Guyyaan qormaataa fi galmee seensa barnoota digrii lammaffaa biyyaalessaa (NGAT) dheerachuu isaa beeksifame.
Ministeerri Barnootaa bara 2017 ALH marsaa sadaffaa galmeen NGAT Bitootessa 01/2017tti kan xumuramu fi qormaanni Bitootessa 05/2017 sa'aatii 3:00 irraa eegalee akka kennamu ibsuun isaa ni yaadatama.
Haa ta'u malee, gaaffii qormaatamtoota tokko tokko irraa dhufeen galmeen hanga Bitootessa 04/2017 ALH hanga galgala sa'aatii 12:00tti dheerachuu isaa beeksiseera.
Qormaanni immoo Bitootessa 12/2017 sa'aatii 3:00 irraa eegalee akka kennamu ibseera.
Warri hin galmiofne link kanaan galmaa'uu dandeessu jedhameera👇👇 https://ngat.ethernet.edu.et/registration
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s