Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam! @sanyiikuush11 Channel on Telegram

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

@sanyiikuush11


๐Ÿ’“Jaalattee beektaa?
Jaalatamtee beektaa?
Jaalachuuf karoora qabdaa?
maarree Nutti dabalami!?
Nutti Dabalamaaโค๐Ÿ’“
Mana Qeerroof Qarree๐Ÿ’Ÿ
Hey โคhey โคhey heyโคโ˜‘
Yaadaafi qeeqa-Ergaa keessan kamiifuu๐Ÿ‘‰@sanyiikuush

Walaloo Jaalalaa(Afaan-Oromoo)โฃ๏ธ @Loveโฃ๏ธ& Breaking News๐Ÿฅฐ (Afaan Oromoo)

Walaloo Jaalalaa(Afaan-Oromoo)โฃ๏ธ channel is a vibrant and engaging platform that focuses on love, breaking news, and all things related to Jaalalaa (love) in the Afaan Oromoo language. If you are wondering about how to express your love or looking for breaking news updates, this channel is the perfect place for you. With the username @sanyiikuush11, this channel is a go-to destination for those who appreciate love, want to stay updated on the latest news, and enjoy the beauty of the Afaan Oromoo language. Jaalattee beektaa? Jaalatamtee beektaa? Jaalachuuf karoora qabdaa? maarree Nutti dabalami! Nutti Dabalamaaโค๐Ÿ’“ Mana Qeerroof Qarree๐Ÿ’Ÿ Hey โคhey โคhey heyโคโ˜‘ Yaadaafi qeeqa-Ergaa keessan kamiifuu๐Ÿ‘‰@sanyiikuush

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

31 Jan, 18:28


Wanti daaโ€™ima tanarratti raawโ€™atame amma maal jedhamee dubbatama? Waan ummanniifi biyyi keenya keessa jiruโ€ฆ

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

31 Jan, 14:59


Harmeen kabajaa qabdi
Ulfina gaara Caalu
Qaraxa Oolmaa isheef
Homtuu isheen madaalu

Jaalalli-sheen Siif qabdu
Bal'aa Bahaara Caalu
Kiiloo kitilaan Olii
Humtuu Haadhan Madaalu

Hanga Feete dulloomtee
Jaarsa Arriiyyuu ta'aa
Garaan harmee kankeetii
Akka Daa'ima Xiqqoo
Ammas Si faana ta'a!

Feetus ilmoo horattee
Taatus Abbaa shantamaa
Mataan harmee kankeetii
Siif jooree mararama!

Sin jaalladha yoon jedhe
Kankee hin baasu gatii
Naaf jiraadhu harmee koo
Eenyummaa koodha ati๐Ÿ™
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

31 Jan, 14:51


Harmeeโค๏ธ

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

22 Nov, 13:51


Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam! pinned ยซ๐—”๐—ป๐—ถ๐˜€ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ป ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ฏ๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ฐ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐˜๐˜‚๐˜‚, ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐˜๐—ผ๐—ผ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐—ฎ, ๐—ธ๐—ฎ๐—ป ๐˜‚๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜‚. ๐—›๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ, ๐—ฏ๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ด๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ, ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐˜†๐˜†๐˜‚๐˜‚ ๐—พ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ, ๐—ฏ๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ฏ๐—ถ๐—ณ๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ. Biyya too Oromia, biyya sirna gadaa, Kan ittiin beekamtu ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ญ๐จ๐จ๐ง ๐ข๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐จ๐๐š๐š, Anis biyyan qabaaโ€ฆยป

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

22 Nov, 13:31


https://safu.im/yxpywjnO

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

14 Sep, 11:54


๐—”๐—ป๐—ถ๐˜€ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ป ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ
๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ฏ๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ฐ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐˜๐˜‚๐˜‚,
๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐˜๐—ผ๐—ผ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐—ฎ, ๐—ธ๐—ฎ๐—ป ๐˜‚๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜‚.

๐—›๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ, ๐—ฏ๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ด๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ,
๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐˜†๐˜†๐˜‚๐˜‚ ๐—พ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ, ๐—ฏ๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—ฏ๐—ถ๐—ณ๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ.

