Roba Tech @robatech34 Channel on Telegram

Roba Tech

@robatech34


ᵒᵘʳ ˢᵉʳᵛⁱᶜᵉˢ 👇

👉 File free interneeti application garaa garaa
👉karaalee Telegram irraa qarshii hojjetan.
👉About Tech
👉Others

Buy ads: https://telega.io/c/RobaTech34

CeO @RAINED_G

Roba Tech (Amharic)

ሮባ ቴክ አሉን! ይህ ቴሌግራም አንደኛው ሥራዎችን ለመስማት ተዘጋፍን መሰረት። ይህ ኮንትኤን ቴክ ለዚህ መረጃዎች የሚገኝ ያረጋግጡን ያድርጉ። በየቀኑ በአቡነ መጋቢት ተቋምተዋል። ለበለጠ የእኛ አገልግሎት እንደሚሰጥ ግን በቻናሌ ውስጥ የምንቀርብልን የሆነውን መረጃዎች እንዴት መጠበቅ እንደሚችል እውነቱን እንወናለን።

Roba Tech

05 Feb, 07:06


Link kanaan seenuun code hunda argachuu dandeessu.

⬇️⬇️⬇️⬇️
https://telegra.ph/TAPSWAP-CODE-ANSWERS-02-04

Roba Tech

05 Feb, 07:05


🎲 $100 Up for Grabs Every Night!

Guess Dice, Win Big
The thrill of victory 🏆 is closer than you think! 🚀

Here’s how to join:
1️⃣ Open the Dice mini-app
2️⃣ Connect your wallet and join the table.
3️⃣ Submit your prediction for the dice outcome.
4️⃣ Join our Dice Channel to watch the live roll and see if you’ve hit the jackpot!

🤑 It’s free, it’s fun, and it could be your big win!

📢 join now and start earning!

Roba Tech

05 Feb, 06:46


Code tapswap hunda isaa bakka tokkotti kanneen argachuu barbaaddan ni jirtuu?

Haa gadhiifamu kan jettan 👍

Roba Tech

04 Feb, 17:30


🚩 Zoo Listing dhaaf akka qophaa'aa jiran beeksisaniiru

Soon 🔺🔺

Roba Tech

04 Feb, 10:46


Chaanaali armaan olii hunda join gochuun
Star bilisaan namoonni sassabbachuu barbaaddan ammuma start gochuun channel isiniif dhufan hunda join gochuun eegalaa!

https://t.me/Stars_Farmings_bot?start=5492348271

Roba Tech

03 Feb, 14:36


Waan armaan gaditti gadhiifamu hin xuqinaa! Beeksisa qofa waan ta'eef.

Roba Tech

03 Feb, 07:25


👇Yeroo kanatti fayyadamudhaan Warreen Bittanii Hold Gochuu barbaaddan 💎TON irratti osoo Xiyyefattan gaariidha.

Roba Tech

03 Feb, 06:54


🕯Todays Market🕯

Wallet keessan check Hin godhiinaa😢🙆‍♂

Roba Tech

03 Feb, 06:44


🪙 YES COIN
Comming soon may be listing 🤔🤔

⚡️ ROBATECH

Roba Tech

03 Feb, 06:20


🚨𝐀𝐈𝐑𝐃𝐑𝐎𝐏🚨⁣⁣
https://porttracker.win/ ⁣⁣

𝖠𝗂𝗋𝖽𝗋𝗈𝗉 – 𝖤𝖺𝗋𝗇 𝖥𝗋𝖾𝖾 𝖢𝗋𝗒𝗉𝗍𝗈 𝗎𝗉 𝗍𝗈 $𝟧𝟢 𝖿𝗈𝗋 𝖤𝖺𝗋𝗅𝗒 𝖲𝗎𝗉𝗉𝗈𝗋𝗍𝖾𝗋𝗌!⁣⁣

𝖯𝗈𝗋𝗍𝖳𝗋𝖺𝖼𝗄𝖾𝗋 𝗂𝗌 𝗋𝖾𝗏𝗈𝗅𝗎𝗍𝗂𝗈𝗇𝗂𝗓𝗂𝗇𝗀 𝗍𝗁𝖾 𝗐𝖺𝗒 𝗒𝗈𝗎 𝗍𝗋𝖺𝖼𝗄 𝖺𝗇𝖽 𝗆𝖺𝗇𝖺𝗀𝖾 𝗒𝗈𝗎𝗋 𝖼𝗋𝗒𝗉𝗍𝗈 𝗉𝗈𝗋𝗍𝖿𝗈𝗅𝗂𝗈, 𝗈𝖿𝖿𝖾𝗋𝗂𝗇𝗀 𝗌𝖾𝖺𝗆𝗅𝖾𝗌𝗌 𝗋𝖾𝖺𝗅-𝗍𝗂𝗆𝖾 𝗂𝗇𝗌𝗂𝗀𝗁𝗍𝗌 𝖺𝗇𝖽 𝖺𝗇𝖺𝗅𝗒𝗍𝗂𝖼𝗌. 𝖳𝗈 𝖼𝖾𝗅𝖾𝖻𝗋𝖺𝗍𝖾 𝗈𝗎𝗋 𝗅𝖺𝗎𝗇𝖼𝗁, 𝗐𝖾’𝗋𝖾 𝗀𝗂𝗏𝗂𝗇𝗀 𝖺𝗐𝖺𝗒 𝖿𝗋𝖾𝖾 𝗍𝗈𝗄𝖾𝗇𝗌 𝗂𝗇 𝗈𝗎𝗋 𝖾𝗑𝖼𝗅𝗎𝗌𝗂𝗏𝖾 𝖯𝗈𝗋𝗍𝖳𝗋𝖺𝖼𝗄𝖾𝗋 𝖠𝗂𝗋𝖽𝗋𝗈𝗉!⁣⁣

𝖶𝗁𝗒 𝖩𝗈𝗂𝗇 𝗍𝗁𝖾 𝖠𝗂𝗋𝖽𝗋𝗈𝗉?⁣⁣
𝖥𝗋𝖾𝖾 & 𝖤𝖺𝗌𝗒 – 𝖭𝗈 𝗉𝗎𝗋𝖼𝗁𝖺𝗌𝖾 𝗇𝖾𝖼𝖾𝗌𝗌𝖺𝗋𝗒!⁣
𝖤𝖺𝗋𝗅𝗒 𝖠𝖼𝖼𝖾𝗌𝗌 – 𝖡𝖾 𝖺𝗆𝗈𝗇𝗀 𝗍𝗁𝖾 𝖿𝗂𝗋𝗌𝗍 𝗍𝗈 𝖾𝗑𝗉𝖾𝗋𝗂𝖾𝗇𝖼𝖾 𝖯𝗈𝗋𝗍𝖳𝗋𝖺𝖼𝗄𝖾𝗋.
𝖱𝖾𝗐𝖺𝗋𝖽𝗌 – 𝖤𝖺𝗋𝗇 𝖺𝖽𝖽𝗂𝗍𝗂𝗈𝗇𝖺𝗅 𝖻𝗈𝗇𝗎𝗌𝖾𝗌 𝖿𝗈𝗋 𝗋𝖾𝖿𝖾𝗋𝗋𝖺𝗅𝗌.⁣⁣

