Neueste Beiträge von Oduu Oromoo (@oduuoromo) auf Telegram

Oduu Oromoo Telegram-Beiträge

Oduu Oromoo
Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN
15,272 Abonnenten
12,443 Fotos
1,918 Videos
Zuletzt aktualisiert 01.03.2025 08:31

Ähnliche Kanäle

Etv Afaan Oromoo
47,247 Abonnenten
OROMIA TODAY
9,557 Abonnenten
Sirbota harra
5,857 Abonnenten

Der neueste Inhalt, der von Oduu Oromoo auf Telegram geteilt wurde.


Akka Inistiitiyuutii Qorannoo Tarsiimoo Idil-addunyaa jedhutti, baasiin waraanaa Raashiyaa humna bittaadhaan amma baasii ittisaa waliigalaa Awurooppaa kan caaludha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ed1DjiI

Masaay 'duri' ollaashee keessatti yeroo kubbaa taphattu kan haala isheen ittiin kubbaa qabattu ilaalee kan hin leellisiin hin jiru. ''Mucaan kun bakka guddaa geessi'' kan hin jedhiin hin jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qFi2P6l

Dhaabbanni Chaayinaa hojjettoonni gaa'ela hin qabnee yeroo gabaabaa keessatti gaa'ela akka dhabbataniif qajeelfama dirqmsiisu baasuun ijoo dubbii ta'e

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6VA27er

Nyaatni dhaabbata sirna awwaalachaa raawwachiisuun dhiyaatu akka mi'aa gaarii qabu miidiyaa hawaasaa irratti bal'inaan haasa'amuun booda lammiileen Chaayinaa nyaataaf jaalala addaa qaban, fira warra gaddaa of fakkeessuun gara iddoo kanaatti yaa'aa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0TjMRxy

Pirezidantiin duraanii Itoophiyaa Mulaatuu Tashoomee barruu Aljaziiraaf erganii maxxanfameefi hariiroo Ertiraafi Itoophiyaa ammaa agarsiisa jedhame yaada dhuunfaasaaniitii jedhe mootummaa Itoophiyaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/C7ZV0aS

Waldaan Kubba Miilaa Awurooppaa murteessaa Deevid Koot jedhamu amala gaarii hin taane waancaa Awurooppaa 2024 irratti agarsiiseen yoo xiqqaate waggoota lamaaf adabae.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YefSpHi

Waldaan Kubba Miilaa Awurooppaa murteessaa Deevid Koot jedhamu amala gaarii hin taane waancaa Awurooppaa 2024 irratti agarsiiseen yoo xiqqaate waggoota lamaaf adabae.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YefSpHi

Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad fi aanga'oonni biyyattii kaan kuyyaa kamisaa kaleessaa waaree booda buufata xiyyaara idil-addunyaa Moqaadishoo eegumsi cimaan taasifamuutti Ministira Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimadiif simannaa gochuuf argataman.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2ZlIFji

Waraanni Israa'el namoota nagaaf eegumsa gochuu dadhabuu isaa gabaasni jalqabaa haleellaa Onkoloolessa 7, bara 2023 Hamaas raawwate ilaalchisuun bahe mul'ise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MJVdC8F

Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp sgantaa viizaa "kaardii warqee" kan doolaara miiliyoona 5 baasu, lammiilee biyya alaa dureeyyii ta'aniif kan hayyama jireenya dhaabbataa fi booda ammoo karaa ittiin lamummaan kennuuf karoorsuu isaanii beeksisan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/k81yC6V