Biyya too Oromia, biyya sirna gadaa,
Kan ittiin beekamtu ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ญ๐จ๐จ๐ง ๐ข๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐จ๐๐š๐š,
Anis biyyan qabaa, kanan ittiin ๐๐ก๐š๐š๐๐š๐๐ก๐ฎ๐ฎ.
Biyya too Oromia, ๐ค๐š๐ง ๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐š๐›๐๐š๐๐ก๐ฎ๐ฎ

๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐˜๐—ผ๐—ผ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜‚, ๐—บ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ถ๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ
๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—ณ๐—ถ ๐—ฎ๐—น๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ

Baddaa fi gammoojjii, gaarraniif raarotaa
Kan ormaa ni quufa, haadha beeyladootaa
Haadha beeyladootaa

Anis biyyan qabaa,
Biyya biyya caaltuu,
Biyya too Oromia, kan uumaan badhaatu.

๐‡๐š๐ง๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š ๐š๐›๐›๐จ๐จ๐ญ๐š๐š, ๐›๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐จ๐จ๐ฐ๐ฐ๐š๐ง๐ข๐ข,
๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐ก๐š๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ช๐š๐ซ๐š๐š, ๐›๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐›๐ข๐Ÿ๐ฅ๐ž๐ž๐ฐ๐ฐ๐š๐ง๐ข๐ข.

Biyya too Oromia, biyya sirna gadaa,
Kan ittiin beekamtuu, mallatoon ishii odaa,
Anis biyyan qabaa, kanan ittiin dhaadadhuu.
Biyya too Oromia, kan an jiruuf abdadhuu
Haadha burqaalee fi, lageeyyan gurguddaa dhaa
Mukeen bosona ishii, addunyaaf fakkii dhaa

Gosti shimbirroolee, kan halluun faayyamtee
Bineyyiin adda addaa, bosona ishii guutee
Bosana ishii guutee

Anis biyyan qabaa,
Biyya biyya caaltuu,
Biyya too Oromia, kan uumaan badhaatu.

Handhuura abbootaa, biyya gootoowwanii,
Biyya hayyuu qaraa, biyya bifleewwanii.

Biyya too Oromia, biyya sirna gadaa,
Kan ittiin beekamtuu, mallatoon ishii odaa,
Anis biyyan qabaa, kanan ittiin dhaadadhuu,
Biyya too Oromia, kan an jiruuf abdadhuu.

Gannaa fii bonni ishii, nama gammachiisaa
Ayyoo Oromiyaan, hoggayyuu hameessaa

Ittiin bulmaatni ishii, seera abbaa gadaattii
Dimokraasiin mara, ilmaan ishii haammattii
ilmaan ishii haammattii

Anis biyyan qabaa,
Biyya biyya caaltuu,
Biyya too Oromia, kan uumaan badhaatu.

Handhuura abbootaa, biyya gootoowwanii,
Biyya hayyuu qaraa, biyya bifleewwanii.

Biyya too Oromia, biyya sirna gadaa,
Kan ittiin beekamtuu, mallatoon ishii odaa,
Anis biyyan qabaa, kanan ittiin dhaadadhuu.
Biyya too Oromia, kan an jiruuf abdadhuu

Ittiin bulmaatni ishii, seera abbaa gadaattii
Dimokraasiin mara, ilmaan ishii haammattii

Anis biyyan qabaa, baqataa taโ€™u illee
Roorroo halagaa tiifin, biyyaa deeme malee
biyyaa deeme malee. One tenyaa kessaa jirattaa Abbaa keny6 ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Rest in power our Legend Dr Ali Birra.๐Ÿ™
Join godhaaโค๏ธ๐Ÿ‘‡
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

07 Sep, 18:47


Maaloo join godhaa fayyadamaa dhugaa rabbii dog taree kunis isin taruu hin qabu. 100%dhugaadha arguun amanuudha

t.me/catsgang_bot/join?startapp=qG8ji0i3t6UPmFJTAEYES
Meow, lets see who is OG ๐Ÿ˜ผ

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

07 Sep, 12:38


https://t.me/boost/Sanyiikuush11

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

20 Jul, 12:15


Dubbiin kee in ulfaata
Akka ba'aa dhagaa
Har'a dubbii kaasta
Yoo kaleessa nagaa.

Si dhabuun in cimaa
Si qabachuun rakkoo
Giddu gudduu taate
Fedhiidhaaf yaanniko.

Har'a kan koo jedheen
Utuun siin dhaadhadhuu
Boor barbaadeen dhaba
Naman si gaafadhu.

Hojii kee naa hin galuum
Taatee Juwwaajuwwee
Akka jaalalaatiif si wajjin jiraadhee
Akka amala keetiif gargar ba'un hawwe.

Har'aaf as jiraattus
Boorimmoo achi jirtaa
Dubbiin kee rakkisaa
Gad dhiisnaan in lixxaa
Harkisnaan In citta.