𝖠𝖼𝗍 𝖿𝖺𝗌𝗍 – 𝗍𝗁𝖾 𝖺𝗂𝗋𝖽𝗋𝗈𝗉 𝗂𝗌 𝗅𝗂𝗆𝗂𝗍𝖾𝖽-𝗍𝗂𝗆𝖾 𝗈𝗇𝗅𝗒! 𝖣𝗈𝗇’𝗍 𝗆𝗂𝗌𝗌 𝗒𝗈𝗎𝗋 𝖼𝗁𝖺𝗇𝖼𝖾 𝗍𝗈 𝗀𝗋𝖺𝖻 𝗒𝗈𝗎𝗋 𝖿𝗋𝖾𝖾 𝗍𝗈𝗄𝖾𝗇𝗌.
⁣⁣𝖩𝗈𝗂𝗇 𝗈𝗎𝗋 𝗍𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 𝖿𝗈𝗋 𝗆𝗈𝗋𝖾 𝗂𝗇𝖿𝗈𝗋𝗆𝖺𝗍𝗂𝗈𝗇: https://t.me/porttrackerr

Roba Tech

02 Feb, 12:03


Paws 🐾

Paws tge baati keessa jirru kana keessa akka tahu himani jiru 🙂

February


@Robatech34
♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Roba Tech

02 Feb, 11:09


🧢Caps Day 5 Task
    
Code 👉 STAKING

https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=5492348271

Roba Tech

02 Feb, 06:37


Ammuma yeroon eegalaa!

Ecosapiens
$MEGA is coming - Sign Up For The Early Access $MEGA TGE Airdrop Campaign

✔️Fundraised Total 5M$

➡️ Register : https://ecosapiens.xyz/pages/airdrop?ref_id=1RRS2APGF

✔️|| Submit your Email
✔️|| Submit your ETH Address
✔️|| Done

Address ETH argachuuf playstore irraa app
METAMASK buufadhaa!

🥰 || ROBATECH34

Roba Tech

02 Feb, 05:22


🐾Paws 🥲

✖️Twitter suspended

Roba Tech

01 Feb, 10:02


Paws Pre market 💥

1 NFT 0.088SOL🔼

@Robatech34
♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Roba Tech

31 Jan, 16:12


🚩Zoo Game - Riddle & Rebus !

🐼Riddle : Barn Owl
🐍 RebusDolphin

Roba Tech

31 Jan, 01:30


Paws 🐾 Limited task

5k

@Robatech34
♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Roba Tech

18 Jan, 15:12


Hamster Kombat is being delisted from exchanges due to low liquidity.

Bybit announced the delisting of the HMSTR/EUR trading pair on January 24. Since listing, the token has dropped 62%, with a market cap of $336M.🗿

Roba Tech

18 Jan, 13:39


DAWN
Kanneen register gootan xumurtan task 3 wayii jira Isa hojjedhaa!

Karaan isin ittiin point keessan guddistan ammoo connection dha. Kunis ofuma isaatin walitti isiniif qaba malee waan isin gootan miti garuu, kan inni isiniif godhu yoo isin online irra jirtan qofa.

Kan biraan immoo invite illee gootani point argachuu dandeessu.

Roba Tech

18 Jan, 13:24


Kanneen register gootani xumurtan jirtuu?

Eeyye 👍

Lakki 😎

Roba Tech

18 Jan, 13:15


Step inni dhumaan

Bakka login jedhu tuquun email fi password password ittiin register gootan itti ni galchitu.

Ammas captcha ykn isa dhumarra jiru sana guutuun dirqama.

Kan isiniif hin galin comment irraan nu gaafadhaa!

🔥🔥🔥🔥😍🔥🔥🔥🔥

Roba Tech

18 Jan, 13:14


Kara email wanti isiniif ergamu ni jira. Isa email keessan keessa seenuun, click to verify ni gootu.
Sana booda success isin jedha.

Roba Tech

18 Jan, 13:14


Amma register gootu jechuudha.

Name
Email
Password

Referral code 👉 3m3s7sf9

Dhumarratti captcha ykn suura irra isa dhumarra jiru sana yeroo register gootu kan isin gaafatu, bakka duwwaa sanarratti guutuun dirqama.

Roba Tech

18 Jan, 13:13


Amma bifa suuraanin isinitti agarsiisa bakka an xiyya ykn itti maraa deemu tuqaa deemtu

Roba Tech

18 Jan, 13:13


1.

app kiwi browser keessa seentani bakka search irratti link kana copy erga gootani paste irratti gochuun search gootu

https://chromewebstore.google.com/detail/dawn-validator-chrome-ext/fpdkjdnhkakefebpekbdhillbhonfjjp

Roba Tech

18 Jan, 13:11


Jalqaba irratti kanneen app kana hin qabne playstore irra seenaati Kiwi Browser buufadha.

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.kiwibrowser.browser

Roba Tech

18 Jan, 11:59


Website airdrop haa jalqabnu?

🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

Roba Tech

18 Jan, 07:05


The correct answer to today's rebus:

Heron

Roba Tech

18 Jan, 05:37


PAWS NEW LIMITED TASK

Roba Tech

14 Jan, 18:32


💎 NEW USDT INSTANT AIRDROP 💎

🔴 Reward : 0.2 USDT / INVITE

✔️ Distribution: INSTANT

✈️ Register: https://t.me/EASY_USDT_MINING_BOT?start=7136443744

- Complete Task
- Submit TON Wallet
- Done
😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀
   ⚠️Posted By : ⚠️
😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀

#Ads

Roba Tech

14 Jan, 17:13


Riddle of the day

Flamingo

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Roba Tech

14 Jan, 15:40


🍩DONOT Combo: 14/01/25

💡Position:  13-4-11-5

Roba Tech

14 Jan, 15:36


💎 NEW USDT INSTANT AIRDROP 💎

🔴 Reward : 0.2 USDT / INVITE

✔️ Distribution: INSTANT

✈️ Register: https://t.me/EASY_USDT_MINING_BOT?start=7136443744

- Complete Task
- Submit TON Wallet
- Done
😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀
   ⚠️Posted By : ⚠️
😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀

Roba Tech

14 Jan, 14:57


Wanti sin beekuu qabdan beeksisa nuti Channel keessaniif hojjannu wave miti active members argachuu dandeessu

Inbox @ntmsbot

Roba Tech

14 Jan, 14:30


Akkuma kaleessa haasofne namoonni channel keessan kafaltii kafaluun active members argachuu barbaaddan karaa bot kanaa ykn username kanaan na dubbisaa

Asiin na dubbisaa👉 @ntmsbot

Channel 0 irraa ka'uu dandeessu

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Roba Tech

14 Jan, 13:36


Beeksisa armaan olii Ad jedhee channel keenya irratti bahu kana, dhaabbatuma Telegram dha kan irratti beeksisu. Yeroo waan akkasii agartan seenaati ilaala keessaa ba'aa. Waan nu fayyaduuf jechuudha.

