Guyyaa arraa Naanno Hararii Aanaa Soofiitti Aadde Hindiya Mohammediif Mana jireenyaa Gargaarsaan Yuunivarsitii Riifti Vaalii Kaampaasii Harariin ijaaramaa ture xumurame iddoo Hoggantoonni Ejensii Barnootaa Ogummaafi Aanaa jiranitti Eebbifamuun Furtuun qeebalchiifamee jirra.
RVU Harar(TVET Program) のテレグラム投稿
RVU Harar(TVET Program) によってTelegramで共有された最新のコンテンツ
Abbaa Ijoollee shanii( 3 Digrii Lammaffaan, 2 Digrii Jalqabaan, waliigala Ijoollee isaanii 5) iddoo tokkotti barsiisuun xumursiisanii eebbaaf waan dhiheesaniif Guyyaa har'a Badhaasa Addaa Yuunivarsitii Riifti Vaalii Kaampaasii Hararirra argatanii jiran.
Sagantaan Eebbaa Barattootaa Yuuniversitii Riifti Vaalii Kaampaasii Harar bara 2016 iddoo Hooggantoonni Ol'anoofi Keessumoonni adda addaa jiranitti bifa Miidhagaa fi Hawwataa taheen xumurameeti jira.
Eebbifamtonni, Maatiin Eebbifamaafi Hawaasni Yuuniversitii
BAGA GAMMADDAN!
እንኳን ደስ አላችሁ!
CONGRATULATIONS!
Eebbifamtonni, Maatiin Eebbifamaafi Hawaasni Yuuniversitii
BAGA GAMMADDAN!
እንኳን ደስ አላችሁ!
CONGRATULATIONS!