Qirqiddaa entertainment

@qirqiddaaentertainment


Ofitti amanii hirribaa ka'i!

@Qirqiddaaentertainment
👇https://youtube.com/channel/UCaATp6y6vffL3w8oHCzIzig
👆

Qirqiddaa entertainment

11 Sep, 06:13


A New year is God’s gift

In the Joyful moments, THANK HIM!
In the busy moments, BLESS HIM!
In the trying moments, TRUST HIM!
In the quiet moments, PRAISE HIM!

HNY!
2017 E.C

QE

Qirqiddaa entertainment

25 Jan, 09:44


Qirqiddaa is on tiktok✌️
https://www.tiktok.com/@qirqiddaaentertainment?_t=8jKAtw9RFAb&_r=1

Qirqiddaa entertainment

01 Dec, 19:13


'Itti hin taane' jette Jaartiin Faaggaatti fincooftee.

Join @qirqiddaaentertainment
@mammaaksa

Qirqiddaa entertainment

09 Nov, 18:36


Wanti hundumtuu bakka jirutti. Rifeensi mataa qeenxeen tokko gubbee irratti yoo ilaalan xiqqoodha, hin argamuyyuudha. Garuu, rifeensumti qeenxeen tokko shoorbaa ykn baaduu keessatti baay'ee jedhama.

Join @qirqiddaaentertainment now

Qirqiddaa entertainment

27 Apr, 05:05


Channel photo updated

Qirqiddaa entertainment

18 Apr, 19:50


Mismaarri Ingiliffaan maal jedhama jennaan, 'Abbaan Meeqaa?' jedhe jedhan.

Join @qirqiddaaentertainment now

Qirqiddaa entertainment

13 Jan, 19:49


VIIDIYOON SEENAATII OF QIRQIDAA. Liinkii gadiitiin #Subscribe gochuun nu jabeessaa!

https://youtube.com/@qirqiddaaentertainment6060

Join @qirqiddaaentertainment Now

Qirqiddaa entertainment

06 Jan, 12:43


Hordoftootni amantaa kiristaanaa marti, Baga Yaadannoo dhaloota gooftaa Iyyesuus kan bara 2023 nagaan geessan!

Ayyaana milkii!
Join @qirqiddaaentertainment now

Qirqiddaa entertainment

22 Dec, 13:03


Waliin Caalla!

Qirqiddaa entertainment

19 Dec, 20:35


Yaa Waaqayyo; Dhiirota qeensa guddifatan, Rifeensa dhahatan, Gurra uratanii fi Chaappistikii dibatan tattaaffii isaanii ilaaliitii PIREEDIIS itti dabaliif!🙏

Join @qirqiddaaentertainment Now @samishibiru

Qirqiddaa entertainment

29 Nov, 19:54


Hagasuma cimaa?
....

Siree irratti yaallaan hin mijanneef
.
Soofaa gubbaarrattis akka fedhe hin taaneef
.
Lafa bu'i naan jedhe.. homaa natti hin tolle
.
Asiif achi harkisaa na dhamaase malee
.
Gadi ba'i! gadi baana naan jennaanin ariitiidhaan ba'e.
.
Abaaboo gidduunin quphanee gad taa'e
.
Achumaanis duubaan dhagaa gubbaan ba'ee
.
Al tokko hirkadhee al tokko dhaabbadhee
.
Asii ol asii gadi akka fedhe jedhee
.
Innis ta'uu didnaan mana na deebise
.
Dadhabina isaatiif sagal na rakkise
..
Achiis gola seenne takkammoo goorduba
.
Asiif achi urgufee gad qabee ol na qabaa
.
Balbala qabadhee foddaarras na baasee
.
Ammaan humnaan laafutti baayyee na dhamaasee
.
Dhumarra miidhagsee tokkicha na kaase
.
Akka inni ta'i jedhe ta'eefii hundumaa
.
.
.
.
.
.
.
.
.
..
Edaa suuraa kaasuun hagas mara cimaa
😝😛😜😂😂😂😅😅😅

Share

@Kolfaaf😂
JOIN @QIRQIDDAAENTERTAINMENT NOW

Qirqiddaa entertainment

27 Nov, 03:24


Utuu du'i hin jiru ta'eetii, Beeksisni hojii tokko tokko Muuxannoo hojii waggaa Kumaa gaafatu turan.

Join @qirqiddaaentertainment Now

Qirqiddaa entertainment

15 Nov, 19:23


"Ijoolleen Qeesii Waaqayyoon Akaakayyuu ishee seeti!"

Join @qirqiddaaentertainment Now

Qirqiddaa entertainment

02 Nov, 18:25


ISHEE: Na jaallattaa Akur-atariiko. Walitti dhufeenya keenya kana akka itti fufnu feeteetii?

ABDII : Lakki!

ISHEE: Yoos maal h**dhakeef na hordoftaree?

ABDII: Hot Spot keetu banaadha.🌱

Join @qirqiddaaentertainment Now

Qirqiddaa entertainment

22 Oct, 18:08


"Hudduun kun natti xinnaate jennaan, mee isheettuu dhirsi haa argamu!" jette jedhan.

@mammaaksa

Join @qirqiddaaentertainment NOW

Qirqiddaa entertainment

01 Oct, 05:20


Baga Ayyaana dhugeeffannaa Oromoo, Ayyaana Irreechaa ka ganna 2022 nagaan geessan! Ka hurriin Bilisummaa itti nu golboobu nuuf haa ta'u!

Join @qirqiddaaentertainment Now

Qirqiddaa entertainment

08 Sep, 05:30


'Ani barana qalbii hin qabu' jedhe jedhan namichi Amaatii qimmiidee.

JOIN @qirqiddaaentertainment NOW

Qirqiddaa entertainment

27 Jul, 17:54


Erga wal fuudhanii booda.

Isa:- lubbuuko rakkoo tokkotu na quunname...

Ishee:- erga wal fuunee rakkoo koo wanti jedhamu hin jiru rakkoo keenya jedhama.

Isa:- eeyyee kitaabni amantaas akkas jedha.

Ishee:- tole maalidharee rakkoon nu quunname?

Isa:- Egaa hojjettuu manaa keenya ulfeessineerra!😂😂

Join @qirqiddaaentertainment now
@sidikbedasa

Qirqiddaa entertainment

21 Jul, 06:54


"We can't learn with out pain."-Aristotle

Join @qirqiddaaentertainment Now

Qirqiddaa entertainment

06 Jul, 15:38


"Oromiyaan yoo dhuufte, Itoophiyaan ni albaati!"

Jedhe Dr. Hangaasaan jedhe Kanaa'ol

JOIN @qirqiddaaentertainment NOW🤣