Hub: waan isaan godhaa jedhan akka hin goone! Yoo waan isin fayyadu tahe malee.

Roba Tech

14 Jan, 13:32


Smart EA provides a state-of-the-art trading bot engineered to help you achieve consistent profits while participating in the Forex markets 

No prior trading experience is needed. Smart EA is suitable for both beginners and experienced traders. We provide comprehensive guides and support to help you get started.
 
Interested in our software? Join smart ea trading community

Roba Tech

14 Jan, 09:24


👑New quiz in ZOO

START @ZOO

Roba Tech

14 Jan, 09:19


💡 Rebus of the Day: Cheetah

⤴️ Start Zoo

Roba Tech

14 Jan, 08:07


ZOO NEW TASK

@Robatech34

Roba Tech

14 Jan, 06:32


🚩 𝗧𝗢𝗗𝗔𝗬'𝗦 𝗭𝗢𝗢 𝗚𝗜𝗙𝗧 𝗕𝗢𝗫 𝗧𝗜𝗠𝗘 💰

1️⃣ 𝐅𝐢𝐫𝐬𝐭 𝐆𝐢𝐟𝐭 🎁

🟡 Guyyaa 7:25
🟡 𝐑𝐞𝐰𝐚𝐫𝐝 : 357 🍟

2️⃣𝐒𝐞𝐜𝐨𝐧𝐝 𝐆𝐢𝐟𝐭 🎁

🟡Guyyaa 09:15
🟡𝐑𝐞𝐰𝐚𝐫𝐝 : 1061 🍟

3️⃣ 𝐓𝐡𝐢𝐫𝐝 𝐆𝐢𝐟𝐭 🎁

🟡Galgala 05:20
🟡 𝐑𝐞𝐰𝐚𝐫𝐝 : 3022 🍟

🔔Sa'atiin akka Ethiopia'tti dha.

@Robatech34
@Robatech34

Roba Tech

14 Jan, 06:23


Paws New limited task

Roba Tech

13 Jan, 21:16


Namoonni channel keessan turtii guyyaa lamaa keesatti active members akka argatu barbaaddan boru sinitti himna

Active members 5000 qarshii meeqa akka kafaltan sinitti himna

Roba Tech

13 Jan, 20:52


Channel keessan turtii guyyaa lamaa keesatti active members 5,000 akka argatu gochuu ni dandeessu

Garuu payment qaba

Roba Tech

13 Jan, 19:20


Namoonni channel keessan akka siniif guddatu barbaaddan ni jirtuu

Roba Tech

13 Jan, 14:42


Zoo seenaa claim godhaa

Roba Tech

13 Jan, 13:05


⚡️ All Videos from #TapSwap  for 12 Jan ⚡️

● Maximize Your Time - w25gc
● Marketing Plan for Your Business - e2yt
● Trending Products - 8zts
● Google Books and AI Combined - hnsu
● Leverage LinkedIn - rt49
● Profitable Clothing Line - is8n
● Create and Monetize - ncns
● Tips for New Entrepreneurs - adtn

TGE January 23rd

Roba Tech

13 Jan, 09:32


Zoo seenaa claim godhaa
3933 feed
Daqiiqaa 7 qofatu hafe

Roba Tech

06 Jan, 18:48


Amma kan online jirtan ariitiin seenaa fudhadhaa!
Zoo 4443 feed
Daqiiqaa 7 booda ni bada

Roba Tech

06 Jan, 15:09


🪙BTC hits 1️⃣🔤🔤🔤

Roba Tech

06 Jan, 12:31


❄️Zoo 265 feed seenaati fudhadhaa!

20min left

Roba Tech

06 Jan, 11:24


NODEPAY listing day January 14 ✔️

@Robatech34

Roba Tech

06 Jan, 11:22


Namoonni Memhash star kaffaltanii jalqabdan kan dhabdan jirtuu?

Link kan namni 1 ittin jalqabu dandahu isiniif gadhiisna.

Roba Tech

06 Jan, 09:41


🌟 Join Deepcoin, the safest virtual currency exchange in the world! 🌟

🔒 **Safety guarantee**:assets are safe and worry-free after 8 years of establishment!  
⚡️ **Quick transaction**:Real-time execution, quick cash withdrawal!
💰 **low handling fee**:Transparent fees, easy profit!

👉register now:[https://s.deepcoin.life/sdhjgdc] Enjoy great deals!
💸 Create wealth for a new era with Deepcoin! 💸

Roba Tech

06 Jan, 07:24


The correct answer to today's rebus:

Capybara

Roba Tech

06 Jan, 07:12


⭐️Saatii ZOO MYSTERY BOX har'a itti dhufu. Akka 🇪🇹 ⏰️

1. First Gift
🎁
⏰️ guyyaa 9:20
Reward: 265 feed
Daqiiqaa 30'f tura

2. Second gift
🎁
⏰️ galgala 1:35
Reward: 1113 feed
Daqiiqaa 15'f tura.

3. Third gift
🎁
⏰️ galgala 3:45
Reward 4443 feed
Daqiiqaa 10'f tura

📣Akka hin irraanfannetti channel keenya UNMUTE godhaa!

Roba Tech

06 Jan, 05:56


Vertus daily combo

   Date - Jan 6
🎁 Reward -20
🕯Only 6 days left
   
✈️ @Robatech34

Roba Tech

06 Jan, 05:48


🤑OKX fi 🤑BYBIT Address Ton Upgrade Godhaniiru

✔️Akkuma beekamu duraan token 💎TON fi kan isa jala jiran comment(memo) qabu turan
Amma garuu address qofaa fayyadamuun deposit godhama

🔴Deposit gochuuf kan barbaachisu Address qofa dha.

🔴 Address inni duras haaraadhan bakka bu'e jira Check godha.

