Text Jaalalaa™⚜ @textjaalalaa Channel on Telegram

Text Jaalalaa

@textjaalalaa


💛➲Jechoota Jaalalaa fi Kakka'uumsa
🎭➲Jechoota Bohaarsoo fi Kofalchiisoo
🃏➲Suuraa profile irraa ka'achuuf ta'uu
🎬➲Viidiyoo Kofalchiisoo ta'an
📝➲Jechoota Beektotaa

𒊹︎︎︎●・𝐉 𝐎 𝐈 𝐍 ・●𒊹︎︎︎
@textjaalalaa
@textjaalalaa

FOR PROMOTI📣 @Esrael1630

Text Jaalalaa™⚜ (English)

Are you a fan of texts that inspire, motivate, and uplift your spirits? Look no further than Text Jaalalaa™⚜! This Telegram channel is dedicated to sharing powerful and thought-provoking text messages that will brighten your day and bring a smile to your face. From quotes by famous authors to original poetry, you'll find a wide range of content that will touch your heart and soul. Text Jaalalaa™⚜ is the perfect place to find daily doses of positivity and inspiration. Join us today and start your journey towards a more uplifting and fulfilling life!

Text Jaalalaa

10 Jan, 13:23


Qilleesi Dhiifama Gaafatus Mukni Cabe Hin Fayyu . Akka Hama Yoo Nama Miite Dhiifamnis Humna dhaba 😞

join us Now
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

09 Jan, 07:30


Akkam jirtu Maati @textjaalalaa Yeroo Tokko Tokko Osoo hin Barbaannee Rakkaneetu Wol Irraa Badaa Wolitti Deebina Hundumaafu Anis Turtii Yeroo Dheera Booda Amma Gara Social Media'tti Deebi'een Jira Isin Hundumti Keessan iddoo jirtanitti Nagaan koo isin haa dhaqqabu🥰 Kana Booda Wolitti Deebinee jirra 🫶

Text Jaalalaa

19 Nov, 16:29


Namoonnii nama madaaluuf miilli Keessan Ariifatu, dura of Madaalaa 😎

>>JOIN US NOW<<
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

13 Nov, 14:46


Yaa Uuma Koo
Wonta Ani Barbaadu Osoo Hin Taane
Wonta Naaf Barbaachisu Naaf Kenni

JOIN US
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

13 Nov, 14:40


Yaa Uuma Koo
Wonta Ani Barbaadu Osoo Hin Taane
Wonta Naaf Barbaachisu Naaf Kenni

JOIN US
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

09 Nov, 04:53


Namoonni Tokko Tokko Akkuma Tittisaati, Madee ke Qofa Barbaadu !😔

JOIN NOW US :
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

06 Nov, 08:32


Hamaaf Gaarii Woliin Dabarsine Hundumaaf Baayye Galatoom 😔


JOIN US
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

05 Nov, 09:08


Wanti Nuuti Beeku Qabnu Jireenya Takkattiif Qormaata Kumaatama Keessummeesina !

🔻JOIN US🔻
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

04 Nov, 07:55


Abdii Hin Kutin Ka'i
Iddoo Kuftee.
Hardhi Boruu Miti Boru Guyyaa Birooti😊

Join Now
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

31 Oct, 08:17


Namoonni Tokko Tokko Akkuma Tittisaati, Madee ke Qofa Barbaadu !😔

JOIN NOW US :
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

28 Oct, 22:18


Garuu Akka Kootti Sirri Natti Hin Fakkatu Badhaasni Kun Kan Maluuf Vini Jr'f Ture Hundumaafuu Kan Ball'nDor 2024 Fudhate Taphataa Man City Kan Ta'e Rodriidha.