Sammuun kee waa'eekeef
Boqonnaa na dhawwee
Yeroo utuu hin fudhatin
Sirraa cituun hawwe
Dhala Juwwaajuwwee.

eenyuudha ati?
๐Ÿ‘‡
Liidee Tokkee
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

12 Jul, 17:40


โ˜‘
Walqunnamtii saalan dubartii gammachiisuu
๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ


โžฒ Iddoo fi haala mijataa uumif : Shamarri tokko wantoonni ishee yaaddessanii fi dhiphisan yoo jiraatan, si wajjin walqunnamtii saalaa gochuun ishii hanga eegamu gammachuu kennuufii akka hin dandeenye beekuu qabda. Kunis fakkeenyaaf, waan akka daa'imman mana keessa yoo jiraaatan, tv fi raadiyoon banamanii yoo jiraatan, ykn namni ala keessa deddeemu bilisummaa kennaafii hin jiru yoo ta'e, gammachuu ishiin argattu irratti dhiibbaa guddaa qaba. Kanaafuu wantoota kana sisirreessi.

โžฒ Fedhii ishee eegif : Dubartiin takka yeroo wal qunnamtii saalaa si waliin raawwattu si dursitee xummuruu dandeessi. Yeroo kanammoo siif jetteetuma dirqama itti ta'e si jala ciisti malee itti tolaa hin jiru jechuudha. Kanaafuu miira ishee to'achaa deemuu qabda. Yoo isheen miira dura yeroo jalqabdan keessa jirtu keessaa baatee fuula baduu jalqabde, mi'a kee keessaa fudhadhuu, sirriitti ofitti qabii hammadhu akka dhiigni ishee sirriitti naanna'u. Akkasitti isa itti aanuf qopheessi.

โžฒ Qaamashee hunda fedhii itti kakaasi : Qaamota ishee si'aawoo ta'an qubaa fi arraba keetin fedhii itti daddabalaa deemuu qabda. Kan dubartii biraarratti agarte ishii tanaaf ta'uu dhiisuu danda'a waan ta'eef yaalii fi qo'annoo gootee kan ishiif mijatu argachuu qabda. Zooniwwan qaamashee kanneen akka mormaa, gateettii, harma lamaan, garaa, sarbaa lamaan gidduu, teessuma lamaan, bobaa jala fi iddoo kamuu jabeessitee yk laaffistee qaqqabaa akka ishiin ta'aa jirtu laaluu qabda. Akkasitti fedhii ishii baruun gammachuu kennuufin ni danda'ama. @garritube

โžฒ Yeroo ishiin qophooftuu taatu akka si beeksistu gaafadhu : Kuni qaama saalaatiin waan wal qabatudha. Yeroon osoo hin gahin qaama saalatti seensisuug fiigun gaarii miti. Yeroo qaba wanti hunduu. Akka malee dadhabsiistee akka of jibbitus hin godhin. Jaalallee kee tana miira ishii akka ibsattu yeroo kamiyyuu hin dhoorkin. Yoo akkas ta'e ishiinuu yeroo ho'ite, gara maasaraa ishiitti si dhiibbatti. Yoo kan duraan iftoominni hin jiraanne ta'emmoo eeyyama ishiin qaaman siif kennaa jirtu laalaa qaama saalaa ishees abuurta jechuudha. Akkasitti intalas fedhii baastee ofiifis gammadaa taata.

โžฒ Qinxirii fi ala nafsaalaa irratti xiyyaeeffadhu : Sitti toleedhumaaf keessa nafsaalatti baay'ee hin fiigin. Arrabaanis ta'u, qubaan ykn qaama saalaa keetin qinxirii fi ala isaa sirriitti si'eessi. Achi booda hidhii gamaa fi gamana qaama saalaa sirriitti itti kakaasi. Akkasitti gara keessaa galuu dandeessa malee tokkichumaan utaalanii keessa bu'uun baay'ee dubartii hin fayyadu.

โžฒ Gosa walqunnamtii saalaa mijataa fayyadami : Kuni akkuma yeroo biraa jaalala itti agarsiisaa, suuta walqunnamtii saalaa hojjatamuudha. Walitti dhufeenya gadi fagoo qabaachuu keessan akka hubattu gochaa deemuu qabda. Miirri keeti fi ishii walhubachaa ta'uu qaba. Walqunnamtii saalaa qofaaf akka ishee hin barbaanne siif hubatti yoo akkas ta'e. Yeroo kana walqunnamtii saalaa si waliin gootuuf banaa taate siif akka ati jettu siif taati jechuudha.