🔴Address dura fayyadamtan irratti deposit gootu taanaan balance keessan ni dhabdu

Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

05 Jan, 16:07


The correct answer to today's riddle:

Ibex

@Crypto_433et @Crypto_433et

Roba Tech

05 Jan, 09:21


🌱 Seed Meaning guuyyaa 10 booda ni dhaabata
Mee
warren seed Hojjettanii React godhaa

Roba Tech

05 Jan, 07:24


🫏 ZOO Rebus of the day🫏

Answer➡️ Macaw

Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

05 Jan, 07:20


Vertus daily combo

Date - Jan 5
🎁 Reward -20
📊Only 7 days left 🤔
   

Roba Tech

05 Jan, 06:01


🐾Paws New Limited Task
Subscribe ⬇️

https://www.youtube.com/@RobaTech33

Join 😊 @Robatech34

Roba Tech

04 Jan, 21:20


I've hidden 5 BTC, 600K TON and 15M USDT. Can you find them and change your life forever? 😺💰

Find my Treasure Now Before Others Do!

Roba Tech

04 Jan, 18:20


Done ✔️✔️

Warri fair miti jettan yoo injifattan qofa fair ta'amoo?
Yaada akkasii dhiisa pls

Ammallee itti fufa filannoo keessan waan nu godhattaniif guddaa galatooma!

#1year_Anniversery

@Robatech34

Roba Tech

04 Jan, 17:54


Akkam ture?

Roba Tech

04 Jan, 17:54


1 @Feeling_delete3
2 @Lalisakebede
3 @lRamme

Inbox 📥 me

Roba Tech

04 Jan, 17:53


@lRamme done ✔️

https://t.me/RobaTech34/4454?comment=7188

Roba Tech

04 Jan, 17:52


3ffaa

Nama dursee comment irratti lakkoofsa barbaade barreesse. Lakkobsa qofa tahuu qaba.
Go 🚶‍♀️

Roba Tech

04 Jan, 17:49


Inni sadaffaan gaaffi miti carraadha. Qophaa'aa!

2 fi 52 irratti.

Roba Tech

04 Jan, 17:48


@Lalisakebede 👌done
Deebiin ZOO dha

https://t.me/RobaTech34/4451?comment=7038

Roba Tech

04 Jan, 17:47


Gaaffi 2ffaa

Airdrop maqaan isaa qubee 3 qofaa mining isaa dhaabbachuuf guyyaa 27 hafe maal jedhama?

Roba Tech

04 Jan, 17:45


Gara gaaffi 2ffaatti haa dabarru react godhaa 🔥
2 fi 47 irratti eegaa.

Roba Tech

04 Jan, 17:44


#<> Namni 1 yeroo lama injifataa tahuu hin danda'u.

Roba Tech

04 Jan, 17:42


January 6 dha.
@Feeling_delete3

https://t.me/RobaTech34/4447?comment=6941

Roba Tech

04 Jan, 17:40


1ffaa 🔥

Chaanaali keenya irratti 1 jenne gaafa guyyaa fi Ji'a kami maxxansa eegalle?

Akka lakkoobsa Awurooppaatti.

Roba Tech

04 Jan, 17:39


Let's go

Roba Tech

04 Jan, 17:38


Mee altokkoof react dhaan haa jalqabnu 🔥🥰👏😍💪👌🙏👍

Roba Tech

04 Jan, 17:34


Daqiiqa 1 booda Zoo seenati 1839feed fudhadhaa deebi'aa.

Roba Tech

04 Jan, 17:32


Jirtuu? 😋

Roba Tech

04 Jan, 17:19


Give away 2 fi 40tti ni eegala! 🔥

1. 100 birr
2. 50 birr
3. 50 birr

Qophaa'aa!


Join @Robatech34

#1yearanniversery

Roba Tech

04 Dec, 09:07


W COIN🤝BITGET💱

Roba Tech

04 Dec, 05:56


🔹Bums Daily Combo Reward
         Date: December 4, 2024
        💲Reward: 2M Coin
        ✔️ Verified Bot
       🛡 Activate Daily Combo
        🔍 City ➡️➡️Lottery

Roba Tech

04 Dec, 05:47


🪙TON 🔼🔼🔼

Roba Tech

04 Dec, 05:45


🤩VERTUS DAILY COMBO

Roba Tech

04 Dec, 02:28


Paws New task Just seenati Fudhadha isinif kenna

Roba Tech

03 Dec, 17:45


Yescoin Listing Bybit 💰

Roba Tech

03 Dec, 06:34


🔹Bums Daily Combo Reward
         Date: December 3, 2024
        🎁 Reward: 2M Coin
        ▶️Verified Bot
       ✔️ Activate Daily Combo
        🛡City ➡️Lottery

💫 Join ➡️➡️ @Robatech34 ⚡️

Roba Tech

03 Dec, 06:14


💲🔠🔠🔠🔠🔠⭐️

🪙Update Coming soon

🛡NFT🖼
🛡BUSSINES CARD💳

Roba Tech

02 Dec, 19:08


Step kanaan fudhadhaa!

Leaders > home> Leaders> Vote
> Earn

Roba Tech

02 Dec, 19:04


New task in PAWS 🐾

Roba Tech

02 Dec, 15:28


🤑Blum new task

📺Tittle :- Crypto communities

Code :- BLUMMUNITY

🛡 Join ➡️➡️ @Robatech34

Roba Tech

02 Dec, 10:31


5$ Give away 🍸🐰
Subscribers chaanaali YOUTUBE keenya 1000+ yeroo guutu give away dollar 5$ kan isiniif qopheesinu ni ta'a.
Maarre kanaafu namoonni YouTube channel keenya subscribe hin goone link armaan gadiin subscribe gochuun, nu eegaa!

🤝🤝🤝🤝📱 📱
https://www.youtube.com/@RobaTech34
https://www.youtube.com/@RobaTech34

Roba Tech

02 Dec, 09:53


📱Hanga har'aatti package telegram bitattee, garuummoo file ittiin social media hunda fayyadamtu barbaadda taanan, Viidiyoo kana daawwachu qabda. File tokko malee akkamitti akka fayyadamuu dandeessan kan baruu barbaaddan daawwadhaa!

💥Subscribe, like fi yaada qabdan kara comment naaf kaa'u hin dagatinaa!

📱📱
https://youtu.be/JhlqSQsm9fM?si=P7SLwau15jVtts-q

Roba Tech

02 Dec, 06:59


🔹Bums Daily Combo Reward
         Date: December 2, 2024
        🎁 Reward: 2M Coin
        Verified Bot
       🔔 Activate Daily Combo
        ✔️City ➡️Lottery

💫 Join @Robatech34 ⚡️

Roba Tech

01 Dec, 17:58


Namoonni hedduun argatanis, kan dursee tilmaama sirrii tilmaame "Abdulhakiim Abdii" dha. Username waan hin qabneef akkasitti barreessine.
Badhaasa ke keessan nu dubbisuun fudhadhu.