Congra !
JOIN US NOW
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

28 Oct, 14:06


Nomoota Sababa Male Si Jibban Osoo Hin Taane Uumaa Sababa Male Si Jaalate Yaadadhu

JOIN US NOW :-
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

28 Oct, 07:56


Namoota Gargaarsa Isaanii Male Akka Ati Jiraachuu Hin Dandeenye Odeessaa Oolan Irraa Fagaadhu Akka Jiraachu Dandeessu Itti Agarsiis😎

JOIN US NOW
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

27 Oct, 21:28


Uuman Maalif na hin dhaga'u Osoo Hin Taane Ani Maalif Uumaa Hin Dhaga'u Jedhi

JOIN US
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

25 Oct, 11:49


Barreda & Bareeddu Part_3
Kolfaa 😂😂
JOIN US NOW
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

25 Oct, 09:35


Bareeda fi Bareeddu Part _2 😁😁

JOIN US NOW
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

24 Oct, 12:30


Xiqqoo Kolfa Me😁
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

24 Oct, 11:50


Our New Logo &Profile 🤩
Haa Ta'uu Me Yaada
Keessan Comment irra
Nuuf Ka'aa

Text Jaalalaa

22 Oct, 13:36


Hy Family 😍
Jirtuu ?

Text Jaalalaa

21 Oct, 16:05


Nagaa Qabaannan Waan Hunda Nu Dhaqqabda, Nagaan Siif Baayyatu Ilma Namaa😍

JOIN US 🔻
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

21 Oct, 12:34


Artistii Qaxalee Lafa Dhufaa Tokkottuu Wolaloo Barreessee


Atis Single
Anis Single
Ciqiicciqii Dhiisi
Naf Kenni Dingilii😂

🔥 @textjaalalaa
🔥 @textjaalalaa

Text Jaalalaa

18 Oct, 16:07


Torbee Guutu Iddoo Hojii Osoo Hin Deemin Dabarsee Hooganaan Baayye Aaree "🤨Ati Maalif Iddoo Hojiitti Hin Mul'dhattu Gaafa Jedhuun"

😌"Ani Na Arga Na Arga Akkas Hin Jaaladhu"

🤣🤣
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

18 Oct, 13:58


Hardha Ammoo Barreefamaan Isin Bohaarsinuu ?

Text Jaalalaa

16 Oct, 13:53


Milkii Kootti Kan Gammaddu
Rakkina Kootti Kan Dhippattu
Harmee Dubartiin Kamuu si Qixxu🧑‍🍼


𒊹︎︎︎𒊹︎︎︎𒊹︎︎︎JOIN NOW𒊹︎︎︎𒊹︎︎︎𒊹︎︎︎
➪ @textjaalalaa
➪ @textjaalalaa

Text Jaalalaa

12 Oct, 15:52


Fuulli Koo Fakkeessuu Itti Beekaa Malee Nagaa Waanan Ta'eef Miti Kan Kolfu, Rakkataas Ta'eef Miti Kanan Gaddu


JOIN US @textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

02 Oct, 11:45


Namni irra Deedeebi'ee Waan Hin Qabne Laakka'aa Oolu Waan Qabu Dagata

Kanaf kan Harkaa Qabdanitti Gammadaa Jiraadha

JOIN US
@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

30 Sep, 09:44


Ani Waan Siif Ta'e Hin Yaadadhu
Naaf Jechaa Isa Ati Maatii Keen Adda Baate Garuu Hin Dagadhu 🥰🍁


JOIN US
       @textjaalalaa
       @textjaalalaa

Text Jaalalaa

24 Sep, 15:56


Mo'ataa Ta'uudhaf Yeroo Namni Sitti Amanee Si Deeggaru Hin Jirretti Ati Ofitti Amanuu Qabda

JOIN US

@textjaalalaa
@textjaalalaa

Text Jaalalaa

18 Sep, 15:57


Matii Keenya Akkam Jirtu ? Nagaa ? Fafayyoo ?
Nuutis Nagaa Keenya Isin Duraa Bannee Kan Turre Amma Deebinee Jirra
Yooyyaa 🥰

Text Jaalalaa

05 Sep, 11:16


🥰 I wish Health & full peace for you