Oromia Times (@oromiastudent_s)の最新投稿

Oromia Times のテレグラム投稿

Oromia Times
Telegiraam chaanaalii kana irratti oduu fi odeeffannoo Oromiyaa fi addunyaa ni argattu.
Yaada: @fayisa8
Youtube 👉👉
https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw
16,480 人の購読者
1,576 枚の写真
34 本の動画
最終更新日 11.03.2025 23:24

Oromia Times によってTelegramで共有された最新のコンテンツ

Oromia Times

14 Feb, 07:50

2,799

# Yuunivarsiitii Amboo

Yuunivarsiitiin Ambo barattootni bu'aa qormaata ba'iinsaa liinkii armaan gadii fayyadamuun ilaallachuu akka danda'an beeksiseera.

👇👇👇
https://eap.ethernet.edu.et.

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Oromia Times

13 Feb, 20:24

3,026

#exitexam Result

Ministeerri Barnootaa bu'aan qormaata bahiinsaa biyyoolessaa gara yunivarsiitiiwwanii maratti argameera jedhe.

Barattoonni guyyaa boruu gama rejistiraara mooraa isaaniin bu’aa qormaataa isaanii kan ilaallatan ta’uu ministeerichii ibseera. Yeroo ammaa kanas bu’aan barattootaa Yuunivarsitii maraaf ergameera.

Haala oonlaayiniin barattoonni bu’aa ittiin ilaallatan haga ammaatti wanti ifa ta’e kan hin jirreefi guyyaa boruu ifa akka ta’us ni eegama!

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Oromia Times

13 Feb, 20:15

7,185

Bu’aa Qormaata bahiinsaa Yuunivarsitii Arbaa Mincii.

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Oromia Times

07 Feb, 19:44

1,365

#Maths UEE from Grade 12 #Unit 4

#2010 - 2016 UEE
#Target Grade 12 students

#Qubeeacademy
Answer with details Explanation
👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

Support Qubee Academy by subscribing Qubee Digital 👇👇👇
https://youtube.com/@qubeedigital?si=wGQ0_hLdGc26gfUx

https://t.me/qubeeacademy
https://t.me/qubeeacademy
Oromia Times

07 Feb, 17:23

1,438

https://youtu.be/cZpikPC8QI8
Oromia Times

07 Feb, 17:22

1,319

https://youtu.be/O4DdaKicB_s
Oromia Times

07 Feb, 10:43

1,655

https://youtu.be/dVd_a3wBm34
Oromia Times

05 Feb, 16:37

2,288

https://youtu.be/QKZJTrReZOU
Oromia Times

05 Feb, 09:57

2,350

"Baatii Ammajjii keessaa dhiigaa walitti qabuuf waan rakkanneef qormaata guddaa keessa jirra":- Baankiin dhiigaa fi Tishuu Itoophiyaa

Baatiiwwan biroon addatti baatii Ammajjii keessaa sababoota garagaraatiin dhiiga walitti qabuuf akka rakkatu Tajaajilli baankii dhiigaa fi Tishuu Itoophiyaa Tikvaah Itoophiyaaf ibseera.

Baankichis hamma dhiigaa baatii Ammajjii keessaa walitti qabuuf karoorse keessaa %60 gadi walitti qabu isaa ibsuun hawaasni dammaqinaan dhiiga arjoomu akka qabu dhaamaniiru.

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Oromia Times

04 Feb, 16:39

2,739

Lubbuun namoota 8 darbeera!

Naannoo Oromiyaa Godina Gujii aanaa Soobbaa Boruutti namoonni 8 albuuda baasuuf qotaa turan biyyeen itti garagaluun hundi isaanii lubbuun darbuu hogganaan komnikeeshinii aanicha Obbo Ashannaafii Dinquu Tikvaadhaaf himaniiru. 

Namoonni lubbuun darban kunniin albuuda mala aadaatin baasuuf osoo qotaa jiran biyyeen irra garagaluu ibsaniiru.

Jiraataan iddoo balaan mudate kana jiraatuu tokko akka himutti himu, “[yeroo lafti jigu] namoonni achi jiran hedduu waan turaniif namoonni lama miidhaman akka jiraniifi kanneen miidhaman biroo jiraachuu malu sodaan jedhu jiru ni jira. Hojiin barbaaduu ammas itti fufeera,” jedhe.

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s