Badhaasi akkasii yeroo yeroon kan itti fufuu ni ta'a.
@Robatech34 waliin ta'aa. Isin jaallanna. 😍🥰

Roba Tech

01 Dec, 17:53


Hanga dandeessan scroll down godha isinif kenna 🥰

Roba Tech

01 Dec, 13:27


𝐓𝐢𝐥𝐦𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟𝐚𝐦𝐚

𝐓𝐚𝐩𝐡𝐚 𝐇𝐚𝐫'𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐋𝐢𝐯𝐞𝐫𝐩𝐮𝐮𝐥 𝐠𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐞𝐠𝐠𝐞𝐞𝐟𝐚𝐦𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐧𝐢 (1) 𝐝𝐮𝐫𝐬𝐞𝐞 𝐭𝐢𝐥𝐦𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢 𝐭𝐢𝐥𝐦𝐚𝐚𝐦𝐞; 𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐧𝐢 𝐭𝐚'𝐚.
Hanga saatii 12 fi 30tti tilmaama keessan kara comment erguu dandeessu.

Roba Tech

01 Dec, 12:51


➡️Bums Achievement hedduu fidee jira

Achievement jalqabaa irratti Ton 0.1 gaafatanii jiru

☄️Join 🙂 @Robatech34 ⚡️

Roba Tech

01 Dec, 11:31


📊Crypto market at 2015 👀

🪙BITCOIN 2015 IRRATI KANA FAKKAATA🤣🤣

Roba Tech

01 Dec, 10:17


▶️TAPCOINS DAILY COMBO
🗓DATE DECEMBER 1

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

01 Dec, 10:15


🤩VERTUS DAILY COMBO

Roba Tech

01 Dec, 06:36


TODAYS MARKET🕯

Roba Tech

01 Dec, 06:30


🔹Bums Daily Combo Reward
         Date: December 1, 2024
        🎁 Reward: 2M Coin
        Verified Bot
         Activate Daily Combo
        ✔️ City ➡️Lottery

Roba Tech

30 Nov, 16:04


🐐Goats withdraw opened🏠

➡️Yeroo ammaa irraa eegalee withdraw gochuu dandeessu

Roba Tech

30 Nov, 12:02


Gatiin major deebi'e gadi bu'ee jira.
1.4$ to 1.2$ ta'ee jira 😒

Roba Tech

30 Nov, 11:55


Akkuma Yeroo darbe squad join gochuun keessatti hirmaachuun major keessatti Criteria Airdrop sanaa ture.

Ammas immoo namoonni FABRIKA hojjechaa jirtan. Squad keessatti participation keessan token isiniif kennamu murteessu hin oolu. Kanaafu haala suuraa irratti mullatuun squad channel keenyatti dabalamaa; isinin jedha.

Steps
1. Home jala seenun bakka maqaan keessan jiru gara olii harka bitaa irra altokko ni xuqxu.

2. Bakka join squad jedhu tuqxu.

3. Bakka search godhan irratti "ROBA TECH " jettanii barreessun, join gootu.

Haala kanaan ammuma dafaati squad keenyatti dabalamaa!

Start
https://t.me/fabrika/app?startapp=ref_3368840

📱 Roba Tech 📱 YouTube RT

Roba Tech

30 Nov, 11:31


Roba Tech pinned «Airdrop yeroo ammaa kanatti namni hundi eegalu fi hojjechuu qabu. 1️⃣. PAWS 🐶 Start 😏🔗https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=AuoGeWLG 2️⃣. BUMS Start 😏🔗https://t.me/bums/app?startapp=ref_R6sTMFGB 3️⃣. FABRIKA …»

Roba Tech

30 Nov, 11:30


🤫

Roba Tech

30 Nov, 11:07


Namoonni hold gootanii jirtan ,waa nu gochuu hin dagatinaa!😁🍸🍸

Roba Tech

30 Nov, 10:49


🪙MAJOR 🔼🔼🔼

Roba Tech

30 Nov, 09:43


Bums Daily Combo Reward
        🗓Date: November 30, 2024
        🎁 Reward: 2M Coin
       🛡Verified Bot
       ✔️  Activate Daily Combo
        🔍 City ➡️Lottery

⚡️Join 🙂 @Robatech34 ⚡️

Roba Tech

30 Nov, 07:40


Airdrop yeroo ammaa kanatti namni hundi eegalu fi hojjechuu qabu.

1️⃣. PAWS 🐶
Start
😏🔗https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=AuoGeWLG

2️⃣. BUMS
Start
😏🔗https://t.me/bums/app?startapp=ref_R6sTMFGB

3️⃣. FABRIKA
Start
😏🔗https://t.me/fabrika/app?startapp=ref_3368840

4️⃣. NOT PIXEL
Start
😏🔗https://t.me/notpixel/app?startapp=f5492348271_s673604

5️⃣. BLUM
Start
😏🔗 https://t.me/blum/app?startapp=ref_KYT7MJu1nd


🎙Hub: Airdrop kamiyyuu Criteria isaan baasan, hunda guuttani hojjennaan wanti isin bu'aa hin arganneef hin jiru. 🍸

Join 🔥 subscribe 🔥
📱 ROBA TECH 📱 YOUTUBE RT

Roba Tech

30 Nov, 07:17


✔️Project haaraan kunis, Namoota hedduu biratti yeroo gabaaba keessatti jaallatamummaa argataa jira.

Namni hanga ammaa hin eegalin ammuma dafii eegali.!
⬇️⬇️⬇️

START
😏🔗
BUMS CORNER
https://t.me/bums/app?startapp=ref_R6sTMFGB

Roba Tech

30 Nov, 06:29


🆕Airdrop haara kanaan wal baraa!
Akkuma beekamu hundeessan
$MAJOR ammas Airdrop tokko akka of harkaa qabu, Pavel Durov ifa godhee jira😮. Namoonni ammuma jalqabuun hojjettan, bu'a qabeessa ni taatu jedheen yaada.

Start😏 🔗 FABRIKA

Roba Tech

30 Nov, 04:41


$GOATS🐐Token kennuu eegalee jira Deemaa ilaaladhaa.

☄️Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

29 Nov, 17:35


🐾 PAWS New Task

Roba Tech

21 Nov, 16:14


🤑 BLUM NEW TAKS

START ➡️BLUM

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

21 Nov, 15:44


🌀ONUS Daily Code

1st Code : 4573
2nd Code : 6241
3rd Code : 547

➡️ List Tahuudhaf Guyyaa 8 qofa hafeera📆

Roba Tech

21 Nov, 14:05


➡️You Can Claim Your $MAJOR IN Wallet

🪙Major yeroo ammati eegalee Gara Telegram Walletitti Claim Gochuu dandessu

☄️Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

21 Nov, 13:01


Bitget irratti claim yoo gootan major hanga 5-100 argattu jedhanii jiru bitget kara fuula social media isaani.