โžฒ Dhimma kana keessatti akka hirmaattu affeeri : Ati ofuma gammachiisuuf dhamaata. Ishiin immoo qaanoftuu ta'uu malti. Ykn si sodaattee callisti malee kallattii kamiin osoo hojjattanii akkamitti akka itti tolu sammuu ishiitti ni yaaddi. Kanaafuu, fedhiishii ibsachuu akka bartu godhi. Gaafachaa deemi.

https://t.me/Sanyiikuush11

โ”„โ”„โ”‰โ”‰โœฝโ€Œยปโ€Œ๐Ÿ’ฅโœฟยป๐Ÿ’ฅโ€Œโœฝโ€Œโ”‰โ”‰โ”„โ”„

๐Ÿ’ซhttps://t.me/Sanyiikuush11

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

11 Jul, 17:24


https://t.me/major/start?startapp=2095983227

๐Ÿ‘‘Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
75โญ๏ธ invite bonus for you
200โญ๏ธ if you are Premium Major


Join godhaa salphaatti hojjetadhaa 100% dhugaadha.

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

11 Jul, 17:11


Sitti hin dhiyaadhu
Sirraa hin fagaadhu
Simalee hin filadhu
Si waliin hin jiraadhu

Haqadha sin dhoksu
Dhugaadha sin obsu
Si arguu illee fedhu
Sin ala hin milladhu!

Jibba sagalee keefan
Guuriin gurra duucha
Garuu keessa kooti
Sagaleen kee kililcha!

Si dhabaan si argaa
Argaan si barbaada
Milluu kee arguufan
Of gatee si gaada!

Jibba kee yaadaan
Jaalala kee himadha!
Sirraa hiiquuf hiixachaan
Suuraa kee arguuf miixaadha

Jaalala jibbaan balfeen
Onnee koo jibbaan faala
Teessoo jibbaa keessattuu
Garuu jaalala keen ilaala!

Hidhaa hin hiikamneen
Sakaalameen jiraadha
Hibboo jaalala keetiif
Yoomaan furmaata argadhaa?

Murteesse sirraa fagaachuuf
Tasumaa ani hin danda'u!
Sitti siqee si filachuudhaaf
Amalli kee siif iyyuu hin ta'u!

Giddu gidduuttan rarra'e
Muka mukarraa cite ta'ee
An yoomumaan furamaa
Hidhaa kee kanatti ba'ee?
Link kanaa gadii tuqaa miseensa keemya ta'aa๐Ÿ‘‡
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

11 Jul, 17:09


Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam! pinned ยซYeroo walqunnamtii saalaa wantoota dhiirri dhaga'uu barbaadu (Dubartootaf) Dubartiin biyya keenyaa namaa kenniteetuma callistee nama ilaalti. Dubartiin warra adii garuu yeruma jalqaban mangaaguu eegalti. Kan iyyituuf garuu dhukkubee osoo hin taane isa dhiirattiโ€ฆยป

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

11 Jul, 16:59


Adoolessa 4/2016)

Perezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo ministiroota isaanii guutuu aangoorraa ari'an.
****
Itti
aanaa Perezidaantii fi barreessaa dhimmoota kaabinee qofatu aangoorratti hafe jedhame.

Keeniyaatti mootummaan gibira dabaluuf jennaan uummatni mormii guddaa kaasuun jeequmsi uumamee ture.

Seera gibira dabaluuf bahe sanas hanbifamnaan sirumaa Perezidaantichi aangoo akka gadhiisan gaaffiin dhagahamuu jalqabe.

Odeeffannoo ammaatiin immoo Perezudaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon ministiroota isaanii guutuutti aangoorraa kaasaniiru.
Mormiin uummataa kun kanaan ni qabbanaa'aa fi hin qabbanaa'uun waan bulee beekamu ta'a.
Madda : Aljazeera

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

26 May, 11:52


https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_2095983227 ๐ŸŽ +2.5k Shares as a first-time gift

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

22 May, 18:28


https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_2095983227 ๐ŸŽ +2.5k Shares as a first-time gift

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

21 May, 16:45


Isin hin darbin join godhaatii tap tap qofa gochuun qarshii ittiin hojjadhaa akka NOTCOIN tti akka isin hin dabarre.just start and play be harry guysโค๏ธ
๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ‘‡
@tapswap_bot

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

10 May, 11:23


https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11
https://t.me/Sanyiikuush11

Walaloo(Afaan Oromoo)โฃ๏ธPoam!

10 May, 11:22


Channel photo updated

1,142

subscribers

29

photos

2

videos