Neueste Beiträge von T-ispoortii (@t_ispoortii) auf Telegram

T-ispoortii Telegram-Beiträge

T-ispoortii
Oduu ispoortii(Kubbaa miilaa, Atileetiksii, kubbaa kaachoo fi kkf) ho'aatti isin biraan geenya!
5,056 Abonnenten
7,400 Fotos
148 Videos
Zuletzt aktualisiert 06.03.2025 11:13

Ähnliche Kanäle

ORO LIVERPOOL ™ 🔴
31,147 Abonnenten
KENNAA
7,588 Abonnenten
Prime Media
2,137 Abonnenten

Der neueste Inhalt, der von T-ispoortii auf Telegram geteilt wurde.

T-ispoortii

05 Mar, 09:48

499

Taphoota Chaampiyoonsi Liigii Har'a Galgalaa

✔️Taphni jalqaba Galgala sa'aatii⌚️2:45 iratti eegala

✔️Taphoonni hafan Halkan sa'aatii⌚️5:00 irratti eegalu

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

05 Mar, 04:36

604

Real Madrid taphoota Chaampiyoonsi Liigii 500 taphachuun kilabii jalqabaa taphoota 500 taphate jedhamee jira.

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

05 Mar, 04:25

554

🚨🗣️Thiago Silva: "Jireenya koo guutuu keessatti taphataa akka Nigooloo Kaantee namummaa gaarii qabu argee hin beeku. Yoo dirqisiiste dubbachiiste malee sagalee isaa hin dhageessu. Ija ogummaatiin yoo ilaalamu baay’ee nama ajaa’iba ture. Waan argatu hunda dinqisiifata, tamboo(sigaaraa) hin xuuxu.Dhugaatii alkoolii hin dhugu. Anaaf taphataan akka isaa dirree irratti waa mara dubbisu hin jiru."

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

05 Mar, 02:58

517

Firii Xumuraa

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

05 Mar, 02:56

439

Borussia Dortmund qabxii qooddateera.

Dortmund 1 - 1 Lille

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

05 Mar, 02:52

411

Darbii Maadiriid tapha Chaampiyoonsi Liigiin Riyaal Maadiriid goolii 2 fi 1 tiin Atileetikoo Maadiriid injifateera.

Real Madrid 2 - 1 Athletico Madrid

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

05 Mar, 02:48

408

Arsenal goolii 7 fi 1 tiin PSV injifateera.

PSV 1 - 7 Arsenal

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

04 Mar, 21:03

525

Half Time

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

04 Mar, 20:30

542

Haga daqiiqaa 20tti Real Madrid,Arsenal,Dortmund morkattoota isaanii dursaa jiru.

👉t.me/kushelectronicsshop
T-ispoortii

04 Mar, 20:25

525

Eegaleera.
Real Madrid goolii galcheera.

👉t.me/kushelectronicsshop