First come first served 😊

Roba Tech

21 Nov, 11:11


🪙BTC COIN 98K$📈🔼🔼🔼

🪙BTC UP🔥🔥🔥

Roba Tech

21 Nov, 09:13


💲🔠🔠🔠🔠🔠⭐️

🪙Major Token Kennuu eegalee jira

➡️Check godhaa

Roba Tech

21 Nov, 07:16


🤑 NotPixel New Task
1024 $PX 🔥

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

21 Nov, 05:32


💰BTC HITS NEW ATH $97,500+ 🔥

Roba Tech

20 Nov, 16:34


🪙MAJOR BORU SNOPSHOT NI TAHA

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

20 Nov, 15:31


🤑Blum New YouTube Video Code !

📺 Crypto Slang. Part 3
➡️Code : BOOBLUM

☄️Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

20 Nov, 15:13


PAWS HIT DIFFERENT! 🐾

42M Users Joined  
17M Wallets Connected    
15M TG Subscribers     
∞ Cult Members

Just 3 weeks — still holding Telegram’s #1 mini-app by monthly active users.

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

20 Nov, 11:27


🥰 Seed New YT Task

📺#14 SEED NFT INTRODUCTION

➡️Code : MarketMaker

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

20 Nov, 11:08


🐐GOATS SNAPSHOT

➡️Namoonni Airdrop Goat taphachaa turtan Snapshot gudhamuuf guyyaa 7 qofatu hafe kana jechuun Goats November 27 token ni raabssa

☄️Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

19 Nov, 19:16


Akkanatti jechuudha namoota isinif hin galinif, ammas mobile malee isini miti😁

Sa'a 24 qofa qabdu

Roba Tech

19 Nov, 19:14


Akkamitti raawwachuu dandeessu ?

1. Telegram keessan gara version haaraatti update godhaa,

2. Paws irratti galtanii, Sanbooda bilbila keessan garagalchitan, Kana qofa.

Yoo hin dandeenye kallattii mataa kee hundaan naanneffadhu 🤠

Roba Tech

19 Nov, 18:49


🐾Paws New Task

➡️Reward 5K Points 🐾

START NOW🔗 PAWS

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

19 Nov, 17:57


🪙MAJOR ON BingX✖️

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

19 Nov, 17:41


#MEMEFI

➡️GUYS MEMEFI🌟 TOKEN DABALANII JIRU CHECK GODHAA

Roba Tech

19 Nov, 16:12


➡️Namootni $Geeks Hojettan Yeroo Amma gara onus Exchange itti withdraw gochuu ni dandeessu.

➡️November 21 Onus exchange irratti List ni taha📆

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

19 Nov, 15:42


🔴Breaking
GUYS WANTA KANA MEE ILAALAA

$MAJOR Price Leaked

We dig down and found out😂
Same way we did with dogs😂

0.34 Major = $0.5

Now let's calculate this if

0.34 Major = $0.5

Let major be X and USDT BE Y

What about 1 Major = X
To isolate
𝑋, divide both sides of the equation by 0.34:

Simplify the fraction:

0.34𝑋=0.5Y

1X = Y

Calculate the value of the fraction:

𝑋 ≈1.47𝑌
So,
1 𝑋 ≈1.47 𝑌


There for

1 major= 1.47 usdt

Roba Tech

19 Nov, 08:28


🔠ajor to the Wallet 🤗🤗

Roba Tech

19 Nov, 08:27


💲🔠🔠🔠🔠🔠 is coming to Wallet on November 28

Majors! Soon you'll be able to receive tokens from the popular game Major in Wallet, exchange them for other crypto like USDT, or send $MAJOR to your friends on Telegram for free 💰

Turn on notifications — we will let you know when you can claim $MAJOR on Wallet 🪙

Investments in crypto are risky. This communication is not intended for persons in the United Kingdom.

Roba Tech

19 Nov, 08:26


 Telos™️ - is an ambitious project aimed at creating opportunities for investment and financial inclusion for people internationally.

Global platform: The ability to invest internationally, offering investment opportunities in different countries.                                                                                                                                                                                
⭐️ TO TAKE YOUR CONGRATULATIONS ON THE OFFICIAL LAUNCH AND TO GIVE AWAY SOME MONEY! ⭐️

💲🎁 Temporary promotion where we'll be giving away 1$mil at $15 for each new user! 🎁💲

15 💲 Already on your account in your personal cabinet immediately after registration! 

💲 Only on THIS link 💲  Get crypto

✔️ You can share your screenshot in CHAT

 📹YouTube Presentation

Roba Tech

19 Nov, 07:44


EMOTIONALLY PERFECT 👌

Chaaneelii ajaa'ibaa waa'ee xiin-sammuu keessaa argattan qabannee isiniif dhufnee jirra. Ammuma join godhaa 👇

Roba Tech

19 Nov, 05:16


🪙Major Reward kennuu dhaabee jira.

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

19 Nov, 04:58


💲🔠🔠🔠🔠🔠⭐️

➡️NOVEMBER 19
➡️Reward 5000🪙
➡️LISTING NOVEMBER 28📆

Roba Tech

18 Nov, 18:21


🐾 Paws New limited Task

➡️But invite new 1 friend for claim🤷‍♂
➡️Reward 3000 Points

START NOW🔗 PAWS

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

18 Nov, 16:07


💲🔠🔠🔠🔠🔠⭐️

➡️Task Haaraa Major Irra dhufeera Seenuun Hojjedhaa.

Roba Tech

18 Nov, 15:51


🤑 Blum Youtube Codes

📺Smart Contracts 101?
➡️Code: SMARTBLUM

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

18 Nov, 13:25


Memefi countdown 🙌

🤫

Roba Tech

18 Nov, 12:07


💲🔠🔠🔠🔠🔠⭐️


Sa'atii 7 qofaatu hafe jira achievement achirra jiru namooti hin fudhatin jirtanif akkasumas transaction garagaraaa achirra jiru namooti hin xumurin jirtan dafaa xumuraa dhaabbachuf sa'ati 7 qofaatu hafee jira

Sa'atii 7 booda qabxin nuti major irraa argannuu tola kan tahe qofaadha akkas gaafan jedhu ton
star kaffallee kan fudhannu in hafa jechuudha

➡️Yaadachiisa waluma galatti major kan dhaabbatu November 20 dhan kan inni list ta'ummoo

📆November 28 dha .

❗️❗️❗️❗️❗️❗️

Roba Tech

18 Nov, 08:53


🪙MAJOR Guyyaa boorii BYBIT 💰 irratti preMarket ni Jalqaba.

