechuun murteessaa ta'uu eeruun, gahee isaanii akka bahan dubbataniiru.

https://www.facebook.com/share/p/1KXmPq9AXb/
"Like, Comment & Share" haa taasifamu.
https://www.facebook.com/share/p/163uwr6vFg/
https://www.facebook.com/share/p/18nekNtmMC/
https://www.facebook.com/share/v/19dVE9giPW/
https://www.facebook.com/share/p/18dV5VHrdn/