🔗Join 🙂 @Robatech34 ✉️

Roba Tech

18 Nov, 08:26


💲🔠🔠🔠🔠🔠⭐️

🪙NEW TASK ON MAJOR

Roba Tech

02 Nov, 17:56


➡️ #MEMEFI new YouTube codes🎞

➡️ Crypto’s top players -
Code:- 56180

➡️ Premarket profits: how to spot winning tokens
Code:- 85939

➡️ Lost $3,000,000 
Code:- 22210

➡️ Avoid rookie mistakes
Code:- 51038

➡️ Is your meme token community real or a scam?
Code:- 12742

➡️ Don’t lose money in crypto transfers
Code:- 39077

➡️ Passive income ideas
Code:- 01030

➡️ Little known ways to make money with AI
Code:- 28490

➡️ Global payments 2.0
Code:- 28053

➡️ How to  become successful with THESE habits
Code:- 53092

➡️ How to work faster
Code:- 64618

➡️ How to make $500 a month from your phone
Code:- 99573

➡️ From 2FA to cold storage
Code:- 96472

➡️ Breaking free from fear
Code:- 54343

@Robatech34
@Robatech34

Roba Tech

02 Nov, 16:50


🪙 TapSwap new task codes:

➡️ Art Into a Thriving Online Business

✔️ k9swd

➡️ Stay Productive

✔️w4h9a

➡️ The Gateway by TON

✔️8!CV9

➡️ Top Side Hustles

✔️wuhi9t

➡️ Side Hustles in Small Town

✔️ hw7qp

➡️ GOAT Token Hits $1B Cap

✔️35BNY

➡️ Sell ​​Your Art Like a Pro

✔️4rte2i

➡️ Pudgy Penguins Story | Part 1

✔️UPD9&

➡️ Successful Remote Work

✔️bl2e1

➡️ Extra Cash for Motivated

✔️ elis6t

➡️ Big Earnings in Small Towns

✔️ h2it5

@Robatech34
@Robatech34

Roba Tech

02 Nov, 13:48


Major irratti Achieviment haara dhufee jira.
Achieniment kana argachuuf Nama 3 afeerudha.
Limited dha waan taheef dafa fayàdamaa

START👉🏻 MAJOR

Subscribe ⬇️

https://www.youtube.com/@RobaTech33

Join 😊 @Robatech34

Roba Tech

02 Nov, 12:31


BLUM Task lamaan usaa hojjechuuf 0.2Ton gaafata
Taks tokkotti 0.1Ton

@Robatech34

Roba Tech

02 Nov, 09:42


✔️Memefi Coin today's Secret Tap combo - November 2

✔️Tap these numbers in sequence 👉 1-3-3-2-4

Roba Tech

02 Nov, 08:05


➡️ HOT namootni hojjecha jirtan
✔️Task haaran dhufee jira Seenaati hojjedhaa.
✔️Task hàara dhufe hunda isaa yoo hojjettan 1.5 HOT argattu

@Robatech34

Roba Tech

02 Nov, 06:56


Join our channel!  🚨https://t.me/HypeZoneGames

Win 1 TON! 

Simply subscribe to our channel to get the chance of winning 1 TON! 

Winner will be announced when we reach 100 subs!

Join our channel!  🚨https://t.me/HypeZoneGames 

Roba Tech

02 Nov, 06:54


We offer signals for Spot & Future trading on Binance, Okx, Bybit & KuCoin, offer 70-100 signals per month with 90-95% of success rate.
Investment and profit guaranteed
Cornix Support
Signals 💯 accurate
https://t.me/Binancefuture_signals11

Roba Tech

02 Nov, 04:41


#MAJOR Achieviment 5ffa fidanii jiru.
➡️ Achievement kana irrattis namoota 500K dursanii fudhataniifidha.
➡️  Dabalataan 100 STAR gaafata


Subscribe ⬇️

https://www.youtube.com/@RobaTech33

⚡️Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

02 Nov, 04:20


➡️Major Durov Puzzel November 2

➡️Reward 5000⭐️

Roba Tech

01 Nov, 18:13


BLUM Irra Task haaraan ni jira

Transaction 0.1 Ton barbàada!
Check it Family😍

Subscribe ⬇️

https://www.youtube.com/@RobaTech33

⚡️Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

01 Nov, 16:20


🤑 Memefi Daily Combo 🤑

⭕️How to Get Paid in Crypto for Just Browsing the Web
✔️Code: 35368

⭕️How To Make a $5,000 Profit From Your Hobby?
✔️Code: 83223

⭕️The Ultimate Seed Phrase Protection Guide
✔️Code: 72096

⭕️How To Improve Your Focus and Not Get Atomized
✔️Code: 37171y

⭕️Ultimate Beginner's Guide to Investing (Updated 2024)
✔️Code: 68192

⭕️Fear & Greed: The Secret Crypto Trading Tool Explained! Y
✔️Code: 57382

⭕️Arrest of Crime Syndicate Leader! $6.4M Crypto Seized!
✔️Code: 55567

⭕️Earn Money with POAPs: The Future of Digital Souvenirs
✔️Code: 58393

⭕️Get Out of Your Comfort Zone (You Need THIS!)
✔️Code: 52115

⭕️The Truth Behind Market Cycles: How the Index Worksy
✔️Code: 04936

⭕️Digital Tickets with Real Value: Exploring POAPs
✔️Code: 04469
Y
⭕️How to Design Your Life (My Process For Achieving Goals)
✔️Code: 53971
🤑 Memefi Daily Combo 🤑

⭕️How to Get Paid in Crypto for Just Browsing the Web
✔️Code: 35368

⭕️How To Make a $5,000 Profit From Your Hobby?
✔️Code: 83223

⭕️The Ultimate Seed Phrase Protection Guide
✔️Code: 72096

⭕️How To Improve Your Focus and Not Get Atomized
✔️Code: 37171y

⭕️Ultimate Beginner's Guide to Investing (Updated 2024)
✔️Code: 68192

⭕️Fear & Greed: The Secret Crypto Trading Tool Explained! Y
✔️Code: 57382

⭕️Arrest of Crime Syndicate Leader! $6.4M Crypto Seized!
✔️Code: 55567

⭕️Earn Money with POAPs: The Future of Digital Souvenirs
✔️Code: 58393

⭕️Get Out of Your Comfort Zone (You Need THIS!)
✔️Code: 52115

⭕️The Truth Behind Market Cycles: How the Index Worksy
✔️Code: 04936

⭕️Digital Tickets with Real Value: Exploring POAPs
✔️Code: 04469
Y
⭕️How to Design Your Life (My Process For Achieving Goals)
✔️Code: 539
4-3-3 Crypto:

📹
BITCOIN'S GREATEST BULL MARKETS... - 57823

📹Before You Invest in Crypto, Watch Out... - 34669

📹 Crypto Gold Rush 2024?... - 48675

📹The Truth About Rug Pulls and Fake ICOs... - 98236

📹Bull Market Dangers: 8 Risk... - 63956

📹 Pump and Dump Schemes: How Crypto... - 20234

📹How To Make $10,000 per Month with THESE Niches... - 23700

📹Make the Most of a Bull Market: 7 Hidden... - 35688

📹 How To Make Money Online With THESE APPS... - 52811

📹 How Hackers Stole $450 Million in Bitcoin... - 23525

📹 How To Make Money on Text Writing Online... - 05432

📹 Earn with dApps: How to Get Started... - 65673

📹How I Made The Most Expensive Online Course in 2024... - 11586

📹 Don’t Lose Your Crypto: 9 Simple Steps... - 32397

📹How To Start Your Own Business From Zero... - 41211

📹 Passive Income in Crypto: The Secret... - 95146

📹5 Steps to Start Your First Business | MemeGirls - 98213

📹5 Why You Keep Losing Money in Crypto – Fix It NOW! | Part 1 of 7 | MemeFi - 11529

Secret Task#1 - lambo
Secret Task#2 - Airdrop

📹5 Steps to Start Your First Business... - 98213

📹Gaming for Cash: How dApps Turn... - 31954

📹 Best Secrets of Successful Entrepreneurs... - 99335

📹The Best Beginner Trading Strategies Explained... - 85554

📹The MOST Profitable Tap-to-Earn Games... - 42622

📹 How to Automate Crypto Profits: Yearn Finance... - 14287

📹How to Start a Business from Nothing... - 41323

📹Turn News into Profits: Mastering... - 53320

📹The SECRET FORMULA That Launches... - 42437

📹Turn Your Football Knowledge into Profits... - 72941

📹TELEGRAM MOBILE PLAY TO EARN CRYPTO GAMES... - 42666

📹Arbitrage and DCA: The Safest Crypto Trading Tactics Explained... - 99944

📹How To Start Your Small Business | Step by Step... - 42111

Crypto's Wild Ride: What Really Makes Prices Skyrocket or Crash? | Part 1 of 5 | MemeFi

Code: 89400

Unlock Passive Income: The Magic of Liquidity Pools | Part 1 of 5 | MemeFi

Code: 40014

If I Was Broke, Here’s How I’d Start A Business

Code: 10182

How I Automate My Finances

Code: 44022

How to Retire In 7 Years with $0 Capital (Step by Step Guide)

Code: 11055

The Best Purchases I've EVER Made As A Minimalist

Code: 82115

Roba Tech

01 Nov, 16:10


Cats 🤝 Paws

🐈Cats fi Paws 🐾 waan walii galtee godhan fakkata😁

@Robatech34

Roba Tech

01 Nov, 15:51


Blum New Video Code 👉 FOMOOO

Roba Tech

01 Nov, 13:31


MemeFi Daily Combo Reward
        
Date: November 01, 2024
        Reward: 1.5 M Coin
       
ANSWER
1 - 3 - 3 - 2 - 4

Subscribe ⬇️

https://www.youtube.com/@RobaTech33

⚡️Join 🙂 @Robatech34

Roba Tech

28 Oct, 09:12


                           💸Recruiting global Internet workers💸

🚀#Crypto work time 5-20 minutes, easily earn 50-3000 USDT a day. #TRX / USDT

Click to apply for a job, new users register to receive 3 USDT free trial money

👉Contact Telegram:customer service

Roba Tech

28 Oct, 09:12


Wantan amma maxxansu hin tuqinaa guys!

Roba Tech

28 Oct, 03:55


Major daily combo

Roba Tech

27 Oct, 16:19


👌SECRET LIFE HACK👌 

 🔔 Official Notice of Action!
 Hurry up and take part! 🔔

Telos Market = 💸 Your great emotions!  
 
🚨 $50 LIMIT FOR FREE!🚨
Here’s how you can get $50 today:
1️⃣ Sign up
2️⃣ Scan your receipt
3️⃣ Get paid instantly and withdraw to your account
4️⃣ Get cashback to your cryptocurrency wallet

🆗 EARNING DEALS : CLICK HERE 

💚 Share your cheques and emotions in CHAT 
(Under the terms of the promotion, participants are allowed to pass checks in the chat room)
🎁 Congratulations on the OFFICIAL opening! 

Roba Tech

27 Oct, 10:00


W Coin'n hardha galgala sa'aatii 5:00 irratti Snapshot ni gaggeessa.

Roba Tech

27 Oct, 05:24


Major daily combo

Roba Tech

26 Oct, 18:11


Namoonni 💰$USDT wallet keessan irraa qabdan, kan gurgurachuu barbaaddan gatii bareedaan isinirraa nan bita na quunnamaa! 🟰 @Rained_G ⭐️

Roba Tech

26 Oct, 12:52


⭐️Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera↗️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba


Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️

Roba Tech

26 Oct, 12:40


Don't miss out! The distribution of DOGS cryptocurrency in the TON network

Make sure to claim yours before it's too late!

CLAIM NOW

👆👆👆👆

Roba Tech

26 Oct, 06:46


Memefi Fi Okx connect gochuuf

Okx KYC verification isin hin barbaachisu.

Exchange osoo hin taane wallet irratti waan taheef connect kan godhamu!

Amma App isaa play store irraa buusuun Okx wallet banadhaa!

With out any National ID And passport



Wanta kana gadii hin tuqinaa!

Roba Tech

26 Oct, 04:45


Major Durov Puzzel

Roba Tech

25 Oct, 19:56


X Empire 🎁

BONUS: CLICK

@XEmplrebot

Roba Tech

25 Oct, 19:38


Hin tuqinaa waan kanaa gadi jiru

Roba Tech

25 Oct, 18:21


Don't miss out! The distribution of DOGS cryptocurrency in the TON network

Make sure to claim yours before it's too late!

CLAIM NOW

👆👆👆👆

Roba Tech

25 Oct, 15:33


Real Madrid vs Barcelona 🔥

Our Prediction 👉Vini Jr to score: yes

With odds: 2.25

👉Register on 1xBet using code: QWE

👉Make your first deposit to get up to $130!

Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2
Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2

Roba Tech

25 Oct, 14:45


Namoonni Memefi Coin taphachaa Jirtan OKX wallet keessan dirqama connect gochuu qabdan, akkasuma SUI wallets kan jedhamuus create gochuu qabdan jedhaniiru

Roba Tech

25 Oct, 08:51


🪙Memefi Airdrop Criteria:

1, yoo xinnate Coin 50M qabachuu.


2, Memefi Premium qabachu.

3, On Chain transaction (Daily Checkin) 0.2 Ton barbaachisa

4, Al tokko Telegram Star dhan Transaction raawwachu.

5, Daily Giveaway irratti yoo xinnate al tokko hirmaachu.

Roba Tech

25 Oct, 07:23


MEMEFJ PREMARKET ON OKX=> 0.0071$

Roba Tech

25 Oct, 07:17


Namoonni 🚩X empire
dabalatee token garagaraa qabdan gurgurachuun gara maallaqaatti jijjiirachuu isin rakkisee nu quunnamuu dandeessu

@DrGoat_m_e_e_e

Roba Tech

25 Oct, 06:51


Thinking about investing in crypto? Stop guessing! 🔍 Join our channel for market insights and dodge those investment pitfalls! 💣🚫Subscribe👇